InterLink Alpha
1.58K subscribers
311 photos
29 videos
7 files
280 links
โžฅYour Face. Your Identity. Your World. Stay

๐Ÿ‘‰You Get All In Once

$ITL, $ITLG Holder

Telegram Group

https://t.me/dare_Interlinklabs

Twitter Page

https://x.com/dare_tube

CEO: @daretube
Download Telegram
๐Ÿ‘2
Forwarded from Dare Tube ๐Ÿ…
Namoota 10 Carraa Kardii kenuudha. namoonnii sun immoo refer isaanii na biraa waan jiruuf Torbee dhufu keessa screenshot fi Referii Isaanii Ilaalleen Badhaasa.

๐Ÿ’ฅ YeBlock Ai Rewards Program:

โ„น๏ธ Project Looking Strong & Profitableเฅค

๐ŸŒ Register:

https://www.yeblock.com/register?invite=DV2CWC2

๐Ÿ”— Invitation:

DV2CWC2

๐Ÿ‘‰ Click
https://www.yeblock.com/register?invite=DV2CWC2

๐Ÿ‘‰ Type Your Email & Next.
๐Ÿ‘‰ Signup with Original Information.
๐Ÿ‘‰ Login to Dashboard.
๐Ÿ‘‰ Verify Email.
๐Ÿ‘‰ Daily Checking.
๐Ÿ‘‰ App Coming in 17 July 2026.

Hubadha.

๐Ÿ‘‰Kun jalqabaadha. Akka Interlink fi Me pass Qarshii Guddaa Irraa argattu.


๐Ÿ‘‰Badhaasa Kardii Namoota 5. Registration hunda nama Xumurree fi screenshot comment jala ka'eef.

@daretube
@daretube
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค3
โ•ญโ”โ”โ”ใ€” ๐ŸŒ THE EVOLUTION OF THE INTERNET ๐Ÿš€ ใ€•โ”โ”โ”โ•ฎ

From Web 1.0 โžœ Web 2.0 โžœ Web 3.0

https://x.com/dare_tube/status/2078828060128759917?s=20

Read it More Important
.
Like and Repost ๐Ÿค
Task 71 released ๐Ÿค @dare_interlinklabs
๐ŸŽ‰2
Forwarded from โ’นโ’ถโ“‡โ’บ โ—Œโ–น โ“‰โ“Šโ’ทโ’บ | InterLink T2 ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น
๐Ÿ“Œ "ITL is not the Foundation's greatest asset." ๐Ÿ“Œ

Read Full Info

https://x.com/dare_tube/status/2079201793846972922?s=20
๐Ÿ‘1
๐Ÿ‘‡ 300 Namoota 5 f๐Ÿ’ช

Please.

๐Ÿ‘‰Karaa Keessa ana ture, anatuu jalqaba erga ykn biraa fa'aa hin jedhanii. Just warra hojjateef nan kena.

Amma waan ilaallu

1. Repost
2. Like
3. Follow
4. Comment. ( Super,Nice or Fkkf)

Baayyee salphaadha.


โžก๏ธTelegram ykn channelii isaarraattii nama link kana share godhee View fi like guddaa qabuuf. Dabalata 50 ETB

โžก๏ธScreenshot comment jala ka'a. Saattii 72 qabdu.

https://x.com/i/status/2081075767929123010
https://x.com/i/status/2081075767929123010
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
InterLink Alpha
๐Ÿ‘‡ 300 Namoota 5 f๐Ÿ’ช Please. ๐Ÿ‘‰Karaa Keessa ana ture, anatuu jalqaba erga ykn biraa fa'aa hin jedhanii. Just warra hojjateef nan kena. Amma waan ilaallu 1. Repost 2. Like 3. Follow 4. Comment. ( Super,Nice or Fkkf) Baayyee salphaadha. โžก๏ธTelegram ykn channeliiโ€ฆ
๐Ÿ‘‰Namoota 13 Qofatu Hirmaate. Akka isin jala hin dabarree.

๐Ÿ‘‰Badhaasni guyyaa Boriidha.
๐Ÿ‘‰Ulaagaa jedhamee akka hin daganne.

https://x.com/i/status/2081075767929123010
https://x.com/i/status/2081075767929123010

Wow.

๐Ÿ‘‰ View 240
๐Ÿ‘‰ Like : 18
๐Ÿ‘‰ Comment: 17
๐Ÿ‘‰Repost: 13
๐Ÿ‘‰Bookmark: 6

๐Ÿ‘‰Super Thank You๐Ÿ™
โฐ Guys, only a few hours left before the rewards!

