Egeree Post
8.25K subscribers
4.34K photos
73 files
3.45K links
This is Official Egeree Post Channel
&Technolgy
Our Website egeree.com
Telegram https://t.me/michujobs
All Ethiopia Jobs posting source at one place
Hojiilee Mara Iddoo Tokkotti walitti sassabuufi Barnoota Technology waliin Isin qaqqabsiisna
Download Telegram
Forwarded from JALO PICTURES
Taatee Ajaa'ibsiisaa Gaddaa Fi Gammachuu Guyyaa Tokko Keessatti Mudate.

Shammarreen ganna 31 Heather jedhamtu hiriyyaa David Mosher jedhamu baay'ee jaallattuu fi baay'ee ishee jallatu qabdi turte. Osoo waliin 'relationship' gaarii keessa jiranii isheen dhukkuba kaanserii harmaatiin qabamte. Yeroo dheeraadhaaf ishee dhukkubeetu Hospitaala biyya Hindii beekamaa tokkotti yaalamuuf gara sana geeffamte. Hiriyyaan ishees haala ulfaataa kana hundumaa keessatti ishee waliin ture. Raftee yoo dammaqxe kan isheen of cinaatti argitu; fuulli ifaan isheen argitee ittiin jajjabaattu kan jaalallee isheeti.

Osooma isheen baay'ee dhukkubsattee jirtuu Mudde 22/ 2017 garuu waan hin eegamnee fi hin baratamne addunyaa raajjeffachiise tokkotu ta'e.........


Guutuu isaa dubbisuuf link gadiin seenaa dubbisaa.

https://ag.ethiojob.info/blog/2022/06/24/taatee-ajaaibsiisaa-gaddaa-fi-gammachuu-guyyaa-tokko-keessatti-mudate/

Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+SjIGbdlsvtSdk9Uu
Forwarded from JALO PICTURES
FINNISA AKKAMIN OF IRRAA ITTISUU DANDEENYA?

Rakkoon kun kan uumamu yoo xannachi gogaa sabaceous gland jedhamu kan dhangala'aa akka zayitaa sebum jedhamu kan gogaan keenya akka hin gogne eeguuf gargaaru oomishu hamma isa irraa eegamuu ol dalagu (overactive) dha.

Kanaafuu dhibee kana Akkamiin of irraa ittisuu dandeenyaa?.......


Link gadiidhaan seenaa dubbisaa.

https://ag.ethiojob.info/blog/2022/06/25/finnisa-akkamin-of-irraa-ittisuu-dandeenya/

Telegram keenya share fi join Godhaa.
https://t.me/+SjIGbdlsvtSdk9Uu
Call for Written Exam
===========
Dear candidates,
Thank you for your application of Customer Service Officer I/Direct Sales Representative/Digital Channel position recently posted – April 24, 2022.
Awash Bank would like to invite candidates short-listed for written exam in four rounds: June 30 & July 1,2022 at Addis Ababa Ras Hotel, around Legehar.
Criteria:-
For 1st -3rd rounds (Candidates of Customer Service Officer I/Direct Sales Representative)
1. Graduates of 2021 & 2022 with CGPA of 3.85 and above for males and 3.7 & above for females
2. Age 27 years and below
3. Banking & Finance, Accounting & Finance, Management, Economics, Marketing Management, Business Administration, Public Administration & Development Management, International Trade & Investment Management, Cooperative Business Management & Account & MIS fields are invited.
For 4th round (separately candidates of Digital Channel Officer),
1. Graduates of 2021 & 2022 with CGPA of 3.6 & above for males & 3.4 & above for females
2. Age 27 years and below
3. Information Technology/Science, Computer Science, Software Engineering & Electrical Engineering(computer, Electronics, & communication streams) field of studies are invited
Other rounds will be available for candidates who have less than these CGPAs & distance graduates have not been invited.
N.B. Candidates are also advised to have their ID card/passport when they appear for the exam.
Egeree Post pinned «Call for Written Exam =========== Dear candidates, Thank you for your application of Customer Service Officer I/Direct Sales Representative/Digital Channel position recently posted – April 24, 2022. Awash Bank would like to invite candidates short-listed for…»
Forwarded from JALO PICTURES
HARMI DHIIRAA YEROO TOKKO TOKKO MAALIIF GUDDATA?

Yeroo tokko tokko harmi dhiiraa jijjirama agarsiisuudhaan, osoo sochiilee qaamaa hin dalagin ykn osoo isportii hin hojjetin, yerootti harmi dhiiraa guddatu ni jira. Kun immoo namoota hedduu irratti kan mul'atudha. Sababa guddina harma dhiiraa kanneen ta'an kanneen gadii kanadha.
Isaanis:.......


