Gareen ogeeyyii fayyaa Raashiyaa osoo hospitaalli gubataa jiruu wal'aansa baqaqsanii yaaluu namaaf raawwataniin akkaan addunyaa ajaayibsiisan.
Wayita doktaroonni wal'aansa baqaqsanii yaaluu raawwatan, abidda haala nama rifaasisuun hospitaalicha gubbaadhaa gadi gubaa ture.
Gareen ogeeyyii fayyaa kunneen garuu osoo balaan abiddaa jiraachuu beekanii fi argaa jiranii hojiisaanii xumuruuf kutatan, dirqama ogummaasaaniif kutatannoo qaban mul'isan.
Gargaarsa hojjettoota ittisa balaa abiddaatiin namoonni 120 ta'an hospitaala Blagoveshchensk kan Raashiyaa, baha fagoo keessatti argamu keessaa baraaramaniiru.
Hojjettoonni damee elektirikaas aarri abiddichaan uumamu gara kutaa dhukkubsataa seenee akka balaa biraa hin uumne akkaan ifaajaa turan.
Waliigalatti tumsa ogeeyyii fayyaa, hojjettoota ittisa balaa fi ogeeyyii elektirikiitiin yaaliin onnee baqaqsanii yaaluu milkaa'eera, namoonni kaanis osoo hin miidhamanin baraaramaniiru.
Dhukkubsataan onnee sunis yeroo booda nagaadhaan baraarameera.
Garee ogeeyyii fayyaa wal'aansa baqaqsanii yaaluu hojjechaa turan kan dursan Valentin Filatov, ''kaayyoon gareesaanii lubbuu dhukkubsatichaa baraaruu qofa tures, sanas raawwanneerra,'' jedhan.
Gareen kun doktaroota saddeet fi nursoota hedduu kan of keessaa qabu yoo ta'u, wal'aansi baqaqsanii yaaluu kun balaan abidaa mudachaa dura yeroo muraasa dura kan eegalee fi sa'atii lama kan fudhateedha.
Hospitaalli bara 1907 ijaarame kun mukeeniin kan bocame ta'uusaatiin abiddi saffisaan qabatee gubaa ture.
Ogeessi fayyaa Antonina Smolina jedhamu naasuun tokkollee akka hin turree fi hojjettoonni hospitaalichaas ofitti amanamummaa guddaadhaan hojjechaa turuu hime.
Mootummaan kutannoo ogeeyyiin fayyaa dirqama ogummaasaanii ba'uurratti qaban jajeera.
@miateyen

Barattoota kutaa 12ffaa qormaata seensa dhaabbilee barnootaa olaanoo fuudhatanii Yuunivarsiitii Saayinsiifi Teeknoolojii Adaamaa fi Yuunivarsiitii Saayinsiifi Teeknoolojii Finfinnee dorgomanii galuu barbaadanif galmeen eegaluu ibsameera.
Ulaagalee galmee:-
Naannoolee ( Affaar, Sumaalee, Beenishaangul Gumuz, Gambeellaa)
Injinariingi : Dhiiraaf qabxii 415 fi isaa ol, Dubaraaf qabxii 410 fi isaa ol yoo ta'u,
Appilayiid Saayinsii: Dhiiraaf qabxii 400 fi isaa ol, Dubaraaf qabxii 395 fi isaa ol.
Naannoolee birootti:
Injinariingif : Dhiiraaf qabxii 420 fi isaa ol, Dubaraaf qabxii 415 fi isaa ol yoo ta'u,
Appilayiid Saayinsiif : Dhiiraaf qabxii 405 fi isaa ol, Dubaraaf qabxii 400 fi isaa ol ta'uu ibsameera.
Guyyaan galmee Bitooteessa 26 hanga 2 Ebla 2013tti yoo ta'u qorumsii Ebla 8/2013 ni keennama.
Barattootni ulaagalee barbaachisuu guutaan iddoo jiraanitti karaa online marsaritii http://www.astu.edu.et fi
http://www.aastu.edu.et/ irratti galmaa'uu akka danda'an ibsameera.
@dhalota_qube

www.astu.edu.et
Adama Science and Technology University - Adama Science and Technology University
Welcome to Adama Science and Technology University
#MOOXAA
#MOOXAA
Naannoo Amaaraa Magaalaa Mooxaatti kaleessa galgala Finxaaleeyyii Amaaraa fi Ortodoksiitiin Madraasaa seenuun qur'aanaa fi Kitaabota keessa jiran waliin Ibidda itti qabsiisuun barbaaddessaan.
#حسبن_الله_ونعم_الوكيل
©Abbaas Ibni irraa

