Jechaaf
520 subscribers
262 photos
1 video
21 links
Jechoota maraa
Download Telegram
πŸ‘2❀1
βœ“Jajamuunis ta'e qeeqamuun laman isaayyu sin miidhu.
=>Aduunis ta'e roobni daraaraa guddisuf ni fayyada.
Mul'ataa fi Kayyoo

❏ N
uti Karoora Hin Qabnu Taanaan Namoota Karoora Qabaniif Hojjetaa Ta'uu Keenyadha.

ΰΉ› MUL'ATA MATAA KEE,
ΰΉ› KAROORA MATAA KEE,
ΰΉ› KAAYYOO MATAA KEE QABAADHU!

❍ Namni karoora cimaa karoorsee karoora isaa
sana hojii irra hin oolchinee fi namni karoora hin qabne tokkuma.

❍ Karoorsuun qofti immoo bu'aa hin qabu. Karoora karoorsaniif amanamaa ta'uun, waan nama irraa barbaachisu hundumaaf aarsaa kanfaluun hojiirra oolchuu barbaachisa.

Kana gochuu baannaan garuu umurii harka namaa eeggachuu hin qabnetti harka namaa eeggachuu, yeroo ergachuu qabanitti ergamuu, yeroo hogganuu qabanitti hogganamuu, iddoo kabajamuu qabanitti xiqqeeffamuu namatti fiduu danda'a.

❍ Utuu akka namaa gaarii uffatanii, nyaatanii, dhuganii gammaduu hawwanuu, hamilee qofaan darbuu, utuu humna ofiitti fayyadamuun hin dhugoomsin, utuma kan namaa ilaalanii hawwanii jireenya ofii gadi qabuun, addunyaa irraa darbuu Waaqni nama haa baasu!

πŸ‘‰ Karoorsanii karoora ofiis hojiin miidhaksuudha. Nama ta'uu barbaannaan akkasumas galma gahuu barbaadaniif hojjechuuf karoora ofiitiif amanamaa tahuun hunda caalatti nama milkeessa!

Karoora Qabaadhu, Karoora keef Amanami!
πŸ‘2
❀1
❀2
πŸ‘2
❀9
πŸ‘2
❀5
eyyee akkasuma ta'aa jira nama hundatu
Forwarded from Jechaaf
πŸ‘5❀2
Mana hiidhaa sammuu koo keessattin hidhamaa ta'ee jiraadha.🀫
Kunis darbee seenaa ta'ee oddeefama borii🀐
❀6πŸ‘3
Atis naduukaa bu'iπŸƒπŸƒ
❀2
Akkan abdii hin kutanne abdii kutadheera.
Abdii kutannaatti naaf himi ani abdii kutachuu akkan hin dandeenye.
Jabaadhu yaada Kee wajjiin walitti araarami! sana booda akkamitti fi eenyuti yoom dubbachuu fi eeggachuu akka qabdus yeroon si barsiiftiiti.πŸ₯°πŸ’žπŸ₯°πŸ’žπŸ₯°πŸ’žπŸ₯°
πŸ‘5❀1
βœ“Ani jira jechuuf jarjaruun gaarii miti, kanarraa yeroo ati hin jirre isaan akka dhibuu keetti gaabban godhi.
Gammachuun kee akka hin jijjiiramne yoo barbaadde dhiphachuu keen gammadi.🧠πŸ₯°
❀1
Miirri jabaan yakka cimaati sigeessa, Obsi jabaan garuu, galma ifaatti sigeessa!
πŸ‘8❀1