Don't forget to complete the requirements:
โœ… Like
๐Ÿ’ฌ Comment
๐Ÿ”„ Repost and Follow

Good luck, everyone! ๐Ÿš€
๐Ÿ’œ

https://x.com/dare_tube/status/2081075767929123010?s=20
https://x.com/dare_tube/status/2081075767929123010?s=20
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โšก๏ธGuys Do know this project every Month $20 and 20 YBT for KOL ๐Ÿค

๐Ÿ‘‰This beginning ๐Ÿ’ช

๐Ÿ’ฅ YeBlock Ai Rewards Program:

๐ŸŒ RegisterNow:

https://www.yeblock.com/register?invite=DV2CWC2

๐Ÿ”— Invitation:. DV2CWC2

๐Ÿ‘‰ Click
https://www.yeblock.com/register?invite=DV2CWC2

๐Ÿ‘‰ Type Your Email & Next.
๐Ÿ‘‰ Signup with Original Information.
๐Ÿ‘‰ Login to Dashboard.
๐Ÿ‘‰ Verify Email.
๐Ÿ‘‰ Daily Checking.
๐Ÿ‘‰ App Coming in 17 July 2026.

โžก๏ธ Like MEC and Interlink. โšก๏ธ

โœˆ๏ธMust verified by your Gmail and Invites more.


@daretube
@daretube
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Today is last Day fam. Go like and Comments ๐Ÿค

https://x.com/i/status/2080542471109448048
Forwarded from โ’นโ’ถโ“‡โ’บ โ—Œโ–น โ“‰โ“Šโ’ทโ’บ | InterLink T2 ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น
๐ŸŽ‰ Congratulations to our lucky winner! ๐Ÿฅณ

Please reply to me a direct message (DM) on X to claim your prize.

Thank you to everyone who participated, and stay tuned for more opportunities! ๐Ÿš€๐Ÿ’œ

Hub:
1. Kun jalqabadha.
2. waan hirmaatani Thank you so much.
3. reward biraatin nan dhufa.
Forwarded from Abbu Tech (โ’นโ’ถโ“‡โ’บ โ—Œโ–น โ“‰โ“Šโ’ทโ’บ | InterLink T2 ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น)
#Live At 2:00 Galgala.

๐Ÿ‘‰Namoonnii Haaraa Hanga Ammaattii Interlink hin jalqabne yoo jiraattan.
๐Ÿ‘‰Ambassador ta'uus yoo barbaaddan.
๐Ÿ‘‰Long term project waan ta'ee, waggoota dheeraa waan turuuf. Jalqabuu ni dandeessu.
๐Ÿ‘‰Keessumaa immoo namoonnii channeli qabdan jechuun namoota 30 fidan leenjisuun ambassador erga godhatanii Badgen T2 isiniif erga kenamee ji'aan mindaan isiniif kenamaa.
๐Ÿ‘‰Moderator ykn Scorer ta'uu yoo barbaaddanis carraan baayyeetu jira.
๐Ÿ‘‰Project hojjatamuu qabudha.

Naa Dubbisuu dandeessu.

๐Ÿ‘‰
@daretubeNBO
๐Ÿ‘‰
@daretubeNBO

โœˆ๏ธโœˆ๏ธโœˆ๏ธโœˆ๏ธโœˆ๏ธ
Kv

In todayโ€™s world, especially in digital assets, losing your entire fortune can happen in the blink of an eye. That is why protecting your assets is your own responsibility.

With ITL, we strongly encourage every holder to follow basic security practices. Consider staking with trusted validators in the future to strengthen the network while earning rewards, and for long term storage, use reputable hardware wallets such as Ledger or Trezor to keep your private keys offline.

Please remember that
@itl_fdn cannot recover lost or stolen assets. ITL is a decentralized asset, which means only you control your wallet and your private keys. If you lose access or your assets are stolen, no foundation, team, or third party can reverse the transaction or restore your funds.

Protect your keys. Protect your assets. Your security starts with you.
Forwarded from โ’นโ’ถโ“‡โ’บ โ—Œโ–น โ“‰โ“Šโ’ทโ’บ | InterLink T2 ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น
๐Ÿ” Protect Your ITL. Protect Your Future.

As the value of ITL continues to grow, security becomes more important than ever. Blockchain transactions are irreversible. If your wallet is compromised or you accidentally approve a malicious transaction, there is no bank, customer support, or blockchain administrator that can recover your assets.

Protecting your ITL starts with protecting your wallet.

Never share your seed phrase, private key, or recovery phrase with anyone, including people claiming to represent InterLink, ITLX Wallet, or the Foundation. No legitimate team member will ever ask for this information.

Always verify the website before connecting your wallet. Fake dApps often imitate legitimate projects by using similar domain names, logos, and interfaces. A single wrong click can result in granting unlimited access to your tokens. Before approving any wallet connection or transaction, double-check the domain and ensure you are using official links.

Read every transaction carefully before signing it. Do not blindly approve requests simply because they appear in your wallet. Some malicious smart contracts request unlimited spending permissions that can allow attackers to move your assets without further confirmation.

For large holdings, consider using a hardware wallet. Keeping significant amounts of ITL in cold storage greatly reduces the risk of online attacks and malware. If you actively use DeFi, maintain a separate wallet with only the amount you need for daily transactions while storing the majority of your ITL securely offline.