5 Ebla 2021

MADDA SUURAA,NURPHOTO
Lola naannoo Amaaraa Godinaalee Shawaa Kaabaa fi Saba Oromoo keessatti torbee lama dura mudate keessaa, taateen namootni ambulaansii keessaa harkifamanii dargaggootaan ajjeefaman mul'isu tibbana miidiyaalee hawaasummaa irratti dubbii ijoo ta'eera.
Viidiyoon daran nama jeequufi miidiyaalee hawaasummaa irratti qoodamaa jiru kun, wayita namoonni ambulaansii keessaa harkifamanii dhagaa fi meeshaalee qara qaban birootiin waraananii yoo ajjeesan mul'isa.
Taateen torban muraasa dura mudate kun miidiyaa hawaasaa gubbaatti akkaan qoodamuun dura, mana maree bakka bu'oota uummataattis ajandaa dubbii ture.
MM Abiy Ahimad paarlaamaatti dhiyaachuun wayita gaaffiiwwan miseensota Paarlaamaaf deebii kennaniitti, miseensoonni mana marichaa lama waa'ee taatee kanaa kaasuun, mootummaan ummata baraaruuf tarkaanfii atattamaa akka fudhatuuf gaafatanii turan.
Taatee kanarratti aanga'aan naannichaa tokko BBCtti akka himanitti, gareen dhimma kana qoratu sadarkaa federaalaa irraa bobba'ee jiraachuu dubbatan
Taateen kun akkamitti uumame?
Buufata fayyaa Sanbateetti ogeessa fayyaa yaala balaa tasaa kan ta'e Ahimad Aliyyii, namoota taatee kana jalqabarraa hanga dhumaa arganiifi ofiinis hamma xiqqoof du'arraa oolan keessaa isa tokko akka tahe BBCtti hime.
Obbo Ahimad akka jedhutti, ALI Bitootessa 11, bara 2013 lola Axaayyee fi naannawasheetti mudateen, namoonni hedduun buufata fayyaa Sanbateetti yaalaaf dhufaa turan.
Namoota kunneen keessaa ammoo lama miidhaan isaanii yaala cimaa waan barbaachisuuf, gara hospitaalaatti ergamuun dirqama ture.
Kanaafis namootni kunneen gara hospitaala dhuunfaa Yifaat jedhamu kan magaalaa Shawaa Roobititti akka ergamaniif murtaa'e.
Bulchaan Aanaa Jiillee Dhummuugaa Obbo Jamaal Hasan akka jedhanitti ammoo, namoonni miidhaman kunneenii fi maatiin isaanii gara Shawaa Roobititti geeffamuu isaanii irratti sodaa qabu ture jedhan.
"Rifariin erga gara Shawaa Roobititti barreeffameefi uummanni sodaa qaba ture - rakkoon nurra gaha kan jedhu.
Dhiibbaa qaama mootummaa, dhiibbaa keenyaanii akka deeman kan goone. Kanaafis ambulaansii lamaan alatti poolisoota konkolaataa tokko wajjin ergine," jedhan haala ture wayita ibsan.
Ogeessi fayyaa Ahmad, namoota miidhamtoota waliin ambulaansidhaan deeman keessaayi. Innis taatee erga Hospitaala Yifaat gahaniin booda isaan mudate akkanaan hima.
"Yeroo nuti ambulaansii lamaa fi konkolaataa poolisii tokkoon Hospitaala Yifaat geenyu, narsoota muraasa malee doktoroonni hin jiran.
Hospitaala biraa geessaa nuun jedhan. Yeroo nuti hospitaalichaa bahuuf jirru, karaan nutti cufamee achuma keessatti ugguramne," jedha.

