Forwarded from Awash Bank
Egeree Post pinned «Call for Written Exam =========== Dear candidates, Thank you for your application of Customer Service Officer I/Direct Sales Representative/Digital Channel position recently posted – April 24, 2022. Awash Bank would like to invite candidates short-listed for…»
Forwarded from JALO PICTURES
HARMI DHIIRAA YEROO TOKKO TOKKO MAALIIF GUDDATA?
Guutuu isaaf link gadiin seenaa dubbisaa.
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/06/25/harmi-dhiiraa-yeroo-tokko-tokko-maaliif-guddata/
Telegram keenya join fi share Godhaa.
https://t.me/+SjIGbdlsvtSdk9Uu
✔ Yeroo tokko tokko harmi dhiiraa jijjirama agarsiisuudhaan, osoo sochiilee qaamaa hin dalagin ykn osoo isportii hin hojjetin, yerootti harmi dhiiraa guddatu ni jira. Kun immoo namoota hedduu irratti kan mul'atudha. Sababa guddina harma dhiiraa kanneen ta'an kanneen gadii kanadha.
Isaanis:.......
Guutuu isaaf link gadiin seenaa dubbisaa.
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/06/25/harmi-dhiiraa-yeroo-tokko-tokko-maaliif-guddata/
Telegram keenya join fi share Godhaa.
https://t.me/+SjIGbdlsvtSdk9Uu
Forwarded from JALO PICTURES
Kitaaba tokko haguuggii isaatiin hin murteessinaa!
Guutuu isaa dubbisuuf link gadiin seenaa dubbisaa.
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/06/25/kitaaba-tokko-haguuggii-isaatiin-hin-murteessinaa/
Telegram keenya join fi share Godhaa.
https://t.me/+SjIGbdlsvtSdk9Uu
✔ Barattoonni digrii tokkoffaa eebbifaman barreeffama qorannoo isaanii akka dhiyeessan haala bareedaa ta’een dhiyaataniiru. Barattoota kana keessaa tokko uffata silipaarii fi silipaarii kennameefii ture. Barsiisonni garaagarummaa barattootaa madaaluuf qophii ta'an gurbaa kana huccuu uffatee arguun aariidhaan arrabsuu eegalan. Erga arrabsoo fi fakkeessummaa isaanii xumuranii booda gurbaan kun boo'ichaan haasa'uu eegale..........
Guutuu isaa dubbisuuf link gadiin seenaa dubbisaa.
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/06/25/kitaaba-tokko-haguuggii-isaatiin-hin-murteessinaa/
Telegram keenya join fi share Godhaa.
https://t.me/+SjIGbdlsvtSdk9Uu
EXTERNAL VACANCY ANNOUNCEMENT (Vacancy No. 61/22)
Debub Global Bank S.C wants to recruit the following professionals;
1. Job Title: Director, Finance & Accounts Department
BASIC FUNCTIONS:
Under the general direction of the Vice President, Corporate Services, plans, organizes, directs, coordinates and controls the activities of the Accounts and Finance Department; maintains the financial records of the bank up-to-date; ensures the effective implementation of the accounting systems, policies and procedures of the Bank; manages the financial resources of the Bank and maximizes efficient use of funds.
Education (Minimum): MA/MBA/MSC in Business Management/ Accounting/ Economics/ Business Administration/ Finance and Economics or related field
Experience: 8 years of relevant experience; 4 of which in managerial position
Number Required: 1 (One)
Place of work: Head Office
2. Job Title: Manager, District Office
Education (Minimum): MA/BA in Accounting/ Business Management/ Management or related field Experience: 8/10 years of relevant banking experience; 3 of which in managerial position
Number Required: 2 (Two)
Place of work: Addis Ababa
3. Job Title: Branch Manager I
Education (Minimum): BA in Accounting/Banking/Management or related field
Experience: 6 years of banking experience; 2 of which in senior positions
Number Required: 1 (One)
Place of work: Gondar
4. Job Title: Manager IFB Financing Division
Education (Minimum): BA in Accounting/Business Management/Management or related field
Experience: 8 years of banking experience; 3 of which at senior level
Number Required: 1 (One)
Place of work: Head Office
5. Job Title: IFB Accounts & Operation Officer

Experience: 2 years of relevant banking experience
Number Required: 1 (One)
Place of work: Head Office
6. Job Title: IFB Financing Officer

Application Dead line: 5 working days (June 20-24, 2022) starting from the date of announcement on the newspaper
Salary: Per Bank’s Scale
Interested applicants should submit their non-returnable applications along with CV and photocopies of other relevant documents through post office only.
