InterLink Alpha
1.55K subscribers
329 photos
29 videos
7 files
310 links
βž₯Your Face. Your Identity. Your World. Stay

πŸ‘‰You Get All In Once

$ITL, $ITLG Holder

Telegram Group

https://t.me/dare_Interlinklabs

Twitter Page

https://x.com/dare_tube

CEO: @daretube
Download Telegram
βœ”οΈ "Itti haa Fayyadamnu!" - Dubbii profeesara tokkoo

Pirofeesarri tokko daree barnootaa isaatti barattootan akkas jedha. Isin amma qarshii 86,400 qabdu haa jennu. Namni tokko dhufee yoo qarshii 10 isin jalaa fudhatee fiigee sokke qarshii 86,390 dhiiftanitu qarshii kudhaniif namicha duukaa buutumoo? πŸ‘‡πŸ‘‡

https://dhangaatips.com/itti-haa-fayyadamnu/
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ‘4πŸ₯°2😘2❀1
Simalee - πŸ—“ #Kutaa 9ffaa

Simaleen immoo mataa raaftee "mucaa nuti barbaadaa jirru" Jettee imimmaan lolaasuu jalqabde. Iftuunis "Abdii jechuun isa kanaa?" Jettee deebiteemmoo yaadashee deebifattee "tasgabbaayi" naan jettee jennaanin anis naa galuu dinnaan taa'ee imimmaan maddiirra na yaa'e... πŸ‘‡πŸ‘‡

https://dhangaatips.com/qubeelaa-tokko-natti-laatte/
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
😍5❀2πŸ₯°1
BEEKSISA

Barsiisotaafi Hoggansa MB Leenjii Gannaa Argattan Hundaaf
---------
BBO - Adoolessa 23/2017  Barsiisotniifi Hoggansi Manneen Barnootaa Sad. 2ffaa Ganna Bara 2017 Leenjii Fooyya'insa Dandeettii Yunivarsiitiiwwan galtanii Leenji'uuf qophiirra jirtan hundi Adoolessa 27/2017 mooraa Yunivarsiitii ramadamtaniitti akka galtaniifi Adoolessi 28/2017 guyyaa galmee ta'uun ibsameera.

Kanaafuu, #Yunivarsiitii_Itti_Ramadamtan Waajjira Barnootaa Godinaalee, Bu. Magaalotaa, Aanaalee/kutaa Magaalotaatti waan ergameef, isaan biraa mirkaneeffachuun gaafa 27/11/2017 mooraa Yunivarsiitii galuu, 28/11/2017 guyyaa galmee yoo ta'u, 29/11/2017 leenjichi kan eegalu waan ta'eef gamanumaa akka itti qophooftan isin beeksifna.
     BBO
❀6πŸ‘2πŸ₯°2😍1
Jijjiirraa Barsiisotaa Tuttuqaa Harkaarraa Bilisa Gochuuf Mosaajiin (Software) Misoome Ifoome.
------------
BBO- Adoolessa 23/2017 Biiroon Barnootaa Oromiyaa #Mosaajii_Jijjiirraa_Barsiisotaa_sadarkaa_guddina_barsiisotaa, qacarrii barsiisotaa, Qormaata ogummaa barsiisotaafi haala soorama bahuu barsiisotaa /Teachers Management Information System (TMIS) / jedhamu qopheessuun Waajjira Barnootaa Godinaalee bulchiinsa Magaalotaafi Aanaaleetiif "User Name" torban tokkoon dura gadibuuseera.

User Name' Godinaalee, Magaalotaafi Aanoleef ergaman kunniin barsiisotaa biraan akka gahan qajeelfamni kan kennameef yoo ta'u, waajiraaleen barnootaa aanaalee tokko tokko barsiisota biraan akka hin geenye beekameera.

Haaluma walfakkaatuun, mosaajicharran odeeffannoo barbaachisaa ta'e kan hin guutnes waan mul'atuuf hatattamaan akka guuttan isin beeksifna.

Mosaajiin kun jijjiirraa barsiisotaa dabalatee, sadarkaa guddinaa barsiisotaa, qacarrii barsiisotaa, qormaata dandeettii ogummaa barsiisummaafi haala soorama bahiinsa barsiisotaa tuttuqaa harkaarraa bilisa ta'een hojjachuuf kan gargaaruudha.

