Sagalee Kiristoos Iyyasuus
3.04K subscribers
559 photos
2 videos
1 file
44 links
" Yaa mucaa namaa! Ati macaaficha ani amma siif kennu kana nyaadhuu garaa kee guuttadhu!" naan jedhe; ani yommuun nyaadhes afaan kootti akka dammaa in miyaa'e." Hisqi'el 3: 3
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@kitaabaqulqulluu
@kitaabaqulqulluu
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Download Telegram
" Inni yeroo, kutaa baraas in geddara, mootota mootummaa irraa in buusa, isaan in moosisas; warra ogeessotaaf iyyuu ogummaa, warra beektotaafis hubatanii beekuu isatu kenne."
(Macaafa Daani'el Raajichaa 2: 21)
Barri kun bara nageenyaa, fayyinaa, badhaadhinaa fi qalbii jijjiirrannaa akka nuu ta'uuf heeyama
waaqayyo qulqulluu haa ta'u!!
Ayyaanna gaarii iddee jirtaanittii.
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
SHARE GOCHUUN WALIIF QOODAA!

Ayyaanotaa fi Soomaa bara 2013

Maqaa Abbaa kan Ilmaa kan Afuura quiqulluu Waaqa tokko Amen.

Baga bara Yohaannis irraa gara bara Maatewoositti nagayaan dabartan. Bara 2013 (2020/21) guyyoonni ayyaanotaa fi soomaa akka armaan gadii ooluu

1, Masqaalaa Fulbaana 17/2013
---> (09/27/2020)
2, Dhaloota Gooftaa Mudee 29/2013
---> (01/07/2021)
3, Soomaa nanawee Guraandhala 15/13.
----> (02/ 22 /2021)
4, Soomaa Gooftaa Bitooteessa 29/13
----> (03/ 8/ 2021)
5, Tulluu Ejersaa Ebila 26/13
--->(04/ 4 /2021)
6, Hoosaanaa Ebila 17/2013
---> (04/25/2021)
7, Guyaa Faannoo Ebla 22/13
---> (04/30/ 2021
8, Ka'uumsa Gooftaa Ebla 24
---> (05/2/2021)
9, Walgayii Lubootaa Caamsaa18
---> (05/26/ 2021)
10, Ol bayiinsa Gooftaa Waxabajjii 3 2013
---> (06/10/2021)
11, Pharaaqlixoos waxabajjii 13/2013
---> (06/20/2021)
12, Soomii duuka bu'ootaa waxabajjii 14
---> (06/ 21/2021)
13, Soomaa Fayyinaa waxabajjii 16
---> (06/ 23 /2021)

Waaqayyoo nagaa nuuf haa keenu
“Namni haadha manaa isaaf taatu argatu, wanta gaarii in argata, Waaqayyo biraas ayyaana in argata;”
— Fak. 18:22

Dn. Dr.Naahimii Fayyisaa Waqayyoo ati tajaajilte Baga guyyaa Cidha keetiin nagaadhaan sii gahe.

“ሚስት ያገኘ በረከትን አገኘ፥ ከእግዚአብሔርም ሞገስን ይቀበላል።”
— ምሳሌ 18፥22

ዲያቆን ዶክተር ናሂሚ ፈይሳ ያገለገልከው የደከምክለት አምላክ እንኳን ለዚህ አበቃህ።
#መልካም የትዳር ዘመን ይሁንላችሁ 🙏🙏🙏
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
💚 @kitaabaqulqulluu 💚
💚 @kitaabaqulqulluu 💚
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
💚 @kitaabaqulqulluu 💚
💚 @kitaabaqulqulluu 💚
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️