#Kutaa_6ffaa
Ilaalaa jirra! Namoonni Connection isin rakkise!
Code fi Maqaa jalqabaa karaa bot armaan gadiitiin nuuf erguun obsaan nu eeggadhaa!
β‘οΈ Yommuu ergitan maqaan keessan jalqabaa qubee sirriin fi code keessan sirrii ta'uu mirkaneessaa! π π
βοΈ @getpostbot
@getpostbot
Ilaalaa jirra! Namoonni Connection isin rakkise!
Code fi Maqaa jalqabaa karaa bot armaan gadiitiin nuuf erguun obsaan nu eeggadhaa!
@getpostbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β€10π2π₯°2
#Grade_6_Result
#Kutaa_6
Barattoota kutaa 6ffaa hanga ammaatti qabxii keessan hin ilaallanneef;
Bu'aan qormaata naannoo kutaa 6ffaa kan Naannoo Oromiyaa akka gadhiifame beekamaadha, ta'us garuu sababa connection fi sababoota garaa garaatiin hanga ammaatti barattoonni hin ilaallanne jirtu.
Namoonni hanga ammaatti hin ilaalle fi connection isin dide ykn akka itti ilaallatan wallaaltan kunooti;
Jalqaba link kana Chrome, Firefox ykn Browser kan biraa irratti banaa sana booda bifa suuraa armaan oliin isiniif fida.
https://oromia6.ministry.et/#/result
Erga isiniif fide booda
β Bakka jalqabaatti Β«Registration NumberΒ» keessan galchaa
β Bakka lammaffaatti ammoo maqaa keessan sirrii Afaan Oromoon qubee osoo hin dogoggoriin galchaa sana booda Β«Check My ResultΒ» kan jedhu tuquun isiniif fida.
Karaa telegram ilaallachuu yoo barbaaddan
@MinistryResultQMTBOT
@MinistryResultQMTBOT
Barattoota kutaa 6ffaa hundaaf #share taasisaa!
Qabxii keessan ilaaluuf join fi share taasisaa!
https://t.me/+4NS4E3rsmQ04YzI0

β€12π3π₯°3π€©2π1
English Language
https://t.me/+HByHxb8TR2A0MjRk
https://t.me/+HByHxb8TR2A0MjRk
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β€9π₯°6π2
Biiroon Barnootaa Oromiyaa #Barsiisotaafi_Hoggansa MB Sad. 1ffaa 54,000 Ol Ta'aniif Leenjii Kennuuf Qophii Xumure.
------------
BBO- Adoolessa 27/2017 Biiroon Barnootaa Oromiyaa Barsiisotaafi Hoggansa Manneen Barnootaa Sad.1ffaa kuma 54 ol ta'aniif Ganna Bara 2017 Sagantaa Qaqqabsiisaa (#Catch-Up Program) jedhuun mala baruu barsiisuu "Gulantaa Sirrii Ta'erratti Barsiisuu"/#Teaching_at_The_Right_Level/ jedhu irratti barattoota kutaa 3 -5 jiran dandeettii Dubbisuu, Barreessuufi Lakkoofsota Qoyyabachuu hin dandeenye Dandeessisu irratti kennuuf qophii kan xumure ta'uun beekameera.
Leenjii guutuu Oromiyaatti gaggeeffamu kanarratti
#Kan_hirmaatan_Barsiisota MB Sad. 1ffaa, kutaa 3ffaa hanga 5ffaa : #1_Barnoota_Afaan_Oromoo fi
#2_Brnoota_Herregaa Barsiisan - 34, 494,
#3_Dura_Bu'oota MB - 12,698, #4_Supparvaayizaroota_Barnootaa - 1153 fi
#5_Ogeessota_Barnootaa waajjira barnootaa Godinaalee, Bul. Magaalotaafi Aanaalee - 3828, #walumaa_galatti_humna_Rakkoo dubbisuu, barreessuufi herrega qoyyabachuu barattootaa hambisuu danda'u 54,020 kan leenjisu yoo ta'u, qaama leenjicha kennuufis leenjiin leenjiftootaa Magaalaa Adaamaatti marsaa 3n kennamaa ture Adoolessa 30/2017 kan xumuramu ta'uunis beekameera.
Leenjicha kan kennan #Barsiisota Kolleejjota Barnootaa Barsiisotaa, #Barsiisota Manneen Barnootaa Bultii Addaafi Addaa Sad. 2ffaafi #Ogeessota barnootaa muuxannoo yeroo dheeraa qabaniin kan kennamu yoo ta'u, leenjii leenjiftootaa kana kan fudhatanis #barsiisotaafi_ogeessota_barnootaa 400 ta'uun beekameera.
Sagantaa '#Catch-Up' jedhamuun Mala Baruu Barsiisuu '#Teaching_at_The_Right_Level' (#TaRL) jedhamuun barattootni manneen barnootaa sad. 1ffaa keessatti dubbisuu, barreessuufi herrega qoyyabachuu mala salphaafi yeroo gabaabaa keessatti dandeessisu ta'uu muuxannoon biyyoota Eshiyaafi Afrikaa irraa argame mirkaneesseera.

