ŔĪÏĐĪȚŤĮ ÔFFÏĆÆĽ👌
133 subscribers
239 photos
24 videos
4 files
235 links
RTA wantoota mimidhago qabadhe dhihadhe akka waa irra baratan abdi gudda qaba

BEEKUMSA
NAGENYA BIYYATI
SIYASA
TOKKUMMA
JAALALA
BOHARTI
GAMACHU
ASOSAMA
BAACOWWAN
VIDODHAN GARGARA FI
FOTODHAN

📵creator:RTA_MIATEYEN
Download Telegram
As wr wb imala keenna roobee baalee lixaa irra gooneen amma dirre qubanne jirra oduuf odeeffannoo argannen

Wagga 1430 irra kaasee gamoon kun kan kan jiru tahu keessa beektonni nuu kaasan gamoo kana keessatti shek Husen kan qaraasisaa turan yoo tahu isaan sahaabaa tahuu odeessu darasaa 6666 qaraasisaa akka turan nuu himan gamoowwan adda adda maqaa nama itti moggasan darasa isaaniiti jedhaniini yaamu gamoon asii gadii kun maqaan abdurrah maan Fi abdussalaam jedhaniini Ganda anaajina keessa haroon beekamtu haroon lukku kan gamoo keessatti argamuufi haroo diin kuree jedhaniin haroo lamman kan zamzama jedhanii amanu akka keessa beekaan tokko nuu himetti qur'aanni yero ciccitu asitti guurani saniif zamzama tahe jedhu
Itti darbinee gaafii tokko gaafanne namani as muudu maaliif (zihaaru) maaliif ? Jennen shek Huseen kadhachuuf jedhanii nuu deebisa sh Huseen maal harka qaba jennan deebii dhabne aqiidaan jaraa nu shakkisiisnaan subhiis adduma keenna salaanne akkuma nama arganneen dubbisna nu hordofaa
All of you juma'a mubarak
Gaalli dirre kana fakkaata
Wanta bayyee argiite garaan kee si gadduu danda'aa ta'a
.
.
.
Garuu kan akka ummata wallaga Du'aa jiranii,arguu fi dhaga'uu caalaa wanti si gaddisiisu hin jiru

Ummata Kenya kan wallagaatif sagalee ha taanu isiinin ja'a channel keessan #Riditto_official

@miateyen
Forwarded from ORO_ViP
Amma Daqiiqa Muraasa Dura F.F Nannoo Piyaasatti qeerroon Oromoo 2 karaa deema otuu jiranii.......see More
Forwarded from ORO_ViP
Amma Daqiiqa Muraasa Dura F.F Nannoo Piyaasatti qeerroon Oromoo 2 karaa deema otuu jiranii.......see More
ODUU GAMMACHUU
Abban qabeenya oromoo Fi arjaan beekamaan obbo dinquu dayyas loltoota poolisii fedraalaa irraa eggumsa jawaar maamadiif mindaa dhoorkatan mindeessuf waada galan
Jalatamtoota keenyaa akkuma kanaan dura isiniin gaturre jarri kun walgahee harka tumee gargar baha
Waan isin dhibu garuu yeroo waaree ( zeekkaruu )f kahan dursa qur'aana Wal keessa hamma dandahan qara'u rabbin kadhachuu itti fufu

HUB: shirkiin 3
1 shirkul Akbar
2 shirkul asgar
3 shirkul mahabba
Jarri kuni shirkii lamatti jiru 1 shirkul Akbar rabbitti qixeessanii kadhattu sh Huseen ati Na laali jedhuun
2 shirkul mahabba heddu jaallatu rabbif nabii (s a w ) caalchisu hadiisarra Wal qabsiisnee waaheddu jechuu hin dandeenna akka shirkii tahe
Oduu amme osomaa nuti jara bira dhaabbataa jirru yeroo haasaa taasisan tabliige balleessa jedhu akka firqaa biraa tahan tilmaamuun Nama hin dhibu

Akkuma duratti isinii kaasuuf yaalle waaree ( zeekkara) jira isiniin jennee turre zeekkarri Kunis iddoo lama gurguddo jira karra bakka jedhamu gamoo fuldura
Fi haroo diinkuree iddoo jedhamuudha suuraan isaa akka asii gadiitti
Iddoo zeekkaraa karra bakka jedhamu
Iddoo waaree horoo diinkuree cinaa ifaan calaqqisu Kunis ummata taahu
Kuni dibbe yeroo rukutani
Kabajamtoota keenna waan isin kabajnuuf xiqqaa guddas waan arginee nu diqisiise isin biraan geenna
Forwarded from Walaa_Meme (Wálàä👊 Örômø)
⚪️⚫️🔴⚪️⚫️🔴⚪️⚫️🔴⚪️⚫️🔴



Channalotin Armaan gadii Channalotaa dhugaa dhaa join godhadhaa Hordoftotaa kenyaa



❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

♻️ Filadhaa fayyadamoo ta'aa 👋👋
Maal barbaaddu?
Hunduu jiraa. Waliin tanee Afaan kenya ha gudiis nu.
Warren. Channel kessan nu wallii beksiisu fettan gara kanan gal mash dandesan @walaaoromo
Warren VIP barbaadan garaa @walaaoromo nu kunamu ni dandesan
@walaaoromo
😜 @walaaoromo

🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣

Channel Keessan bekksifachuuf galmaa

⚡️: @walaaoromo
⚡️: @walaaoromo
⚡️: @walaaoromo



JOIN