🚨 Maarkas Raashfoordi fudhachuuf kilaboonni Saawudii Arabiyaa sadii gaaffii dhiyeessan.
Kilaboonni kunnee waggaatti hanga paawondii miliyoona 35 kaaffaluuf gaafatanis taphatichi jalaa kuffiseera ❌
Raashfoordi garee biyyaalessaa Ingilaandi keessatti filatamuuf kilaboota Awurooppaa cicvimootti makamuu barbaada jedhame.
Maddi፦ [ Chris Wheeler ]