Sona Walaloo
1.45K subscribers
222 photos
3 videos
1 file
103 links
Above problems!
Download Telegram
Forwarded from Sona Walaloo (lema)
Salphumatti
🌸🌹🌺 πŸ’πŸŒ»πŸŒ·πŸ€πŸŒΈ
🌸 Kun tamsaasa 🌸
🌸 keenya kaallatti πŸ’
🌻"Afan Oromo Cyber πŸ’
🌺net poetry channel" ☘
πŸŒΊπŸŒΉπŸ‘‡@lamita1πŸ’ πŸ’
🌷🌷@sabkoofan🌷 🌷
Aasxaa jaalaalaa
Fuula kee duratti jilba kootin kufee
Jaalalan siif qabuuf bu’aa bayii lufee
Barbaacha keetif karaa fagoo dhufee
Beelofnaan nyaata koo dheebufis dhugaati
Dadhabnaan humna koo kan naaf taatu ati
Dhabnaan qabeenya koo gaddaafis gammachuu
Dhiibbaa keessa kootif naaf taatee birmachuu
Maalin si moggaasa maal jedheen si waama?
Dura keetti kufeen dhaamsa koo siif dhaama
Afoola jaalalaa mi’aasaa si waliin dhandhame
Dhaamsa koo siif dhaamuf humnatu naaf game
Aasxaa jaalalaa kee keessa kootti dhaaba
Ati naaf waadadha waadan sirra qaba
Aarmaa onnee kootiif kan naaf taate chaappaa
Gammachuu kan keetif kufee ka’een dhaaphaa
Faajjii onnee kootii keessa koo mirmiru
Isheen firaaf taatu kan si caalu hin jiru
Kanaafi…..,
Ija koo lamaanin imimmaan harcaasee
Dura keetti kufee ija koo babaasee
Jaalalan siif dhaama gurratti hasaasee

Barreesse Lammaa Tasfaayee[@lamita1]
@sabkoofan
🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟
♦️Amazing channels in Oromia that you must joinπŸ“
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

@orosarcasm
Official Channels and The Biggest Oromo channel. For Fun, music, Amazing fact, secret of love....

@oromoDJ
Sirboota Harawa fi Kan waggota 30 dura ni argattu, Ali Birraa, Adam Harun, Halloo dawwe.......

@Gadaapost
Wa'ee Gadaa fi Oduu simbirtuu

@Qeerroohaaromsaaharmee
Oduu simbirtuu Biyya keessa fi Biyya alaa Argachuuf.

@orotech
To know about technology in Afaan Oromo

@orosoft
Software Afan oromoo oduuf odeffannoo Teeknolojii fi Barnoota gara garaa

@sennaasa
Asoosama, seena fi walaloo

@sabkoofan
Walaloo Adda addaa argachuuf

@oromocul
Now "Our Devotions are on"
A new beginning setting by Qeerroo Let us stand together

@BIAOTG
Vidiyoole sportii fi Oduu sportii biyya keessa, biyyaa alaa akkasumas tamsaasa kallatti

@ofiifofiin
Bashanana fi Qophilee Adda addaa

@orodope
All in one

@animuslima
Nashiida fi Gorsa Garagaratiif

@scholarship2
To get information about scholarships.

@seenaajaalalaa
Wa'ee jaalalaa fi Gorsa jaalalaa

@Fayyaadargaggootaa
Wa'ee fayyaa dargagoota fi gammachuu fayyaa

@Onnen1RJ
Jachoota Jaalalaa fi Gorsa Jaalalaa dhugaa

@QophiiBashannanaa
ODUU,Tapha, Fi bashanana adda addaa.