Konkolaachistoonni fi ogeessi fayyaa kun konkolaataa keessaa bu'anii lafa jiraatanis, namoonni miidhamanii fi kanneen yaalchisuuf dhufan garuu konkolaatichuma keessa akka turanis hima.
"Osuma maal goona jennee dhaabbannee mari'annuu humni addaa naannoo Amaaraa dhufee nu marse. Meeshaa nutti nyaachifatanii jennaan nuti nama nagaa ta'uu itti himne.
Gidduutti ajajaan poolisii magaalichaa dhufee doktoroota sodaachistanii yaala argachaa jirtu nuun jedhe. Sana booda doorsisatu itti fufe," jedha Ahimad.
Haalli jiru daran hammaachaa deemuun muddamni uumamnaan, namoota yaalchisuuf dhufan keessaa namni tokko 'bada nu fixaniimii' jedhee utaalee yoo fiigu, rasaasaan dhahanii ajjeesan jedha.
"Dhukaasni dhagahamnaan hokkora cimaatu uumame. Dargaggoonni marsanii turanis gara ambulaansiitti fiiganii tarkaanfii fudhachuu eegalan.''
Hanga ammaattis poolisiin naannoo Amaaraas ta'e bulchiinsi dhimma kanarratti ragaan gadi fageenyaan hinjiru.
Yeroo ambulaansii irratti xiyyeeffatamu anii fi konkolaachiftoonni mana duubaan fiigne jedha oggeessi fayyaa kun.
Achis mucaan tokko kutaa wayii nu galchee nutti qollofe," jedha akkaataa lubbuudhaan oolan yeroo himu.
Namni lubbuu isaanii baraare kunis yoo dargaggoonni kunneen nu barbaachaaf karaa nuti darbine dhufan 'asiin darbaniiru' jedhee nurraa dabarsaa ture jedha.
Namoonni ambulaansii lama keessa turan kanneen yaalaaf dhufan namni lamaa fi kanneen yaalchisuuf faana dhufan namoonni jaha walumaa galatti, namoonni saddeet mooraa Hospitaala Yifaat keessatti haala sukkanneessaan ajjeefamuu dubbata.
Konkolaachisaan tokko dursee kan miliqe ta'us innii fi konkolaachistoonni lama akkasumas poolisiin sadii, kutaa dhiphaa sana keessatti sababa nama tokkootiin lubbuun baraaramne jedha.
Isaan booda hoo...
"Galgala erga hokkorri suni tasgabbaa'ee naannoo sa'aatii lamaa kutaa sanii baasanii waajjira poolisii nu geessan.
Achiis nu baasanii gara kaampii Poolisii Federaalaa nu geessanii achi bulle. Isaanis gara Sanbateetti nu geessan," jedha.
Namoota lubbuun isaanii haala sukanneessaan darbe keessaa afur maatii kiyya kan jedhuu fi maqaan isaa akka eeramu kan hin barbaanne jiraataan magaalaa Axaayyee tokko, namni keenya achitti akka yaalaman sodaa guddaa qabna turre jedha.
"Abbeeraa kiyya lama, eessuma kiyyaa fi mucaa eessuma kiyyaati kan ajjeefaman. Anis gaafas rukutamee buufata fayyaa Sanbateen ciisee ture. Ergasiin miidiyaa hawaasummaa irratti arge.
Baayyee nama gaddisiisa, reeffallee akka hin fudhanne dhorkanii guyyaa afur booda kan nuuf kennan," jedha.
Bulchaan Danaa Jiillee dhummuugaa Obbo Jamaal Hasan, ta'iin namoota yaalaaf deemanirratti raawwatame kun, lola ture daran kan hammeessee fi ammallee yaaddoo guddaa dhiisee kan darbedha jedhu.
"Namoonni keenya yoo xiqqaate reeffa fudhanna jechuudhaani gaaga'ama hamaan kan itti aanee dhufe. Lolli suni guutuu Aanaa keenyaatti akka bal'atu kan godhe isa. Rakkoo lammaffaan xiinsammuu uummataa guddaa miidheera," jedhan.
Ergasii namootni rasaasaan dhahaman hospitaala deemuurra asumatti duuna jedhanii didaa akka jiranii fi kanneen da'umsaaf gara hospitaalaatti rifarii tahanilleen deemuu diduun rakkoo balaan suni dhale ta'eera jedhan Obbo Jamaal.

Deebii mootummaa...
Dhimma haleellaa garee namoota yaalaaf hospitaala deemanii ambulaansii keessatti ajjeefamanii kana kan gaafanne naannoo Amaaraatti Bulchaan Godina Shawaa Kaabaa Obbo Taaddasa G/Tsaadiq, ta'iin kun akka jedhamu haleellaadhaan akka hin taane adda baafachaa jirra jedhu.
"Ta'ii kana dhageenyeerra. Garuu akka odeeffamu kanatti miti namootni kuni kan ajjeefaman. Ogeeyyiin fayyaa waan hin turreef, lubbuun isaanii darbuudha kan amma adda baafachaa jirru,'' jechuun wanti kanaan addatti jiru yoo jiraate, qorannoon kan mirkanaa'u taha jechuun himan.
Viidiyoo haleellaa kanaa kan miidiyaa hawaasummaarratti qoodamaa jiru kana akka hin arginee fi gareen dhimma kana qoratu sadarkaa federaalaa irraa bobba'ee jiraachuu eeran.
Hanga ammaatti garuu ajjeechaa namoota kunneeniitiin shakkamee namni too'annaa jala oole akka hin jirres BBC'tti himaniiru.
Himannaa Poolisii Addaa Naannoo Amaaraa irratti dhiyaate irratti, poolisiin naannichaa haga ammaa wanti jedhe hinjiru.
Walitti bu'insa naannoo Amaaraa Godinaalee Shawaa Kaabaa fi Saba Oromoo keessatti torbee lama dura mudate ture hordofes, namoonni meeqa aka du'an ifatti baramu baatulleen, heduurra miidhaan qaqabuufi barbadiinsi qabeenyaa olaanaan qaqabuu jiraattootaafi aanga'oonni BBCtti himan.
Ammatti naannichi tasgabaa'aa ta'ulleen, namoonni hedduun qeesaanii irraa buqqa'an deeggarsa eeggataa jiraachun ibsame.

