DSD SPORT
140 subscribers
15 photos
6 links
Sport news
Download Telegram
Balaa xiyyaaraa kooriyaa kibbaatti mudateen lubbuun namoota darbee 179 gaheera.
****
Kooriyaa kibbaatti namoota 181 fe'uun xiyyaara imalaa ture irra balaa gaheen namoonnii lubbuun isaanii darbe 179 gaheera.
Xiyyaarichi imaltoota 175 fi hojjettoota balalii 6 fe'uun taayilaandi baankooki gara Kooriyaa kibbaa buufata xiyyaaraa internationala mu'aan qubachuuf osoo yaaluu caccabee jedhame.
Xiyyaarra caccabe kana keessaa baraartotni yeroo balaa namota lama qofa lubbuun arguu dubbatan.
Kooriyaan kibbaas namoota balaa kanaan luubbuun isaanii darbe yaadachuuf yadannoo guyyaa 7 labsiteetti.
Gabateen galmeessaa odeeffannoo balalii Black box kan argame yoo tahu sababa rakkichaa adda baasuuf qorannoon gaggeeffamaa jira.
👍1
👍2
55

Bireentifoordi 1 - 3 Arsenal

Mubeenoo 13       G.Jesuus 29
                        Meerinoo 50
Maartineelii 53
Brentford are the first Premier League team to have 2 players score 10+ goals so far this season.

10 - Bryan Mbeumo 🇨🇲
10 - Yoane Wissa 🇨🇩
Gabreel Jeesuus

🏟Taphoota 20 jalqabaan Goolii 1 ⚽️.
🏟taphoota 4 as dhihoo goolii 6 ⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️ galcheera
👍1
Update
80

Bireentifoordi 1 - 3 Arsenal

Mubeenoo 13       G.Jesuus 29
                        Meerinoo 50
Maartineelii 53
Full time

Bireentifoordi 1 - 3 Arsenal

Mubeenoo 13       G.Jesuus 29
                        Meerinoo 50
Maartineelii 53
Arsenaal darbii londoniin injifannoo galmeessee.
Dirree ofiin alatti Bireentifoordi 3:1 kan moo'e Arsenaal garaa garummaa Liivarpuul waliin qabu qabxii 6tti dhiphise.
Arsenaaliif Jesuus,Meerinoo fi Maartineeliin goolii 3n galchaniiru.
Kilabichi baranaa kubbaa rukuttaa rogaa irraa rukutame irraa goolii 10ffaa galchera.
Gabreel Jeesuus immoo taphoota 4 darbaniin goolii 6 galche.
Arsenaal sanbata Biraayitan waliin taphata.
Taphataa cimaa pirimiyeer liigii inglaandi ji'a muddee tahuuf taphattootni kaadhimaman ifooman.
Taphattootni kaadhimaman 8 eenyu fay?
Gibsi Waayit

Aleeksader arnold

Haayjisen

Aleeksader Ayszaak

Marfii

kool paalmer

Mohammad Saalaah

Roobinsan.
DSD SPORT MEDIA
Channel name was changed to «DSD SPORT MEDIA»
Channel photo updated
Maanchistar Yuunaayitid waggoota 6 darban Anfiild deemee liivarpuul waliin morkii taasiseen goolii 1 qofa galche
🚨 Maarkas Raashfoordi fudhachuuf kilaboonni Saawudii Arabiyaa sadii gaaffii dhiyeessan.
Kilaboonni kunnee waggaatti hanga paawondii miliyoona 35 kaaffaluuf gaafatanis taphatichi jalaa kuffiseera
Raashfoordi garee biyyaalessaa Ingilaandi keessatti filatamuuf kilaboota Awurooppaa cicvimootti makamuu barbaada jedhame.
Maddi፦ [ Chris Wheeler ]
Amaad Diyaaloon taphataa cimaa kilaba Maanchistar Yuunaayitid ji'a muddee tahuun filatame.
Goolii Diyaaloon Maanchistar siitii irratti galche immoo goolii hawwattuu jedhamuun filatame
👍3
Channel name was changed to «DSD SPORT»
Plat form kaffaluudha
Yaalaa
1
Forwarded from እናት
በነጻ ፕሪሚየም ያግኙ https://cutt.ly/Yru5UKhA