@kitaabaqulqulluu
Barnoota Amantaa

@orosport
Oduu isportii

@Ortodoksiidhugaa
Barnoota wa'ee amantaa Orthodox fi wangeela

@oromobeauty
Suraalee mimidhagoo

@dhalootahaara
Oduu fi Bashanana garagara
πŸ‘₯πŸ‘₯πŸ‘₯πŸ‘₯πŸ‘₯πŸ‘₯πŸ‘₯πŸ‘₯πŸ‘₯πŸ‘₯πŸ‘₯πŸ‘₯
GROUP THAT U MUST JOIN

@Haramayauniversity
Suggested Group for H.U students

@mettu_university
Suggested Group for mettu university students
πŸ‘©β€πŸ‘©β€πŸ‘§β€πŸ‘¦πŸ‘©β€πŸ‘©β€πŸ‘§β€πŸ‘¦πŸ‘©β€πŸ‘©β€πŸ‘§β€πŸ‘¦πŸ‘©β€πŸ‘©β€πŸ‘§β€πŸ‘¦πŸ‘©β€πŸ‘©β€πŸ‘§β€πŸ‘¦πŸ‘©β€πŸ‘©β€πŸ‘§β€πŸ‘¦πŸ‘©β€πŸ‘©β€πŸ‘§β€πŸ‘¦πŸ‘©β€πŸ‘©β€πŸ‘§β€πŸ‘¦πŸ‘©β€πŸ‘©β€πŸ‘§β€πŸ‘¦πŸ‘©β€πŸ‘©β€πŸ‘§β€πŸ‘¦πŸ‘©β€πŸ‘©β€πŸ‘§β€πŸ‘¦πŸ‘©β€πŸ‘©β€πŸ‘§β€πŸ‘¦
Other groups
@Waltajji_Walaloo
@salamdawagroup
@oromoo
@qubeegroup
@Borenaoromiya
πŸ“ŒπŸ“ŒπŸ“ŒπŸ“ŒπŸ“ŒπŸ“ŒπŸ“ŒπŸ“ŒπŸ“ŒπŸ“ŒπŸ“ŒπŸ“ŒπŸ“Œ
Powred by
πŸ’€:@oromiapromobot
&
If you need to promote your channels click hare
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡@Oromiapromotion

Contact AdminπŸ‘¨β€βœˆοΈ: @Nds0n
Onkololeessa 25/2018

Qophiileen keenya yeroo itti aananiitti;
1
Hayyee hayyee waaqa uumaa kan uumamaa
Isa haqaan deemtuu kan hin qabnee waan hamaa
Nageenya nuuf buusi hin qabin waan namaa
Gadaanan si kadha uumaa koo ganamaa
Gadaan na ofkolchi
Hamaarraa na oolchi
Gaarii na dubbisi afaan koo na tolchi
2
Rifeensi mucattii daggala fakkaatee
Bosona harannaa fakkeenya godhatee
Haala Kanaan qalbii koo na hate
Keessa kan koo taa’e galaa galaafatee
3
Dur dur yeroo nuti ijoollee
Yeroon gulufsiisu anis farad coollee
Ijoollen gaafa san goombisa waliin oolle
Addunyaan dorgomte har’a yeroon tole
4
Dachee eebbifamtuu haadha albuuda baay’ee
Warqee magariisni keessoo keetii bayee
Diinotaan nyaatamaa kuuwwan har’a ga’ee
Diddigsuu eegalee michii itti ta’ee
5
Rasaasa hiyyuummaa hundeerraa buqqisu
Doofummaa irraa haqee addunyaaf mul’isu
Aadaa saba tokkoo umriisaa tursiisu
Qaroomina biyyaaa kan itti fufsiisu
Saayinsii ammayyaan kan wal nama barsiisu
Kanneenifii kan biro guutuu isaa argachuuf @sabkoofan filannoo keenya #1 haa ta’u!
Barreesse: Lammaa Tasfaayee[@lamita1]
astu
Oromiyaa
Dachee eebbifamtuu haadha albuuda baay’ee
Warqee magariisni suma keessa bayee
Diinotaan nyaatamee kuuwwan har’a gaye
Diddigsuu eegale michii itti tayee
Qabeenya uumamaa uuman si badhaasee
Laggeen mimmidhagoo dirra keerra yaasee
Jallisiifis ta’ee dheebotaas obaasee
Albuuda uumamaan keessa kee misoomsee
Bareechee si uume uuman si duroomse
Diinni gara hin laafne nyaatee si hiyyoomse
Iddoo turizimii kan qabdu qabeenya
Addunyaa guutudhaf kan ta’u fakkeenya
Garuu harmee…….,
Qunxuranii si gurguruuf ilkaan sitti nyaatu
Kanaafi ilmi kees kan gaaffii gaafatu
Tiksee kan kee ta’ee dura kee dhaabatu
Akkanaan haati tokko haati lama hin taatu
Situ haadha keenya haati namaaf naatu
Gaaffin ilma keeti….,
Gaaffii fudhatamaa gaaffii isa sirrii
Deebiin isaaanii qawwee
Onneen isaanii dawwee
Kan isaanii miirrii
Kaawwan ajjeesanii kan hidhaatti guuruu
Gaaffi maaf gaafatteef doorsisuuf unkuruu
Harmee garaan nan danda’uu egaa kun hin ta’u
Osoon biyya qabuu diinaf biyyaa hin ba’u
Lammii koofan dhaama hunduu yaa dhaga’u
Saba koo hin jijjiiru oromummaa hin gatu
Kan kootifan boo’a kan oormaa naan taatu
Kan koo maaf xuqamaaf asiif achi kaadha
Kan kootii beela’ee maafan diinaf laadha?
Aayyoo koo….,
Ilma kee ebbisi akka inni milkaa’u
Bilisummaa argee akka nagana taa’u
Dirra kee misoomsee akka inni misoomsu
Lammii isaas duroomsee ofis duroomsu
Sabbata mudhii kee jabeessi hidhadhu
Onnee kee jabeessi siinqee kee qabadhu
Qabeenya keessa kee ilma keetif laadhu
Nagaa akka taanuf uumaa nuuf kadhadhu!


