Sagantaan Barnootaa Al Idilee Fooyya'insa Jireenya Hawaasa Keenyaaf Murteessaa Ta'uun Himame
---------
BBO- 22/12/2017 Biiroon Barnootaa Oromiyaa Sagantaa Barnootaa Idileefi Al Idileen carraa barnootaa waliin gahuun hawaasa barreessuu, dubbisuufi herrega shallaguu danda'uifi jireenya isaanii keessatti kunuunsa maatii karaa saayinsaawaa ta'een hogganuufi jireenya fooyya'aa jirachuu ga'eessotaa keessatti iddoo guddaa qaba.
Haaluma kana bu'uureeffachuun Biiroon Barnootaa Oromiyaa haala mijeessitoota Barnoota Al Idilee, keessattu, kanneen barnoota Ga'eessotaatin adda duree ta'an bulchiinsa magaalaa 10 fi Godinaalee 19 irraa ogeessota 160 ta'an waamuun Magaalaa Adaamaatti leenjii fooyya'insa dandeetti hogganummaa kennuu eegaleera.
Leenjicha haasawaan kan banan Hog. I/A BBO Dr. Bultoosaa Hirkoo yoo ta'an, haasawa isaanii keessatti barmoota biyya keenyaa jalqabarraa kufee ture kan sirreessuu danda'u sirna barnootaa amma qophaa'efi barsiisota qofa waan taataniif lammii keessan gahumsaa itti horuufi dorgomaa taasisuuf carraan harka keessan jira jechuun barsiisotni sadarkaan jiran hundi kutannoo irratti hojjachuu qabna jedhaniiru.
Kanaafuu, haala mijeessitootni har'a leeni'aa jirtan hundi ummata keessan wallaala keessaa baasuuf cimee hojjachuu qaba jechuun, leenjiin ifaan ifatti banamuu ibsaniiru.
Itti aansuun haasawa kan taasisan BBOtti, Daayirektara Daayirektoreetii Barnoota Al Idilee obbo Tashoomaa Abbabaa yoo ta'an, haasawa isaanii keessatti mootummaan naannoo Oromiyaaf Biiroon Barnootaa Oromiyaa xiyyeeffannoo barnoota Al Idileef kennerraa kan ka'e Mindaa haala mijeessitootaa dabaluufi haala mijeessitoota yero yerootti leenjisuun dandeettii akka cimsatan gochuurratti baasii hedduu ta'e kan baasuuf jijjiirama hawaasa keenyaa, keessattuu jijjiirama Barnoota Ga'eessotaa qabatamaan lafarratti arguuf waan ta'eef leenjitootni hundi itti gaafatamummaa isinitti kenname qixa sirriin akka baatan jechuun kan dhaamsa dabarsan obbo Tashoomaa Abbabaati.
Walumaagalatti, BBO'n hawaasa dubbisuu, barreessuufi herrega shallaguu danda'u ummachuun foyya'insa hawaasummaatiif hojjataa kan jiru waan ta'eef sagantaa barnootaa Al Idilee hundarratti wal qixa hiriiruu qabna kan jedhu dhaamsa qabna.
βοΈ @oromiastudentcenter

Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π7π₯°2π2
#NGAT
#MoE
Qormaatni seensa digirii lammaffaa biyyaalessaa (NGAT) yeroo dhiyoo keessatti kan kennamu taβuu Ministeerri Barnootaa beeksiseera.
Qormaata NGAT kennuuf lakkoofsi eenyummaa biyyaalessaa (National ID Number) dirqama taβuu Ministeerichi ibseera.
Namoonni fedhii qaban hundinuu, yeroon galmee yeroo gabaabaa keessatti akka beekkamus ibseera. kana dura qophii barbaachisaa taasisaa akka turan dhaabbatichi yaadachiiseera.

