Godinaalee fi Magaalota Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa Bara 2017'n Qabxii Olaanaan barattoota Dabarsan Beekaman
Biiroon Barnootaa Oromiyaa qabxii qormaata naannoo kutaa 8ffaa bara 2017 irratti, godinaalee fi magaalonni sadarkaa olaanaa galmeessan ifoomse.
Godinaalee sadarkaa olaanaa irra jiran:
1. Godina Arsii Lixaa β 92.24%
2. Jimmaa β 90.95%
3. Harargee Bahaa β 87.58%
Magaalota sadarkaa olβaanaadhaan qabxii galmeessan:
1. Magaalaa Dodolaa β 99.74%
2. Bishooftuu β 94.88%
3. Mojoo β 90.19%
Gabaasni kun akka mulβisutti, barattoonni godinaalee fi magaalota kana keessaa qormaata kutaa 8ffaa milkaaβinaan darbuun gara kutaa 9ffaa ol guddataniiru.
Waajjirri Barnootaa Oromiyaas, milkaaβina kana galmaan gahuuf gumaacha taasifameef barattoota, barsiisota, maatii, ogeeyyii barnootaa fi hoggantoota hunda galateeffeera. Qormaanni bara kanaa sadarkaa gaarii taβeen raawwatamuu fi kunis cimina qindoomina hirmaattota barnootaa agarsiisu taβuu ibsameera.

π₯°5β€3π3
"Cabiinsa barnootaa furuuf hojjetamaa jira"- Dr. Tolaa Bariisoo
Kallacha Oromiyaa: Adoolessa 12, 2017- Hoogganaan Biiroo Barnoota Oromiyaa Dr.Tolaa Bariisoo gaaffi miseensota Caffee irraa ka'aniif deebii kennaaniin bara kana cabiinsa barnootaa furuuf hojjii bu'a qabeessi hojjetamaa turuu himanii, caalmaatti rakkoo gama qulqullina barnootaatiin jiru furuuf immoo ciminaan kan irratti hojjetamu ta'uu himaniiru.
Hanqina kitaabaa bara kana furuuf hojii guddaan hojjetamuu himuun, kitaabonni miliyoona 29 hanqina kitaaba furuuf kan dhihaatu ta'uu himaniiru.
Mana barnootaa sadarkaa 2ffaa manneen barumsaa 31 keessattis ibsaa galchuuf kan hojjetamaa jiru ta'uu dubbataniiru.
Ijaarsa mana barumsaa bu'uura boruu irrattis xiyyeeffannoo olaanaan hojjetamaa jiraachuu himanii, caalmaatti kan itti fufu ta'uus eeraniiru.
Dhiheessi barsisaan wal qabatee barsiisaa 4,000 Ganna kana leenjisanii dhiheessuuf hojjetamaa jira jedhan.

β€5π3π2
#Remedial #Result
β‘οΈ Kan 2017 qabxiin gad dhiifame, Barattoonnii qabxii keessan link kanaan ilaalladha.
https://result.ethernet.edu.et
Qabxii gaariiπ
https://result.ethernet.edu.et
Qabxii gaarii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β€7π₯°2π2
" komputeraa dhoksaa" kompiitara irratti, yeroo baayyee karaa gabaabaa kiiboordii kan agarsiisu yoo ta'u, oomishtummaa haalaan guddisuu danda'a. Karaa gabaabaa beekamaa fi faayidaa qabu tokko tokko Windows fi hojiiwwan kompiitaraa waliigalaa kunooti:
https://dhangaatips.com/koodiiwwan-komputeraa/
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π₯°5π2π₯1
USSD Codes for Safaricom Ethiopia Users
Karaa salphaadhaan USSD Code safari nu gargaaranπ π
https://dhangaatips.com/ussd-codes-for-safaricom/
Karaa salphaadhaan USSD Code safari nu gargaaran
https://dhangaatips.com/ussd-codes-for-safaricom/
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π₯°4π2β€1π1
#Remedial #Result
Qabxiin barattoota bara 2017 Remediyaalii qoramanii ifa ta'eera.
Barattoonni qabxii isaanii karaa https://result.ethernet.edu.et irraan laaluu ni danda'u.
Qabxiin darbiinsaa barattoota Saayinsii uumamaaf 250 yoo ta'u, kan Saayinsii Hawaasa 200 akka ta'e kan beekamuudha.
#BBO

β€7π₯°2π2π1
https://dhangaatips.com/hannaafi-gowwoomsaa-online/
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π6β€1π1π1
Pirofeesarri tokko daree barnootaa isaatti barattootan akkas jedha. Isin amma qarshii 86,400 qabdu haa jennu. Namni tokko dhufee yoo qarshii 10 isin jalaa fudhatee fiigee sokke qarshii 86,390 dhiiftanitu qarshii kudhaniif namicha duukaa buutumoo?
https://dhangaatips.com/itti-haa-fayyadamnu/
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π4π₯°2π2β€1
Simalee - π #Kutaa 9ffaa
Simaleen immoo mataa raaftee "mucaa nuti barbaadaa jirru" Jettee imimmaan lolaasuu jalqabde. Iftuunis "Abdii jechuun isa kanaa?" Jettee deebiteemmoo yaadashee deebifattee "tasgabbaayi" naan jettee jennaanin anis naa galuu dinnaan taa'ee imimmaan maddiirra na yaa'e...π π
https://dhangaatips.com/qubeelaa-tokko-natti-laatte/
Simaleen immoo mataa raaftee "mucaa nuti barbaadaa jirru" Jettee imimmaan lolaasuu jalqabde. Iftuunis "Abdii jechuun isa kanaa?" Jettee deebiteemmoo yaadashee deebifattee "tasgabbaayi" naan jettee jennaanin anis naa galuu dinnaan taa'ee imimmaan maddiirra na yaa'e...
https://dhangaatips.com/qubeelaa-tokko-natti-laatte/
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π5β€2π₯°1
BEEKSISA
Barsiisotaafi Hoggansa MB Leenjii Gannaa Argattan Hundaaf
---------
BBO - Adoolessa 23/2017 Barsiisotniifi Hoggansi Manneen Barnootaa Sad. 2ffaa Ganna Bara 2017 Leenjii Fooyya'insa Dandeettii Yunivarsiitiiwwan galtanii Leenji'uuf qophiirra jirtan hundi Adoolessa 27/2017 mooraa Yunivarsiitii ramadamtaniitti akka galtaniifi Adoolessi 28/2017 guyyaa galmee ta'uun ibsameera.
Kanaafuu, #Yunivarsiitii_Itti_Ramadamtan Waajjira Barnootaa Godinaalee, Bu. Magaalotaa, Aanaalee/kutaa Magaalotaatti waan ergameef, isaan biraa mirkaneeffachuun gaafa 27/11/2017 mooraa Yunivarsiitii galuu, 28/11/2017 guyyaa galmee yoo ta'u, 29/11/2017 leenjichi kan eegalu waan ta'eef gamanumaa akka itti qophooftan isin beeksifna.
BBO

