Kana Beektu Laata❔
935 subscribers
59 photos
2 files
61 links
Chaanaliin kun kan hundaa’eef wantoota dinqisiisoo dhugaadhaan addunyaa teenya tana irra jiran afaan oromootiin walbarsiisuuf kan banameedha. @abde_AS fayyadamuun yaada nuuf kennuu ni dandeessu!πŸ™
Download Telegram
Qubeen gabatee "predikii" keessatti hin argamne, qubee #J qofa akka tahee beektu laata?!!.
"Share " hiriyoota keeysaniif godhaa
Join us πŸ‘‡πŸ‘‡
@KanaBL
@kanaBL
@kanaBL
Biyya Xaaliyaanitti, hiyyeessa taate yoo nyaata hatte, akka balleessattii akka hin ilaalamne beektu laata?!!πŸ‘ŒπŸ‘Œ
'Join & forward' godhaaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@kanaBL
@kanaBL
​​Pilaaneetii yuuranus(Uranus) irratti bonni waggaa 42 akka turu beektu laata?!!! πŸ™ˆπŸ˜³πŸ˜±
πŸ‘‰ Join fi share godhuu hin dagatinaaπŸ™πŸ™πŸ™
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@kanaBL
@kanaBL
@kanaBL
❀1
​​HETEROPATERNAL SUPERFECUNDATION
#LAKKUU ABBAAN GARAA-GARAA(adda addaa) - Akkana jechuun afaan saayinsii walhormaataan, lakkuun sanyii kormaa(sperm) dhiira garaa-garaa lama irraa yeroo dubartiin takkaa ulfooftee dha. Kunis khan uumamu danda’u yeroo sanyiin kormaa(sperm) inni jalqabaa walqunnamtii saala waliin goote guyyoota muraasaaf osoo hin duune qaama hormaata dubartii kheessa yoo ture fi kkf uumamu danda’a. Uumamni akkanaa khuni baayyinaan bineensotaa fi bineeldota biratti ni mul’ata. Jechuun nama biratti hin mul’atu jechuu koo miti. Abbaa addaan baasuun qorannoo DNA barbaada.
Chaanaliin kana hiriyoota kheessaan aferuu hin dagatinaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@KanaBL
@kanaBL
@kanaBL
πŸ‘1
Yooya deebinee jirra.
baduuf dhiifama
Pilaanetiin Pluto jedhamtu ergaa aburaamte hanga ammatti aduun nannawtee(orbit) hin fixnee. Pilutoon aduun nannawtee orbit xumuruuf waggaa 248 itti fudhataa, pulutoon bara 1930 dhatti namaa maqaan isaa Clyde W.Tombaugh jedhamuun jalqba aburaamte.
@kanaBL
@kanaBL
@kanaBL
Forwarded from Kana Beektu Laata❔
Elementoota haaraya afuriif maqaa fi iddaa-bu'en qubee dha keennameef, isaanis: Nihonium(Nh), Moscoviem(Mc), Tennessine(Ts), fi Oganesson(Og)
Join us for more πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@kanaBL
@kanaBL
@kanaBL
🫑4πŸ‘2
Messages in this channel will be automatically deleted after 1 month
Messages in this channel will no longer be automatically deleted
Yooyyaa! Akkam nagayaa fayyaa? Toora irraa baduuf dhiifama hordoftoota keenya gaafachaa? deebinee jirra share fi invite gochuu hin dagatinaa
Elementoota haaraya afuriif(4) maqaa fi iddaa-bu'en(qubee) dhaa kennameef, isaanis: Nihonium(Nh), Moscoviem(Mc), Tennessine(Ts), fi Oganesson(Og)
Join us for more πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@kanaBL
@kanaBL
@kanaBL
Live stream started
Forwarded from kanabeektulaata
HETEROPATERNAL SUPERFECUNDATION
#LAKKUU ABBAAN GARAA-GARAA(adda addaa) - Akkana jechuun afaan saayinsii walhormaataan, lakkuun sanyii kormaa(sperm) dhiira garaa-garaa lama irraa yeroo dubartiin takkaa ulfooftee dha. Kunis khan uumamu danda’u yeroo sanyiin kormaa(sperm) inni jalqabaa walqunnamtii saala waliin goote guyyoota muraasaaf osoo hin duune qaama hormaata dubartii kheessa yoo ture fi kkf uumamu danda’a. Uumamni akkanaa khuni baayyinaan bineensotaa fi bineeldota biratti ni mul’ata. Jechuun nama biratti hin mul’atu jechuu koo miti. Abbaa addaan baasuun qorannoo DNA barbaada.
Chaanaliin kana hiriyoota kheessaan aferuu hin dagatinaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@KanaBL
@kanaBL
@kanaBL
❀1
Yeroo amma isiin himaa kana dubbisaa jirtan kana keesaatti, seelonni qaama tokkon tokkoo keessanii 50,000(kumaa shantam taa'an) akkaa du’anii, seelota biran(haarawaan) akka bakka bu'aan beektuu laata?!πŸ˜±πŸ˜±πŸ™Š
@kanaBL
@kanaBL
@kanaBL
πŸ‘1πŸ‘Ž1