Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ24/04/25 በምሥራቅ ወለጋ ዞን ጊዳ አያና ወረዳ ውስጥ የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊትን ይመቱልኛል ብሎ በገንዘብ ደግፎ አስታጥቆና አሰልጥኖ ያሰማራቸው ጽንፈኛው ፋንዶ 15 ሚሊሻ ከነቤተሰቦቻቸው ጨፍጭፏል.....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#አሳዛኝ_መረጃ፦
መተከል ዞን ድባጤ ወረዳ ልዩ ቦታው ሰይዶ ተብሎ በሚጠራ ጎጥ መከላከያ በሠርግ ድግስ ላይ በነበሩ ሕዝብ ላይ በከፈተው ተኩስ እስካሁን 7 ሰላማዊ ሰዎች ሲጨፈጭፉ 4 ቁስለኛ መድረሱ ታውቋል ::
አቶ አሰፋ ረጋሳ ቤቱን ዘግተውበት ከእነ ቤቱ በእሳት ያቃጠሉ ሲሆን ለጊዜው መጠኑ ያልታወቀ ንብረት ዘርፈዋል ::
ለጊዜው ስማቸው የተለዩ የሟቾች ስም ዝርዝር
1ኛ:- #ገመቹ_ፈይሣ
2ኛ:- #አሠፋ_ፈይሣ
3ኛ:- የ12 ዓመት ሕፃን #የአብድሣ_ፈይሳ ልጅ
4ኛ- #መርጋ_ለሚ 70 ዓመት አዛውንት
5ኛ:- #አባ_ቦጋላ የ60 ዓመት አዛውንት
6ኛ:- #አርገታ_ገለታ ከጎንጎ ቀበሌ ለሠርግ የሄደ
7:- #ገነቲ_ኩሻ ከጎንጎ ቀበሌ ለሠርግ የሄደ ናቸው

Kibba Lixa Shaggar #Aanaa_Qarsaa_maallimaa
keessatti pPp’n yeroo hedduu xiyyeeffannoo mana ummata oromoo irra kaa’uun abiddaan gubdee ummata qe’ee isa irraa buqqisaa jirti.
dabalataanis guyyaa har'aa iddoo addaa #Gooroo_Gabreelii jedhamutti mana nama nagaa sababa tokko malee mana nama #Kafanii_Nagaasaa jedhamu abiddaan gubde.
Aanaa kana keessatti ummanni oromoo hedduuminnaan lubbuu isaa dhabuu, qabeenya isaa saamuu fi mana gubuun Ppn aanichaa gidiraa uummata agarsiisa jirti.
OROMIYAAN BIYYA
#መረጃ፦የፋሽስቱ ብልፅግና ቡድን በደቡብ ምዕራብ ሸገር ዞን ቀርሳ ማሊማ ወረዳ ውስጥ የህዝባችንን ቤት በትኩረት በማፍረስና በማቃጠል እያፈናቀለ ይገኛል...
በተለይ ዛሬ ማለትም በ24/4/25 ልዩ ስሙ ጎሮ ገብርኤል በተባለ ቦታ ያለምንም ምክንያት #የኦቦ_ከፈኒ_ነጋሳን ቤት ማጋየታቸውም ታውቋል....
በዚህ ወረዳ የበርካታ ሰዎች ሕይወት እየጠፋና ንብረት እየተዘረፈ መሆኑም ታውቋል....

#Oduu_tarkaanfii!
April 24/2025
Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii GG tarkaanfii Ona #mulootti fudhateen injifannoo Boonsaa argate!
#መረጃ፦ትላንት ማለትም በ24/04/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ማዓከላዊ ዞን ሙሎ ወረዳ ላይ በወሰደው እርምጃ በርካታ የፋሽስቱን ኃይል ድባቅ መቷል....

#Eeruu
ariifachiisa / ergent info.
RIB IZII Giddugalaassa irratti kan Waliigala xoophiyaa የመከላከያ ሠራዊት እንደ አገር ማዕከላዊ ኢዝ ላይ Magaalaa Naqamtee irratti Walga'ii guddaa guyyaa gaafa Ebila 26 / 28 - 8 - 2017 gaggeefachuuf karoorfattee jirti. Kana mijeessuuf wal ga'ii
1. Miseensota qancara OPDO
2. Warra gaggeessitu maqaa Amantii qabattee siyaasa gaggeessitu.
3. Maqaa sobaa ab bootii Gadaan opdon ijaarte
4. Hooggantoota ppn walgayii nageenyaa jettee waamte irratti wal gayiin akka yaadamaa jiru himte . Kana dubbate Jeneraal tokko dha.
Kanaaf Oromoo mareen isaan taasisan haala ittiin si gabroomsuu, si cabsuu , fi biyya kee irraa si balleessuu Karoora Abiyi Ahimadi dha. Kanaaf WBOn kana irratti dammaqinaan hojjedhuun dhaamsa Sabboontotaati.