Yaadannoo waggoota darbanii irraa kan fudhatame

Hagayyaa 20/2016
Barreesse Lammaa Tasfaayee[@lamita1]
@sabkoofan
🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟
♦️Amazing channels in Oromia that you must joinπŸ“
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

@orosarcasm
Official Channels and The Biggest Oromo channel. For Fun, music, Amazing fact, secret of love.....

@oromoDJ
Sirboota Harawa fi Kan waggota 30 dura ni argattu, Ali Birraa, Adam Harun, Halloo dawwe.......

@Gadaapost
Wa'ee Gadaa fi Oduu simbirtuu

@Qeerroohaaromsaaharmee
Oduu simbirtuu Biyya keessa fi Biyya alaa Argachuuf.

@orotech
To know about technology in Afaan Oromo

@orosoft
Software Afan oromoo oduuf odeffannoo Teeknolojii fi Barnoota gara garaa

@sennaasa
Asoosama, seena fi walaloo

@sabkoofan
Walaloo Adda addaa argachuuf

@oromocul
Now "Our Devotions are on"
A new beginning setting by Qeerroo Let us stand together

@BIAOTG
Vidiyoole sportii fi Oduu sportii biyya keessa, biyyaa alaa akkasumas tamsaasa kallatti

@ofiifofiin
Bashanana fi Qophilee Adda addaa

@orodope
All in one

@animuslima
Nashiida fi Gorsa Garagaratiif

@scholarship2
To get information about scholarships.

@seenaajaalalaa
Wa'ee jaalalaa fi Gorsa jaalalaa

@Fayyaadargaggootaa
Wa'ee fayyaa dargagoota fi gammachuu fayyaa

@Onnen1RJ
Jachoota Jaalalaa fi Gorsa Jaalalaa dhugaa

@QophiiBashannanaa
ODUU,Tapha, Fi bashanana adda addaa.

@kitaabaqulqulluu
Barnoota Amantaa

@orosport
Oduu isportii

@Ortodoksiidhugaa
Barnoota wa'ee amantaa Orthodox fi wangeela

@oromobeauty
Suraalee mimidhagoo

@dhalootahaara
Oduu fi Bashanana garagara
πŸ‘₯πŸ‘₯πŸ‘₯πŸ‘₯πŸ‘₯πŸ‘₯πŸ‘₯πŸ‘₯πŸ‘₯πŸ‘₯πŸ‘₯πŸ‘₯
GROUP THAT U MUST JOIN