Ministeerichi akka ibsetti Qabxii qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa ifa taheen, bara kana barattoonni 147,640 (88,153 dhiira 59,487 Dubara) dhaabbilee barnoota o’laanoo mootummatti ramadamanii jiru.
Haaluma kanaan: Qabxii darbiinsaa jedhame kan ifoome.
📌 Saayinsii Uumamaa (Natural Science)
- Dhiiraaf - 380
- Dubaraaf- 368
📌Saayinsii Hawaasaa (Social Science)
- Dhiiraaf - 370
- Dubaraaf - 358

Iyyi koo yoom dhagahamaa
Gaafa kam Warra
Milkaahan waliin waamama
Yeroo kaan suphu
kaantu diigamaa
Yeroo lama cabuu
Yeroo lama dhabuu
Maal balleese
Moo dhugaan osoo
Hin taane anatu fakkesse
By me
For __
Gaafa kam Warra
Milkaahan waliin waamama
Yeroo kaan suphu
kaantu diigamaa
Yeroo lama cabuu
Yeroo lama dhabuu
Maal balleese
Moo dhugaan osoo
Hin taane anatu fakkesse
By me
For __
As wr wb dhufe baati Ramadan jiini wal jaalatan ........
New raayya 34 daqiqa murasa kan tae ittin bohara mee

Watch "Anaa Dhufu Jedhaa na simadhaa jedha" on YouTube
https://youtu.be/ZbYkTm1_9o8
https://youtu.be/ZbYkTm1_9o8
YouTube
Anaa Dhufu Jedhaa na simadhaa jedha
ABU WALAD MEDIA Qophii Isaa Hunda xumuree dhufee jira
#Subhaanallaah
#Dubartii_ijoollee_sagal_lakkuu_deesse
Guyyaa kaleessaa/Tuesday #morocco keessatti dubartiin takka umriin ishee waggaa 25 tan taate maqaan ishee "#Haliimaa_siissee tan jedhamtu erga ogeeyyiin fayyaa daa'imman torba garaa keessaa qabdi jedhanii booda ijoollee sagal lakkuu deesse argamte jedhan.
Ministeerri fayyaa #maalii akka gaabaastetti, "ijoolleen kunneen shan dubra yoo ta'an, afur immoo dhiira, hunduu fayyaa guutuudhaan jiraachaa jiru" jette.
Ijoolleen sagala lakkuu dhalachuun baay’ee nama dinqisiisa, garuu hujiin Rabbii keennaa yeroo kamuu sammuu namaa akkaan dadhabsiisaa.
ما فعل الجليل فهو جميل.
Maddi
Aljaziiraa
Join👇
@abdataa3

Akmi nagadha jalatamtoota too bade ture dhiifama rakko hawasuma na mudate walitti deebine jirra
Forwarded from Qesem Crypto
#Point‼️
ሰላም ውድ የዚህ ቻናል ቤተሰቦች እንዴት ናችሁ🙏🙏
የ 12ኛ ክፍል ፈተናን አስመልክቶ ምንም አዲስ ነገር የለም። ነገር ግን ከ ቀናት በፊት እንደደረሰን ከሆነ ፈተናው እየታረመ እንደሆነ ነው።
ይህ ብሆንም ሰሞኑን ሀገራዊ ጉዳይን አስቀድመን ከ ጠቅላይ ሚኒስቴራችን ጋር ዘመቻውን ተቀላቅለናል። ኢትዮጵያ ታሸንፋለች‼️
መረጃ ና አስተያየት ለመስጠት
👉 @Ethiostudent4bot
ለተጨማሪ የ 12ኛ ክፍል መረጃዎች🙏
🔥@Student2014🔥

💵💵💵💵💵💵💵💵💵💵💵💵
Doolaara Online namoonni hojjechuu barbaaddan dafaa galamaa'aa
💵💵💵💵💵💵💵💵💵💵💵💵
Odeeffannoo dabalataaf channel kana gadii join godhaa👇👇👇
https://t.me/Fn90footballl