Debub Global Bank S.C
Human Resources Management Dep’t
P.O. Box 100743

#Beeksisa_Hojii
Vacancy – Attorney
==================
The Commercial Bank of Ethiopia would like to invite qualified and interested job seekers to apply for the position of Attorney for Head Office and District Offices.
Interested and qualified applicants should apply through CBE career website (https://vacancy.cbe.com.et) from June 29 to July 8, 2022.
For requirements and other detail information, please use the following link:
https://combanketh.et/cbeapi/uploads/ATTORNEY_VACANCY_41ee2c2156.pdf

Forwarded from Ayyuu Tube
♡Wi-Fi Map♡
Appii kana buufachuu fi maalummaa appii kanaa beekuuf link gadiin seenaa dubbisaa.
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/06/30/password-wi-fi-dhaabbataa-ykn-kan-nama-dhuunfaa-kamiiniyyuu-salphaatti-argattanii-fayyadamuuf-appii-isin-dandeessisu/
Hiriyyaa keef Share godhi.
Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+TBjZ-OPlDnPQSpde
Appiin kun Jecha Darbii (Password) Wi-Fi tokkoo salphaatti akka argannuu fi Wi-Fi naannoo keenya jiru akka fayyadamnu kan nu dandeessisudha. Jecha darbii(password) Wi-Fi dhaabbata fayyadamuu barbaanne tokko argachuuf, Appii kana banuudhaan Kaartaa nuuf dhufu irraa Biyya Itoophiyaa filannee, ykn namoonni Biyya alaa jiraattanis, maqaa biyya jiraattanii filattu, itti aansuun magaalaa keessa jirru filanna. sana booda Wi-Fi Magaalota sana keessa jiran hunda Jecha Darbii[password] isaanii wajjiin nuuf fida.
Haaluma kanaan Wi-Fi naannoo keenya jiru filannee Jecha darbii isaa itti galchuun salphatti akka fayyadamnu nu taasisa.
Appii kana buufachuu fi maalummaa appii kanaa beekuuf link gadiin seenaa dubbisaa.
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/06/30/password-wi-fi-dhaabbataa-ykn-kan-nama-dhuunfaa-kamiiniyyuu-salphaatti-argattanii-fayyadamuuf-appii-isin-dandeessisu/
Hiriyyaa keef Share godhi.
Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+TBjZ-OPlDnPQSpde
Forwarded from Ayyuu Tube
IDM–Download Manager
Appii kana buufachuu fi maalummaa isaa dubbisuuf link gadiin seenaa dubbisaa, buufadhaas!
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/06/30/interneeta-irraa-muuziqaa-viidiyoo-audio-ykn-sagalee-fi-suuraa-adda-addaa-qulqullina-olaanaadhaan-buufachuuf-appiin-kun-baayee-filatamaadha/
Hiriyyaa keef Share godhi.
Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+TBjZ-OPlDnPQSpde
✅ Appiin kun Kanaan dura Koompiitara keenya irratti faayiloota saffisaan buufachuuf (download) gochuuf kan nu gargaaru yoo ta’u, amma immoo bilbiloota Android irrattis faayiloota kanneen akka video clips, audios/musics, photos, pdf/documents fi kanneen biroo saffisa ol'aanaadhaan akka buufannuuf nu gargaara.
Appii kana buufachuu fi maalummaa isaa dubbisuuf link gadiin seenaa dubbisaa, buufadhaas!
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/06/30/interneeta-irraa-muuziqaa-viidiyoo-audio-ykn-sagalee-fi-suuraa-adda-addaa-qulqullina-olaanaadhaan-buufachuuf-appiin-kun-baayee-filatamaadha/
Hiriyyaa keef Share godhi.
Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+TBjZ-OPlDnPQSpde
Forwarded from Ayyuu Tube
📱Bilbila jaalallee kee ykn bilbila kan nama barbaaddee fageenya irra teessee xalafuu yookiin hordofuu yoo barbaadde appilikeeshinii kana gadii fayyadamuu qabda.