β€7π2π2
Notice:
β Yoo balali'uu hin dandeenye; fiigi;
β Yoo fiiguu hin dandeenye; adeemi;
β Yoo adeemuu hin dandeenye; sussuki!
β Garuu, gara fuulduraatti tarkaanfachuu itti fufuu qabda!"
Martin Luther Kingπ
β Yoo balali'uu hin dandeenye; fiigi;
β Yoo fiiguu hin dandeenye; adeemi;
β Yoo adeemuu hin dandeenye; sussuki!
β Garuu, gara fuulduraatti tarkaanfachuu itti fufuu qabda!"
Martin Luther King
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β€13π3π₯°2
#Galmee_Barattootaa_Ilaalchisee Dr. Tolaa Bariisoo Ergaa Dabarsan
---------------
BBO- Hagayya 27/2017 Hogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dr. Tolaa Bariisoo π #galmee_barattoota_bara_2018 guyyaa kaleessaa jalqabame ilaalchisuun qooda fudhattoota barnootaa hundaaf ergaa dabarsaniiru.
Biyya diinagdee, siyaasaafi hawaasummaan dagaagde horachuuf bu'uurri barnoota yoo ta'u, barnootni immoo dhaloota Saayinsiifi Teeknooloojiin gahoome qaree baasuu keessatti dorgomaa hin qabu kan jedhan Dr. Tolaan, barattoota gahumsa qaban horachuuf qulqullinni barnootaa murteessaa ta'uu ibsuun, qulqullina barnootaa mirkaneessuu kan dandeessisu keessaa tokko wayitiin barnootaa otuu hin qisaasofne waggaa guutuu akkaataa kalaandarii barnootaa waggaatti fayyadamuu gaafata jedhaniiru.
Kanaafuu, wayitiin barnootaa bara 2018 akka hin qisaasofne gochuuf barattootni keenya hanga Qaammee 5/2017tti (haala kalaandarii barnootaan) galmee xumuruu akka qaban, akkasumas Fulbaana 05/2018 meeshaalee barnootaa(dabtara, qalamaafi kkf) qabatanii dareetti akka argaman ergaa dabarsaniiru.
Karaa biraatin, adeemsa galmee ilaalchisee, daa'imman umriin barnootaaf gahe hunduu (MB Bu'uura Boruu irraa hanga kutaa 12 ffaa jiran) guyyoota galmeef taa'an (Hagayya 26 - Qaammee 5/2017 guyyaa Sanbata dabalatee akka galmaa'an dhaamsa kan dabarsan yoo ta'u, qooda fudhattootni barnootaa(barataa, barsiisaa, maatii barataa, GTB, Caasaan Mootummaa Sadarkaan jiru, Abbootiin Gadaafi Haadholiin Siinqee, Hoggantootni Amantaafi qaamni hawaasaa hundi) daa'imman umriin isaanii barnootaf gahe hundi mana barnootaa ala akka hin taane deeggarsa(galmeessiftan) jechuun dhaamsa dabarsaniiru.
Dhumarratti, Dr. Tolaan ergaa dabarsaniin . #Hoggansi_barnootaa_sadarkaan_jiru (BBO irraa eegalee, hoggansi Waajjira Barnootaa Godinaalee, Bul. Magaalotaa, Aanoleefi GTB sadarkaan jiran) hawaasa keessa galuun hanga guyyaan galmee xumuramutti barattoota gara MB akka ergan hojii hawaasa kakaasuufi manneen barnootaatti argamuun hojii supparviizyinii akka taasiftan jechuun dhaamaniiru.
Walumaagalatti, Ergaan Hogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dabarsan:-:
#Wayitiin Barnootaa Akka Hinqisaasofne;
#Daa'imman Umriin Isaanii Barnootaaf Gahe MB Alatti Akka HinHafne hanga Qaammee 5/2017ttii Qofa Galmeessisuu
#Fulbaana 05/2017 Adeemsi Baruu Barsiiisuu Kan Eegalu ( Barsiisaafi Barataan Dareetti Wal Argu) ta'a!
Tolaa Bariisoo Gadaa π

β€9π₯°2π2
ODUU:
Carraan Barattoonni digrii isaanii qofan biyya alaatti hojii argachuu itti danda'an akka uumame himame.
Barattoonni digrii isaani qofa fayadamuun madaallii tokko malee hojii biyya alaatti akka argachuu danada'an Yuunivarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Finfinnee hayyamuuf beekamtii argachuu beeksise.
Beekamtii kana ilaalchisee ibsa gaazexeessitootaaf kan kennan Pireezidaantiin Yuunivarsiitichaa Doktar Darajjee Ingidaa, Yuunivarsiitichi damee Saayinsii gosoota hojiirra oolan, kanneen akka Baayooteknooloojii, Sirna Nyaataa, Industirii Keemikaalaa fi Jiβooloojiin beekamtii idil-addunyaa argateera jedhan.
Itti dabaluunis beekkamtiin yuunivarsitichi argate kun barattoonni sagantaalee adda addaa irraa eebbifaman madaallii biroo tokko malee hojii biyya alaa akka argatan kan taasisu taβuu ibsaniiru.
Pireezidaantichi kanaan dura barattoonni digrii isaaniitiin biyya alaatti hojii argachuu akka hin dandeenye ibsanii, biyya alaatti qacaramuuf qormaata fudhachuun dirqama ture jedhan. Amma garuu beekamtii amma kennameefiin kallattiin digrii isaaniitiin qacaramuu akka danda'an kan taasisu ta'uu ibsaniiru.
Akkasumas, barattoota biyya alaatiif sagantaalee barnootaa sadarkaa idil-addunyaatti beekamtii qaban dhiyeessuuf tattaaffiin taasifamaa akka jiru kaasaniiruu, qoβannoon barattoota biyya alaa galii dabalataa yunivarsiitichaaf kan argamsiisu taβuu ibsaniiru.
Beekkamtiin kun warra bara barnootaa 2023 irraa eebbifamanis kan haammatu yoo taβu, sagantaaleen barnoota injinariingii sagal Adoolessa dhufu beekamtii idil-addunyaa ni argatus jedhaniiru.

