Forwarded from ᎪᎪᎠᎪᎪ ϴᎡϴᎷϴ ①⚫️🔴⚪️] (M)
==€==
Galaanaa Jaalalaa
Bayy'ee Namatii tollaa
Dhagefadhaa
⚫️🔴⚪️Join godha 👇
@linkAadaaOromo
@linkAadaaOromo
Galaanaa Jaalalaa
Bayy'ee Namatii tollaa
Dhagefadhaa
⚫️🔴⚪️Join godha 👇
@linkAadaaOromo
@linkAadaaOromo
Forwarded from SHEGER 24 via @like
#Gurbaan_Caaalaa jedhamu intala jaallatu takka jalaa #power_bank erga hatee booda ishii dhokata. Guyyaa tokko manatti dhufteef
#intala:-Obbolleessoo caalaan essaa jira?
#Obbolleessa_caalaa:-Jeneneetara irratti mobaayila isaa chaarjii gochuu deeme,😂
Sponser @Orovine1
#intala:-Obbolleessoo caalaan essaa jira?
#Obbolleessa_caalaa:-Jeneneetara irratti mobaayila isaa chaarjii gochuu deeme,😂
Sponser @Orovine1
Forwarded from Media Ko (г๏๒เ ᴀᴍᴀʀᴇ)
Ashamaa Harka fuune kabajamtoota miseensoota jirra promotion.
@JIRRAPROMOTION kayyoon isaa Channelota Afaan Oromoo guddisuuf kan onnate yoo ta'u kafaltii tokko Malee yeroo dheeraaf Channaloota kanaaf Promotion hojjacha turuun isaa ni beekama.
Hanga ammatti Channali Afaan Oromoo hedduuf promotion hojjacha jirra kanneen keessa channalonni hangafa ta'a bayyina miseensa isaniin armaan gaditti tarresseen jira.
▪️ @Dambalii_jaalalaa 27.72k
▪️ @Jirra_Oromia 16k
▪️ @Walaloon_Jaalala 14.833k
▪️ @Marktechvine 13.634k
▪️ @Oromoimages 8.634k
▪️ @linkAadaaOromo 5.183k
▪️ @OdaaAppStore 3.747k
▪️ @Melbamusic 3.558k
Fi kannen biroo
Channaloota kana yeroo gabaabaa keessatti akka miseensoota bayyee argatan gochuun guddina Artii fi Channeloota Oromoo keessatti shoora guddaa baheera.
Warreen channelii Afaan Oromoo qabda hundii channalii keessan beeksifachuu yoo barbaaddan Ana dhufu isiniin jenna.
Nu qunnamuuf
📞 +251905096114 ykn
💬 @robi17 nu qunnamu dandeessu.
@JIRRAPROMOTION dedicated to promote all Afaan Oromoo channels & groups.
@JIRRAPROMOTION kayyoon isaa Channelota Afaan Oromoo guddisuuf kan onnate yoo ta'u kafaltii tokko Malee yeroo dheeraaf Channaloota kanaaf Promotion hojjacha turuun isaa ni beekama.
Hanga ammatti Channali Afaan Oromoo hedduuf promotion hojjacha jirra kanneen keessa channalonni hangafa ta'a bayyina miseensa isaniin armaan gaditti tarresseen jira.
▪️ @Dambalii_jaalalaa 27.72k
▪️ @Jirra_Oromia 16k
▪️ @Walaloon_Jaalala 14.833k
▪️ @Marktechvine 13.634k
▪️ @Oromoimages 8.634k
▪️ @linkAadaaOromo 5.183k
▪️ @OdaaAppStore 3.747k
▪️ @Melbamusic 3.558k
Fi kannen biroo
Channaloota kana yeroo gabaabaa keessatti akka miseensoota bayyee argatan gochuun guddina Artii fi Channeloota Oromoo keessatti shoora guddaa baheera.
Warreen channelii Afaan Oromoo qabda hundii channalii keessan beeksifachuu yoo barbaaddan Ana dhufu isiniin jenna.
Nu qunnamuuf
📞 +251905096114 ykn
💬 @robi17 nu qunnamu dandeessu.
@JIRRAPROMOTION dedicated to promote all Afaan Oromoo channels & groups.