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Injifannoo Aja'iibaa Muloo
Lola Muloo irratti koloneel kalifaan du'eera.
Koloneelli Kun miseensi waraanaa akka loluuf mallattoo lolaa irra deddeebin dabarsaa ture, miseensi waraanaa garuu Lola keessatti gatee baqachuun inni achumatti hafe.
Kana booda koloneel Kalifan biyyoo biyya keenya siphateera waraanaa hedduu waliin!
IUOf
#መረጃ፦ቀደም ብለን እንደ ዘገብነው ይህ በማዓከላዊ ዞን ሙሎ ወረዳ ላይ ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ፋሽስቱን ብልፅግና ቡድን ድባቅ እየመታው ይገኛል.....

Lola Muloo irratti #koloneel_khalifan du'eera. Koloneelli Kun miseensi waraanaa akka loluuf mallattoo lolaa irra deddeebin dabarsaa ture, miseensi waraanaa garuu Lola keessatti gatee baqachuun inni achumatti hafe.
Kana booda #koloneel_Khalifan biyyoo biyya keenyati!
#መረጃ፦በማዓከላዊ ዞን ከባድ ውጊያ ሲሄድ የነበረበት ሙሎ ወረዳ ላይ አንድ የፋሽስት ብልፅግና ኮ/ል ላይመለስ ተሸኝቷል ይህ #ኮረኔኤል_ከሊፋ የተባለ ሲሆን በተደጋጋሚ ትዕዛዝ ሲያስተላልፍ እንደነበረም ታውቋል ኮ/ል ውግያው ከአቅሙ በላይ መሆኑንና ተደጋጋም ጥሪ ቢያደርግም እሱንም ሠራዉቱንም የሚታደግለት አልተገኘም.....አይዞሽ ገለቴ!
Kana booda #koloneel_Khalifan biyyoo biyya keenyati!
#መረጃ፦በማዓከላዊ ዞን ከባድ ውጊያ ሲሄድ የነበረበት ሙሎ ወረዳ ላይ አንድ የፋሽስት ብልፅግና ኮ/ል ላይመለስ ተሸኝቷል ይህ #ኮረኔኤል_ከሊፋ የተባለ ሲሆን በተደጋጋሚ ትዕዛዝ ሲያስተላልፍ እንደነበረም ታውቋል ኮ/ል ውግያው ከአቅሙ በላይ መሆኑንና ተደጋጋም ጥሪ ቢያደርግም እሱንም ሠራዉቱንም የሚታደግለት አልተገኘም.....አይዞሽ ገለቴ!
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
Kaabinee fi Milishaan #Ilmaan kee Guddifadhu maaloo!
Utaalteema Gooftolii kee Warra Akkuma Irraa fi gadi Jirtan sanatti of agarsiisuuf jecha #Qawwee butattee #Goota of gootee Obboroo mana uummata keennaa deddeemtee Qotee Bulaa Doorsisaa oolta. Amaa hoo Maal Jettaree Qabbaneeffattee jirta mitii!!?
💀Bobbaan Duula Adda Waraana Kumaa akkuma itti fufetti jira.
Zoonii #Madda_Albuuda Ganama Bariin Godina Boorana Bahaa Aanaa #Areeroo iddoo #qorani_jiidhotti Bulchiinsafi Nageenni Aanaa Areeroo nama #Duuba_Adi_Quuricha jedhamu adaba itti godhe, Ergamtu diina 2 madoo ciman adabe jira.
OROMIYAAN BIYYA
#መረጃ፦ካቢኔ እና ሚሊሻ ዘድር መቀረጣጠፉ ይቀጥላል ይህ የቦረና ዞን አሬሮ ወረዳ ፀጥታና አስተዳደር ኃላፊ እንደ ፎቶ መነሳት ቀላል መስሎታል #ዱባ_አዲ_ቆሪቻ ላይመለስ ተሸኝቷል....