β€11π3π2π2
Guyyaa 30/12/2017
#Yaadachiisa.
#Galmee_guyyoota_4_qofatu_hafe!
Daa'imman Umriin Isaanii Barnootaaf Gahe ( Waggaa 4fi ol) Hundi Gara Mana Barnootaa Haadhufan!
Haagalmaa'an! Haabaratan!
Daa'imni tokkollee mana barnootaa ala akka hin taane tumsa Haataasifnu!
π Barnootni_Lammii_Hundaaf
π Oromia Education Bureau π
π Tolaa Bariisoo Gadaa π
| |π± Facebook | |π± WhatsApp | |π± YouTube | |
#Yaadachiisa.
#Galmee_guyyoota_4_qofatu_hafe!
Daa'imman Umriin Isaanii Barnootaaf Gahe ( Waggaa 4fi ol) Hundi Gara Mana Barnootaa Haadhufan!
Haagalmaa'an! Haabaratan!
Daa'imni tokkollee mana barnootaa ala akka hin taane tumsa Haataasifnu!
| |
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β€11π2π1π₯°1
Jijjiirraan Barsiisotaa Ifoome.
-----------
BBO- Qaammee 2/2017 Jijjiirraan Barsiisotaa Mosaajii TMIS fayyadamuun 'online' iyyannoo jijjiirraa galfatan har'a gadlakkifamee jira.
Kanaafuu, Barsiisotni iyyannoo guuttan hunduu '#User_name' keessanitti fayyadamuun ''#passward' galchuun bu'aa dorgommii keessanii ilaalladhaa!
#Hub: Bal'ina odeeffannoo kanaa booda dhiheessina.
Nu hordofaa

π6β€3π₯°1π1π1
Qabxiin qormaata kutaa 12ffaa guyyaa muraasa booda ifa akka taasifamu ibsame. Kunis, Phaagumee kana keessa qabxiin barattootaa gadhiifamuun qabxiin darbiinsaas ifa ni ta'a. Barattoonni qabxii darbiinsaa argatan Yuunivarsiitii itti ramadaman baruun fuulbaana gara jalqabaa akka Yuunivarsiitii seenuu qaban ibsamee jira. Kana hubachuun barattoonni kutaa 12ffaa bara kana xumurtan qophii barbaachisaa akka gootan isiniin jenna.
Odeeffannoowwan waqtawaa ariitiin argachuuf nu hordofaaπ
Odeeffannoowwan waqtawaa ariitiin argachuuf nu hordofaa
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π₯°11β€6π3π1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Barnootaa, Barnootaa Ammas Barnootaa, . . . !
π5π2π2
βοΈManneen barnootaa hundi wixxata irraa eegalee barsiisuu eegalu.
Hojiin baruu fi barsiisuu bara kanaa naannolee fi bulchiinsa magaalaa hunda keessatti Fulbanaa 5, 2018 irraa eegalee ni eegala.
Ministeerri Barnootaa bara barnootaa 2018 qophiin adda addaa, meeshaalee baruu fi barsiisuu sadarkaa hundatti dhiyeessuu dabalatee hojjiwan baruu fi barsiisuf barbachisan xumuramu ebsattin jiraa.
BirooBarnotaaOromiya
βοΈ @oromiastudentcenter
βοΈ @oromiastudentcenter
Hojiin baruu fi barsiisuu bara kanaa naannolee fi bulchiinsa magaalaa hunda keessatti Fulbanaa 5, 2018 irraa eegalee ni eegala.
Ministeerri Barnootaa bara barnootaa 2018 qophiin adda addaa, meeshaalee baruu fi barsiisuu sadarkaa hundatti dhiyeessuu dabalatee hojjiwan baruu fi barsiisuf barbachisan xumuramu ebsattin jiraa.
BirooBarnotaaOromiya
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π8β€2π₯°2π2π1
#kutaa_12ffaa
Barattoonni saayinsii uumamaa 11.4% bara kana darbaniiru saayinsiin hawaasaa kan darban 5.3% , Akka biyyaatti 8.4% 50% ol fiduun darbaniiru.
Wail gala barattoonni 48,929 darbaniiru.