β€6π2π₯°2π1
Jijjiirraa Barsiisotaa Tuttuqaa Harkaarraa Bilisa Gochuuf Mosaajiin (Software) Misoome Ifoome.
------------
BBO- Adoolessa 23/2017 Biiroon Barnootaa Oromiyaa #Mosaajii_Jijjiirraa_Barsiisotaa_sadarkaa_guddina_barsiisotaa, qacarrii barsiisotaa, Qormaata ogummaa barsiisotaafi haala soorama bahuu barsiisotaa /Teachers Management Information System (TMIS) / jedhamu qopheessuun Waajjira Barnootaa Godinaalee bulchiinsa Magaalotaafi Aanaaleetiif "User Name" torban tokkoon dura gadibuuseera.
User Name' Godinaalee, Magaalotaafi Aanoleef ergaman kunniin barsiisotaa biraan akka gahan qajeelfamni kan kennameef yoo ta'u, waajiraaleen barnootaa aanaalee tokko tokko barsiisota biraan akka hin geenye beekameera.
Haaluma walfakkaatuun, mosaajicharran odeeffannoo barbaachisaa ta'e kan hin guutnes waan mul'atuuf hatattamaan akka guuttan isin beeksifna.
Mosaajiin kun jijjiirraa barsiisotaa dabalatee, sadarkaa guddinaa barsiisotaa, qacarrii barsiisotaa, qormaata dandeettii ogummaa barsiisummaafi haala soorama bahiinsa barsiisotaa tuttuqaa harkaarraa bilisa ta'een hojjachuuf kan gargaaruudha.
Barsiisotaaf: Barsiisotni 'User Name'n isin dhaqqabe immoo, liinkii asii gaditti kenname kana banuun haala iyyannoo dhiheeffachuu dandeessan irratti akka shaakaltan isin beeksisaa, daran daftanii akka hubattan barreeffamaafi viidiyoo gabaabaa tartiiba iyyannoo galfachuu agarsiisu isiniif ergina!
Liinkii:- https://tmis.oeb.gov.et
Hordofaa!

β€6π3π₯°2
Firii Qormaata kutaa 6ffaa - Namoonni hin ilaallatin jirtan:
β‘οΈ Code fi maqaa keessan jalqabaa qubee sirrii ta'een walfaana bot armaan gadiitiin nuuf barreessaa!
β‘οΈ Yommuu ergitan maqaan keessan jalqabaa qubee sirriin fi code keessan sirrii ta'uu mirkaneessaa! π π
βοΈ @getpostbot
@getpostbot
@getpostbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π8π4β€2π2
Karaa telegram ilaallachuu yoo barbaaddan
@MinistryResultQMTBOT
@MinistryResultQMTBOT
@MinistryResultQMTBOT
@MinistryResultQMTBOT
@MinistryResultQMTBOT
@MinistryResultQMTBOT
π5β€1π₯°1
#Update #BBO #Kutaa_6ffaa #Grade_6_Result #Kutaa_6
Barattoota kutaa 6ffaa hanga ammaatti qabxii keessan hin ilaallanneef;
Bu'aan qormaata naannoo kutaa 6ffaa kan Naannoo Oromiyaa akka gadhiifame beekamaadha, ta'us garuu sababa connection fi sababoota garaa garaatiin hanga ammaatti barattoonni hin ilaallanne jirtu.
Namoonni hanga ammaatti hin ilaalle fi connection isin dide ykn akka itti ilaallatan wallaaltan kunooti;
Jalqaba link kana Chrome, Firefox ykn Browser kan biraa irratti banaa sana booda bifa suuraa armaan oliin isiniif fida.
https://oromia6.ministry.et/#/result
Erga isiniif fide booda ;
β Bakka jalqabaatti Β«Registration NumberΒ» keessan galchaa
β Bakka lammaffaatti ammoo maqaa keessan sirrii Afaan Oromoon qubee osoo hin dogoggoriin galchaa sana booda Β«Check My ResultΒ» kan jedhu tuquun isiniif fida.
Barattoota kutaa 6ffaa hundaaf #share taasisaa!
Qabxii keessan ilaaluuf join fi share taasisaa!
https://t.me/+4NS4E3rsmQ04YzI0

π8β€3π₯°1
#Kutaa_6ffaa
Ilaalaa jirra! Namoonni Connection isin rakkise!
Code fi Maqaa jalqabaa karaa bot armaan gadiitiin nuuf erguun obsaan nu eeggadhaa!

β€10π2π₯°2