Firii Qormaata kutaa 8ffaa - Namoonni hin ilaallatin jirtan:
Yommuu ergitan maqaan keessan jalqabaa qubee sirriin fi code keessan sirrii ta'uu mirkaneessaa!π π
βοΈ @getpostbot
@getpostbot
Yommuu ergitan maqaan keessan jalqabaa qubee sirriin fi code keessan sirrii ta'uu mirkaneessaa!
@getpostbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β€11π4π₯°3
#Kutaa_8ffaa #BBO
Bu'aan qormaata naannoo kutaa 8ffaa naannoo Oromiyaa bara 2017 ifoomeera.
Barattoonni bu'aa qormaata keessanii ilaaluuf link armaan gadii tuquun website irraa ilaalaa.
https://oromia.ministry.et/#/result
Akkasumas gama Telegram bot dhaan ilaaluuf Bot armaan gadii fayyadamuu dandeessu!
@MinistryResultQMTBOT

β€20π4π3π₯°3
Qabxiin Qormaata Kutaa 8ffaa Bara 2017 Ifoomuun isaa ni beekama. Haaluma kanaan bara kanatti
Naannoo Oromiyaatti barattoonni bara 2017 qormaata naannoo Kutaa 8ffaa fudhatan dhiirri 251,120 fi dhalaa 237,338 waliigala 488,458 keessaa dhirri 205,113 (81.7%) dhalaan 179,388 (75.6%) yoo ta'u, barattoonni 384,498 (78.7%) qabxii 50% fi isaa ol galmeessisuun gara kutaa itti aanutti darbuun ibsameera.
Kutaa 8ffaa - BBO

β€14π4π₯°2π1
π π π
π«± β¨ Join β¨
π«± β¨ Join β¨
π π π
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π3β€1π₯1π₯°1
Hoggansa Barnootaa Godinaalee, Magaalotaafi Aanaaleef Kallattiin Hojii Bara 2018 Kenname.
BBO- Adoolessa 10/2017 Biiroon Barnootaa Oromiyaa Hojii Misooma Barnootaa Bara Bajataa 2018 keessa hojjatamuu qaban #Hoggansa_Waajjira_Barnootaa_Godinaalee_Bu_Magaalotaafi_Aanaaleerraa walitti babahaniif kallattiin hojii kennamee jira.
Giddu Gala Qorannoofi Leenjii Barnootaa Oromiyaa-Adaamaatti walgahii guyyaa tokkoof (09/11/2017) gaggeeffame irratti karoorri misooma barnootaa Biiroo Barnootaa obbo Hasan Idrisiin kan dhihaate yoo ta'u, dabalataanis, Rakkoo Barreessuu, Dubbisuufi Qoyyabuufi Fala Isaa Dr Bultoosaa Hirkootiin, Hojii Dhiheessuufi Gahumsa Barsiisotaa Fooyyessuuf Hojjatamaa Jiru obbo Girmaa Baayisaatiniifi Moosaajii(Software) Jijjiirraa Barsiisotaa Dr. Kaasahun Galaanaatin tartiibaan dhihaachuun mariin irratti gaggeeffameera.
Dhumarratti, Hogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dr. Tolaa Bariisoo haasaa taasisaniin, karoorri misooma barnootaa bara 2018 haala fooyya'aa ta'een akka raawwatamu, Hojiin Tajaajila Lammummaa Ganna kanaa yeroo karoorfame keessatti qulqullinaafi saffisaan akka raawwatu, leenjiin barsiisotaa ganna kanarraa jalqabee daran cimee kan itti deemamu ta'uufi barreeffamoota waltajjiirratti dhihaatan yaada walii galaa hanga manneen barnootaatti gadi buusun dhaloota beekumsaan, dandeettiifi ilaalchaan addunyaarratti dorgomaa ta'e horachuu irratti xiyyeeffatamee akka hojjatamuu qabu kallattii kaa'aniiru.