Avoid downloading unknown wallet applications, browser extensions, or software from unofficial sources. Many phishing attacks begin with fake apps designed to steal recovery phrases or modify transactions without the userโ€™s knowledge.

Finally, remember that the biggest security risk is often human error, not blockchain technology. Taking a few extra seconds to verify a transaction or check a website is far easier than losing assets that cannot be recovered.

Your wallet is your bank. Your seed phrase is your vault key. Protect them as carefully as you would protect your most valuable possessions.

#InterLink #ITLG #ITL
โ€œ Jireenyi Of Barbaaduu Qofa Miti;
Of Ijaaruu fi Of Uumuu Dha โ€

Jireenyi nama tokkoof kennaa qofa miti; itti gaafatamummaa guddaa dha. Namni tokko bakka inni jiru irraa gara bakka inni hawwuutti ce'uuf of beekuu, of amanuu fi ofiin  hojjechuun dirqama qaba. Namni guddatee dhalatee hin dhufu; inni guddaan yaada isaa, hojii isaa, murannoo isaa, obsaa fi barumsa isaa irraa ijaaramu.

๐ŸŒฑ โ€œAti har'a eenyu akka taate qofa miti; bor eenyu ta'uu akka dandeessu ilaali.โ€

Rakkoon jireenyaa si dadhabsiisuuf qofa hin dhufu; yeroo baay'ee humna kee keessaa isa ati hin beekne sitti mul'isuuf dhufa. Wanti si mudatu hundi barumsa qaba. Kufuun mallattoo dadhabinaa miti; namni kufee ka'uu danda'u nama cimaa ta'a. Milkaa'inni guddaan yeroo hunda karaa sirriin qofan hin dhufu; yeroo tokko tokko imala dheeraa, obsaa fi yaalii irra deddeebi'aa gaafata.

๐Ÿ”ฅ โ€œNamni milkaa'u nama rakkoon isa hin mudanne miti; nama rakkoo isaa injifachuu barate dha.โ€

Har'a tarkaanfii xiqqoo ati fudhattu bor bu'aa guddaa qabaachuu danda'a. Mukti guddaan sanyii xiqqoo irraa jalqaba; akkasuma milkaa'inni guddaan yaada tokko, murtee tokko fi hojii xiqqoo irraa jalqaba. Waan guddaa argachuuf guyyaa tokko keessatti nama biraa caaluu hin barbaachisu; guyyaa guyyaan of fooyyeessuu qofa barbaachisa.

๐ŸŒŸ โ€œNama biraa fakkaachuuf hin yaalin; eenyummaa kee keessaa humna kee argadhu.โ€

Namni addunyaa kana irratti hojii isaa addaa qaba. Ati nama biraa ta'uu hin qabdu; ofii kee keessaa nama gaarii caalaa ta'uuf hojjedhu. Dorgommiin guddaan nama biraa waliin miti; kaleessa kee waliin dha. Yoo har'a waan kaleessa caalaa xiqqoo fooyya'e hojjette, ati karaa milkaa'inaa irra jirta.

Milkaa'inni carraa qofa miti. Inni bu'aa: hojii jabaa, naamusa gaarii, obsaa, yeroo sirnaan fayyadamuu,
barachuu itti fufuu fi kufanii ka'uu irraa maddu dha.

Jireenya kee namni biraa akka jijjiiru hin eegin. Namni si gargaaruu danda'a, si jajjabeessuu danda'a; garuu murtee fi tarkaanfii dhumaa kan fudhatu si'uma. Har'a murtee tokko fudhadhu: "Ani of nan ijaara, ani fooyya'aa nan ta'a" jedhi.

โณ โ€œYeroon ati har'a balleessitu bor gaabbii ta'uu danda'a; garuu yeroo ati har'a hojii gaarii irratti oolchitu bor bu'aa isaa ni argita.โ€

Kanaaf: Abdii hin kutin, Of hin tuffatin, Karaa kee irra deemi, Baradhu, hojjedhu, obsii, Waaqayyootti amanii .

Sababni isaas namni of irratti hojjetu yeroo tokko ni mul'ata; hojiin isaa, amalli isaa fi bu'aan isaa waa hunda caalaa ni dubbata.

โ€œHar'a jalqabi; har'a of ijaari; bor nama ati hawwitu sana taata. โ€via โœ๏ธ Bekele Nura
๐Ÿ”ฅ2
Forwarded from Faana beekumsaa
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
๐Ÿ’ฅ Verified Ta'uu keenya Akkamitti Check Goona.


๐ŸŒ Register:

https://www.yeblock.com/register?invite=DV2CWC2

๐Ÿ”— Invitation:

DV2CWC2


๐Ÿ‘‰ Type Your Email & Next.
๐Ÿ‘‰ Signup with Original Information.
๐Ÿ‘‰ Login to Dashboard.
๐Ÿ‘‰ Verify Email.
๐Ÿ‘‰ Daily Checking.

๐Ÿ‘‰ Gmail keessan keessa seentaanii verified ta'uu akka hin daganne. Ykn video hanga dhumaattii Ilaalla.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค1