Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Eruu_sochii_Diina
Waraanii pp Amaan tana toora sa,atii 10:30 tti Gujii lixaa kamphii Arraaba irraa konkoolaata 10 n ta,un Bulee horaa darbee Jira hordoofi Qeroofi qareeni

Zoonii madda Albudaa irraa qunciseera Bireena ,Snipera , dabalatee meeshaan hedduun hiikameera,hidhamaa guutummaan guutuutti baaseera
IUOf
#መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ22/04/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት በመደ አልቡዳ ዞን በዘመቻ ሺህ ግንባር የፋሽስቱን ብልፅግና ሠሬዊት ድባቅ መቷል....
IUOf
#መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ22/04/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት በመደ አልቡዳ ዞን በዘመቻ ሺህ ግንባር የፋሽስቱን ብልፅግና ሠሬዊት ድባቅ መቷል....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
አናብስቶቹ የወርቂቱ ልጆች ከምርቃት በኋላ.....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
እንኳን ደህና መጣህ.....
እያልን ሌሎቻችሁም ከዚህ ትልቅ ትምህርት እንድትወስዱ ምክራችን ነው!
እያልን ሌሎቻችሁም ከዚህ ትልቅ ትምህርት እንድትወስዱ ምክራችን ነው!
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
የነገ የኦሮሚያ የነፃነት የዴሞክራሲና የሰላም ዘቦች.....
እንኳን ደስ አለን ደስ አላችሁ.....
እንኳን ደስ አለን ደስ አላችሁ.....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
ሚሊሻ በከተማ እና እዚህ ልዩነቱ...
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo WBOn Zoonii Kibba Baha Oromiyaa tarkaanfii laaleessaa waraana faashistii PP irratti fudhachuun adabe
ONM-ABO Ebla 23,2025 Irree fi gaachanni sabaa WBOn godina Arsii Bahaa aanaa Sirkaa ganda Soojjii Saddee iddoo addaa Gaalamaa jedhamu keessatti guyyaa har'aa Ebla 23 waraana maafi’aa PP maqaa sakattaa Waraana Bilisummaa Oromoo jedhuun bobbaate haleeluun loltoota sirna dulloomaa tiksuuf jecha dhamaatu 10 ajjeesee 6 madeessuu kara magaalaa irraa bobbaatetti deebisee jira.
Injifannoon ummata Oromoof!
ONM-ABO Ebla 23,2025 Irree fi gaachanni sabaa WBOn godina Arsii Bahaa aanaa Sirkaa ganda Soojjii Saddee iddoo addaa Gaalamaa jedhamu keessatti guyyaa har'aa Ebla 23 waraana maafi’aa PP maqaa sakattaa Waraana Bilisummaa Oromoo jedhuun bobbaate haleeluun loltoota sirna dulloomaa tiksuuf jecha dhamaatu 10 ajjeesee 6 madeessuu kara magaalaa irraa bobbaatetti deebisee jira.
Injifannoon ummata Oromoof!
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#መረጃ፦ዛሬ ማለዳ ማለትም በ24/03/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ምዕራብ ዞን በዘመቻ ሺህ ግንባር በሆሮ ጉድሩ ወለጋ ዞን አቤ ዶንጎሮ ወረዳ ሲርባ ቀበሌ ውስጥ የሚገኘውን ወታደራዊ ካምፕ ድባቅ በመምታት ሙትና ቁስለኛ አድርጓል......
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ24/04/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ምዕራብ ዞን በዘመቻ ሺህ ግንባር በምሥራቅ ወለጋ ዞን ጅማ አርጆ ወረዳ ዋዩ ሰቃ ቀበሌ ውስጥ የሚገኘውን ወታደራዊ ካምፕ በመግባት ድባቅ መቷል.....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ24/04/25 በምሥራቅ ወለጋ ዞን ጊዳ አያና ወረዳ ውስጥ የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊትን ይመቱልኛል ብሎ በገንዘብ ደግፎ አስታጥቆና አሰልጥኖ ያሰማራቸው ጽንፈኛው ፋንዶ 15 ሚሊሻ ከነቤተሰቦቻቸው ጨፍጭፏል.....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#አሳዛኝ_መረጃ፦
መተከል ዞን ድባጤ ወረዳ ልዩ ቦታው ሰይዶ ተብሎ በሚጠራ ጎጥ መከላከያ በሠርግ ድግስ ላይ በነበሩ ሕዝብ ላይ በከፈተው ተኩስ እስካሁን 7 ሰላማዊ ሰዎች ሲጨፈጭፉ 4 ቁስለኛ መድረሱ ታውቋል ::
አቶ አሰፋ ረጋሳ ቤቱን ዘግተውበት ከእነ ቤቱ በእሳት ያቃጠሉ ሲሆን ለጊዜው መጠኑ ያልታወቀ ንብረት ዘርፈዋል ::
ለጊዜው ስማቸው የተለዩ የሟቾች ስም ዝርዝር
1ኛ:- #ገመቹ_ፈይሣ
2ኛ:- #አሠፋ_ፈይሣ
3ኛ:- የ12 ዓመት ሕፃን #የአብድሣ_ፈይሳ ልጅ
4ኛ- #መርጋ_ለሚ 70 ዓመት አዛውንት
5ኛ:- #አባ_ቦጋላ የ60 ዓመት አዛውንት
6ኛ:- #አርገታ_ገለታ ከጎንጎ ቀበሌ ለሠርግ የሄደ
7:- #ገነቲ_ኩሻ ከጎንጎ ቀበሌ ለሠርግ የሄደ ናቸው