Barsiisaa university Finfinnee,Waloo fi qorataa afoolaa fi okbarruu Dr.Asaffaa Tafarraa Dibaabaa Qorannoo-saa kan PhD Afoola oromoo Salaalee Irratti tolche
@linkAadaaOromo
@linkAadaaOromo
@linkAadaaOromo
@linkAadaaOromo
Akkaam jirtuu saaba koo? Baga gaamadan! Haawidhan kaan eegaa turtaan film farawe part 2 ji'aa kana kessa Adooleessa 14/2011 Finfinnee oromiyaa Giddu Gala Adaa oromootti isin Birran Genyee Girra shere godha
@linkAadaaOromo
@linkAadaaOromo
@linkAadaaOromo
@linkAadaaOromo
Kitaabni seenaa Magaalaa Finfinnee seenessu kun gidduu kana mana maxxansaatii ba’ee gabaa irra oola. Kan barreesse Irranaa Gammachuu Fayyisaati. Isin hindarbin, bitadhaa dubbisaa.
@linkAadaaOromo
@linkAadaaOromo
@linkAadaaOromo
@linkAadaaOromo
Forwarded from ᎪᎪᎠᎪᎪ ϴᎡϴᎷϴ ①⚫️🔴⚪️]
Forwarded from ET Airlines Technicians✈️ (⚫🔴⚪)
wantoota namoota wal jaalatan walitti buusan
🌂Wal morkuu
🌂koo haa dursu jechuu
🌂 anis beeka jechuu
🌂wal hamachuu
🌂waliif obsuu dadhabuu
🌂nämä humna ofii olii hiriyoomfachuu
🌂waan hiriyaan ofii jaalatu jibbuu
🌂yeroo walii kennuu dhiisuu
🌂wal goyyomsuu
🌂sobuu
🌂wal hatuu......
Fi kkf dha. Kanaaf yaa qomoo tiyya waan akka sii godhamu feetu hunda nama biraaf godhi.
Gorsaa fi kanneen biroof
Join 👇👇👇👇👇👇👇👇
👉 @Baadiyyaabiyyakoo 👈
👉 @Baadiyyaabiyyakoo 👈
👉 @Baadiyyaabiyyakoo 👈
👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆
🌂Wal morkuu
🌂koo haa dursu jechuu
🌂 anis beeka jechuu
🌂wal hamachuu
🌂waliif obsuu dadhabuu
🌂nämä humna ofii olii hiriyoomfachuu
🌂waan hiriyaan ofii jaalatu jibbuu
🌂yeroo walii kennuu dhiisuu
🌂wal goyyomsuu
🌂sobuu
🌂wal hatuu......
Fi kkf dha. Kanaaf yaa qomoo tiyya waan akka sii godhamu feetu hunda nama biraaf godhi.
Gorsaa fi kanneen biroof
Join 👇👇👇👇👇👇👇👇
👉 @Baadiyyaabiyyakoo 👈
👉 @Baadiyyaabiyyakoo 👈
👉 @Baadiyyaabiyyakoo 👈
👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆
Forwarded from Leka Printing®️ (He'eman)
Kennaa Teeleen nuuf kenne sababeeffachuun hordoftoota chaanaalii keenya taatanii kanneen Email hin qabneef har'a galgala sa'a 2 irraa kaasuun akka Email bilisaan isiniif bannu kabajaan isinitti himna!
Warreen akka isiniif bannu barbaaddan daftanii maqaa keessan isa sirrii @FikaKuma irratti erguu qabdu!
@FikaTech
@FikaTech
Warreen akka isiniif bannu barbaaddan daftanii maqaa keessan isa sirrii @FikaKuma irratti erguu qabdu!