Guutuu isaaf link gadiin seenaa dubbisaa.

https://ag.ethiojob.info/blog/2022/06/25/harmi-dhiiraa-yeroo-tokko-tokko-maaliif-guddata/

Telegram keenya join fi share Godhaa.
https://t.me/+SjIGbdlsvtSdk9Uu
Forwarded from JALO PICTURES
Kitaaba tokko haguuggii isaatiin hin murteessinaa!

Barattoonni digrii tokkoffaa eebbifaman barreeffama qorannoo isaanii akka dhiyeessan haala bareedaa ta’een dhiyaataniiru. Barattoota kana keessaa tokko uffata silipaarii fi silipaarii kennameefii ture. Barsiisonni garaagarummaa barattootaa madaaluuf qophii ta'an gurbaa kana huccuu uffatee arguun aariidhaan arrabsuu eegalan. Erga arrabsoo fi fakkeessummaa isaanii xumuranii booda gurbaan kun boo'ichaan haasa'uu eegale..........

Guutuu isaa dubbisuuf link gadiin seenaa dubbisaa.

https://ag.ethiojob.info/blog/2022/06/25/kitaaba-tokko-haguuggii-isaatiin-hin-murteessinaa/

Telegram keenya join fi share Godhaa.
https://t.me/+SjIGbdlsvtSdk9Uu
EXTERNAL VACANCY ANNOUNCEMENT (Vacancy No. 61/22)
Debub Global Bank S.C wants to recruit the following professionals;
1. Job Title: Director, Finance & Accounts Department
BASIC FUNCTIONS:
Under the general direction of the Vice President, Corporate Services, plans, organizes, directs, coordinates and controls the activities of the Accounts and Finance Department; maintains the financial records of the bank up-to-date; ensures the effective implementation of the accounting systems, policies and procedures of the Bank; manages the financial resources of the Bank and maximizes efficient use of funds.
Education (Minimum): MA/MBA/MSC in Business Management/ Accounting/ Economics/ Business Administration/ Finance and Economics or related field
Experience: 8 years of relevant experience; 4 of which in managerial position
Number Required: 1 (One)
Place of work: Head Office

2. Job Title: Manager, District Office
Education (Minimum): MA/BA in Accounting/ Business Management/ Management or related field Experience: 8/10 years of relevant banking experience; 3 of which in managerial position
Number Required: 2 (Two)
Place of work: Addis Ababa

3. Job Title: Branch Manager I
Education (Minimum): BA in Accounting/Banking/Management or related field
Experience: 6 years of banking experience; 2 of which in senior positions
Number Required: 1 (One)
Place of work: Gondar

4. Job Title: Manager IFB Financing Division
Education (Minimum): BA in Accounting/Business Management/Management or related field
Experience: 8 years of banking experience; 3 of which at senior level
Number Required: 1 (One)
Place of work: Head Office

5. Job Title: IFB Accounts & Operation Officer
Education (Minimum): BA in Accounting/Business Management/Management or related field
Experience: 2 years of relevant banking experience
Number Required: 1 (One)
Place of work: Head Office

6. Job Title: IFB Financing Officer
Education (Minimum): BA in Accounting/Business Management/Management or related field
Experience: 2 years of relevant banking experience
Number Required: 1 (One)
Place of work: Head Office

Application Dead line: 5 working days (June 20-24, 2022) starting from the date of announcement on the newspaper
Salary: Per Bank’s Scale
Interested applicants should submit their non-returnable applications along with CV and photocopies of other relevant documents through post office only.




Debub Global Bank S.C
Human Resources Management Dep’t
P.O. Box 100743
#Beeksisa_Hojii

Vacancy – Attorney
==================

The Commercial Bank of Ethiopia would like to invite qualified and interested job seekers to apply for the position of Attorney for Head Office and District Offices.

Interested and qualified applicants should apply through CBE career website (https://vacancy.cbe.com.et) from June 29 to July 8, 2022.

For requirements and other detail information, please use the following link:
https://combanketh.et/cbeapi/uploads/ATTORNEY_VACANCY_41ee2c2156.pdf
Egeree Post pinned a photo
Forwarded from Ayyuu Tube
♡Wi-Fi Map♡

Appiin kun Jecha Darbii (Password) Wi-Fi tokkoo salphaatti akka argannuu fi Wi-Fi naannoo keenya jiru akka fayyadamnu kan nu dandeessisudha. Jecha darbii(password) Wi-Fi dhaabbata fayyadamuu barbaanne tokko argachuuf, Appii kana banuudhaan Kaartaa nuuf dhufu irraa Biyya Itoophiyaa filannee, ykn namoonni Biyya alaa jiraattanis, maqaa biyya jiraattanii filattu, itti aansuun magaalaa keessa jirru filanna. sana booda Wi-Fi Magaalota sana keessa jiran hunda Jecha Darbii[password] isaanii wajjiin nuuf fida.