π6β€3π₯°1
Sagantaan '#Live'n Darba!
BBO - Sagantaan Feestivaalii Barnootaa har'a Ganama Chaanaalii #ETV_Afaan Oromoon Kallattiin Darba.
#Chaanaaliin ETV - Afaan Oromoo Adoolessa 13/2017
Ganama Sa'aatii 3:00 Irraa Eegalee Istaadiyemii Saayinsiifi Teeknooloojii Adaamaa Irraa Sagantaa Feestivaalii Barnootaa Manneen Barnootaa Bultii Addaa Sad. 2ffaa fi Manneen Barnootaa Addaa Sad. 2ffaa Kallattiin Dabarsa.
#Daawwadhaa!
#Biiroo_Barnootaa_Oromiyaa
#Feestivaalii_Barnootaa
#MBBA_fi_MBA
#ETV_Afaan_Oromoo -' Live'

β€9π2π₯°1π1
Waltajjiin Dandeettiifi Kennaan Addaa Irratti Agarsiifamu Har'a Ganama Banama
----------------
BBO- Adoolessa 13/2017 Sirna Feestivaalii Barnootaa Manneen Barnootaa Bultii Addaafi Manneen Barnootaa Addaa Sad. 2ffaa Waggaa 3ffaa har'a Ganama 13/11/2017 Magaalaa Adaamaa Istaadiyemii Yunivarsiitii Saayinsiifi Teeknooloojii Adaamaatti Banama.
Bakka hoggansa Olaanaan Mootummaa Naannoo Keenyaafi Mootummaa Federaalaa Argamanitti Sa'aatii 2;00 tti kan eegalu yoo ta'u, abbaa/haadha sirnaa kan ta'an barattootni qaxaleen Manneen Barnootaa Ifa Boru Bultii addaa Sad. 2ffaa 7, Manneen Barnootaa Bultii Addaa Sad. 2ffaa Waldaa Misooma Oromiyaa 2fi Manneen Barnootaa Addaa Sad. 2ffaa 41 walitti Manneen Barnootaa 50 Feestivaalicha haala ho'aa ta'een jalqabuuf mooraa Yunivarsiitii galuun qophii xumuraarra gahaniiru.
Barattootni qaxaleen dandeettii addaa fi kennaa dinqisiisaa qaban har'a ganama Dilbata sa'aatii 2:00 irraa jalqabe waltajjii ni too'atu, gahumsa ajaa'ibsiisaa ni agarsiisu, mul'ata dhaloota ifa boruu irraatti qabnu ni mirkaneessu.
Kanaafuu, Barsiisotni bu'aa keessan, barattootni obboleewwan keessan hawaasni ijoollee keessan Istaadiyemii Yunivarsiitii S. T. Adaamaatti argamuun akka daawwattan Biiroon Barnootaa Oromiyaa maqaa isaafi maqaa barattoota qaxalee Manneen Barnootaa Bultii Addaafi Addaa Sad. 2ffaatiin isin Afeereera!
π #Oromiyaa
π #Adaamaa

β€5π2π₯°2π1
Godinaalee fi Magaalota Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa Bara 2017'n Qabxii Olaanaan barattoota Dabarsan Beekaman
Biiroon Barnootaa Oromiyaa qabxii qormaata naannoo kutaa 8ffaa bara 2017 irratti, godinaalee fi magaalonni sadarkaa olaanaa galmeessan ifoomse.
Godinaalee sadarkaa olaanaa irra jiran:
1. Godina Arsii Lixaa β 92.24%
2. Jimmaa β 90.95%
3. Harargee Bahaa β 87.58%
Magaalota sadarkaa olβaanaadhaan qabxii galmeessan:
1. Magaalaa Dodolaa β 99.74%
2. Bishooftuu β 94.88%
3. Mojoo β 90.19%
Gabaasni kun akka mulβisutti, barattoonni godinaalee fi magaalota kana keessaa qormaata kutaa 8ffaa milkaaβinaan darbuun gara kutaa 9ffaa ol guddataniiru.
Waajjirri Barnootaa Oromiyaas, milkaaβina kana galmaan gahuuf gumaacha taasifameef barattoota, barsiisota, maatii, ogeeyyii barnootaa fi hoggantoota hunda galateeffeera. Qormaanni bara kanaa sadarkaa gaarii taβeen raawwatamuu fi kunis cimina qindoomina hirmaattota barnootaa agarsiisu taβuu ibsameera.

