ŔĪÏĐĪȚŤĮ ÔFFÏĆÆĽ👌
135 subscribers
239 photos
24 videos
4 files
235 links
RTA wantoota mimidhago qabadhe dhihadhe akka waa irra baratan abdi gudda qaba

BEEKUMSA
NAGENYA BIYYATI
SIYASA
TOKKUMMA
JAALALA
BOHARTI
GAMACHU
ASOSAMA
BAACOWWAN
VIDODHAN GARGARA FI
FOTODHAN

📵creator:RTA_MIATEYEN
Download Telegram
Konkolaachistoonni fi ogeessi fayyaa kun konkolaataa keessaa bu'anii lafa jiraatanis, namoonni miidhamanii fi kanneen yaalchisuuf dhufan garuu konkolaatichuma keessa akka turanis hima.

"Osuma maal goona jennee dhaabbannee mari'annuu humni addaa naannoo Amaaraa dhufee nu marse. Meeshaa nutti nyaachifatanii jennaan nuti nama nagaa ta'uu itti himne.

Gidduutti ajajaan poolisii magaalichaa dhufee doktoroota sodaachistanii yaala argachaa jirtu nuun jedhe. Sana booda doorsisatu itti fufe," jedha Ahimad.

Haalli jiru daran hammaachaa deemuun muddamni uumamnaan, namoota yaalchisuuf dhufan keessaa namni tokko 'bada nu fixaniimii' jedhee utaalee yoo fiigu, rasaasaan dhahanii ajjeesan jedha.

"Dhukaasni dhagahamnaan hokkora cimaatu uumame. Dargaggoonni marsanii turanis gara ambulaansiitti fiiganii tarkaanfii fudhachuu eegalan.''

Hanga ammaattis poolisiin naannoo Amaaraas ta'e bulchiinsi dhimma kanarratti ragaan gadi fageenyaan hinjiru.

Yeroo ambulaansii irratti xiyyeeffatamu anii fi konkolaachiftoonni mana duubaan fiigne jedha oggeessi fayyaa kun.

Achis mucaan tokko kutaa wayii nu galchee nutti qollofe," jedha akkaataa lubbuudhaan oolan yeroo himu.

Namni lubbuu isaanii baraare kunis yoo dargaggoonni kunneen nu barbaachaaf karaa nuti darbine dhufan 'asiin darbaniiru' jedhee nurraa dabarsaa ture jedha.

Namoonni ambulaansii lama keessa turan kanneen yaalaaf dhufan namni lamaa fi kanneen yaalchisuuf faana dhufan namoonni jaha walumaa galatti, namoonni saddeet mooraa Hospitaala Yifaat keessatti haala sukkanneessaan ajjeefamuu dubbata.

Konkolaachisaan tokko dursee kan miliqe ta'us innii fi konkolaachistoonni lama akkasumas poolisiin sadii, kutaa dhiphaa sana keessatti sababa nama tokkootiin lubbuun baraaramne jedha.

Isaan booda hoo...

"Galgala erga hokkorri suni tasgabbaa'ee naannoo sa'aatii lamaa kutaa sanii baasanii waajjira poolisii nu geessan.

Achiis nu baasanii gara kaampii Poolisii Federaalaa nu geessanii achi bulle. Isaanis gara Sanbateetti nu geessan," jedha.

Namoota lubbuun isaanii haala sukanneessaan darbe keessaa afur maatii kiyya kan jedhuu fi maqaan isaa akka eeramu kan hin barbaanne jiraataan magaalaa Axaayyee tokko, namni keenya achitti akka yaalaman sodaa guddaa qabna turre jedha.

"Abbeeraa kiyya lama, eessuma kiyyaa fi mucaa eessuma kiyyaati kan ajjeefaman. Anis gaafas rukutamee buufata fayyaa Sanbateen ciisee ture. Ergasiin miidiyaa hawaasummaa irratti arge.

Baayyee nama gaddisiisa, reeffallee akka hin fudhanne dhorkanii guyyaa afur booda kan nuuf kennan," jedha.

Bulchaan Danaa Jiillee dhummuugaa Obbo Jamaal Hasan, ta'iin namoota yaalaaf deemanirratti raawwatame kun, lola ture daran kan hammeessee fi ammallee yaaddoo guddaa dhiisee kan darbedha jedhu.