✅
✅ Appii kana buufachuu fi ibsa bal'aa waa'ee appii kanaa yoo feetan link gadiidhaan seenaa dubbisaa, buufadhaa!
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/06/30/app-bilbila-jaalallee-kee-ykn-kan-nama-barbaadde-fageenya-irra-teessee-xalafuuf-kan-si-gargaaru/
Hiriyyaa keef Share godhi.
Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+TBjZ-OPlDnPQSpde
✅
Akkuma beekamu namni kam iyyuu icciitii dhoksaa kan jaalallee isaa ykn kan jaalallee ishee akkasumas maatiin hayyama isaaniin alatti icciitii ijoolleen isaanii maatii dhoksuun raawwatan, to'achuu fi hordofuu ni barbaaddu maarree app' n kunis kanaaf baay'ee isin gargaara.
✅ Appilikeeshina kanaan waanti isin hordofuu dandeessan sagalee namni sun haasa'ee, message ykn ergaa barreeffamaa namni sun namaaf ergee ykn kan nama biroo irraa ergamee fi suuraa namni sun guyyaan ka'aa oolu dabalatee waan danuutu jira.
✅ Appii kana buufachuu fi ibsa bal'aa waa'ee appii kanaa yoo feetan link gadiidhaan seenaa dubbisaa, buufadhaa!
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/06/30/app-bilbila-jaalallee-kee-ykn-kan-nama-barbaadde-fageenya-irra-teessee-xalafuuf-kan-si-gargaaru/
Hiriyyaa keef Share godhi.
Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+TBjZ-OPlDnPQSpde
#FIAS
Tooftaa burjaajessa oonlaayinii “Fiyaas (FIAS)” jedhamuun namoonni maallaqa isaanii dhaban qaamolee seera kabachiistotaaf eeruu kennuun tumsa akka taasisan Tajaajilli Tika Faayinaansii waamicha dhiyeesseera.
Daayrektarri Kominikeeshinii Tajaajila Tika Faayinaansii Obbo Indaalee Asaffaa akka ibsaniitti, ‘yeroo gabaabaa keessatti bu’aa qabeessa isin taasisna’ jechuun miidiyaalee hawaasummaa fayyadamuun, qaamoleen hojii burjaajessuu raawwatan dabalaa dhufuun, Dhaabbata Odeeffannoo fi Tikaa Biyyaalessaa waliin ta’uun hojiileen garagaraa hojjetamaa tureera.
Gochaan oonlaayinii ‘Fiyaas’ jedhamuus miidiyaalee hawaasummaa fi oonlaayinii gargaaramuun qaamolee hojii burjaajessuu hojjetan keessaa tokko ta’uu akka danda’uu eeraniiru.
Gochaa kana qaamoleen raawwataan abdii hinjirre nama keessatti uumuun namoota burjaajessaa jiraachuu eeranii, hawaasnis seera qabeessummaa isaa utuu hinmirkaneeffatiin hawwatamuun, yakkichi akka babal’atu taasisaa dhufuu ibsaniiru.
Namoonni ‘Fiyaasiin’ burjaaja’an eeruu kennaniin, daandiilee kaffaltii garagaraa fayyadamuun kanneen maallaqa walitti qaban, haalichi hanga adda baafamutti herregni baankii isaanii akka hinsochoonee haalli itti taasifamu ni uumama jedhaniiru.
Waliigalaan adeemsi qorannoo yakkaa kun jalqabbiirra jiraachuu eeranii, dhimmichi qulqullaa’ee hanga xumuramutti odeeffannoo guutuu kennuun akka hindanda’amne ibsaniiru.
Hawaasni, miidiyaalee hawaasummaa fayyadamuun hojiilee hojjetaman irratti wayita hirmaatanii fi qaamoleen waliin hojjetan Ityoophiyaatti beekamtii seera qabeessaa, sirrummaa, eenyummaa fi teessoo isaanii mirkaneefffachuu akka qaban eeruu isaanii EBC’n gabaaseera.
https://t.me/michujobs

Telegram
Egeree Post
This is Official Egeree Post Channel
&Technolgy
Our Website egeree.com
Telegram https://t.me/michujobs
All Ethiopia Jobs posting source at one place
Hojiilee Mara Iddoo Tokkotti walitti sassabuufi Barnoota Technology waliin Isin qaqqabsiisna

Egeree Post pinned «#FIAS Tooftaa burjaajessa oonlaayinii “Fiyaas (FIAS)” jedhamuun namoonni maallaqa isaanii dhaban qaamolee seera kabachiistotaaf eeruu kennuun tumsa akka taasisan Tajaajilli Tika Faayinaansii waamicha dhiyeesseera. Daayrektarri Kominikeeshinii Tajaajila Tika…»
Namoonni bilbila yeroo dheeraa fayyadamtan hundi, ifti bilbila keessanii ija keessan akka hin miineef applicationiin ajaa'ibaa kun baay'ee isin gargaara.