Amma RIBn Konk.8 #Awwaash_Bishoollee irraa Kaatee #Magaalaa_Tajjii Bulaa jirti jedhan. Jaallan Hordofaa.

#መረጃ፦ዛሬ ጧት ማለትም በ26/04/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ምዕራብ ዞን በዘመቻ ሺህ ግንባር በምዕራብ ወለጋ ዞን ላሎ አሰቢ ወረዳ ዋንጆ ቀበሌ ውስጥ የሚገኘውን የፋሽስት ብልፅግናን ካምፕ በከካ በማውረድ ነቅላ እንድትፈረጥጥ አድርጓታል.....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
~Itti leenjisuun itti fufa!
Zooii Giddu Gala Oromiyaatti humni haaraan yeroo dheeraaf leenjii siyaasaaf waraanaarra ture xumuree jira.
~Marsaa Duula Adda Waraana Kumaa baga gammaddan baga gammanne.
#መረጃ፦ብዘመቻ ሺህ ግንባር የማዓከላዊ ዞን የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት አዳዲስ የኦሮሚያ ዘቦችን በተለያዩ የፖለቲካና ወታደራዊ ሥልጠና ስወስዱ የቆዩትን በደማቅ ሁኔታ አስመርቋል...
እንኳን ደስ አለን ደስ አላችሁ!!
Zooii Giddu Gala Oromiyaatti humni haaraan yeroo dheeraaf leenjii siyaasaaf waraanaarra ture xumuree jira.
~Marsaa Duula Adda Waraana Kumaa baga gammaddan baga gammanne.
#መረጃ፦ብዘመቻ ሺህ ግንባር የማዓከላዊ ዞን የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት አዳዲስ የኦሮሚያ ዘቦችን በተለያዩ የፖለቲካና ወታደራዊ ሥልጠና ስወስዱ የቆዩትን በደማቅ ሁኔታ አስመርቋል...
እንኳን ደስ አለን ደስ አላችሁ!!
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
እንኳን ደህና መጣህ....
ሌሎቻችሁም ከዚህ ትምህርት ውሰዱ....የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ባደረገላቸው ጥሪ መሠረት በርካቶች ወደ ተግባር እየቀየሩት ይገኛሉ!!/
ሌሎቻችሁም ከዚህ ትምህርት ውሰዱ....የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ባደረገላቸው ጥሪ መሠረት በርካቶች ወደ ተግባር እየቀየሩት ይገኛሉ!!/
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
Forwarded from Tsegaye R Ararssa
Africa Intelligence
Ethiopia/Kenya : Marco Rubio, the US Secretary of State, cancels his first African tour
Breaking news published on 22/04/25, at 08:40 GMT - Expected to visit Nairobi and then Addis Ababa, the head of US diplomacy has cancelled his planned tour, which was to have covered both security
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
~#Odeessa_Gaddaa😥
~Godina Wallagga Lixaa Ona Mana Sibuu Ganda Meexxii Alaala fardatti Eebila-26/2025 Namoota maqaan isaanii
1), #Jamaal_Amad
2), #Rashiid_Alamuu
3), #Damaraa_Baacaa jedhaman dafqaan bultoota ta’anii osoo hojii humnaa Wallagga Lixaa Aanaa Qondaalaa Magaalaa Ashunfaa iddoo jedhamtuu hojjetanii waraanni Pp fudhanii Daangaan Mana Sibuuf Qondaala giddu iddoo #Daabbus jedhamutti Ajjeesanii gatanii jiru.
#አሳዛኝ_መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ26/04/25 በምዕራብ ወለጋ ዞን መነሲቡ ወረዳ ሚጤ አላላ ቀበሌ ላይ እነዚህ ስማቸው የተጠቀሱ፦
1- #ጀማል_አህመድ
2- #ረሺድ_አለሙ
3- #ደመረ_ባጫ
የተባሉ ግለሰቦች ወዛደሮች ሥራ ከሚሠሩበት የጉልበት ሥራ በምዕራብ ወለጋ ዞን ቆንዳላ ወረዳ አሹፌ ከተማ አስተዳደር ውስጥ እየሠሩ ካለበት ቦታ በፋሽስት የብልፅግና ወታደሮች ተይዘው የመነሲቡ ወረዳ ድንበር ላይ #ዳቡስ በተባለ ቦታ ረሽነዋቸው ጥለዋቸዋል....