"Namoonni keenya yoo xiqqaate reeffa fudhanna jechuudhaani gaaga'ama hamaan kan itti aanee dhufe. Lolli suni guutuu Aanaa keenyaatti akka bal'atu kan godhe isa. Rakkoo lammaffaan xiinsammuu uummataa guddaa miidheera," jedhan.

Ergasii namootni rasaasaan dhahaman hospitaala deemuurra asumatti duuna jedhanii didaa akka jiranii fi kanneen da'umsaaf gara hospitaalaatti rifarii tahanilleen deemuu diduun rakkoo balaan suni dhale ta'eera jedhan Obbo Jamaal.
Deebii mootummaa...

Dhimma haleellaa garee namoota yaalaaf hospitaala deemanii ambulaansii keessatti ajjeefamanii kana kan gaafanne naannoo Amaaraatti Bulchaan Godina Shawaa Kaabaa Obbo Taaddasa G/Tsaadiq, ta'iin kun akka jedhamu haleellaadhaan akka hin taane adda baafachaa jirra jedhu.

"Ta'ii kana dhageenyeerra. Garuu akka odeeffamu kanatti miti namootni kuni kan ajjeefaman. Ogeeyyiin fayyaa waan hin turreef, lubbuun isaanii darbuudha kan amma adda baafachaa jirru,'' jechuun wanti kanaan addatti jiru yoo jiraate, qorannoon kan mirkanaa'u taha jechuun himan.

Viidiyoo haleellaa kanaa kan miidiyaa hawaasummaarratti qoodamaa jiru kana akka hin arginee fi gareen dhimma kana qoratu sadarkaa federaalaa irraa bobba'ee jiraachuu eeran.

Hanga ammaatti garuu ajjeechaa namoota kunneeniitiin shakkamee namni too'annaa jala oole akka hin jirres BBC'tti himaniiru.

Himannaa Poolisii Addaa Naannoo Amaaraa irratti dhiyaate irratti, poolisiin naannichaa haga ammaa wanti jedhe hinjiru.

Walitti bu'insa naannoo Amaaraa Godinaalee Shawaa Kaabaa fi Saba Oromoo keessatti torbee lama dura mudate ture hordofes, namoonni meeqa aka du'an ifatti baramu baatulleen, heduurra miidhaan qaqabuufi barbadiinsi qabeenyaa olaanaan qaqabuu jiraattootaafi aanga'oonni BBCtti himan.

Ammatti naannichi tasgabaa'aa ta'ulleen, namoonni hedduun qeesaanii irraa buqqa'an deeggarsa eeggataa jiraachun ibsame.

@miateyen
@miateyen
Ministeerichi akka ibsetti Qabxii qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa ifa taheen, bara kana barattoonni 147,640 (88,153 dhiira 59,487 Dubara) dhaabbilee barnoota o’laanoo mootummatti ramadamanii jiru.

Haaluma kanaan: Qabxii darbiinsaa jedhame kan ifoome.

📌 Saayinsii Uumamaa (Natural Science)
- Dhiiraaf - 380
- Dubaraaf- 368

📌Saayinsii Hawaasaa (Social Science)
- Dhiiraaf - 370
- Dubaraaf - 358
Iyyi koo yoom dhagahamaa
Gaafa kam Warra
Milkaahan waliin waamama
Yeroo kaan suphu
kaantu diigamaa


Yeroo lama cabuu
Yeroo lama dhabuu
Maal balleese
Moo dhugaan osoo
Hin taane anatu fakkesse


By me

For __
As wr wb dhufe baati Ramadan jiini wal jaalatan ........
New raayya 34 daqiqa murasa kan tae ittin bohara mee
#Subhaanallaah

#Dubartii_ijoollee_sagal_lakkuu_deesse
Guyyaa kaleessaa/Tuesday #morocco keessatti dubartiin takka umriin ishee waggaa 25 tan taate maqaan ishee "#Haliimaa_siissee tan jedhamtu erga ogeeyyiin fayyaa daa'imman torba garaa keessaa qabdi jedhanii booda ijoollee sagal lakkuu deesse argamte jedhan.
Ministeerri fayyaa #maalii akka gaabaastetti, "ijoolleen kunneen shan dubra yoo ta'an, afur immoo dhiira, hunduu fayyaa guutuudhaan jiraachaa jiru" jette.
Ijoolleen sagala lakkuu dhalachuun baay’ee nama dinqisiisa, garuu hujiin Rabbii keennaa yeroo kamuu sammuu namaa akkaan dadhabsiisaa.
ما فعل الجليل فهو جميل.
Maddi
Aljaziiraa
Join👇
@abdataa3
Akmi nagadha jalatamtoota too bade ture dhiifama rakko hawasuma na mudate walitti deebine jirra
Forwarded from Qesem Crypto
#Point‼️

