DSD SPORT
140 subscribers
15 photos
6 links
Sport news
Download Telegram
Cristiano Ronaldo's late penalty sealed Al-Nassr's victory over Al-Tai in the Saudi Pro League πŸ’ͺπŸ‡ΈπŸ‡¦

#yallaRSL #RoshnSaudiLeague
πŸ‘1
Dirribee waltajjii Rikoordii addunyaa cabsuun doolaara kuma 50 badhaafamte.
Birrii Itiyoophiyaan miliyoona 2.5 ta'a
πŸ‘2
Pirezdaantiin USA ta'uun kan filataman Doonaaldi Tiraamp murtiin Tiktookii irratti darbe akka turu gaafatan.
Pirezdaantiin haaraan USA Doonaaldi Tiraamp Tiktookiin nageenya biyyaalessaa Ameerikaaf sodaadha jechuun akka gurguramu tahuu baannaan akka cufamu murtiin darbe akka turuu qabu mana murtii biyyattii gaafatan.
Mootummaan Ameerikaa miseensa Dhaabbata Tiktok kan tahe Baayt-dance hanga amajjii 19 bara 2025tti kalaqa Tiktokii akka gurguru yoo dide immoo akka cufamu
Mana murtee olaanaa Ameerikaan murtaa'eera.
Dhaabbatichi murtiin mootummaan ameerikaa fudhate mirga dubbachuu kan cabsu jechuun mormaa ture.
Yeroo ammaa Tiiktokii irraatti hordoftootaa miliyoona 14 kan horatan Doonaldi Tiraamp kana dura Tiktookiin nageenya biyya keenyaaf sodaadha jedhanis yeroo duula na filadhaatti dargaggootni hedduu akka isaan filatan taasiseera.
Tiiktookiin sodaa nageenya biyyattiti ta'us erga masaraa mootummaa white house seenani booda furmaata akka itti barbaadan dubbatan
Lammiileen Ameerikaa miliyoona 100 fi miliyoonni 70 tiktokii fayyadamaa jiru.
Mootummaan biyyattii garuu dhaabbanni Tiiktook odeeffannoo lammiilee biyyatti dabarsee Chaayinaaf laata himata jedhuun dabalata dhaabbatichi mootummaan Chaayinaa waan barbaade Ameerikaa irratti akka tamsaasu taasisa jechuun akka cufamu manni murtii biyyatti kan murteesse.
Akka waashingitan Times gabaasetti lammileen Ameerikaa hedduun marsaariitiiwwaan jiran keessaa Tiktookiin hojiilee daldalaa hojjetaniif sadarkaa olaanaan akka isaan deeggaraa jiru amanu



