Islamic pic & Qouets
559 subscribers
370 photos
13 videos
1 file
68 links
Odeefanno dabalataf: @yaa_adnani

yadaaf: @Islamic_pic_bot
Download Telegram
Aashuuraan Roobii moo Khamisa?

Guyyaan Aashuuraa kan Mootummaan Suudii labse gaafa khamisaati. Kan Misra labsite Roobiidha. Maalumaafuu guyyaa Roobiifi Khamisa haa soommannu. Sababni isaatiis,
Tokkoffaa:- Aashuuraa kophaa isaa soommanuu caalaa Muharram sagaliifi kudhanii soommanuun filatamaadha.
Lamaffaa:- Aashuuraan gaafa Roobii ta'us khamisa ta'us shakkii tokko malee mindaa arganna.

Warri guyyaa Salaasaa soommantanis jaalatamaadha. Sababni isaas "Irra Caalaan soommanaa eega Ramadaanaati kan Baatii Rabbii Muharrami." Rasuul (saw). Khamisa soommanuu hin dagatinaa. Share waliif godhaa.

#Media @Riyaduljanna
Nama qabso ummata barsiise. Nama gaafa ummanni Media hin qabne Media bane ummataaf sagale tahe. #Radio_Daandii_Haqaa Seenaa qabsoo islaamaa fi oromoo kessatti gahe guddaa qaba. Kaayyo fi Daandii qabso Director RDH jalqabe tana galman genya Inshaa Allah.

Goota fi Qabsaawa Kenya Jaal Hamzaa Borona Rabbi ngyn sihaabaasu. Namni Leenca kana jaalattan Media qabso islaama kan @Riyaduljanna kanatti dabalama.
Namni gaafa nama hunda xiqqeyse laalu jalqabe gaafa waan inni jau male wanni biraa liqimfamufi didde. Waan fadhu hunda halaal godha waan isaaf hin taane ammo haraam godha. Namni kun xiqqo booda firqaa Haaraya uumuuf jiraata. Ani maqaa hin tuqu male kormaan tokko haala kana irra jira. Waan nama ajaaibsiisu warra gurba Shek Ja_____ sanin "Ustaaz " jaun. Obboleyso nadhagahi Ustaazumman safaaxatti hin dhuftu. Itti beelawani qaariyaa itti nyaatani waan heddu itti mudatanii Ustaaz tahan. Ati akkanumatti kara-deemaa hundaan Ustaaz jattan. Ustaaz yoom ulamaai xiqqeysa? Yoom qaamuma saalaa dubbachaa oola? Amma waanin siif himu gurbaan warra Shek___ san maraataa miti. Fayya qaba garu isa duuba qaama gudda diin balleysuf karoora qabutu jira. Gurbaan ergaa ummata amantii Islaamaa jibbu dabarsu jira. Yoo jiraanne arkuuf tenya gurbaan kun firqaa Haaraya baasuuf ta'a Waan kana naaf katabi.

#Media @Riyaduljanna
Watch "Nashiidaa Haaraya Taalibaan Tiyya jattu Haafiz Siraaj Alii" on YouTube
https://youtu.be/6H2TWGquWYg
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Samiiraa Mahammad makiinaa jala dhaabbattee maalif kadhatta je’ee poolisni na tume jette.
“Hambaa hoteelaa nyaanneetiin, intala tiyya ta waggaa lamaa hoosisaa ture. ‘Poolisoonni dhufan’ jennaan warri biraa ni fiigan.
Ani mucayyoo tiyya harkatti qabadhee fiiguu hin dandeenye.
Poolisni tokko duubaan na qabe. Kabalaan na dhawe. Miila na jalaa darbee lafatti na kuffise. Akka buutiitti na tuman.
Dhukkubbiitu natti dhagayama!...
Mataafi gurraatu na dhukkubutti jira! ...
... Makiinaa jala dhaabbattanii maalif kadhattan? Ja’anii I poolisoonni na tuman! ...
Ani ... nama hin qabu. Jireenyaafi hiyyummaatu karaarratti na darbe ...
Abbaan intala tiyyaa na waliin hin jiru!
Nuti buqqaatoota Harari. Waggaa lama duraan Finfinnetti gale... Boolee Bulbulaa sharaa hidhannee jiraanna! ...
Tabaroo itti hin qabu! ... Murtii Rabbumarraahiin arkadha.
Haqa biyyaafi ummatarraahiin eeggadha!”
Goofata kana itti buhaara.
Fb waan isin jalaa qabanif hin cinqatina. 😉

Gaafa takka Abba fi ilmaatu waahe barnota wajjin haasawa ture.