π₯°6β€2π1π1
#Kutaa_12ffaa
Naannoon Oromiyaa bara kana fooyyaa'insa guddaa agarsiise jira jedhan ministeerri barnootaa Prof Birhaanuu Naggaa.
Naannoon Oromiyaa barattoota 14600 ol dabarsuun kan bara darbee 4000 oliin akka caaluus ibse.

β€6π2π₯°1π1
#kutaa_12ffaa
Qabxii olaanaan bara kanaa
saayinsii uumamaa
591/600 Dodolaa Ifa Boruu irraa
579/600 finfinnee Bisraata Gabriel
Qabxii olaanaan bara kanaa
saayinsii uumamaa
591/600 Dodolaa Ifa Boruu irraa
579/600 finfinnee Bisraata Gabriel
β€8π₯°3π2
#kutaa_12ffaa
Qabxii olaanaan bara kanaa
saayinsii uumamaa
Dhiira 591/600 Dodolaa Ifa Boruu irraa
Dubara 579/600 finfinnee Bisraata Gabriel
Saayinsii Hawaasaa
Dhiiraa 562 Ambo Bording irraa
Shamara 548 Seent Jooseef irraa

π8β€1π₯°1
Amboo fi Dodolaan bara kana injifannoon goolaban.
Qormaata kutaa 12ffaa bara kanaa qabxii olaanaa galmeessuun Dodolaafi Amboo Oromiyaa waamsisaniiru.
Bifuma kanaanis:
Mana barnootaa Ifa Boruu Dodolaa Dhiiraan qabxii 591 saayinsii Uumamaan tokkoffaa.
Mana Barbootaa Boordiingii Amboo Dhiiraan 562 Saayinsii uumamaan galmaaβeera.
βοΈ @oromiastudentcenter
βοΈ @oromiastudentcenter
Qormaata kutaa 12ffaa bara kanaa qabxii olaanaa galmeessuun Dodolaafi Amboo Oromiyaa waamsisaniiru.
Bifuma kanaanis:
Mana barnootaa Ifa Boruu Dodolaa Dhiiraan qabxii 591 saayinsii Uumamaan tokkoffaa.
Mana Barbootaa Boordiingii Amboo Dhiiraan 562 Saayinsii uumamaan galmaaβeera.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π8β€4π₯°3
Qormaati yoom gadhiifama?
Qormaati kan gadhiifamu guyya boru guyyaa haga saβaa 6:00 tti taβuu ministeerri barnootaa beeksiseera.
βοΈ @oromiastudentcenter
βοΈ @oromiastudentcenter
Qormaati kan gadhiifamu guyya boru guyyaa haga saβaa 6:00 tti taβuu ministeerri barnootaa beeksiseera.
βοΈ @oromiastudentcenter
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π9β€4π2
#Kutaa 12
Qabxii Ol'aanaa
Sadarkaa biyya keenyaatti qabxii ol'aanaa 591 dhibbarraa kan galmeeyse barataa Khaalid Bashiir naannoo Oromiyaa mana barumsa Ifa boruu dodolaa irraa.
Goota barnootaa, Fakkeenya dhalootaa maqaa Oromiyaafi biyyaas waamsise.
β‘οΈ Qormaati kan gadhiifamu guyyaa har'aa haga saβaa 6:00 tti taβuu ministeerri barnootaa beeksiseera.
βοΈ @oromiastudentcenter
βοΈ @oromiastudentcenter
Qabxii Ol'aanaa
Sadarkaa biyya keenyaatti qabxii ol'aanaa 591 dhibbarraa kan galmeeyse barataa Khaalid Bashiir naannoo Oromiyaa mana barumsa Ifa boruu dodolaa irraa.
Goota barnootaa, Fakkeenya dhalootaa maqaa Oromiyaafi biyyaas waamsise.
βοΈ @oromiastudentcenter
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π9β€4π₯°4π1
Darbee darbee connection rakkisaa Waan jiruuf Obsaan nu eegaa! π
βοΈ Barattoota maqaa fi Admission no. Sirrii ergan hundaaf ilaalee nan ergaaf!
Hanga sanatti Isinis Yaalaa!
β¬οΈ β¬οΈ β¬οΈ β¬οΈ β¬οΈ β¬οΈ
1. Marsariitiiα‘ https://result.eaes.et
2. Telegiraamaα‘ https://t.me/EAESbot
3. Ergaa gabaabaa (SMS)α‘ 6284
βοΈ @oromiastudentcenter
@oromiastudentcenter
Hanga sanatti Isinis Yaalaa!
1. Marsariitiiα‘ https://result.eaes.et
2. Telegiraamaα‘ https://t.me/EAESbot
3. Ergaa gabaabaa (SMS)α‘ 6284
@oromiastudentcenter
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π9π₯°2π2β€1