Kibba Lixa Shaggar #Aanaa_Qarsaa_maallimaa
keessatti pPp’n yeroo hedduu xiyyeeffannoo mana ummata oromoo irra kaa’uun abiddaan gubdee ummata qe’ee isa irraa buqqisaa jirti.
dabalataanis guyyaa har'aa iddoo addaa #Gooroo_Gabreelii jedhamutti mana nama nagaa sababa tokko malee mana nama #Kafanii_Nagaasaa jedhamu abiddaan gubde.
Aanaa kana keessatti ummanni oromoo hedduuminnaan lubbuu isaa dhabuu, qabeenya isaa saamuu fi mana gubuun Ppn aanichaa gidiraa uummata agarsiisa jirti.
OROMIYAAN BIYYA
#መረጃ፦የፋሽስቱ ብልፅግና ቡድን በደቡብ ምዕራብ ሸገር ዞን ቀርሳ ማሊማ ወረዳ ውስጥ የህዝባችንን ቤት በትኩረት በማፍረስና በማቃጠል እያፈናቀለ ይገኛል...
በተለይ ዛሬ ማለትም በ24/4/25 ልዩ ስሙ ጎሮ ገብርኤል በተባለ ቦታ ያለምንም ምክንያት #የኦቦ_ከፈኒ_ነጋሳን ቤት ማጋየታቸውም ታውቋል....
በዚህ ወረዳ የበርካታ ሰዎች ሕይወት እየጠፋና ንብረት እየተዘረፈ መሆኑም ታውቋል....

#Oduu_tarkaanfii!
April 24/2025
Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii GG tarkaanfii Ona #mulootti fudhateen injifannoo Boonsaa argate!
#መረጃ፦ትላንት ማለትም በ24/04/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ማዓከላዊ ዞን ሙሎ ወረዳ ላይ በወሰደው እርምጃ በርካታ የፋሽስቱን ኃይል ድባቅ መቷል....

#Eeruu
ariifachiisa / ergent info.
RIB IZII Giddugalaassa irratti kan Waliigala xoophiyaa የመከላከያ ሠራዊት እንደ አገር ማዕከላዊ ኢዝ ላይ Magaalaa Naqamtee irratti Walga'ii guddaa guyyaa gaafa Ebila 26 / 28 - 8 - 2017 gaggeefachuuf karoorfattee jirti. Kana mijeessuuf wal ga'ii
1. Miseensota qancara OPDO
2. Warra gaggeessitu maqaa Amantii qabattee siyaasa gaggeessitu.
3. Maqaa sobaa ab bootii Gadaan opdon ijaarte
4. Hooggantoota ppn walgayii nageenyaa jettee waamte irratti wal gayiin akka yaadamaa jiru himte . Kana dubbate Jeneraal tokko dha.
Kanaaf Oromoo mareen isaan taasisan haala ittiin si gabroomsuu, si cabsuu , fi biyya kee irraa si balleessuu Karoora Abiyi Ahimadi dha. Kanaaf WBOn kana irratti dammaqinaan hojjedhuun dhaamsa Sabboontotaati.

