USSD Codes for Safaricom Ethiopia Users
Karaa salphaadhaan USSD Code safari nu gargaaran👇 👇
https://dhangaatips.com/ussd-codes-for-safaricom/
Karaa salphaadhaan USSD Code safari nu gargaaran
https://dhangaatips.com/ussd-codes-for-safaricom/
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
🥰4😘2❤1👍1
#Remedial #Result
Qabxiin barattoota bara 2017 Remediyaalii qoramanii ifa ta'eera.
Barattoonni qabxii isaanii karaa https://result.ethernet.edu.et irraan laaluu ni danda'u.
Qabxiin darbiinsaa barattoota Saayinsii uumamaaf 250 yoo ta'u, kan Saayinsii Hawaasa 200 akka ta'e kan beekamuudha.
#BBO

❤7🥰2😘2😍1
https://dhangaatips.com/hannaafi-gowwoomsaa-online/
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍6❤1🙏1😍1
Pirofeesarri tokko daree barnootaa isaatti barattootan akkas jedha. Isin amma qarshii 86,400 qabdu haa jennu. Namni tokko dhufee yoo qarshii 10 isin jalaa fudhatee fiigee sokke qarshii 86,390 dhiiftanitu qarshii kudhaniif namicha duukaa buutumoo?
https://dhangaatips.com/itti-haa-fayyadamnu/
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍4🥰2😘2❤1
Simalee - 🗓 #Kutaa 9ffaa
Simaleen immoo mataa raaftee "mucaa nuti barbaadaa jirru" Jettee imimmaan lolaasuu jalqabde. Iftuunis "Abdii jechuun isa kanaa?" Jettee deebiteemmoo yaadashee deebifattee "tasgabbaayi" naan jettee jennaanin anis naa galuu dinnaan taa'ee imimmaan maddiirra na yaa'e...👇 👇
https://dhangaatips.com/qubeelaa-tokko-natti-laatte/
Simaleen immoo mataa raaftee "mucaa nuti barbaadaa jirru" Jettee imimmaan lolaasuu jalqabde. Iftuunis "Abdii jechuun isa kanaa?" Jettee deebiteemmoo yaadashee deebifattee "tasgabbaayi" naan jettee jennaanin anis naa galuu dinnaan taa'ee imimmaan maddiirra na yaa'e...
https://dhangaatips.com/qubeelaa-tokko-natti-laatte/
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
😍5❤2🥰1
BEEKSISA
Barsiisotaafi Hoggansa MB Leenjii Gannaa Argattan Hundaaf
---------
BBO - Adoolessa 23/2017 Barsiisotniifi Hoggansi Manneen Barnootaa Sad. 2ffaa Ganna Bara 2017 Leenjii Fooyya'insa Dandeettii Yunivarsiitiiwwan galtanii Leenji'uuf qophiirra jirtan hundi Adoolessa 27/2017 mooraa Yunivarsiitii ramadamtaniitti akka galtaniifi Adoolessi 28/2017 guyyaa galmee ta'uun ibsameera.
Kanaafuu, #Yunivarsiitii_Itti_Ramadamtan Waajjira Barnootaa Godinaalee, Bu. Magaalotaa, Aanaalee/kutaa Magaalotaatti waan ergameef, isaan biraa mirkaneeffachuun gaafa 27/11/2017 mooraa Yunivarsiitii galuu, 28/11/2017 guyyaa galmee yoo ta'u, 29/11/2017 leenjichi kan eegalu waan ta'eef gamanumaa akka itti qophooftan isin beeksifna.
BBO

❤6👍2🥰2😍1
Jijjiirraa Barsiisotaa Tuttuqaa Harkaarraa Bilisa Gochuuf Mosaajiin (Software) Misoome Ifoome.
------------
BBO- Adoolessa 23/2017 Biiroon Barnootaa Oromiyaa #Mosaajii_Jijjiirraa_Barsiisotaa_sadarkaa_guddina_barsiisotaa, qacarrii barsiisotaa, Qormaata ogummaa barsiisotaafi haala soorama bahuu barsiisotaa /Teachers Management Information System (TMIS) / jedhamu qopheessuun Waajjira Barnootaa Godinaalee bulchiinsa Magaalotaafi Aanaaleetiif "User Name" torban tokkoon dura gadibuuseera.
User Name' Godinaalee, Magaalotaafi Aanoleef ergaman kunniin barsiisotaa biraan akka gahan qajeelfamni kan kennameef yoo ta'u, waajiraaleen barnootaa aanaalee tokko tokko barsiisota biraan akka hin geenye beekameera.
Haaluma walfakkaatuun, mosaajicharran odeeffannoo barbaachisaa ta'e kan hin guutnes waan mul'atuuf hatattamaan akka guuttan isin beeksifna.
Mosaajiin kun jijjiirraa barsiisotaa dabalatee, sadarkaa guddinaa barsiisotaa, qacarrii barsiisotaa, qormaata dandeettii ogummaa barsiisummaafi haala soorama bahiinsa barsiisotaa tuttuqaa harkaarraa bilisa ta'een hojjachuuf kan gargaaruudha.
Barsiisotaaf: Barsiisotni 'User Name'n isin dhaqqabe immoo, liinkii asii gaditti kenname kana banuun haala iyyannoo dhiheeffachuu dandeessan irratti akka shaakaltan isin beeksisaa, daran daftanii akka hubattan barreeffamaafi viidiyoo gabaabaa tartiiba iyyannoo galfachuu agarsiisu isiniif ergina!
Liinkii:- https://tmis.oeb.gov.et
Hordofaa!