ሰላም ውድ የዚህ ቻናል ቤተሰቦች እንዴት ናችሁ🙏🙏

የ 12ኛ ክፍል ፈተናን አስመልክቶ ምንም አዲስ ነገር የለም። ነገር ግን ከ ቀናት በፊት እንደደረሰን ከሆነ ፈተናው እየታረመ እንደሆነ ነው።

ይህ ብሆንም ሰሞኑን ሀገራዊ ጉዳይን አስቀድመን ከ ጠቅላይ ሚኒስቴራችን ጋር ዘመቻውን ተቀላቅለናል። ኢትዮጵያ ታሸንፋለች‼️

መረጃ ና አስተያየት ለመስጠት
  👉 @Ethiostudent4bot

ለተጨማሪ የ 12ኛ ክፍል መረጃዎች🙏
🔥@Student2014🔥
🔥@Student2014🔥
🔥@Student2014🔥
💵💵💵💵💵💵💵💵💵💵💵💵
Doolaara Online namoonni hojjechuu barbaaddan dafaa galamaa'aa
💵💵💵💵💵💵💵💵💵💵💵💵
Odeeffannoo dabalataaf channel kana gadii join godhaa👇👇👇
https://t.me/Fn90footballl
💵💵💵💵💵💵💵💵💵💵💵💵
Doolaara Online namoonni hojjechuu barbaaddan dafaa galamaa'aa
💵💵💵💵💵💵💵💵💵💵💵💵
Odeeffannoo dabalataaf channel kana gadii join godhaa👇👇👇
https://t.me/Fn90footballl
💵💵💵💵💵💵💵💵💵💵💵💵
Doolaara Online namoonni hojjechuu barbaaddan dafaa galamaa'aa
💵💵💵💵💵💵💵💵💵💵💵💵
Odeeffannoo dabalataaf channel kana gadii join godhaa👇👇👇
https://t.me/Fn90footballl
●══◄ೋღ⚫️🔴⚪️ღೋ►══●
Chaanaalota guguddoo fi beekkamoo
🦚🦚🦚🦚🦚🦚🦚🦚🦚🦚🦚🦚

🗣Oromo Pictures📸
📡 @oromobeauty

🗣Sirboota Oromoo haaraa fi durii🎶
📡 @Oromp

🗣Dirree Aartii🎭
📡 @dhwalaloo

🗣Asoosama fi seenaa oromoo📚
📡 @ijoolleeoromoo

🗣Aartii Oromoo haa guddifnu📊
📡 @orostech

🗣Ancient Oromo history🌳
📡 @etbisahusen

🗣Adobe Pic Gallery 🎨
📡 @adobegedi

🗣Baacoo fi asoosama😆
📡 @orodope

🗣Dhangaa aartii oromoo🎭
📡 @sabakoofabdii

🗣Gadaa keenya haa guddifnu🌳
📡 @Gadaako

🗣Jaalala qofa❤️🔞
📡 @jaalala

🗣Oro Musix🎸
📡 @OroMusix

🗣kolfaafaan Bohaaruuf😂😂😂
📡 @seeqaa


Group oromoo beekkamoo
⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️

🗣Anis Barataadha👩‍🎓👨‍🎓
📡 @ethio_students_et

🗣bashannanaaf(just for fun)
📡 @Bashannanaaf

🗣seenaa gootota oromoo
📡 @Seenagotootaoromonunlo

🗣Dhaloota qubee🔠⚫️🔴⚪️
📡 @qubeegeneration

📣our channel @oromopromotion

promotion👇👇 Galmaa'uuf
@Oropromobot
👆👆👆👆👆

🤖Admin: @oroboss
💵💵💵💵💵💵💵💵💵💵💵💵💵
Qarshii online hojjechuu yoo barbaaddan group kana join godhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+SuB-kB_FH3szYjI0
Forwarded from Deleted Account
Qormata kuta 8ffa ilaluf start godha