InterLink Alpha
1.55K subscribers
329 photos
29 videos
7 files
310 links
βž₯Your Face. Your Identity. Your World. Stay

πŸ‘‰You Get All In Once

$ITL, $ITLG Holder

Telegram Group

https://t.me/dare_Interlinklabs

Twitter Page

https://x.com/dare_tube

CEO: @daretube
Download Telegram
⚑️Kun Dollar 5.93 isiniif kena. Jalqabuu keessan duwwaadhaan.✌️


Jalqabuu Yoo barbaaddan Link jalaa kanaan seentuu.
https://i.mec.me/?c=qtcvy56s


πŸ’«Verified ta'uu akka hin daganne.✌️

Yoo isiniif hin gallee akkamitti gurgurachuu akka dandeessan illee video kana keessa jira.

https://youtu.be/QIP9Jg94uUQ
https://youtu.be/QIP9Jg94uUQ
❀2
JECHOOTA MIMMIIDHAGOO
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
【1】. Namni utuu kitaaba dubbisuu danda'uu kitaaba hin dubbifne, nama dubbisuu hin dandeenyerra hin caalu.
【2】. Namoonni hedduun hamma maqaa isaanii hin ga'an. Maqaa isaaniitu isaan caala.
【3】. Milkaa'inni wanta namoonni hin argin arguu danda'uudha.
【4】. Dandeettii / ga'uumsa keessa kee jiru qofaan dorgomi!
【5】. Beekumsa qaban irratti hundaa'ee namoota gosa 4 tu jira. Isaaniis:
1. Nama hin beekne , akka hin beekne, kan hin beekne.
2. Nama hin beekne, akka hin beekne, kan beeku.
3. Nama beeku, akka beeku kan hin beekne.
4. Nama beeku, akka beeku kan beeku.

【6】. Yeroo hubachuu ilaalchisee namoota gosa 3 tu jira.
➊. Har'a keessa ta'anii kaleessaaf warra jiraatan.
βž‹. Har'a keessa ta'anii boriif warra jiraatan.
➌. Har'a warra jiraatan.

【7】. Kaleessi dabreera, bor hin dhalanne, yeroon qabnu har'a qofa.
【8】. Eessa akka jirtu beekuu caalaa eenyu akka taate beekuutu si fayyada.
【9】. Diinni milkaa'inaa inni guddaan milkaa'ina mataa isaati.
【10】. Rakkinni namoota baay'ee humna dhabuu utuu hin ta'in akka humna qaban wallaaluudha.
【11】. Eenyuyyuu qofaa isaa jiraatee kan fiixaan baafate hin jiru.
【12】. Namni baay'ees si miidha baay'ees si fayyada.
【13】. Bilchinaaf karaan qaxxaamuraa hin jiru.
【14】. Milkaa'inni 99% kufaatiidha.
【15】. Yaalii dadhabi malee yaaluu hin dadhabin!
【16】. Carraatti utuu hin ta'in hojiitti amani!
❀4πŸ‘2πŸ”₯1
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
What is interlink ?


Gabaabumati, video keessa hundu jira, Robot ta'uu dhiisu keessan verified gootu, achin mine godhuudha.
Hubachisaa InterLink kun Google fi Amazonin kan deggaramee fi yeroo amma namoota million 2.5 verified ta'e jira garuu namoota million 3 Visa kenuuf qophii isaa xumureera.

Hojii isaa saatii afur afurrin all tokko seenuudha.
hirriyoota keessan yoo affeertan immoo Ambassador Interlink taatu Dollar fi
$ITLG token argatu.
Verified ta'uun dirqaama sana ta'uu baanan Robotidha jedhee fudhaata.
Kanaaf ammuma jalqabaa, hojjadha of jijjiiraa.

To start interlink 

1. Download the app

https://play.google.com/store/apps/details?id=org.ai.interlinklabs.interlinkId
 
2. Sign up and create your interlink ID and password
3. verify your face
4. Claim 
$ITLG at Interlink  App.
5. Verify Email and
Click Referral.

Submit Code: 8968068

& Claim 1000  $ITLGTokens.