@Haramayauniversity
Suggested Group for H.U students

@mettu_university
Suggested Group for mettu university students
πŸ‘©β€πŸ‘©β€πŸ‘§β€πŸ‘¦πŸ‘©β€πŸ‘©β€πŸ‘§β€πŸ‘¦πŸ‘©β€πŸ‘©β€πŸ‘§β€πŸ‘¦πŸ‘©β€πŸ‘©β€πŸ‘§β€πŸ‘¦πŸ‘©β€πŸ‘©β€πŸ‘§β€πŸ‘¦πŸ‘©β€πŸ‘©β€πŸ‘§β€πŸ‘¦πŸ‘©β€πŸ‘©β€πŸ‘§β€πŸ‘¦πŸ‘©β€πŸ‘©β€πŸ‘§β€πŸ‘¦πŸ‘©β€πŸ‘©β€πŸ‘§β€πŸ‘¦πŸ‘©β€πŸ‘©β€πŸ‘§β€πŸ‘¦πŸ‘©β€πŸ‘©β€πŸ‘§β€πŸ‘¦πŸ‘©β€πŸ‘©β€πŸ‘§β€πŸ‘¦
Other groups
@Waltajji_Walaloo
@salamdawagroup
@oromoo
@qubeegroup
@Borenaoromiya
πŸ“ŒπŸ“ŒπŸ“ŒπŸ“ŒπŸ“ŒπŸ“ŒπŸ“ŒπŸ“ŒπŸ“ŒπŸ“ŒπŸ“ŒπŸ“ŒπŸ“Œ
Powred by
πŸ’€:@oromiapromobot
&
If you need to promote your channels click hare
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡@Oromiapromotion

Contact AdminπŸ‘¨β€βœˆοΈ: @Nds0n
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
walaloo kanatti bohaaraa
Ija koof yoon sobe
.,
Samii torbaffaarraa lafa torbaffaarraa
Osoon dhumin tura jaalalli kee yogguu maraa
Inni fannifamee lubbuu kan kee irraa
Qulqulluun lubbuu keetii onnee koorras jiraa

Kan gurraaf mul'atuu amallin dhaga'u
Lubbuu bareedina kee hoomtuu itti hin qixxaa'u

...siin jedhee nan beekaa?
...hin beekuu nan beeka
Mootichi guyyoota boru kan jedhamu
Giddu keenya galuuf isaa hin danda'amuu
Mootummaa ofii beekee firdicha jijjiiree
Si'i koof guutummaa si anaaf naa hiree!
...siin jedhee nan beekaa?
...hin beekuu nan beeka
ija koof yoon sobe...
Dhuftullee haftullee hoomtuu kan si fakkaanne
Galmee koo yeroo hundaa homtuu kan sitti hin qixxanne
...siin jedhee nan beekaa?
...hin beekuu nan beeka
Oolmaan haadhaa tiqqaatti barraa'ee hin dhumuu
Kabajni dubrummaa kan ragaa ba'amuu
barreesse Lammaa Tasfaayee
ASTU
Biyya goota kan arjoomaa
Eebbifamtuuf kan abboomaa
Bada hin qabdu ati homaa
Jaalalli kee kan gonkomaa
Safuu qabdaaf safuu bartee
Ollaa keetin wal agartee
Seenaan kan kee kan marartee
Darboo jalaan darbii tartee
Biyya arjaa kan gootoomaa
Waliigalteef kan tokkoomaa
Bareedinaan nadhii dammaa
Kan dur caalee inni ammaa
Biyyaa dhiiraa biyyaa gootaa
Gammachiiftee dhugaan mootaa
Biyya seequn bishilliqaa
Biyya dhugaa biyya haqaa
Lammii hunda qixaan ilaaltaa
Ija sirriinis madaaltaa

Daandin kan kee daandii ifaa
Ati hin qooddu laalte bifaa
Jaalalumaan hunda mootee
Dhiifamumaan abshaalomtee
Ifa addunyaa anaaf uumtee
Seera gaaris anaaf tumtee
Baqee hin dhumuuf anaa iftee
Balleessa koos anaaf dhiiftee
Kanaafan siin jedhe…
Biyya goota kan arjoomaa
Eebbifamtuuf kan abboomaa
Bada hin qabdu ati homaa
Jaalalli kee kan gonkomaa
Barreesse Lammaa Tasfaayee[@lamita1]

@sabkoofan
onkololeessa 31/2018~21/2/2011
Send New Post to Subscribers
πŸ‚πŸπŸ‚πŸπŸ‚πŸπŸ‚πŸπŸ‚πŸπŸ‚πŸπŸ‚πŸ
♦️Amazing channels in Oromia that you must joinπŸ“
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

@orosarcasm
Official Channels and The Biggest Oromo channel. For Fun, music, Amazing fact, secret of love....