@FikaTech
@FikaTech
Forwarded from Tapha Baacoo Fi Qoosaa
Kuno guyyaa haaraa Qoosaa bayyee bareeduu tokko qabane issinif dhiiyyaneera maaree warri channela Keenya
#SUBSCRIBE hin godhin
#SUBSCRIBE godhatti Afaan oromoo guddissa
#TAPHA_BAACOO_FI_FUNNY Watch "Afaan Oromoo tin Qoosaa bayyee bareeddu tokko issinif dhiiyeesina like share godhun kan keessani" on YouTube
https://youtu.be/73x2cblROrw
#SUBSCRIBE hin godhin
#SUBSCRIBE godhatti Afaan oromoo guddissa
#TAPHA_BAACOO_FI_FUNNY Watch "Afaan Oromoo tin Qoosaa bayyee bareeddu tokko issinif dhiiyeesina like share godhun kan keessani" on YouTube
https://youtu.be/73x2cblROrw
YouTube
Afaan Oromoo tin Qoosaa bayyee bareeddu tokko issinif dhiiyeeesina like share godhun kan keessani
New Oromo comedy By afan oromo plz #subscribe #Like #share me my(Official) channel Afaan Oromoo #SUBSCRIBE #SUBSCRIBE #SUBSCRIBE
Forwarded from BBC Afaan Oromoo via @like
#Muddamsuu_jaalalaa
Asoosama Gabaabaa
Kutaa 1ffaa
===========================
Namni kamuu gaafa gara dachee kanaa dhufu feedhi isaafi bakka isaaf ta'u filatee miti. Erga gara dachee kanaa dhufee garuu hiree isaa dhandhama jiraachun dirqama. Caaltuu jedhamti lixa shagar Aanaa jalduu baadiyyaa isaa keessatti maatii harka qalleeyyii garuu jaalalan dureeyyii ta'an irraa dhalatte. Maatii ishiif caaltun mucaa jalqaabati. Akka ijoollee dureeyyiitti otoo omtuu itti hin hir'attin ofirraa dabarsanii ishiif waan barbaachisu guutaa guddisan.
Umuriin ishii barumsaaf geenyan amma humna keenya si barsiisna jechuun mana barumsa sadarkaa tokkoffaa naannoo isaanitti dhihoo jiru geessani galmeessisan. Caaltunis barumsa ishii haala gaariin hordofuun barachuu itti fufte. Kutaa ishii keessatti amala adda ta'e tokkon beekamti. Innis callisuudha. Baay'een namoota ishii hin beekne nama dubbachuu hin dandeenye se'u waa'een ishii baay'ee isaanitti gaaffiidha shammarran baay'een hiriyyoomfachuu barbaadu garuu amala ishiitti wallaalani irraa fagaatu. Hiriyyaa itti dhihaattu hin qabdu yeroo hunda kopha galeetti taate jiraatti. Amalli ishii kun namoota alaan ishii beekan qofa miti maatii ishiittu gaaffii ta'a. Caaltun mucaa bareedduu muudaa hin qabnedha dargagoota baay'een jaalatamtus namni itti siqee gaaffi jaalala gaafatu miti nagaayyuu gaafatu hin jiru.
Otoo namoota baay'een akka bineensa bosonaa adamsamtuu qormaata biyyoolessa kutaa 8ffaa fudhattee mana barumsa sadarkaa lammaaffaf qophaa'a jirti. Ganna kana guyyaan dhihee caaltuuf hin bar'u. Waan biyya ormaa jirtu itti fakkaata halkan hirriiba hin qabdu nyaachuf dhuguu dadhabdee akka nama miixuu keessa jiruu taati. Maatiin ishii yaaddoo qormaata itti fakkaate wajjin dhiphatu yaaddoon ishii garuu kan qormaata otoo hin taane yaaddoo jireenya kophummaa fuuldura ishii jiru buuste baasti. Waan murtoo du'a fakkaatutti deemtu itti fakkaatee Kophaa ishii haasa'uu eegalte. akka namaa hiriyyaa garaa kiyyaa hin qabu, maatii koo irraa adda bahee eenyuu duukaan jiraadha? jetti.
Egaa guyyaan guyyaan darbee yeroon isaa geenyan qormaanni ni deebi'e Caaltunis Firii gaarii fiddee gara kutaa 9ffaa tti dabbarte. Maatirraa adda bahuun ishii yaaddessus Imaanaa isaanii fuute gara mana Barumsa sadarkaa lammaaffa fi qophaa'ina Jen. Alamuu qixxeessatti miilla fuuchuf karaarra buute. Maatiin Caaltuu amma humna isaanii waan qaban Kennanifi imimmaanin geeggeessan. Harmeen ishii addee Kulaaniin........
Kutaa 2ffaan itti fufa
Join godhaa 👇 👇
@linkAadaaOromo
@linkAadaaOromo
Forwarded from OROMIA (Online)
Namoonni Facebook Keessan Hojjachuu Didee. Akkan Isiniif Hojjatuu Yoo Barbaddan birr 2 Qofaa @Jaarso37 irratti Nu Dubbisaa
@Dilsho_tube
@Dilsho_tube