Barsiisotaaf: Barsiisotni 'User Name'n isin dhaqqabe immoo, liinkii asii gaditti kenname kana banuun haala iyyannoo dhiheeffachuu dandeessan irratti akka shaakaltan isin beeksisaa, daran daftanii akka hubattan barreeffamaafi viidiyoo gabaabaa tartiiba iyyannoo galfachuu agarsiisu isiniif ergina!

Liinkii:- https://tmis.oeb.gov.et
Hordofaa!
❀6😍3πŸ₯°2
Firii Qormaata kutaa 6ffaa - Namoonni hin ilaallatin jirtan:

➑️ Code fi maqaa keessan jalqabaa qubee sirrii ta'een walfaana bot armaan gadiitiin nuuf barreessaa!

➑️ Yommuu ergitan maqaan keessan jalqabaa qubee sirriin fi code keessan sirrii ta'uu mirkaneessaa! πŸ‘‡πŸ‘‡

✍️ @getpostbot
       @getpostbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ‘8😘4❀2πŸ™2
πŸ‘5❀1πŸ₯°1
#Update #BBO #Kutaa_6ffaa #Grade_6_Result #Kutaa_6

Barattoota kutaa 6ffaa hanga ammaatti qabxii keessan hin ilaallanneef;

Bu'aan qormaata naannoo kutaa 6ffaa kan Naannoo Oromiyaa akka gadhiifame beekamaadha, ta'us garuu sababa connection fi sababoota garaa garaatiin hanga ammaatti barattoonni hin ilaallanne jirtu.

Namoonni hanga ammaatti hin ilaalle fi connection isin dide ykn akka itti ilaallatan wallaaltan kunooti;

Jalqaba link kana Chrome, Firefox ykn Browser kan biraa irratti banaa sana booda bifa suuraa armaan oliin isiniif fida.

https://oromia6.ministry.et/#/result

Erga isiniif fide booda ;

βœ“ Bakka jalqabaatti Β«Registration NumberΒ» keessan galchaa
βœ“ Bakka lammaffaatti ammoo maqaa keessan sirrii Afaan Oromoon qubee osoo hin dogoggoriin galchaa sana booda Β«Check My ResultΒ» kan jedhu tuquun isiniif fida.

Barattoota kutaa 6ffaa hundaaf #share taasisaa!

Qabxii keessan ilaaluuf join fi share taasisaa!

https://t.me/+4NS4E3rsmQ04YzI0
https://t.me/+4NS4E3rsmQ04YzI0
😘8❀3πŸ₯°1
#Kutaa_6ffaa

Ilaalaa jirra! Namoonni Connection isin rakkise!

Code fi Maqaa jalqabaa karaa bot armaan gadiitiin nuuf erguun obsaan nu eeggadhaa!

➑️ Yommuu ergitan maqaan keessan jalqabaa qubee sirriin fi code keessan sirrii ta'uu mirkaneessaa! πŸ‘‡πŸ‘‡

✍️ @getpostbot
       @getpostbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀10πŸ‘2πŸ₯°2
#Grade_6_Result
#Kutaa_6

Barattoota kutaa 6ffaa hanga ammaatti qabxii keessan hin ilaallanneef;

Bu'aan qormaata naannoo kutaa 6ffaa kan Naannoo Oromiyaa akka gadhiifame beekamaadha, ta'us garuu sababa connection fi sababoota garaa garaatiin hanga ammaatti barattoonni hin ilaallanne jirtu.

Namoonni hanga ammaatti hin ilaalle fi connection isin dide ykn akka itti ilaallatan wallaaltan kunooti;

Jalqaba link kana Chrome, Firefox ykn Browser kan biraa irratti banaa sana booda bifa suuraa armaan oliin isiniif fida.

https://oromia6.ministry.et/#/result

Erga isiniif fide booda

βœ“ Bakka jalqabaatti Β«Registration NumberΒ» keessan galchaa
βœ“ Bakka lammaffaatti ammoo maqaa keessan sirrii Afaan Oromoon qubee osoo hin dogoggoriin galchaa sana booda Β«Check My ResultΒ» kan jedhu tuquun isiniif fida.

Karaa telegram ilaallachuu yoo barbaaddan

@MinistryResultQMTBOT
@MinistryResultQMTBOT

Barattoota kutaa 6ffaa hundaaf #share taasisaa!

