Erga dubbii barbaadanii hanga Afaan Oromoo afaan hojii federaalaa ta’uu Afaan Amaaraa manneen barnootaa Oromiyaa keessaa ugguruudha.
BAARREESSAN OBBO JAWAR
@linkAadaaOromo
@linkAadaaOromo
BAARREESSAN OBBO JAWAR
@linkAadaaOromo
@linkAadaaOromo
Awwaalamuu didde hiidisaa ciimaadha,
#Afaan Haadha Tiyyaa
Afaan Abbaa Kiyyaa..... A B C ... Jennee... Qoosaa Afaan Orommoo kannaa Eenyuulee isiin hin dhagayuu .?

Finfinnee, Hagayya 16,2011(FBC) - Mootummaan naannoo Oromiyaa dhimmi barnoota afaan Oromoo dhimma mariif hin dhiyaanne ta'uu beeksise.
Itti aanaan preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan mootummaan naannichaa guddina afaan Oromootif xiyyeeffannoo addaa kennee hojjechaa akka jiruu fi gara fuula duraattis akka laatu beeksisaniiru.
Caaseeffama barnoota Ityoophiyaa ilaalchisee Ministeerri Barnootaa ibsi kannee fi odeeffannoon afaan Oromoo waliin deemu gonkumaa kan hojii qabatamaa jiru hin ibsineedha jedhaniiru obbo Shimallis ibsa isaanitiin.
Dhimma afaaniirratti araaramni tokkolleen akka hin jiraanne ummanni keenya hubachuu qabas jedhaniiru.
Aangoon manneen barnootaa sadarkaa 1ffaa bulchuu, sirna barnootaa qopheessuu, qorumsa kutaa 8ffaa qopheessuu, soroorsuu fi qabxii murteessuu naannoof kan kennamedha jedhaniiru.
Kanatti eenyuyyuu bu’uu hin danda’us jedhaniiru itti aanaan preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan ibsa isaanitiin.
Afaan Oromootin akkuma kana duraa barnoonni kennamu itti fufa.
Mootummaan naannoo Oromiyaa afaan Oromoo guddisuuf hojii hoojjetu daran babal'isee bakka kana dura hin baratamnettillee akka baratamu taasisuuf hoojjechaa jira.
Kanaafis waliin tumsuu qabna jedhaniiru obbo Shimallis Abdiisaan.
Manneen barnootaa dhunfaa naannoo Oromiyaa keessatti sirna barnootaa naannichaatin ala hoojjetanirrattis barana tarkaanfii cimaa fudhatee kan sirreessu ta’a jedhaniiru.

Forwarded from ᎪᎪᎠᎪᎪ ϴᎡϴᎷϴ ①⚫️🔴⚪️]
Giftii Ebla Awwaaloo
(Mootii Akkichuu.)
***
Bara 5000 dura mootummoota gaanfa afrika keeyssatti oromootaan jaaraman keeyssaa tokko mootummaa gosa Akkichuu kan warra miyyootiin jaarame mootummaa Awwaalooti (Araweeloo).
Iddoon jalqaba mootummaan kun itti hundefame kibba somalia magaalaa tulluu waaqaa (jid waaqa) keeyssatti. Magaalaan tun amma kibba somalia keeyssatti argamti.namni dura mootummaa tana gad dhaabee dubartii warra miyyoo ebla awwaalooti.kan biraa warra dhalootaan gosa Akkichuu tahan warra jaarraa 16ffaa keessa sultanet Adel fi ifat hundesse keeyssa tokko sheikh yusuf bin Ahmed al- kalseyin hoggaa tahu kan warra miyyoo tahe shiekh muhidiin odaa walasham dynesty keeyssatti sulxaana tokko ture.warra
Jaarraa 16ffaa keessa mootummoota sulanet Adal wajjin dhufe, warra afaan Oromotiin amantaa barsiisaa ture keeyssaa Aw- buubee fi
Aw- barkhalee Akkichuu turan.
^^^^^^
Hubachiisa:suuraan kun kan ebla Awwaalooti mitii. Garuu fakkii ufannaa giftootii oromo kan dur garsiisuufi.

Oromootafi masaraa kiiloo Afurii.
Kuta 1ffaa.
Dhugaadha oromoof masaraan finfinnee dhihoo taatus bara 130mii oliif dhalli oromo akka hin seene heeraan daangeefame ture. Ossoo minilik gama shawaa hin dhufiin dura mootootiin oromoota yejju warri akka Abbaa seru Gwangul,Ras Ali,Ras Aligaaz,Ras gugusa marsaa, Ras doorii, Ras yimam, faan Abissinya bara dhibbaaf akka bulchan seenaatu dubbata. Ega minilik dhufe akkaafi bakka silaa isiin maluu oromoon dhabdus biyyii tun dhiiga ilmaan oromotiin jaaramte.bara 1870 ossoo silaa gobana daacee minilik gargaaru baate minilik negus tekle haymanot gojjam hin injifatu ture.bara 1870 irraa hamma 1880ti namni miniliktti aanee angoo guddaa qabu Ras gobana daacee ture.angoon ol-aanaan 'Ras' jenuun tana warri yeroo san qabu nama sadan keessaa lama Ras gobana daacee fi Ras mokkonnin woldmikael gudisaa oromoodha.
Namni yeroo sanitti waraana guddaa qabu gobana daacee ture.haa tahu garuu hamma fadhe sadarkaa guddaa qabaatus isaa mitti wal dhalli isaa akka masaraa mootichaa hin seene ni beeka ture.maaliif yoo jattan namni mootii tahe masraa kiiloo afurii seenu warra dhalootaan hidaa "solomonic dynasty"qabu qofa jachuun heerri Dhalli oromo akka mootii hin taane daangeesuu waan tureefi.wanni nama ajaa'ibuu yeroo san waraanni masraa San eeguu waraana gobana daacee kan afaan Oromo dubbatu waraana foollee jedhamu ture.garuu gobana daacee heera 'solomonic dynasty ' ja'amu kana guutachuuf jacha mala tokko baafate.ilmi isaa wadaajoo gobanaa akka intala minilik shoarega fuudhu godhe.wal fuudhanni bara tokko booda wasan seged wadaajoo gobanaa dhalate.garuu isaa Amata kudha lamaa haala ifa hin tahiniin du'ee argame.
.....habte giorgis dingadee......itti fufa.
"Suuraa wasan seged wadaajoo gobanaa