(FMC)
❀1
πŸ‘1
Pirimiyeer Liigii Ingilaandin Liivarpuul dursummaasaa cimse.
Har'a Weesthaam waliin kan taphate liivarpuul 5:0 injifateera.
Liivarpuuliif Mohammad Salah, Arnooldi, Koodii Gaakpoo ,Luwiis Diyaaz fi Diyagoo Jootaatu galche
Mo Saalaan barana pirimiyer Liigiin goolii 17ffaasaa galche.waliigalaan immoo goolii 30ffaa galcheera.
Liivarpuul qabxiisaa 45 gahuun liigicha dursaa jira.
Dilbata Maanchistar Yuunaayitid waliin taphata.
Magaalaa Finfinneetti hollannaan lafaa reektar Iskeelii 5 galmaa'e dhagahameera.
**
Magaalaa Finfinneetti har'a galgala naannoo 2:00 Hollannaan lafaa reektar iskeelii 5 tahee galmaa'e irra deddeebiin dhagahameera.
Naannoo Awaash Fantaalleetti sababa sochii lafaa irra deddeebiin uumamaa jiruun finfinneettis irra deddeebiin hollannaan lafaa mudataa jiraachuu Yuunvarsiitii Finfinneetti Daarektarri Jiyoo fiiziksii fi saayinsii hawaa Dr Eeliyaas Leewii mirkaneessaniiru.
Torbee kana Awaash fantaalleetti sochiin lafaa irra deddeebiin uumamaa jiraachuun kan dubbatan Dr eeliyaas galgala kaleessaa magaalaa ff hollannaan lafaa reektar iskeelii 5 irra deddeebiin mul'ateera jedhan.
Naannichatti sochiin baquun dhagaa(magimaan) ammas itti fufuun sochiin lafaa itti fufiinsaan akka jiraatuuf sababa ta'eeras jedhan.
πŸ‘1
Balaa xiyyaaraa kooriyaa kibbaatti mudateen lubbuun namoota darbee 179 gaheera.
****
Kooriyaa kibbaatti namoota 181 fe'uun xiyyaara imalaa ture irra balaa gaheen namoonnii lubbuun isaanii darbe 179 gaheera.
Xiyyaarichi imaltoota 175 fi hojjettoota balalii 6 fe'uun taayilaandi baankooki gara Kooriyaa kibbaa buufata xiyyaaraa internationala mu'aan qubachuuf osoo yaaluu caccabee jedhame.
Xiyyaarra caccabe kana keessaa baraartotni yeroo balaa namota lama qofa lubbuun arguu dubbatan.
Kooriyaan kibbaas namoota balaa kanaan luubbuun isaanii darbe yaadachuuf yadannoo guyyaa 7 labsiteetti.
Gabateen galmeessaa odeeffannoo balalii Black box kan argame yoo tahu sababa rakkichaa adda baasuuf qorannoon gaggeeffamaa jira.
πŸ‘1
πŸ‘2
55

Bireentifoordi 1 - 3 Arsenal

⚽ Mubeenoo 13       ⚽ G.Jesuus 29
                        ⚽ Meerinoo 50
⚽ Maartineelii 53
Brentford are the first Premier League team to have 2 players score 10+ goals so far this season.

10 - Bryan Mbeumo πŸ‡¨πŸ‡²
10 - Yoane Wissa πŸ‡¨πŸ‡©
Gabreel Jeesuus

🏟Taphoota 20 jalqabaan Goolii 1 ⚽️.
🏟taphoota 4 as dhihoo goolii 6 ⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️ galcheera
πŸ‘1
Update
80

Bireentifoordi 1 - 3 Arsenal

⚽ Mubeenoo 13       ⚽ G.Jesuus 29
                        ⚽ Meerinoo 50
⚽ Maartineelii 53
Full time

Bireentifoordi 1 - 3 Arsenal

⚽ Mubeenoo 13       ⚽ G.Jesuus 29
                        ⚽ Meerinoo 50
⚽ Maartineelii 53
Arsenaal darbii londoniin injifannoo galmeessee.
Dirree ofiin alatti Bireentifoordi 3:1 kan moo'e Arsenaal garaa garummaa Liivarpuul waliin qabu qabxii 6tti dhiphise.
Arsenaaliif Jesuus,Meerinoo fi Maartineeliin goolii 3n galchaniiru.
Kilabichi baranaa kubbaa rukuttaa rogaa irraa rukutame irraa goolii 10ffaa galchera.
Gabreel Jeesuus immoo taphoota 4 darbaniin goolii 6 galche.
Arsenaal sanbata Biraayitan waliin taphata.
Taphataa cimaa pirimiyeer liigii inglaandi ji'a muddee tahuuf taphattootni kaadhimaman ifooman.
Taphattootni kaadhimaman 8 eenyu fay?
⏩ Gibsi Waayit

⏩ Aleeksader arnold

⏩ Haayjisen

⏩ Aleeksader Ayszaak

⏩ Marfii

⏩ kool paalmer

⏩Mohammad Saalaah

⏩ Roobinsan.
DSD SPORT MEDIA
Channel name was changed to Β«DSD SPORT MEDIAΒ»
Channel photo updated