Haaluma kanaan Wi-Fi naannoo keenya jiru filannee Jecha darbii isaa itti galchuun salphatti akka fayyadamnu nu taasisa.


Appii kana buufachuu fi maalummaa appii kanaa beekuuf link gadiin seenaa dubbisaa.

https://ag.ethiojob.info/blog/2022/06/30/password-wi-fi-dhaabbataa-ykn-kan-nama-dhuunfaa-kamiiniyyuu-salphaatti-argattanii-fayyadamuuf-appii-isin-dandeessisu/

Hiriyyaa keef Share godhi.
Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+TBjZ-OPlDnPQSpde
Forwarded from Ayyuu Tube
IDM–Download Manager

Appiin kun Kanaan dura Koompiitara keenya irratti faayiloota saffisaan buufachuuf (download) gochuuf kan nu gargaaru yoo ta’u, amma immoo bilbiloota Android irrattis faayiloota kanneen akka video clips, audios/musics, photos, pdf/documents fi kanneen biroo saffisa ol'aanaadhaan akka buufannuuf nu gargaara.

Appii kana buufachuu fi maalummaa isaa dubbisuuf link gadiin seenaa dubbisaa, buufadhaas!

https://ag.ethiojob.info/blog/2022/06/30/interneeta-irraa-muuziqaa-viidiyoo-audio-ykn-sagalee-fi-suuraa-adda-addaa-qulqullina-olaanaadhaan-buufachuuf-appiin-kun-baayee-filatamaadha/

Hiriyyaa keef Share godhi.
Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+TBjZ-OPlDnPQSpde
Forwarded from Ayyuu Tube
📱Bilbila jaalallee kee ykn bilbila kan nama barbaaddee fageenya irra teessee xalafuu yookiin hordofuu yoo barbaadde appilikeeshinii kana gadii fayyadamuu qabda.

Akkuma beekamu namni kam iyyuu icciitii dhoksaa kan jaalallee isaa ykn kan jaalallee ishee akkasumas maatiin hayyama isaaniin alatti icciitii ijoolleen isaanii maatii dhoksuun raawwatan, to'achuu fi hordofuu ni barbaaddu maarree app' n kunis kanaaf baay'ee isin gargaara.

Appilikeeshina kanaan waanti isin hordofuu dandeessan sagalee namni sun haasa'ee, message ykn ergaa barreeffamaa namni sun namaaf ergee ykn kan nama biroo irraa ergamee fi suuraa namni sun guyyaan ka'aa oolu dabalatee waan danuutu jira.


Appii kana buufachuu fi ibsa bal'aa waa'ee appii kanaa yoo feetan link gadiidhaan seenaa dubbisaa, buufadhaa!

https://ag.ethiojob.info/blog/2022/06/30/app-bilbila-jaalallee-kee-ykn-kan-nama-barbaadde-fageenya-irra-teessee-xalafuuf-kan-si-gargaaru/

Hiriyyaa keef Share godhi.
Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+TBjZ-OPlDnPQSpde
#FIAS

Tooftaa burjaajessa oonlaayinii “Fiyaas (FIAS)” jedhamuun namoonni maallaqa isaanii dhaban qaamolee seera kabachiistotaaf eeruu kennuun tumsa akka taasisan Tajaajilli Tika Faayinaansii waamicha dhiyeesseera.

Daayrektarri Kominikeeshinii Tajaajila Tika Faayinaansii Obbo Indaalee Asaffaa akka ibsaniitti, ‘yeroo gabaabaa keessatti bu’aa qabeessa isin taasisna’ jechuun miidiyaalee hawaasummaa fayyadamuun, qaamoleen hojii burjaajessuu raawwatan dabalaa dhufuun, Dhaabbata Odeeffannoo fi Tikaa Biyyaalessaa waliin ta’uun hojiileen garagaraa hojjetamaa tureera.

Gochaan oonlaayinii ‘Fiyaas’ jedhamuus miidiyaalee hawaasummaa fi oonlaayinii gargaaramuun qaamolee hojii burjaajessuu hojjetan keessaa tokko ta’uu akka danda’uu eeraniiru.