Forwarded from Leka Printing®️ (Fika Kuma)
Hayyee hordoftoota keenya, akkam jirtu?
Har'ammoo viidiyoo gabaabduu akkaataa ittiin sirboota gurguddoo ta'an #size isaanii xiqqeessinu isiniif qabanne dhiyaanne!!
⭕️⭕️Share gochuun nu deggaraa⭕️⭕️
Yeroo daawwattan #Subscribe gochuu hin dagatiinaa...
📢 @FikaTech
👇Liinkii kana cuqaasuun ilaalaa👇👇
https://youtu.be/WkGHGPAc0uQ

Asoosama gabaabaa
Barreessaan Kaamil Abduqaadir
* MADAA SAMMUU *
Kutaaa 3ffaaa...
_______________________________
Saboontuun yeroo baayyee osoo kabajaa Harmee isheetiif jettee jaalala of irraa ittiftuu... Onneen ishee rasaasa of irraa ittiin ittiftu fixannaan jaalaltis Onnee isheetti duultee dhukaasa itti banuudhaan onneen ishee dirree waraanatti ittisa dhabdee salphatti mo'amnaan booji'amtee harka isheetis jaalalatti kennettee kolonii jaalalaa jala buutee waan jirtuuf... Kabajaa Harmee isheetis of duuba keessee gara onneen ishee waldhaanamtuun jaalala barbaacha haala mijjeeffaachuuf fala faluu jalqabde. Harmeen ishee tan qabbanaaf rooba keessa isheef jettee mataa of dhukkubsaa turte sun dagataamtee... Isheenis dirqamaan waan booji'amteef haanni jaalalaa bakka ishee geessu osoo hin beekne gadoodaa jala deemuu filatte. Saboontuun galgala yeroo saa'aatiin 3:45'n geessu Harmee ishee hirriibatti dhiistee warqii Harmee isheetis suutatti sanduuqa dhaabbataa bantee keessaa fuutee miila hin shokomsineen balbala gad cuftee manaa baatee... Hiriyaa ishee kan tahe Obsaa wajjii wal arganii isheenis jaalallee ishee kana gammachiifachuuf jecha yeruma dura walitti dhufan san ifaa boowzaa keessa isa afaan fiigdee hammattee warqii haadha jalaa fuutee fidde san morma isatti keesseefii gammachiiftee Onnee isaa daran qulfii saaqqattee waliin gara Mana hoteelatti qajeelanii... Kan nyaatan nyaatanii dhugaatis gosa hundarraa tantu tamii oliin qaruuraa ofiin tarreessanii... Akka ofiin fedhanii olitti sirboota ammaayyaatiin hooteela ho'isanii dichisaa(caffaraa) bulanii dheebuu jaalalaatis wal hammatanii wal hacuucuudhaan walirraa sasalphisanii... Yeroo lallaaffan osoo gitintiranii maa na uumtetti osoo wal shoshorreesanii siree gubbaa wal geeffatanii akka fedhii isaanii keessa gad kutanii walirraa buqqaasaa bulanii hay wal godhaa bulanii... Ganama Subii jarri a_addaate kun dafanii warra duratti mana dhaqanii miliqsuuf... Namuu gara Mana Mana isaanitti adda galuuf kutan... Harmeen Sabboontuu yeroo Sabboontuun balbala ol baantee ol seentu ni dhageessi lafa ol kaatee ishee of biraa dhabnaan baayyee ofiin cittee naatee mataa buuftee waan gootu dhabdee mataa of dhukkubsaa taa'aa jirti. Saboontuunis erga jaalalti daangaa itti ceetee Onnee ishee cabsitee as waan sodaa of duuba keesseera. Harmeen ishee aartee loltuunis... Isheenis afaan jabattee... " Bakkan fedhe dhaqee akkan fedhe tahuuf an mirga hin qabuu...?" jettee Harmee ishee jala dubbii deeffatte Saboontuun. Harmee isheetis deebitee daran dhukkubbii mataa itti dabalte...
__
Itti fufa...
@linkAadaaOromo
@linkAadaaOromo
Track 9
Unknown artist
Artiistii Galaanaa Gaaromsaa
Album harawaa
Dhugaa kee
yaadadheen Arre
⚫️🔴⚪️
@linkAadaaOromo
@linkAadaaOromo
Album harawaa
Dhugaa kee
yaadadheen Arre
⚫️🔴⚪️
@linkAadaaOromo
@linkAadaaOromo