Injifannoo Aja'iibaa Muloo
Lola Muloo irratti koloneel kalifaan du'eera.
Koloneelli Kun miseensi waraanaa akka loluuf mallattoo lolaa irra deddeebin dabarsaa ture, miseensi waraanaa garuu Lola keessatti gatee baqachuun inni achumatti hafe.
Kana booda koloneel Kalifan biyyoo biyya keenya siphateera waraanaa hedduu waliin!
IUOf
#መረጃ፦ቀደም ብለን እንደ ዘገብነው ይህ በማዓከላዊ ዞን ሙሎ ወረዳ ላይ ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ፋሽስቱን ብልፅግና ቡድን ድባቅ እየመታው ይገኛል.....

Lola Muloo irratti #koloneel_khalifan du'eera. Koloneelli Kun miseensi waraanaa akka loluuf mallattoo lolaa irra deddeebin dabarsaa ture, miseensi waraanaa garuu Lola keessatti gatee baqachuun inni achumatti hafe.
Kana booda #koloneel_Khalifan biyyoo biyya keenyati!
#መረጃ፦በማዓከላዊ ዞን ከባድ ውጊያ ሲሄድ የነበረበት ሙሎ ወረዳ ላይ አንድ የፋሽስት ብልፅግና ኮ/ል ላይመለስ ተሸኝቷል ይህ #ኮረኔኤል_ከሊፋ የተባለ ሲሆን በተደጋጋሚ ትዕዛዝ ሲያስተላልፍ እንደነበረም ታውቋል ኮ/ል ውግያው ከአቅሙ በላይ መሆኑንና ተደጋጋም ጥሪ ቢያደርግም እሱንም ሠራዉቱንም የሚታደግለት አልተገኘም.....አይዞሽ ገለቴ!
Kana booda #koloneel_Khalifan biyyoo biyya keenyati!
#መረጃ፦በማዓከላዊ ዞን ከባድ ውጊያ ሲሄድ የነበረበት ሙሎ ወረዳ ላይ አንድ የፋሽስት ብልፅግና ኮ/ል ላይመለስ ተሸኝቷል ይህ #ኮረኔኤል_ከሊፋ የተባለ ሲሆን በተደጋጋሚ ትዕዛዝ ሲያስተላልፍ እንደነበረም ታውቋል ኮ/ል ውግያው ከአቅሙ በላይ መሆኑንና ተደጋጋም ጥሪ ቢያደርግም እሱንም ሠራዉቱንም የሚታደግለት አልተገኘም.....አይዞሽ ገለቴ!
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
Kaabinee fi Milishaan #Ilmaan kee Guddifadhu maaloo!
Utaalteema Gooftolii kee Warra Akkuma Irraa fi gadi Jirtan sanatti of agarsiisuuf jecha #Qawwee butattee #Goota of gootee Obboroo mana uummata keennaa deddeemtee Qotee Bulaa Doorsisaa oolta. Amaa hoo Maal Jettaree Qabbaneeffattee jirta mitii!!?
💀Bobbaan Duula Adda Waraana Kumaa akkuma itti fufetti jira.
Zoonii #Madda_Albuuda Ganama Bariin Godina Boorana Bahaa Aanaa #Areeroo iddoo #qorani_jiidhotti Bulchiinsafi Nageenni Aanaa Areeroo nama #Duuba_Adi_Quuricha jedhamu adaba itti godhe, Ergamtu diina 2 madoo ciman adabe jira.
OROMIYAAN BIYYA
#መረጃ፦ካቢኔ እና ሚሊሻ ዘድር መቀረጣጠፉ ይቀጥላል ይህ የቦረና ዞን አሬሮ ወረዳ ፀጥታና አስተዳደር ኃላፊ እንደ ፎቶ መነሳት ቀላል መስሎታል #ዱባ_አዲ_ቆሪቻ ላይመለስ ተሸኝቷል....