Gochaa kana qaamoleen raawwataan abdii hinjirre nama keessatti uumuun namoota burjaajessaa jiraachuu eeranii, hawaasnis seera qabeessummaa isaa utuu hinmirkaneeffatiin hawwatamuun, yakkichi akka babal’atu taasisaa dhufuu ibsaniiru.

Namoonni ‘Fiyaasiin’ burjaaja’an eeruu kennaniin, daandiilee kaffaltii garagaraa fayyadamuun kanneen maallaqa walitti qaban, haalichi hanga adda baafamutti herregni baankii isaanii akka hinsochoonee haalli itti taasifamu ni uumama jedhaniiru.

Waliigalaan adeemsi qorannoo yakkaa kun jalqabbiirra jiraachuu eeranii, dhimmichi qulqullaa’ee hanga xumuramutti odeeffannoo guutuu kennuun akka hindanda’amne ibsaniiru.

Hawaasni, miidiyaalee hawaasummaa fayyadamuun hojiilee hojjetaman irratti wayita hirmaatanii fi qaamoleen waliin hojjetan Ityoophiyaatti beekamtii seera qabeessaa, sirrummaa, eenyummaa fi teessoo isaanii mirkaneefffachuu akka qaban eeruu isaanii EBC’n gabaaseera.

https://t.me/michujobs
Egeree Post pinned «#FIAS Tooftaa burjaajessa oonlaayinii “Fiyaas (FIAS)” jedhamuun namoonni maallaqa isaanii dhaban qaamolee seera kabachiistotaaf eeruu kennuun tumsa akka taasisan Tajaajilli Tika Faayinaansii waamicha dhiyeesseera. Daayrektarri Kominikeeshinii Tajaajila Tika…»
Namoonni bilbila yeroo dheeraa fayyadamtan hundi, ifti bilbila keessanii ija keessan akka hin miineef applicationiin ajaa'ibaa kun baay'ee isin gargaara.

Application kun fayyadamuuf baay'ee salphaadha. Itti fayyadamni isaa ifa bilbila keessanii, kan duraa irra gadi buustanii gargaaramuu fi ija keessaniif of eeggannoo akka gootaniif appiin kun yaadachiiftuudha.

👌Application kun yeroo, halkan bilbila keessan fayyadamtan ifni bilbila keessanii akka isin hin miineef gargaara.

👌Appicha erga buufattanii booda hamma inni isinitti agarsiisu sanaa gadi hir'isuun start kan jedhu cuqaastu, yoo irraa balleessuu feetan isa stop jedhu cuqaastu.


Appilikeeshinii kana buufachuu fi ibsa waa'ee appilikeeshinii kana dubbisuuf link gadiin seenaa ilaalaa.

https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/01/iji-keessan-ifa-bilbila-keessaniin-akka-hin-miidhamneef-appilikeeshinii-kana-fayyadamaa/

Hiriyyaa keef Share godhi.
Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Bilbila Keessan Yoo Akka Tasaa Iddoo Keessan Dagattan, Appilikeeshinii Kun Furmaatadha.

Mana keessan keessatti, iddoo hojiitti ykn lafa ta’etti Bilbila keessan iddoo keessan dhabdanii beektuu?Eeyyeen kun baratamaadha. Haala kamiin barbaaddanii argattu ree?
Kanaafuu furmaanni Appilikeeshiinii kana Bilbila keessan irratti fe’achuudhaan salphatti arachuuf isin gargaara.


Appilikeeshinii kana buufachuu fi maalummaa isaa dubbisuuf link gadii tuquun seenaa ilaalaa.

https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/01/bilbila-keessan-yoo-akka-tasaa-iddoo-keessan-dagattan-appilikeeshinii-kun-furmaatadha/

Hiriyyaa keef Share godhi.
Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Yeroo baay’ee bilbilli keenya biizii of gochuudhaan fayyadamuu dhiisuu hamma geenyutti, yommuu nu geessisu ni mul’ata, ykn immoo struck ta'uun baay'ee nu rakkisa!

Kana malees Bilbila keenya Qinqanii (virus, malware & etc) yoo qabaate, kana irraa eeguudhaaf systema fayyadamuun dirqamadha. Kanaafuu Qiinqanii ykn virus yeroo ammaa sadarkaa ol'aanaadhaan bilbiloota keenya miidhaa jiruuf furmaata guddaa kan ta'u qabannee isiniif dhufneerra.

Appi kana buufachuu fi ibsa waa'ee isaa dubbisuuf link gadiin seenaa ilaalaa.

https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/01/313/

Hiriyyaa keessaniif Share godhi.
Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0