👳‍♂ Yaa muca kiyya qabxiin ke meeqa?
👱‍♂ Abba Bilget waan jae siif himuu?
👳‍♂ Ee naaf himi maal jae?
👱‍♂ Ani University irra qabxii guddaan hin eybifamne garu warri qabxii gurgudda qabu hundi hojjattota kiyya.
👳‍♂ Saniifu???
👱‍♂ Qabxii gudda hin fadhu.

😄😄😄😃

Goofata kana yoo siif gale koflu kofa oso hin taane nama biraatiif ergi. Ergaan isa heddudha. Atiis waan heddu irra baratta. Anis waanin siif dhaamu nama kaayyoo qabu tahi.

#Media @Riyaduljanna
Watch "Jaarsa fi Jaarti Boksiin wal tumtu video ajaaiba laala itti buhaara." on YouTube
https://youtu.be/zNW7Xau9e2Y
@Riyaduljanna irratti arkattan.
Watch "Dokmantarii Islaamaa video heddu nama tolu." on YouTube
https://youtu.be/moM4KW_4Ny8
as wr wb ዉድ የኢቅራ ቤተሰቦች የጀሊሉ ሰላም ይብዛባቹ።ዛሬ(ሰኞ)ምሽት 3:00 ጥያቄና መልስ ይኖራል።
@iqra78 join በሉ ለመሸለም ቻናሉን ቢያንስ ለ 1 ሰዉ share ያርጉ
መ ል ሶ ቻቹን 👇
@abdiydelil1 ላይ ቀድሞ በትክክል
👉 ለመለሱ የካርድ ሽልማት አለዉ📨 ሁላቹም ሞክሩ ሞክሮ
ማጣት እንደማግኘት ይቆጠራል ..
እ ስ ኪ ለ መ ሸ ለ ም ዝ ግ ጁ
ለመሸለም - - - - - - - - - - - - - - - - -
⭕️ ቻናሉን join ይበሉ @iqra78
⭕️ ቢያንስ ለ 1 ሰዉ share ያርጉ
⭕️ ቀድመዉ በትክክል ይመልሱ
⭕️ ስምና አገር ይጻፉ
ከ 3:00-3:45 ይቆያል
-----------ጥያቄና መልስ-------------
🔶🔶የእለቱ ጥያቄዎች🔶🔶
1) ነብዩ(ሰ ዐ ወ) የተወለዱበት ዓመት ምን በመባል ይታወቃል?
A) የዝሆን ዓመት
B) የሀዘን ዓመት
C) የአንበሳ ዓመት
2) በእስልምና ታሪክ የመጀመሪያ ሸሂድ??
A) አባስ B) ሐምዛ
C) ሱመያ D) መልስየለም
3) የአቡበኸር አስ ሲዲቅ የስልጣን ዘመን(የኸሊፋነት ጊዜ)ስንት ነዉ?
A) 4 B) 3
C) 2 D) 5
4) የአላህ ወዳጅ የተሰኘዉ ነብይ ማን ነዉ?
A) ሙሳ B) ኢብራሂም
C) ኑሕ D) ኢድሪስ
5) በመጀመሪያዉ ሒጅራ(ስደት ወደ ሐበሻ) ካደረጉ ሰሀቦች መካከል ቢያንስ 5 ጥቀስ።
6) የጁምዓ ዕለት ከሚተገበሩ ሱናዎች ቢያንስ 5 ጥቀስ
✳️ መልስ መስጫ @abdiydelil1
Join @iqra78
ስምና አገር ጥቀሱ
ከ 3:00-345 ይቆያል
⭕️: ቢያንስ ለ 1 ሰዉ share and join ግድ ነዉ ለመሸለም
⭕️ ቀድመዉ በትክክል የመለሱ ያሸንፋሉ @iqra78
⭕️ ቻናሉን ካልተቀላቀሉ አሁን ይቀላቀሉና share yargu
የተመቸዉ - - - - - - - - - - - - - - - - - - -
@iqra78
Naannoo affaaritti waan nama rifachiisu mullataa jira masjiidni rabbii rasaasaan tumame, qur'aanni rabbii Cicciramee gubamee jira, jiraattonni naannoo akka himutti warra wayyaaneetu waan kana godhe ja'an, abbaan fedhe haa godhuu ni balaaleeffanna seeraafis dhihaatuu qaba.
Nurraa dhukatus rabbiin ni beekaa warra waan kana godhe jazaa isaanii haa kafaluuf addunyaa aakhiraa isaan haa xiqqeessu.
Gabaasni kan Mujiib Amiinoti.