@Gadaapost
Wa'ee Gadaa fi Oduu simbirtuu

@Qeerroohaaromsaaharmee
Oduu simbirtuu Biyya keessa fi Biyya alaa Argachuuf.

@healthytip_11
Get daily Motivation and Inspiration quote with image

@orotech
To know about technology in Afaan Oromo

@orosoft
Software Afan oromoo oduuf odeffannoo Teeknolojii fi Barnoota gara garaa

@sennaasa
Asoosama, seena fi walaloo

@sabkoofan
Walaloo Adda addaa argachuuf

@oromocul
Now "Our Devotions are on"
A new beginning setting by Qeerroo Let us stand together

@BIAOTG
Vidiyoole sportii fi Oduu sportii biyya keessa, biyyaa alaa akkasumas tamsaasa kallatti

@ofiifofiin
Bashanana fi Qophilee Adda addaa

@orodope
All in one

@animuslima
Nashiida fi Gorsa Garagaratiif

@scholarship2
To get information about scholarships.

@seenaajaalalaa
Wa'ee jaalalaa fi Gorsa jaalalaa

@Fayyaadargaggootaa
Wa'ee fayyaa dargagoota fi gammachuu fayyaa

@Onnen1RJ
Jachoota Jaalalaa fi Gorsa Jaalalaa dhugaa

@QophiiBashannanaa
ODUU,Tapha, Fi bashanana adda addaa.

@kitaabaqulqulluu
Barnoota Amantaa

@orosport
Oduu isportii

@Ortodoksiidhugaa
Barnoota wa'ee amantaa Orthodox fi wangeela

@oromobeauty
Suraalee mimidhagoo

@dhalootahaara
Oduu fi Bashanana garagara
πŸ‘₯πŸ‘₯πŸ‘₯πŸ‘₯πŸ‘₯πŸ‘₯πŸ‘₯πŸ‘₯πŸ‘₯πŸ‘₯πŸ‘₯πŸ‘₯
GROUP THAT U MUST JOIN

