Jimma Blood Bank Service
38 subscribers
113 photos
1 video
4 files
2 links
Download Telegram
Aanaa Qarsaa Magaalaa Sarbootti dhiigni keeshaan 50 walitti qabameera.

======================

Arjoommicha irrattis hawaasni Xinnaa(>45) hanga guddaa,
H/mootummaa hanga hojii dhabaa,
Narsii hanga Eksiteenshinii
Beekaa hanga wallaalaatti,
Magaalaa hanga baadiyyaa,
Garee hanga gandaa haala ajaa'ibaan hirmaateera.

Waaqayyo Oromiyaa fi uummata ishee haa eebbisu.
Isinis eebbifamaa!!!
Date 30/11/2011

We (Dimtu sub- group) Performed above expected. Very interesting activity which will have to be scaled up to other woreda as a good experience.
60 units if blood are collected only today.
Pack number #1415-1449,and #1500-1523

I would like to say thanks to Tiro Afera Woreda Health Office and other groups who coordinates the donation program as well as those who donates their Blood(life).
Tiro Afeta 1st
Updates: A/Omo Beyyam 33 units
Sorry Boss! please there is mistakes in this post, for example C/Botor and Botor Xollay report interchanged,Saqqaa Coqorsa,qarsaa,X/Afataa report,.......let it be revised and reposted !?
OK! I may committed mistake! It's possible to edit if real data is available! Thanks for your comments!
Tiro Afeta??????
IID-AL ADEHAA
People be alert and optimistic by tomorrow we expected to collect more than 300 units of blood. That isn't delivered without your motive and complete commitment!
Today is so nice day!
Within 3 hour we able to collect 181 units.
Isn't it?
Thank you all parties
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
🤙ጥሩ ::
Who says tiru? What it mean?
(L). Gaarii dha. Bayeessa jechuu dha.
Forwarded from Deleted Account
Go to Home
Oromia Communication Bureau
Godina Jimmaatti arjooma dhiigaa qaama
hunda hirmaachiseen guyyaa har'aa qofaatti
namootni 284 ol ta'an dhiiga arjooman.
(BDhKMNOHagayyaa 08/2011) Guyyaa tola
ooltummaa sadarkaa Godinaatti qophaahe kana
irratti qaamoleen hawaasaa Aanolee
Godinichaa, Seekteroota fi Dhaabbilee adda
addaa irraa babbahan hojii eebbifamaa kana
irratti qooda fudhataniiru.
Godinichatti qaama hojii tola ooltummaa kan
ta'e hojii arjooma dhiigaatiif xiyyeeffannaan
addaa kennamee hojjatamaa kan jiru yemmuu
ta'u, kan har'aa dabalatee sochii hanga
ammaatiin namootni 1,306 ol ta'anu dhiiga kan
arjooman ta'uu Waajjirri Dhimmoota
Kominikeeshinii Godina Jimmaa gabaaseera.
12 hrs · Public
We still in need of sustainability question.
Hojiin kuni hojii itti fufiinsa barbaadudha aadaan kuni itti fufuu qaba. Sosochiin akkanaa hubannaa cimsuus irraanfatamuu him qabu!
Blood Donation going Well. @Limu Genet. 42 units of blood until 7:00 local time..
Hin dabalama!!!!!!