❤6😍3🥰2
Firii Qormaata kutaa 6ffaa - Namoonni hin ilaallatin jirtan:
➡️ Code fi maqaa keessan jalqabaa qubee sirrii ta'een walfaana bot armaan gadiitiin nuuf barreessaa!
➡️ Yommuu ergitan maqaan keessan jalqabaa qubee sirriin fi code keessan sirrii ta'uu mirkaneessaa! 👇 👇
✍️ @getpostbot
@getpostbot
@getpostbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍8😘4❤2🙏2
Karaa telegram ilaallachuu yoo barbaaddan
@MinistryResultQMTBOT
@MinistryResultQMTBOT
@MinistryResultQMTBOT
@MinistryResultQMTBOT
@MinistryResultQMTBOT
@MinistryResultQMTBOT
👍5❤1🥰1
#Update #BBO #Kutaa_6ffaa #Grade_6_Result #Kutaa_6
Barattoota kutaa 6ffaa hanga ammaatti qabxii keessan hin ilaallanneef;
Bu'aan qormaata naannoo kutaa 6ffaa kan Naannoo Oromiyaa akka gadhiifame beekamaadha, ta'us garuu sababa connection fi sababoota garaa garaatiin hanga ammaatti barattoonni hin ilaallanne jirtu.
Namoonni hanga ammaatti hin ilaalle fi connection isin dide ykn akka itti ilaallatan wallaaltan kunooti;
Jalqaba link kana Chrome, Firefox ykn Browser kan biraa irratti banaa sana booda bifa suuraa armaan oliin isiniif fida.
https://oromia6.ministry.et/#/result
Erga isiniif fide booda ;
✓ Bakka jalqabaatti «Registration Number» keessan galchaa
✓ Bakka lammaffaatti ammoo maqaa keessan sirrii Afaan Oromoon qubee osoo hin dogoggoriin galchaa sana booda «Check My Result» kan jedhu tuquun isiniif fida.
Barattoota kutaa 6ffaa hundaaf #share taasisaa!
Qabxii keessan ilaaluuf join fi share taasisaa!
https://t.me/+4NS4E3rsmQ04YzI0

😘8❤3🥰1
#Kutaa_6ffaa
Ilaalaa jirra! Namoonni Connection isin rakkise!
Code fi Maqaa jalqabaa karaa bot armaan gadiitiin nuuf erguun obsaan nu eeggadhaa!
➡️ Yommuu ergitan maqaan keessan jalqabaa qubee sirriin fi code keessan sirrii ta'uu mirkaneessaa! 👇 👇
✍️ @getpostbot
@getpostbot
Ilaalaa jirra! Namoonni Connection isin rakkise!
Code fi Maqaa jalqabaa karaa bot armaan gadiitiin nuuf erguun obsaan nu eeggadhaa!
@getpostbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤10👍2🥰2
#Grade_6_Result
#Kutaa_6
Barattoota kutaa 6ffaa hanga ammaatti qabxii keessan hin ilaallanneef;
Bu'aan qormaata naannoo kutaa 6ffaa kan Naannoo Oromiyaa akka gadhiifame beekamaadha, ta'us garuu sababa connection fi sababoota garaa garaatiin hanga ammaatti barattoonni hin ilaallanne jirtu.
Namoonni hanga ammaatti hin ilaalle fi connection isin dide ykn akka itti ilaallatan wallaaltan kunooti;
Jalqaba link kana Chrome, Firefox ykn Browser kan biraa irratti banaa sana booda bifa suuraa armaan oliin isiniif fida.
https://oromia6.ministry.et/#/result
Erga isiniif fide booda

❤12👍3🥰3🤩2🎉1