β€12π3π₯°1
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β€5π2π₯°2
#Update #Kutaa_12ffaa #National_Exam #MoE #Ministeera_Barnootaa
Bu'aan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa gadhiifamuuf Ji'a tokko qofaatu hafe!
Bu'aan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2017 Ji'a Qaammee keessa akka gadhiifamu Ministeerri Barnootaa ibsuun isaa ni yaadatama.
Barattoonni sababa nageenyaatiin qormaata biyyaalessaa kana hin fudhanne 4,966 yoo ta'aan, isaanis qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2017 kana Hagayya 26-28 bara 2017 akka fudhatan himameera.
Yuunivarsiitiiwwan hundi Fulbaana 8 bara 2018 irraa kaasee barattoota haaraa simachuu ni eegalu.
Barattoota kutaa 12ffaa hundaaf #share taasisaa!βοΈ

Barattoota kutaa 12ffaa hundaaf #share taasisaa!
https://t.me/+4NS4E3rsmQ04YzI0
https://t.me/+4NS4E3rsmQ04YzI0
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β€10π₯°2π2
Biiroon Barnootaa Oromiyaa Barsiisota #Afaan_Oromoo_fi_Herrega Barsiisan #Kuma_57 Ol Ganna 2017 Leenjisuuf Qopheesse Keessaa Kan Marsaa 1ffaa Leenji'an Guyyaafi Giddu Galli Leenjii Beekame
BBO - Adoolessa 30/2017 Biiroon Barnootaa Oromiyaa Rakkoo Dubbisuu, Barreessuufi Shallaguu Barattootaa Furuuf #Barsiisota_Sad_1ffaa_kutaa_3-5 barsiisan, dura bu'oota MBfi Supparvaayizaroota Barnootaa Kuma 57 ol ta'an #Marsaa_3n_Giddu_Gala_9 keessatti leenjisuuf qophaa'eera.
#A) Leenjiin Marsaa 1ffaa ;
- Hagayya 03/2017 kan jalqabu yoo ta'u, leenjitootni dursanii gara Giddu Gala Leenjichaa Galanii Ni Bulu!
#B_Giddu_Gala_Leenjichaafi_Godina/Bul. Magaalaa Ramadan;
#1_Mana_Barnootaa_Ifa_Boruu_Bulti_Addaa_Sad_2ffaa_Nageelleetti:- Godina Boorana Bahaa
#2_Yunivarsiitii_Booranaatti:- Godina Booranaafi Magaalaa Mooyyaalee
#3_Yunivarsiitii_Haramayaatti:-
Godina Harargee Bahaafi Magaalaa Maayaa
#4_Yunivarsiitii_Odaa_Bultum:- Godina Harargee Lixas
#5_Mana_Barnootaa_Ifa_Boruu_Bultii_Addaa_Sad_2ffaa_Ambootti:-
Magaalaa Holataa, Shaggar, Amboofi Walisoo
#6_Yunivarsiitii_Arsiitti:-
Godina Arsiifi Magaalaa Asallaa
#7_Yunivarsiitii_Dambi_Dollootti:- Godina Wallaggaa Lixaa, Qellem Wallaggaafi Najjoo
#8_Yunivarsiitii_S_T_Adaamaatti:-
Godina Arsii Lixaa
#9_Giddu_Gala_Qorannoofi_Leenjii_Barnootaa_Oromiyaa (GGQLBO) - #Magaalaa_Adaamaatti Argamu:-
Godina Shawaa Bahaa, Magaalaa Adaamaa, Bishooftuufi Baatuu dabalatee
#Marsaa 1ffaan, akkuma walii galaatti, barsiisotni, dura bu'ootni MB fi Supparvaayizarootni barnoitaa 27, 412
- Hagayya 03-07 //2017tti Barnoota Afaan Oromoofi Barnoota Herregaan kutaa 3ffaa - 5ffaa barsiisan ni leenji'u.
HUBCHIISA:- #Marsaa_2ffaafi_3ffaa fuuldura Waan Ibsinuuf Nu Hordofaa!!