✅ Application kun fayyadamuuf baay'ee salphaadha. Itti fayyadamni isaa ifa bilbila keessanii, kan duraa irra gadi buustanii gargaaramuu fi ija keessaniif of eeggannoo akka gootaniif appiin kun yaadachiiftuudha.
👌Application kun yeroo, halkan bilbila keessan fayyadamtan ifni bilbila keessanii akka isin hin miineef gargaara.
👌Appicha erga buufattanii booda hamma inni isinitti agarsiisu sanaa gadi hir'isuun start kan jedhu cuqaastu, yoo irraa balleessuu feetan isa stop jedhu cuqaastu.
Appilikeeshinii kana buufachuu fi ibsa waa'ee appilikeeshinii kana dubbisuuf link gadiin seenaa ilaalaa.
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/01/iji-keessan-ifa-bilbila-keessaniin-akka-hin-miidhamneef-appilikeeshinii-kana-fayyadamaa/
Hiriyyaa keef Share godhi.
Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0

Bilbila Keessan Yoo Akka Tasaa Iddoo Keessan Dagattan, Appilikeeshinii Kun Furmaatadha.
Appilikeeshinii kana buufachuu fi maalummaa isaa dubbisuuf link gadii tuquun seenaa ilaalaa.
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/01/bilbila-keessan-yoo-akka-tasaa-iddoo-keessan-dagattan-appilikeeshinii-kun-furmaatadha/
Hiriyyaa keef Share godhi.
Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Mana keessan keessatti, iddoo hojiitti ykn lafa ta’etti Bilbila keessan iddoo keessan dhabdanii beektuu?Eeyyeen kun baratamaadha. Haala kamiin barbaaddanii argattu ree?
Kanaafuu furmaanni Appilikeeshiinii kana Bilbila keessan irratti fe’achuudhaan salphatti arachuuf isin gargaara.
Appilikeeshinii kana buufachuu fi maalummaa isaa dubbisuuf link gadii tuquun seenaa ilaalaa.
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/01/bilbila-keessan-yoo-akka-tasaa-iddoo-keessan-dagattan-appilikeeshinii-kun-furmaatadha/
Hiriyyaa keef Share godhi.
Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Yeroo baay’ee bilbilli keenya biizii of gochuudhaan fayyadamuu dhiisuu hamma geenyutti, yommuu nu geessisu ni mul’ata, ykn immoo struck ta'uun baay'ee nu rakkisa!
Kana malees Bilbila keenya Qinqanii (virus, malware & etc) yoo qabaate, kana irraa eeguudhaaf systema fayyadamuun dirqamadha. Kanaafuu Qiinqanii ykn virus yeroo ammaa sadarkaa ol'aanaadhaan bilbiloota keenya miidhaa jiruuf furmaata guddaa kan ta'u qabannee isiniif dhufneerra.
Appi kana buufachuu fi ibsa waa'ee isaa dubbisuuf link gadiin seenaa ilaalaa.
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/01/313/
Hiriyyaa keessaniif Share godhi.
Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Kana malees Bilbila keenya Qinqanii (virus, malware & etc) yoo qabaate, kana irraa eeguudhaaf systema fayyadamuun dirqamadha. Kanaafuu Qiinqanii ykn virus yeroo ammaa sadarkaa ol'aanaadhaan bilbiloota keenya miidhaa jiruuf furmaata guddaa kan ta'u qabannee isiniif dhufneerra.
Appi kana buufachuu fi ibsa waa'ee isaa dubbisuuf link gadiin seenaa ilaalaa.
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/01/313/
Hiriyyaa keessaniif Share godhi.
Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Bilbilli Isin Hin Beekne irra deddeebiin, isinitti Bilbilamee Kan Isin Jeequu fi bilbila haaraa isinitti bilbilameef Maalummaa Nama Sanaa Beekuuf Aappii Kana Fayyadama.