Wanta isin rakkiseef :


      @daretubeNBO

Qarshii baayyee irraa argattu yoo jabaatanii hojjatan
πŸ‘1
Garaagarummaa CHATGPT fi GEMINI

CHATGPT afaanota hedduu sirriitti barreessuuf Gemini caalaa filatamaadha

Gorsaafii Barnoota garaagaraa argachuuf CHATGPT filatamaadha

Chatgpt gaaffilee ati gaafattuuf deebii sirrii fi bal'aa ta'e siif kennuu danda'a

Gemini odeeffannoo haaraa yeroo baayyee CHATGPT caalaa nuuf dhiyeessa. Sababni isaas Google dhaan walitti waan hidhatuuf uumama isaa irraa eegalee

Tajaajila Google, Gmail, Search, YouTube fi kkf wal qabatu yoo barbaadde Gemini fayyadami

πŸ‘‘ Xumura:
πŸ‘‰ ChatGPT – yeroo hedduu sirrii, iftoomina qabu, fi afaanota hedduu irratti cimaa.
πŸ‘‰ Gemini – yeroo ammaa fi tajaajila Google waliin qindoomina qabu.
❀7
Ta'insa kana ilaallaaπŸ˜‚


https://linktw.in/PtzyuY
https://linktw.in/PtzyuY


Go watch if you are student✌️
❀2
Hojjii Online fi Ambassador Ta'uuf Yoo barbaaddan Join Godhaati Fayyadamaa.

πŸ‘‰πŸΌ
https://t.me/my_tier
πŸ‘‰πŸΌ
https://t.me/my_tier

,
πŸ”₯2
✌️Good morning πŸ™

🫳Akkam bultan jechaa Mytier sagantaa Ambassador waan qabuuf, Reefis waan jalqabeef, mine gochuu akka hin dagannee.

βž₯Ethiopia keessa Ambassador Mytier gubbaa nama tokko qofatu jira.
βž₯Form waan dhufuuf isiniis qophaa'oo ta'a.

Hub
1. Namoonnii hin jalqabne. Kanaan jalqabaa.

     
https://mytier.io

2. MyTier Channel Ethiopia

       🫳
@my_tier


✌️✌️✌️✌️✌️✌️✌️✌️
❀1
DM me : @daretubeNBO
❀2
Akkam bultan jara keenya?
πŸ‘4
🌟 Dubbiilee Gaggaarii 🌟
Guyyaa Guyyaadhaan Ofirratti Dubbachuu Qabdu ✍️

β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬

1. Ani nama gaarii dha!
2. Ani bareedaadha!
3. Ani nan hojjedha!
4. Ani nan jaaladha!
5. Ani dhiifama godha!
6. Ani nama mul'ata qabudha!
7. Ani nan galateeffadha!
8. Ani nama abjuu qabudha!
9. Ani nan baradha!
10. Ani nan dubbisa!
11. Ani nama gadi jedhudha!
12. Ani obsa nan qaba!
13. Ani ajajamaadha!
14. Ani nama milkaa'aa dha!
15. Ani tattaaffii godha!
16. Ani fayyaa qaba!
17. Ani dhaggeeffataa dha!
18. Ani nan gammada!
19. Ani dureessa!
20. Ani nama kabaja qabudha
21. Ani nama dubbii koo eegudha!
22. Ani amanamaa dha!
23. Ani carraa qabeessa!
24. Ani gaggeessa dha!
25. Maallaqa koo sirnaan itti fayyadama!
26. Ani nama kennudha!
27. Ani nama yaada gaarii qabudha!
28. Ani nama gatii guddaa qabudha!
29. Ani jabaadha!
30. Yerootti sirnaan fayyadama!
31. Ani nama tasgabbaa'adha!
32. Ani michuudha!
33. Ani namummaa gaarii qaba!
34. Ani boqonnaa qaba!

βœ… @daretube
❀7
What is InterLink?

🫳InterLink kun Google fi Amazonin, NIST fi NYSE’n deeggaramee.
🫳Namoota million 4 ol verified ta’an qaba.
🫳Akka Ethiopiatti Global Leader 1 fi Community Builder 8 qofatu jira.
Ambassador ta’uun yoo feetan, Torbee tokkoof Twitter irra post gochuun ta'uu dandeessu.
🫳Verified ta’uu baannaan, systemiin Robotidha jechuun fudhata.
🫳Badhaasni dollar  $100,000 qopheessaniiru.
🫳Hojii sa’aatii 24 keessatti yoo xiqqaate daqiiqa tokko qofa.
🫳Investment hin barbaachisu.