π8β€2π₯°1
#Yaadachiisa
π π π π π β π π π π π π π β π π π π
English Languageπ
π Engliffa Online tola barachuu namoonni barbaaddan channel armaan gadii join gochuun hordofaa!
π΅ π€ π π π€ βΉοΈ π βΉοΈ
β Kitaabilee π Kutaa 1ffaa hanga π kutaa 12tti jiranillee ni argattu Join Us Now π π π
https://t.me/+HByHxb8TR2A0MjRk
https://t.me/+HByHxb8TR2A0MjRk
English Language
https://t.me/+HByHxb8TR2A0MjRk
https://t.me/+HByHxb8TR2A0MjRk
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π8π₯°2π2β€1
βͺοΈReq No: 6502π΄Ethiopian Statistical Serviceπ΄
βͺοΈFor Fresh & Exp
βͺοΈEducation: Any Feild
βͺοΈπ© Deadline: August 20/25
βͺοΈFor Fresh & Exp
βͺοΈEducation: Any Feild
βͺοΈ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π₯°7π2π2
Beeksisa
Barattoota Idileefi Haaraa Bara 2018 Hundaaf
#Galmeen_Barattoota_Idileefi_Haaraa Bara 2018 Hagayya 26/2017 Jalqabama.
------------------
BBO- Hagayya 08/2017 Galmeen Barattoota Idileefi Haaraa Bu'uura Boruu dabalatee barattootni kutaa 1- 12 jiran hundi #Hagayya 26/2017 Hanga #Qaammee 5/2017tti kan gaggeeffamu ta'uu Kalaandariin Barnootaa Bara 2018tti agarsiiseera.
Kalaandarii Barnootaa Bara 2018 #Guyyoota Barnootaa 214 Qaba.
#Semisteerri 1ffaan Guyyoota 112 kan qabu yoo ta'u,
#Semisteerri 2ffaan immoo Guyyoota 102 qaba.
#Odeeffannoo_guutuu_argachuuf Kalaandarii Barnootaa Asii Gadi Jiru Ilaalaa.
πOromia Education Bureau π
πTolaa Bariisoo Gadaa π

β€8π2π₯°2
Gorsa Dr. Biraanuu T. Bulchaa, Saayintistiin NASA, barattoota Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa fi MB Addaaf sagantaa Festiivaalaa Marsaa 3ffaa irratti kennan.
Egereen keenya hundi gorsa muuxannoo saayintistii kana irraa hedduu barachuu dandeessu.
Yeroo qalbiin dhaggeeffannaa gaarii!!!
β Watch here: https://youtu.be/ty7nKMgLlLc?si=2LKlFdmLhL9thyXP
π Oromia Education Bureau π
π Tolaa Bariisoo Gadaa π
π± Facebook π± WhatsApp π± YouTube
Egereen keenya hundi gorsa muuxannoo saayintistii kana irraa hedduu barachuu dandeessu.
Yeroo qalbiin dhaggeeffannaa gaarii!!!
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β€9π3π₯2π1
Forwarded from Kana Beektuu
Kana Beektuu β
Qubeen gabatee "Predikii"/Predictable " keessatti hin argamne, qubee #J qofa dha.
πͺπ³πͺπ«.....
πππππβ‘οΈ Kana Beektuu