@Haramayauniversity
Suggested Group for H.U students

@mettu_university
Suggested Group for mettu university students
πŸ‘©β€πŸ‘©β€πŸ‘§β€πŸ‘¦πŸ‘©β€πŸ‘©β€πŸ‘§β€πŸ‘¦πŸ‘©β€πŸ‘©β€πŸ‘§β€πŸ‘¦πŸ‘©β€πŸ‘©β€πŸ‘§β€πŸ‘¦πŸ‘©β€πŸ‘©β€πŸ‘§β€πŸ‘¦πŸ‘©β€πŸ‘©β€πŸ‘§β€πŸ‘¦πŸ‘©β€πŸ‘©β€πŸ‘§β€πŸ‘¦πŸ‘©β€πŸ‘©β€πŸ‘§β€πŸ‘¦πŸ‘©β€πŸ‘©β€πŸ‘§β€πŸ‘¦πŸ‘©β€πŸ‘©β€πŸ‘§β€πŸ‘¦πŸ‘©β€πŸ‘©β€πŸ‘§β€πŸ‘¦πŸ‘©β€πŸ‘©β€πŸ‘§β€πŸ‘¦
Other groups
@Waltajji_Walaloo
@salamdawagroup
@oromoo
@qubeegroup
@Borenaoromiya
πŸ“ŒπŸ“ŒπŸ“ŒπŸ“ŒπŸ“ŒπŸ“ŒπŸ“ŒπŸ“ŒπŸ“ŒπŸ“ŒπŸ“ŒπŸ“ŒπŸ“Œ
Powred by
πŸ’€:@oromiapromobot
&
If you need to promote your channels click hare
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡@Oromiapromotion
Kaleessarra taatee boruun suuressitee
Gonka adda taatee har'aanis argattee
Boruun irra geessee duubatti yoo yaadduu
Kaleessa yoo taatu
Ishee namat toltuu kan itti gamadduu
@lamita1
Aasxaa jaalaala
Fuula kee duratti jilba kootin kufee
Jaalalan siif qabuuf bu’aa bayii lufee
Barbaacha keetif karaa fagoo dhufee
Beelofnaan nyaata koo dheebufis dhugaati
Dadhabnaan humna koo kan naaf taatu ati
Dhabnaan qabeenya koo gaddaafis gammachuu
Dhiibbaa keessa kootif naaf taatee birmachuu
Maalin si moggaasa maal jedheen si waama?
Dura keetti kufeen dhaamsa koo siif dhaama
Afoola jaalalaa mi’aasaa si waliin dhandhame
Dhaamsa koo siif dhaamuf humnatu naaf game
Aasxaa jaalalaa kee keessa kootti dhaaba
Ati naaf waadadha waadan sirra qaba
Aarmaa onnee kootiif kan naaf taate chaappaa
Gammachuu kan keetif kufee ka’een dhaaphaa
Faajjii onnee kootii keessa koo mirmiru
Isheen firaaf taatu kan si caalu hin jiru
Kanaafi…..,
Ija koo lamaanin imimmaan harcaasee
Dura keetti kufee ija koo babaasee
Jaalalan siif dhaama gurratti hasaasee

Barreesse Lammaa Tasfaayee[lamita]
@sabkoofan
ASTU
Har’aaf taatus nama ormaa
Bor koo taatafan siif mormaa
Si filadheeraa fuula kee ilaalee
Jooree jawwaaree hundumaan madaalee
Gulaallii taasisee duuba garagalee
Waliin madaalchisee kan har’aa fi kalee
Sin taasifadha giiftii koo jaalallee
Eenyumtuu nan ta’u eenyullee simalee
Sabboonummaa kan kee eenyuu kan ilaalu
Biiftuu yeroo hundaa eenyumtu si naan caalu
@sabkoofan by @lamita1 ASTU onkololeessa 2011
Ati Firiidhuma ishee hunda caaltu
Addunyaan guutunu si'iin hin madaaltu
Si'itu biiftudha ifni kan kee adda
Gammachuuf gaddi koos si'umarraa madda

Lammaa Tasfaayeetiin
ASTU
sadaasa 2018
imala jireenyaa
IMALA...
#kutaa_jalqabaa
Naman beekun dhabe guyyaa San!
Dubbiin ishee akkana:
Guyyaa tokko anis namaan qixxaadhee
Kan sochiif naaf ta'u dugda koottii baadhee
Dhaamsa firoottan koo hundumaa dhaga'e
Imala eegaluuf karaa kootti ba'e
Qabattoo garaa koo jabeessee hidhadhee
Bassoo xinnoo tokkos harkatti qabadhee
Imaluun eegale miltoo koo waammadhee
...yennaan deema ture...
Eessa akkan deemu marruu na gaafata:
Nagaan deemis jechaa
Harka isaas baasee kiisa isa keechaa
Imala milkii jedhee nagaa na dhaammata:
@@@@
Anis nan imala imimmaan harcaasaa
Fayyaalummaan isaanii garaa na roraasaa
Garaan koos na didee yeroo kaan dhaabbachaa
Gaaffii deebii dhabes ofiin of gaafachaa
@@@@@@@
Kophaa koo hasa'aa ofii koo gumgumaa
Imalli too tunis taatee kan dhugumaa

Yeroo Kaanis;
Kanin yaadu anis;
Ofiin of jabeessaa ilkaan ciniinnadhee
Fuldarattiin imala onneedhan kutadhee
Dhaggeeffataa malee kophaa koo dubbadhee

Onnee koo jabeessee
Yaada koo fageessee
Akka kanas jedhee wixinee dhiyeessee
#kutaa-lammaffaa-eeggadhaa!
#lammaa-tasfaayeetiin @sabkoofan