Ni beekta mitii yeroo ati tasa na jalaa dogoggortee waa balleessitu, waan ani sirraa hin eegne raawwattu yookaan ilaaluuf duukaa buutu, akkan sitti dheekkamu ykn siin lolu. Eeyyen sirritti beekta. Haati ilmoo ishee yeroo isheen waa balleessitu ni loltiin, garuu haati lola dhugaa osoon taane mucaan ishee akka badii hin barreefidha malee jibbaaf miti.
Mucaan ishee lola isheen yoo dallantee boossu, haati mucaa deebitee garaa jaalalaan ofitti qabdee hammattee, dhudhungachaa, tattaphachiisaa aarii shee irraanfachiifti. Anis akkasuma garaa haadha deessuun siif qaba, siin loluun koos si jibbaaf osoon taane waaniin hundaa olitti si jaaladhuufi.
Akkasuma tolchee sababan si beekuuf karaa ani hin jaalanneef sirra hin fakkaanne dhiiftee; bakka sii malu, akkasuma amala gaarii fi kaayyoo harkaa qabduun bakkeewwan namoota gaggaariin oolan akka ooltuuf akka mul'attu waanin fedhuufi.
Atis kana sirritti beekta. Dheekkamsa koo hin mufattu dafeetu siif gala. Waanan si jaaladhuufan si adaba. Dogoggora keetirratti adabbiin an siif laadhu siif daandii milkaa'inaati. Kana atis beekta, suuta suutaan immoo akka qulqulleeffachaa adeemtu nan beeka.
Jetti xalayyaan halkan gaafasii barreeffamte sun

π2π₯1
Yaaluu hin sodaatin! Waan yaadde amma hin yaaletti yaaduma ta'ee sammuuke keessa tura, gaafa murteeffattee sodaake injifattee kaate garuu yaadike dhugoomun isaa hin ooluπ€ waan yaadan fiixan akka hin baafne kan nama godhu tokko sodaadha waan goote hin beekne kamuu gochuudhaf miirri sodaa sitti dhaga'amu danda'a,yoo sodaake injifattee Yaadake milkeessuu dandeessa. amma sodaake injifachuu hin dandeenyetti garuu yaada sirrii darbee dhaloota gahu danda'u baattee akka hiyyeessatti teessa sodaake mo'adhu nuffii malee yaali,yoos bakka yaadde ni geessa.ππ
π1
Bifti ati qabdu, ogummaa, hubannaa, jaalala, kabaja, beekumsa, dhugaa irraa fagoo jira taanaan gatiin kee ammallee xiqqoodha. Bakka ta'etti si gatee akka hin kaanetti si kuffisa. Ilaalchi kees akkasuma. Waan kamiinuu dorgomaa kan si taasisu sammuu keeti. Atiif eenyummaan kee dhugaa waliigaltee qabdu taanaan, humna, bareeda, simboo nama kamuu hawwatu, ofitti harkisu qabda.
π3
βJajamuunis ta'e qeeqamuun laman isaayyu sin miidhu.
=>Aduunis ta'e roobni daraaraa guddisuf ni fayyada.

Mul'ataa fi Kayyoo
β Nuti Karoora Hin Qabnu Taanaan Namoota Karoora Qabaniif Hojjetaa Ta'uu Keenyadha.
ΰΉ MUL'ATA MATAA KEE,
ΰΉ KAROORA MATAA KEE,
ΰΉ KAAYYOO MATAA KEE QABAADHU!
β Namni karoora cimaa karoorsee karoora isaa sana hojii irra hin oolchinee fi namni karoora hin qabne tokkuma.
β Karoorsuun qofti immoo bu'aa hin qabu. Karoora karoorsaniif amanamaa ta'uun, waan nama irraa barbaachisu hundumaaf aarsaa kanfaluun hojiirra oolchuu barbaachisa.
Kana gochuu baannaan garuu umurii harka namaa eeggachuu hin qabnetti harka namaa eeggachuu, yeroo ergachuu qabanitti ergamuu, yeroo hogganuu qabanitti hogganamuu, iddoo kabajamuu qabanitti xiqqeeffamuu namatti fiduu danda'a.
β Utuu akka namaa gaarii uffatanii, nyaatanii, dhuganii gammaduu hawwanuu, hamilee qofaan darbuu, utuu humna ofiitti fayyadamuun hin dhugoomsin, utuma kan namaa ilaalanii hawwanii jireenya ofii gadi qabuun, addunyaa irraa darbuu Waaqni nama haa baasu!
π Karoorsanii karoora ofiis hojiin miidhaksuudha. Nama ta'uu barbaannaan akkasumas galma gahuu barbaadaniif hojjechuuf karoora ofiitiif amanamaa tahuun hunda caalatti nama milkeessa!
Karoora Qabaadhu, Karoora keef Amanami!

π2