🫳Kanaaf amma jalqabaa hojjadhaa.

🫡Official Channel of Only InterLink:
@daretube

Download the app:

https://play.google.com/store/apps/details?id=org.ai.interlinklabs.interlinkId

1. Sign up and create your InterLink ID and password.

2. Verify your face.

3.Claim
$ITLG on the InterLink App.

4.Verify your email then go to Referral.

5.Submit Code:
8968068

6.Claim your 1000
$ITLG Tokens.
❀2πŸ”₯1
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Part: 44  πŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡ͺπŸ‡Ή

πŸ”Š Spin, Collect Letters, and Earn Big – 100,000 USDT Up for Grabs
Don't forget to use this Code for 1 spin

Enter a Referral Code: 8968068
Enter a Referral Code: 8968068

Download Now ✌️
interlinklabs.ai/8968068

Full video.

https://x.com  Part 45 Coming Soon ✌️
❀1
Seenaa join godhaa✌️ βž₯ @my_tier
❀5
😁4❀3
University keessa taate, yeroo ganamaa cireen Daabboo qofa ta'u akkam nama aarsa.😁
πŸŽ‰4
Basic and Advanced English

1. Stay here πŸ‘‰ Stick around
2. Be careful πŸ‘‰ Watch your step
3. He's poor πŸ‘‰ He's broke
4. He's rich πŸ‘‰ He's loaded
5. I'm hungry πŸ‘‰ I could eat a horse
6. I'm not sure πŸ‘‰ I'm on the fence
πŸ”₯4
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
🫳Qophaa'a Badhaasa Namoota muraasa Qarshii 50 namoota muraasaf nan kena.

🫳Appicha buusaatii verified erga taatanii. Iddoo submit Referral Code jedhu submit erga gootanii screenshot qabaadha.
⚑️Sanbata galgala Comment jalattii naaf ergittu, yeroo ana nan bana.

Isin jala hin darbiin amumma buufadhaa. Appi kana.

Download the app:

https://play.google.com/store/apps/details?id=org.ai.interlinklabs.interlinkId

1. Sign up and create your InterLink ID and password.
2. Verify your face.
3.Claim
$ITLG on the InterLink App.
4.Verify your email then go to Referral.
5.Submit Code: 8968068
6.Claim your 1000
$ITLG Tokens.

🫳Wanta isin rakkise yoo jiraate: @daretube
πŸ‘4❀2πŸŽ‰2πŸ—Ώ1
App InterLink Maalidha.

🫳Addunyaa Technology keessattii Technology jalaa bahuun gonkuma hin danda'amu, garuu Technology kamiyyuu nama Sammuu qabuuf Oggumaan Itti fayyadama.

βž₯Wantoota InterLink project dhugaa isa godhan.
βž₯Amanamummaa Googlee, Amazon, NIST fi NYSE irraa amanamummaa fi Beekamtii argateera.
βž₯Hojii baayyee salphaa fi guyyaa guyyaan namoota fedha qabaaniif Barnoota Live kanaa oola Twitter gubbaati
🫳Caalan biyya keenya immoo Twitter yoo beekaniillee itti fayyadama isaa hin beekan.
βž₯Akkumaa beekamuu Ethiopia keessattii namoota baayyee leenjiiseera. Hanga namoota 20 ol Ambassador godheera.
βž₯Kuni immoo Qarshiidhaan mitii, namoota fedha qaban hunda nan leenjisa warra Application Interlink jedhamu kana banaatan qofa. Sababni isaa ambassador Interlink waan taanuuf, naannoo Oromiyaa keenya ambassador Community builder kan ta'e tokkollee hin jiru. Sababni isaas Hojii online hojjadhaa gaafa jettaniin, Gurra qabatuu.
βž₯Dhugaadha, namoonnii baayyeen qarshii baasannoo nyaatamaniiru.
πŸ‘5❀2