π₯°5β€3π3
"Cabiinsa barnootaa furuuf hojjetamaa jira"- Dr. Tolaa Bariisoo
Kallacha Oromiyaa: Adoolessa 12, 2017- Hoogganaan Biiroo Barnoota Oromiyaa Dr.Tolaa Bariisoo gaaffi miseensota Caffee irraa ka'aniif deebii kennaaniin bara kana cabiinsa barnootaa furuuf hojjii bu'a qabeessi hojjetamaa turuu himanii, caalmaatti rakkoo gama qulqullina barnootaatiin jiru furuuf immoo ciminaan kan irratti hojjetamu ta'uu himaniiru.
Hanqina kitaabaa bara kana furuuf hojii guddaan hojjetamuu himuun, kitaabonni miliyoona 29 hanqina kitaaba furuuf kan dhihaatu ta'uu himaniiru.
Mana barnootaa sadarkaa 2ffaa manneen barumsaa 31 keessattis ibsaa galchuuf kan hojjetamaa jiru ta'uu dubbataniiru.
Ijaarsa mana barumsaa bu'uura boruu irrattis xiyyeeffannoo olaanaan hojjetamaa jiraachuu himanii, caalmaatti kan itti fufu ta'uus eeraniiru.
Dhiheessi barsisaan wal qabatee barsiisaa 4,000 Ganna kana leenjisanii dhiheessuuf hojjetamaa jira jedhan.

β€5π3π2
#Remedial #Result
β‘οΈ Kan 2017 qabxiin gad dhiifame, Barattoonnii qabxii keessan link kanaan ilaalladha.
https://result.ethernet.edu.et
Qabxii gaariiπ
https://result.ethernet.edu.et
Qabxii gaarii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β€7π₯°2π2
" komputeraa dhoksaa" kompiitara irratti, yeroo baayyee karaa gabaabaa kiiboordii kan agarsiisu yoo ta'u, oomishtummaa haalaan guddisuu danda'a. Karaa gabaabaa beekamaa fi faayidaa qabu tokko tokko Windows fi hojiiwwan kompiitaraa waliigalaa kunooti:
https://dhangaatips.com/koodiiwwan-komputeraa/
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π₯°5π2π₯1
USSD Codes for Safaricom Ethiopia Users
Karaa salphaadhaan USSD Code safari nu gargaaranπ π
https://dhangaatips.com/ussd-codes-for-safaricom/
Karaa salphaadhaan USSD Code safari nu gargaaran
https://dhangaatips.com/ussd-codes-for-safaricom/
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π₯°4π2β€1π1
#Remedial #Result
Qabxiin barattoota bara 2017 Remediyaalii qoramanii ifa ta'eera.
Barattoonni qabxii isaanii karaa https://result.ethernet.edu.et irraan laaluu ni danda'u.
Qabxiin darbiinsaa barattoota Saayinsii uumamaaf 250 yoo ta'u, kan Saayinsii Hawaasa 200 akka ta'e kan beekamuudha.
#BBO