Appilikeeshinii kana buufachuu fi ibsa waa'ee appichaa dubbisuuf link gadiin seenaa ilaalaa.
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/01/bilbilli-isin-hin-beekne-yoo-isin-irratti-bilbilame-maalummaa-nama-sana-beekuuf-appii-kana-fayyadama/
Hiriyyaa keessaniif Share godhi.
Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Namni eenyummaan isaa hin beekamne gara bilbila keessanitti bilbilee kan isin rakkisu yoo ta’ee furmaanni isaa appiliikeeshinii kana buufachuun salphaatti maalummaa fi eenyummaa nama sana beekuu dandeessu.
Namni kamuu gara bilbila keenyaatti yoo nuuf bilbilu Marsaalee hawaasummaa (Social media) inni bilbila ittiin nuuf bilbile sanaan bakka namni sun jiru Kan nutti agarsiisuu fi odeeffannoo guutuu waa'ee nama sanaa nu agarsiisa.
Appilikeeshinii kana buufachuu fi ibsa waa'ee appichaa dubbisuuf link gadiin seenaa ilaalaa.
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/01/bilbilli-isin-hin-beekne-yoo-isin-irratti-bilbilame-maalummaa-nama-sana-beekuuf-appii-kana-fayyadama/
Hiriyyaa keessaniif Share godhi.
Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Waa’ee VPN (Virtual Private Network) Hammam Beektu?
VPN:
VPN fayyadamtoota isaaf tajaajila ijoo sadii kenna.
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/01/waaee-vpn-virtual-private-network-hammam-beektu/
Hiriyyaa keessaniif Share godha.
Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
VPN:
Maqaan kun
“Cimdaa Yaada Nam-tokkee” ykn Neetwork Dhuunfaa kan qaamaan hin raawwatamne jechuutti hiikama. Tajaajila Toora(online) irratti kennamuudha.
VPN fayyadamtoota isaaf tajaajila ijoo sadii kenna.
✔ Tokko eegumsa cimaadha.
✔ Inni lammataa qofaa fayyadamuu isaan dandeessisa,
✔ Inni sadaffaan bilisummaadha.
Waa'ee VPN Gadi fageenyaan beekuu fi VPN isa kam irra caalaatti akka isin fayyadu beekuuf link gadiin seenaa ilaalaa.
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/01/waaee-vpn-virtual-private-network-hammam-beektu/
Hiriyyaa keessaniif Share godha.
Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Cable/shiboo malee akkamittiin faayila Kompiitara irraa gara bilbilaatti dabarsuu dandeenya?
Link gadiin seenaa dubbisaa, aappichas buufadhaa.
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/02/cable-shiboo-malee-akkamittiin-faayila-computer-ykn-laptop-irraa-gara-bilbilaatti-dabarsuu-dandeenya-%f0%9f%92%bb%f0%9f%93%b2/
✔ Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
✔ Sirni kun sirna baay'ee salphaa ta'edha. Akka isa cable fayyadamnee, gara bilbilaatti dabarsinuu baay'ee hin ulfaatu. Ariitiidhaan dabarsuu fi file hedduu al tokkotti mark goonee daqiiqaa Muraasa keessatti dabarsuuf baay'ee nu gargaara.
✔ Systema kana fayyadamuu fi Appilikeeshinii akkamii akka nu barbaachisu beekuuf step gadii kana hordofaa.
Link gadiin seenaa dubbisaa, aappichas buufadhaa.
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/02/cable-shiboo-malee-akkamittiin-faayila-computer-ykn-laptop-irraa-gara-bilbilaatti-dabarsuu-dandeenya-%f0%9f%92%bb%f0%9f%93%b2/
✔ Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Application Xender qofa fayyadamuudhaan Video gara Audio tti jijjiiruu akkamitti dandeenya?
✔ Warreen application Xender hin qabnes achumarraa buufattu, link gadiin seenaa ilaalaa.
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/02/application-xender-qofa-fayyadamuudhaan-video-gara-audio-tti-jijjiiruu-akkamitti-dandeenya/
✔ Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
✔ Mala baay'ee salphaadha itti fayyadama.
Internetis ta'e process biraa isin hin barbaachisu.
✔ Step armaan gadii kana haalaan eegadanii yoo raawwattan salphaatti jijjirrattu.