Odeyfanno Islaamaa saffisaan arkachuf #Media @Riyaduljanna filadhaa.
Hirmaadha badhaafamaa.
Ani enyu nabeytee?

Ardii Africadha biyya gurrachota
Ardii kessa jiru jajjaban ummata
Baha Africadha kessa na'arkatta
Achittin dhaladhe biyya habashota
Ani enyu laata atiho nabeeytaax2

Gaafa ilma nama bitan san maallaqa
Akkuma meshatti naman gaba dhaqa
Adii fi diddiiman dhufe siluquqa
Europef Asia America sinaqa
Ani enyu beyte habasha demetin Asiafa dhaqa x2

Ani gabrummanin biyya makka dhaqe
Bite nagurgure hundi nacannaqe
Dukkanti shirkitis sammu kiyya cinqe
Furmaata barbaduf olif gadi dhaqe
Ani enyu beyte yeron achi dhaqe?

Araba gurgudda Tujjara diddiima
Aqlii fi humnanis nacaalan inuma
Warra akka Hamza fi Khalidif Ikrima
Isaan hunda durse naatu sene islamumma
Ani enyu beyte maqa Kiyya amma?

Islamumma senuf warra heddu midhame
Warra jalqabarra seenan kiyya hime
Dhagaa gudda tokko qomarra nakayame
Ahadun ahadi jachunin bekame
Ani enyu amma nayadattani me

Tiketin jannata asi naaf kanname
Gubba ka'abadha dhabbadhen azane
Muazzina nabi jachunin yamame
Waggota heddudhan Rassula kaddame
Ani enyu amma nayadatani me

Ani enyu nabeyta lenca sahabota
Gurracha habasha enyu nadagata
Gurra kessi adii hunda najaalata
Kenya Kenya jae siitu nan dhaadata
Ani enyu nabeytax2
Deebisa @Humaa_bot irratti barreeysa.
#Media @Riyaduljanna
Muslimoonni China Rakko gudda kessa jiran.

Mootummaan China Ummata Muslima saba uyigoor ja'amu yeroo hunda miidhuun duguuggaa sanni irratti gaggeysuun isaa niyaadatama. Haluma kanaan arraas miidhaan ummata san irra jiru akkuma itti fufetti jira. Dhiheenya kana mootummaan biyyatti application Qur'aana haquun biyyatti kessatti akka hin daleyne taasise jira. Rabbin zaalima hunda dachii gubba isaan haahaqu.

Odeyfannoon Islaamaa saffisaan arkachuf #Media @Riyaduljanna hordofi.
Rakko teessan irratti obsa kan hin qabnee fi Rakkoo fi balloo Islaamaa kan qooddatu. Akkasuma odeyffannoo Dhimma Islaamaa irratti xiyyeyfatu kan keessaa fi alaa saffisaan isin biraan kan gahu Median Qabsoo Islaamaa Misensa isaa akka taataniif isin afeereeti jira. @Riyaduljanna Maal kana qofa Hawaasa Islaamaa fayyaduf Sagantaa heddu nama buharsitu bifa Sagale fi Videon isin biraan gahuuf qophii irratti arkama. Atiis Media siif dhaabbate kana join godhun hiriyyoota keetiis itti afeeri.

#Media @Riyaduljanna