Qabxii keessan ilaaluuf join fi share taasisaa!

https://t.me/+4NS4E3rsmQ04YzI0
https://t.me/+4NS4E3rsmQ04YzI0
❀12πŸ‘3πŸ₯°3🀩2πŸŽ‰1
πŸ” πŸ” πŸ” πŸ” πŸ”  βž– πŸ” πŸ” πŸ” πŸ” πŸ” πŸ” πŸ”  βž– πŸ” πŸ” πŸ”  πŸ‘

English Language πŸ‘‡

🌟 Engliffa Online tola barachuu namoonni barbaaddan channel armaan gadii join gochuun hordofaa!

πŸ˜΅πŸ€”πŸ™πŸ˜πŸ˜€β˜ΉοΈπŸ™β˜ΉοΈ

βž• Kitaabilee πŸ“š Kutaa 1ffaa hanga πŸ“š kutaa 12tti jiranillee ni argattu Join Us Now πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

https://t.me/+HByHxb8TR2A0MjRk
https://t.me/+HByHxb8TR2A0MjRk
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀9πŸ₯°6😍2
Biiroon Barnootaa Oromiyaa #Barsiisotaafi_Hoggansa MB Sad. 1ffaa 54,000 Ol Ta'aniif Leenjii Kennuuf Qophii Xumure.
------------
BBO- Adoolessa 27/2017 Biiroon Barnootaa Oromiyaa Barsiisotaafi Hoggansa Manneen Barnootaa Sad.1ffaa kuma 54 ol ta'aniif Ganna Bara 2017 Sagantaa Qaqqabsiisaa (#Catch-Up Program) jedhuun mala baruu barsiisuu "Gulantaa Sirrii Ta'erratti Barsiisuu"/#Teaching_at_The_Right_Level/ jedhu irratti barattoota kutaa 3 -5 jiran dandeettii Dubbisuu, Barreessuufi Lakkoofsota Qoyyabachuu hin dandeenye Dandeessisu irratti kennuuf qophii kan xumure ta'uun beekameera.

Leenjii guutuu Oromiyaatti gaggeeffamu kanarratti
#Kan_hirmaatan_Barsiisota MB Sad. 1ffaa, kutaa 3ffaa hanga 5ffaa : #1_Barnoota_Afaan_Oromoo fi
#2_Brnoota_Herregaa Barsiisan - 34, 494,
#3_Dura_Bu'oota MB - 12,698, #4_Supparvaayizaroota_Barnootaa - 1153 fi
#5_Ogeessota_Barnootaa waajjira barnootaa Godinaalee, Bul. Magaalotaafi Aanaalee - 3828, #walumaa_galatti_humna_Rakkoo dubbisuu, barreessuufi herrega qoyyabachuu barattootaa hambisuu danda'u 54,020 kan leenjisu yoo ta'u, qaama leenjicha kennuufis leenjiin leenjiftootaa Magaalaa Adaamaatti marsaa 3n kennamaa ture Adoolessa 30/2017 kan xumuramu ta'uunis beekameera.

Leenjicha kan kennan #Barsiisota Kolleejjota Barnootaa Barsiisotaa, #Barsiisota Manneen Barnootaa Bultii Addaafi Addaa Sad. 2ffaafi #Ogeessota barnootaa muuxannoo yeroo dheeraa qabaniin kan kennamu yoo ta'u, leenjii leenjiftootaa kana kan fudhatanis #barsiisotaafi_ogeessota_barnootaa 400 ta'uun beekameera.

Sagantaa '#Catch-Up' jedhamuun Mala Baruu Barsiisuu '#Teaching_at_The_Right_Level' (#TaRL) jedhamuun barattootni manneen barnootaa sad. 1ffaa keessatti dubbisuu, barreessuufi herrega qoyyabachuu mala salphaafi yeroo gabaabaa keessatti dandeessisu ta'uu muuxannoon biyyoota Eshiyaafi Afrikaa irraa argame mirkaneesseera.
❀12πŸ‘3πŸ₯°1
πŸ“š Kitaaba Barataa (#Student_Text_Book) Kutaa 1ffaa Hanga 12ffaa, #Gosa_Barnootaa_Hundaa Chaanaalii Telegramii Asii Gadii Keessa Galuun Buufachuu/Itti Fayyadamuu/ Ni Dandeessu.

➑️ Telegram: https://t.me/Academy_365

❀@Academy_365
❀@Academy_365
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀5πŸ‘2πŸ₯°2