Egeree Post
8.34K subscribers
4.34K photos
73 files
3.45K links
This is Official Egeree Post Channel
&Technolgy
Our Website egeree.com
Telegram https://t.me/michujobs
All Ethiopia Jobs posting source at one place
Hojiilee Mara Iddoo Tokkotti walitti sassabuufi Barnoota Technology waliin Isin qaqqabsiisna
Download Telegram
Egeree Post pinned «1. Chief Cashier Education: First Degree in Banking/Management/Accounting or related fields Experience: 5 years of relevant banking experience Competency: Good knowledge of the principles and practices of cash management Good knowledge of corporate policies…»
Namoota fedhii dandeettii
Mul'ataa fi abjuu qabdaniif!
#Dhaabbata #sammuu nama qaroomsu ykn [Mind setting]/ Personal Development Itoophiyaa keessatti hundeeffamee daandii milkaa’inaa carraa baay'ee guddaa dhaloota Mul'ata gaarii qabu, fayya qabeessaa fi sooreessa ta'e uumuuf company hundeeffame dha.

Qaamaa mootummaa irraa beekamtii seeraaf Eeyyama kan  qabu waajjira guddaa Finfinnee naannoo Booleetii kan qabu fi damee kutaa bulchiinsa magaala Finfinnee keessaa qaba.

Dhaabbata kana keessatti miseensa taatee leenjii/barnoota fudhattee jireenya kee, Jireenya Mul'ataa, Jireenya
Fayyaa, Jireenya Maatii, Jireenya Hawaasummaa Jireenya Hafuuraa, Jireenya Maallaqaa, Jireenya Beekumsaa irratti leenjii fudhatta. Namni tokko sammuu isaa akkamiin fayyadamuu akka qabuufii akkamiin akka of jijjiiruu danda’u fi madda gaalii argachuu qabu irratti hojjeta.

Daandii Milkaa’inaaf adeemsa Abjuun jiraachuu Waa'ee kaayyoo dhuunfaa keetii, dandeettii kee, mul'ata kee beekuun galma ga'uu ni dandeessa. "Addunyaa irratti
namoonni hiyyeessa ta'an warra mul'ataa fi abjuu hin qabneedha. Akkamiin abjuuf mul'ata keenya kana fayyadamnee jireenya keenya jijjiiruu akka dandeenyu gadi fageenyaan baranna. 

Namoonni hojii business kana waliin hojjechuu barbaaddan baga gammaddan mind setting dabalatee qarshii xiqqoo dhaan jalqabamee commission hedduu ykn qarshii #Hanga yaaddanii #Ol kan ittin argattaniidha
#Fayadamaa tahaa
#Ijoollotni keenya Isin fayyadaa
#Sadarkaa barumsaa hin gaafatu.
#Waan xiqqoo kenni waan guddaa fudhu #Jireenyake gara fuldaaraaf #wabii cimaa kan siif ta'uu danda'uudha
Namootni hojjechuuf #Milkaa'uuf murtteesitan karaa keessaa nu quunnama
#Namoota Milkaayina argachaa juran keessaa #SanyiiGudataa Nama tola #Ooltummaan beekamu fakkenya fudhachuu danddeenya
#Yaada Jall'aa irraa of eeggannoo godhaa . Urataa xiqqaan doonii guddaa dhidhimsuu dandeessi."
♡♡ Nuuf barreessa Odeeffannoo guutuu argadhaa #Waan isinitti gaaffii tahee nu gaafadhaa!!
Egeree Post pinned «namoonni hiyyeessa ta'an warra mul'ataa fi abjuu hin qabneedha. Akkamiin abjuuf mul'ata keenya kana fayyadamnee jireenya keenya jijjiiruu akka dandeenyu gadi fageenyaan baranna.  Namoonni hojii business kana waliin hojjechuu barbaaddan baga gammaddan mind…»
AMMARS Company LTD is one of the leading construction companies in South Sudan. AMMARS offers sound employment conditions with opportunities for personal growth and development.
The role of the Project Manager is to plan, execute, and finalize projects according to an established project schedule with strict deadlines and within budget.
The project Manager is responsible to coordinate and manage all construction activities on the rehabilitation and expansion of water supply system Project in South Sudan.
The position holder is responsible in planning and implementation of the construction activities, monitoring and evaluation and contract administration of construction undertakings.
Job Description

Develop and implement project execution strategy, ensure the implementation of quality control standards and cost control on project for on time completion.

Execute daily operations of monitoring the daily work executed and prepare interim and completion project reports.
Any duties assigned by Management.

Job Requirements

Required Education/Experience:
• Bachelor of Science Degree Required – Water resource engineering, hydraulics, hydrology and related fields
• Minimum 10 years of direct Project Management work experience in water supply/pipe line works

Skills and Special Requirements:
• AutoCad knowledge and ability to read plans and specs desired
• Able to manage and direct others on project team
• Familiarity with project management software tools
• Experience in working with multiple discipline projects
• Excellent computer skills in all Microsoft Office Suite applications
• Fluent spoken and written English required
• Strong written and oral communication skills required
• Ability to conform to shifting priorities, demands and timelines
• Ability to elicit cooperation from a wide variety of sources, internal to external
• Valid Passport
How to Apply
Interested applicants who meet the MINIMUM requirements should send their CV, cover letter and education/experience certificates through email to recruitment@ammarsgroup.com before December 15, 2021. Applicants’ should indicate the position they are applying on their email subject.  More information on the job positions can be found on the company website at www.ammarsgroup.com
Egeree Post pinned «How to Apply Interested applicants who meet the MINIMUM requirements should send their CV, cover letter and education/experience certificates through email to recruitment@ammarsgroup.com before December 15, 2021. Applicants’ should indicate the position they…»
Egeree Post pinned a photo