Akkan abdii hin kutanne abdii kutadheera.
Abdii kutannaatti naaf himi ani abdii kutachuu akkan hin dandeenye.
Jabaadhu yaada Kee wajjiin walitti araarami! sana booda akkamitti fi eenyuti yoom dubbachuu fi eeggachuu akka qabdus yeroon si barsiiftiiti.π₯°ππ₯°ππ₯°ππ₯°

π5β€1
βAni jira jechuuf jarjaruun gaarii miti, kanarraa yeroo ati hin jirre isaan akka dhibuu keetti gaabban godhi.
Gammachuun kee akka hin jijjiiramne yoo barbaadde dhiphachuu keen gammadi.π§ π₯°
β€1
β DHUGAA NAAF GALE
=>Wantootni amma simudachaa jiran kun isaaninis mudateera. Qoramaniiru, mallaqa dhabaniru, fira dhabaniru, nama isaan hubatus dhabaniru. garuu darbaniru; waan guddaas hojjetaniru kanaaf atis yeroo bal'aa qabdaa jabaadhuπͺ.
=>Fedha qabaatte kutannoo dhabnaan fedhiin sun hawwii qofa ta'ee hafaπ₯΄
=>Jireenya kee ilaalcha namoonni siif qaban irratti hin ijaarinπ
=>Goota jechuun nama yeroo lolaa humnaan lolee mo'atu utuu hin taane; nama yeroo ariitii miira isaa to'achuu danda'udhaπ«‘
=>Wantootni akka ati eegatetti deemuu dhabuun isaanii kayyoo kee raawwachuu dadhabuu keef mirkaneessa mitiπ«€
=>Ganama kee galataan eegali , galgala kees galataan xumuriπ
=>Ofitti amanamummaa qabaannan wanti ati hin jijjiirre tokko hin jiruπ
=>Kutannoon jiraannan galmi hin gahamne hin jiru
@jechaafπππitti fufa

βEenyu akka najaallatu fi eenyu akka na jibbu yaaduufi itti dhiphadhu yeroon isaa darbeera.ποΈ
βWantoota biraa na barbaachisan bayyeetu jira.π
βKan najaallatu nan jaalladhaπ₯°
βKan nadeeggaru nan deeggaraπ«‘
βYoo najibbites dhimma itti hin qabuπ«€
βSi malee jireenyi itti fufaπ
βNama hin jibbu garuu,akka waanin argeyyuu hin beekneetti dhiisuuf mirga guutuun qabaπͺ
@jechaaf..βοΈ

π6β€3π3π1
# jechaaf
Yoomuu hin dhabu jete nama yaaddu dhabu akka dandessuu beekta π’
Wanta boor ta,uu hin beeknuti hara jalalan waliin ha jiraanuuπ₯Ί
Jechaaf tu jedhe....

π11β€5
The owner of this channel has been inactive for the last 11 months. If they remain inactive for the next 17 days, they may lose their account and admin rights in this channel. The contents of the channel will remain accessible for all users.