πππππ
πππππ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π7β€3π2
#Siistama_Hojiin_Barnootaafi #Barnoonni_Daree Keessaa Itti Cimu Irratti Mariin Gaggeeffame
BBO, Hagayya 2017 Hojiin Baruufi barsiisuu sirnaan akka lafa qabatuuf dandeettii hooggansaafi barsiisaa akka cimuuf toora intarneetii (On-line) hooggansa manneen Barnootaa Buβuura Boruu hanga barnoota Sad.2ffaatti jiran, barsiisota Buβuura Boruu hanga sad.2ffaatti barsiisaa jiraniif akkaataa itti ofgahoomsaa deeman irratti mariin ogeessota waliin gaggeeffameera.
Kaayyoon Isaa:
Hooggansaafi_Baarsiisaa_deeggaruu
#Of-barsiisuun ogummaa isaanii caalmaatti akka ol guddifatan gochuu
#Barnoota dareetti kennamu guddisuu (Buβa qabeessa gochuu)
#Ogummaa hoogganummaa akka cimsatan gochuu
#Mala baruu barsiisuu yeroo yerootti sakattaβuun fooyyessaa deemuu
#Madaallii gaggeessuufi kkf irratti yeroo yerootti dubbisuun akka ofcimsaniif karaa toora intarneetiin(On-Line) akka argataniif hatattamaan akka qophaaβu gochuun murteessaa waan taβeef, gara hojiitti akka seenamu murtaaβeera.
Hog.BBO Dr.Tolaa Bariisoo maricharratti kan argaman yoo taβu, barsiisaan yeroo yerootti dubbisee gahumsa isaa mirkaneeffatee barsiisuu waan qabuuf toora intarneetiin (On-Line) ofgahoomsuu akka qabutti haala mijeessuun murteessaa akka taβe, hooggansi barnootaas haala yeroo hubatee hooggansa yeroo waliin deemuu dandaβu akka kennutti akka ofijaaru gochuun akka taβe kaasuun xiyyeeffannoon hojjetamuu akka qabu ibsaniiru.
Itti dabaluunis hojiin barsiisummaa guyyaa guyyaan waan barsiisan irratti dubbisuu waan gaafatuuf mala baruu barsiisuurratti madaalliifi gamaaggama gaggeessuun, siistama barnootaa ammaa waliin wal-simsiisuun qabiyyee barsiisaan irratti barachuu dandaβu qopheessuun dirqama akka taβes ibsaniiru.
BBOtti Hog.Itti Aanaa Dr.Bultoosaa Hirkoo barreeffama hojiin kun ittiin hoogganamu hirmaatotaaf dhiyeessanii jiru.

