#Kitaabni kun kitaaba mala biizinezii (business) ykn hojii keessa seenuu, keessa turuu fi itti milkaa'uudhaaf nu gargaaru yeroo ta'u, harka dalagu, dalagaa, karra milkoominaa saaqqachuu, dandeettii kalaqaa ofii ol guddisuu fi maamila horachuu danda'uu irratti jabinaan xiyyeeffata