β€7π₯°2π2π1
https://dhangaatips.com/hannaafi-gowwoomsaa-online/
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π6β€1π1π1
Pirofeesarri tokko daree barnootaa isaatti barattootan akkas jedha. Isin amma qarshii 86,400 qabdu haa jennu. Namni tokko dhufee yoo qarshii 10 isin jalaa fudhatee fiigee sokke qarshii 86,390 dhiiftanitu qarshii kudhaniif namicha duukaa buutumoo?
https://dhangaatips.com/itti-haa-fayyadamnu/
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π4π₯°2π2β€1
Simalee - π #Kutaa 9ffaa
Simaleen immoo mataa raaftee "mucaa nuti barbaadaa jirru" Jettee imimmaan lolaasuu jalqabde. Iftuunis "Abdii jechuun isa kanaa?" Jettee deebiteemmoo yaadashee deebifattee "tasgabbaayi" naan jettee jennaanin anis naa galuu dinnaan taa'ee imimmaan maddiirra na yaa'e...π π
https://dhangaatips.com/qubeelaa-tokko-natti-laatte/
Simaleen immoo mataa raaftee "mucaa nuti barbaadaa jirru" Jettee imimmaan lolaasuu jalqabde. Iftuunis "Abdii jechuun isa kanaa?" Jettee deebiteemmoo yaadashee deebifattee "tasgabbaayi" naan jettee jennaanin anis naa galuu dinnaan taa'ee imimmaan maddiirra na yaa'e...
https://dhangaatips.com/qubeelaa-tokko-natti-laatte/
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π5β€2π₯°1
BEEKSISA
Barsiisotaafi Hoggansa MB Leenjii Gannaa Argattan Hundaaf
---------
BBO - Adoolessa 23/2017 Barsiisotniifi Hoggansi Manneen Barnootaa Sad. 2ffaa Ganna Bara 2017 Leenjii Fooyya'insa Dandeettii Yunivarsiitiiwwan galtanii Leenji'uuf qophiirra jirtan hundi Adoolessa 27/2017 mooraa Yunivarsiitii ramadamtaniitti akka galtaniifi Adoolessi 28/2017 guyyaa galmee ta'uun ibsameera.
Kanaafuu, #Yunivarsiitii_Itti_Ramadamtan Waajjira Barnootaa Godinaalee, Bu. Magaalotaa, Aanaalee/kutaa Magaalotaatti waan ergameef, isaan biraa mirkaneeffachuun gaafa 27/11/2017 mooraa Yunivarsiitii galuu, 28/11/2017 guyyaa galmee yoo ta'u, 29/11/2017 leenjichi kan eegalu waan ta'eef gamanumaa akka itti qophooftan isin beeksifna.
BBO

β€6π2π₯°2π1
Jijjiirraa Barsiisotaa Tuttuqaa Harkaarraa Bilisa Gochuuf Mosaajiin (Software) Misoome Ifoome.
------------
BBO- Adoolessa 23/2017 Biiroon Barnootaa Oromiyaa #Mosaajii_Jijjiirraa_Barsiisotaa_sadarkaa_guddina_barsiisotaa, qacarrii barsiisotaa, Qormaata ogummaa barsiisotaafi haala soorama bahuu barsiisotaa /Teachers Management Information System (TMIS) / jedhamu qopheessuun Waajjira Barnootaa Godinaalee bulchiinsa Magaalotaafi Aanaaleetiif "User Name" torban tokkoon dura gadibuuseera.
User Name' Godinaalee, Magaalotaafi Aanoleef ergaman kunniin barsiisotaa biraan akka gahan qajeelfamni kan kennameef yoo ta'u, waajiraaleen barnootaa aanaalee tokko tokko barsiisota biraan akka hin geenye beekameera.
Haaluma walfakkaatuun, mosaajicharran odeeffannoo barbaachisaa ta'e kan hin guutnes waan mul'atuuf hatattamaan akka guuttan isin beeksifna.
Mosaajiin kun jijjiirraa barsiisotaa dabalatee, sadarkaa guddinaa barsiisotaa, qacarrii barsiisotaa, qormaata dandeettii ogummaa barsiisummaafi haala soorama bahiinsa barsiisotaa tuttuqaa harkaarraa bilisa ta'een hojjachuuf kan gargaaruudha.
Barsiisotaaf: Barsiisotni 'User Name'n isin dhaqqabe immoo, liinkii asii gaditti kenname kana banuun haala iyyannoo dhiheeffachuu dandeessan irratti akka shaakaltan isin beeksisaa, daran daftanii akka hubattan barreeffamaafi viidiyoo gabaabaa tartiiba iyyannoo galfachuu agarsiisu isiniif ergina!
Liinkii:- https://tmis.oeb.gov.et
Hordofaa!

β€6π3π₯°2
Firii Qormaata kutaa 6ffaa - Namoonni hin ilaallatin jirtan:
β‘οΈ Code fi maqaa keessan jalqabaa qubee sirrii ta'een walfaana bot armaan gadiitiin nuuf barreessaa!
β‘οΈ Yommuu ergitan maqaan keessan jalqabaa qubee sirriin fi code keessan sirrii ta'uu mirkaneessaa! π π
βοΈ @getpostbot
@getpostbot
@getpostbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π8π4β€2π2