π₯°6π2π2β€1
Fooyya'insa
#Qabxii_Kutaa_6ffaafi_8ffaa Sagantaan Tutooriyaalii Gahee Olaanaa Akka Taphate Ibsame.
-----------
BBO- Hagayya 12/2017 Qabxiin barattoota kutaa 6ffaafi 8ffaa bara 2017 Qormaata Naannoo fudhatanii qabxii bara 2016 walcinaa qabamee yoo ilaalamu fooyya'insa guddaa agarsiiseera.
Fooyya'insa qabxii barattootaa kanaaf sababni isaa #sagantaa_tutooriyaalii_barsiisotni_yeroo_boqonnaa_isaanii_ijoollee keenyaaf kennan irraa kan madde ta'uun beekameera.
Barsiisotni qabxii bara 2017 fooyya'e kanaaf #Sanbataafi_Dilbata akkasumas, wayitii boqonaa isaanii barattootaaf tutooriyaalii kennuun barattootni akka ciman taasisuun qabxiin bara 2017 fooyya'eera.
Haaluma kanaan,
#barattoota_bara_2016 qormaata naannoo kutaa 6ffaa fudhatan keessaa, 81.1% gara kutaa 7ffaa darbuu kan danda'an yoo ta'u,
#Bara_2017 immoo, barattootni 85.6% gara kutaa 7ffaa darbaniiru.
Kunis fooyya'insa 4.5% agarsiiseera.
Haaluma walfakkaatuun, #Barattoota_kutaa_8ffaa
#Bara_2016 qormaata naannoo fudhatan keessaa 73.11% gara kutaa 9ffaa kan darban yoo ta'u,
#Bara_2017 immoo, barattoota qormaata naannoo fudhatan keessaa 78.7% gara kutaa 9ffaa darbaniiru.
Kunis, fooyya'insa 5.59% agarsiiseera.
Fooyya'insa #qabxii_kana_Saalan adda baafnee yoo ilaallu:
1) Kutaa 6ffaa
#Barattoota_Dhiiraa Kutaa 6ffaa #bara_2016 qormaata fudhatan keessaa 81.18% ,
#bara_2017 immoo, 86.2% , kunis caalmaa 5.02% kan qabu yoo ta'u,
#Barattoota_Shamarran kutaa 6ffaa
#bara 2016 qormaata naannoo fudhatan keessaa 80.99% yoo darban,
#bara_2017 immoo, 85.1% ta'uun caalmaa 4.11% agarsiisee jira.
2) Kutaa 8ffaa Saalan
#Dhiira_bara_2016 qormaata fudhatan keessaa 76.44% kan darban yoo ta'u,
#Bara_2017 immoo, 81.7% darbuun fooyya'insa 5.26% agarsiiseera.
#Shamarran_bara_2016 qormaata fudhatan keessaa 69.86% gara kutaa 9ffaa kan darban yoo ta'u,
#Bara_2017 kan qoraman keessaa immoo, 75.6% darbuun, 5.74%n fooyya'insa agarsiiseera.
- #Garaagarummaa_Saala_lamaan_jidduu jiru yoo ilallu:
1) #Kutaa_6ffaa
#Bara_2016_barattoota qorman keessaa #dhiirri 81.18% kan darban yoo ta'u, #dubarri 80.99% #garaagarummaan dhiira - dubara jidduu jiru 0.19% kan ture yoo ta'u,
#Bara_2017 immoo #dhiirri 86.2% kan darban yoo ta'u, #dubarri 85.1% ta'uun #garaagarummaan gara 1.1% bal'ateera. Kunis, xiyyeeffannoo irratti hojjatamuu qaba.
2) #Kutaa_8ffaa:
#Barattoota_Bara_2016 Qormaata fudhatan keessaa #dhiirri 76.44% fi #dubarri 69.86% darbuun #garaagarummaan dhiiraa - dubara jiddu jiru 6.56% kan ture yoo ta'u,
#Bara_2017tti immoo, #dhiirri 81.7% #dubarri 75.6% darbuun #garaagarummaan gara 6.1% gadi hir'atullee hojiin cimaan hojjatamuu akk qabu kan agarsiisedha.
#Kanaafuu, Garaagarummaa dhiiraa - dubara jidduu jiru fooyyessuuf barattoota dubaraa gahomsuu irratti hawaasni manneen barnootaafi maatiin barattootaa hojii manaa cimaatu nu eeggata.
Walumaa galatti, Sagantaan Tutooriyaalii barattootaaf barsiisotni keenya ofkennanii hojjachaa jiran fooyya'insa qabxii barattoota kutaa 6ffaafi 8ffaa irratti mul'ateera.
Kanaafuu, barsiisota sagantaa cimsaa kanarratti kutannoon hirmaachaa jiraniif biiroon keenya galata galchaa, barattootni, maatiin barattootaafi hawaasni keenya fooyya'insa bu'aa barachuu barattootaa irratti barsiisota keenya cinaa dhaabbachuun gahee keessan akka baatan dhaamsa keenya ta'a.
β₯ Barsiisaan_Bu'uura Beekumsaati!
π Oromia Education Bureau π
π Tolaa Bariisoo Gadaa π
|π± Facebook π± WhatsApp π± YouTube
βοΈ @oromiastudentcenter

|
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π5π2π2β€1
Ethiopian Airlines-Results.PDF
14.9 MB
βͺοΈπ© 10,000+ Candidates Were Selectedπ΄Ethiopian Airlinesπ΄π© Call For Orginal Document & Preliminary Physical Screenning
βͺοΈJob Position - Trainee Pilot
βͺοΈAddiis Ababa Applicants
βͺοΈFind More Details here
π§ π§ π§ π§
βοΈ @oromiastudentcenter
βοΈ @oromiastudentcenter
βͺοΈJob Position - Trainee Pilot
βͺοΈAddiis Ababa Applicants
βͺοΈFind More Details here
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π6π2β€1
Waa'ee Albert Einstein Dhugaawwan Dinqisiisoo 7 (torba) Beektuu?
Saayintistoota Beekamoo Badhaasa Noobeelii Injifatan Albert Einstein fa'a irraa maal baranna? Saayintistoota jaarraa 20ffaa keessa dhiibbaa guddaa geessisan keessaa tokko kan taβe Albert Einstein ogeessa fiiziksii tiβoorii relativiitii jedhu kan qopheesse ture.
Guutummaa isaa website keenya kana irraa dubbisaa!
ππ
https://gaggeessummaa.com/albert-einstein-eenyu-ture/

π₯°5π2β€1