InterLink Alpha
1.55K subscribers
329 photos
29 videos
7 files
310 links
➥Your Face. Your Identity. Your World. Stay

👉You Get All In Once

$ITL, $ITLG Holder

Telegram Group

https://t.me/dare_Interlinklabs

Twitter Page

https://x.com/dare_tube

CEO: @daretube
Download Telegram
Ministeerri Barnootaa waggoota ittaananitti ramaddii barattootaa nidhaaba.

Fulbaana 30/2018 Ministeerri Barnootaa waggoota ittaananitti ramaddii barattootaa akka dhaabu Ministirri Barnootaa Pirofeesar Biraanuu Naggaa beeksisan.

Ministeerri Barnootaa yunivarsitiiwwan mootummaa waliin har’a sirna mallatteessuun gochoota ijoo bara barnootaa 2018 kan mallatteesse yoo ta'u, Ministirri Barnootaa Pirofeesar Biraanuu Naggaa kallattii hojii cimaa kaa'aniiru.

Wayita kana Pirofeesar Biraanuun akka ibsanitti; waggoota ittaananitti Ministeerri Barnootaa ramaddii barattootaa kan dhaabu yoo ta’u, barattoonni qabxii darbiinsaa galmeessan yunivarsiitiiwwaniifi damee barnootaa barbaadanitti akka iyyatan taasifama.

Barnoonni yunivarsiitii akka kanaan duraa Ministeera Barnootaatiin kan ramadamu otoo hintaane, filannoo barattootaan ta'a jedhaniiru.

Brattoonni yunivarsiitii itti baratan yeroo filatan sababaawaa ta’uun yunivarsitii kamitti damee barnootaa fooyya'aa, beekumsaafi carraa hojii gaarii argachuu danda’a jechuu filachuu akka qaban hubachiisaniiru.

⌛️ @oromiastudentcenter
      @oromiastudentcenter
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
8👍4🥰2👏1
🟣Gorsa 6 Kufaatiin erga Mudatee booda Nama Milkaa'aa ta'uuf si Gargaaran:

➡️Kufaatiin mudachuun kutaa jireenyaa uumamaa yoo ta'u, yeroo baay'ee immoo, guddina dhuunfaa fi galma ga'iinsa yeroo dheeraadhaaf karaa kan banu isuma. Yoos "Akkamittan milkaa'a?" Gaaffiin jedhu jiraachuu danda'a.

Website keenya seenun guutummaatti ni argattu! Subscribe yommuu gootan immoo post keenya akkuma gadhiifameen isin bira gaha! Galatoomaa 🙏👇👇

https://gaggeessummaa.com/gorsa-6-kufaatiin-erga-mudatee-booda/
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍62🥰2😘2
🟣 Kitaabilee 5 Jireenya Keessatti Milkaa'inaaf Daandii 5 Siif Kennan

Milkaa’inni namoota adda addaatiif hiika adda addaa qaba. Kitaabileen tokko tokko garuu karaa ifa ta’e gara galma ga’iinsaatti geessu dhiyeessuun qormaata yeroo irratti moo'icha argamsiisaniiru. Kallattiileen shanan kun akkaataa itti galma, hariiroo fi guddina dhuunfaa kee itti dhiyaattu jijjiiruu danda’an kaartaa daandii adda ta’e ni kennu. Kitaabni tokkoon tokkoon isaa falaasama addaa qorannoo waggoota dheeraa fi hojiirra oolmaa addunyaa dhugaatiin deeggaramee dhiyeessa. Guutummaatti website keenyarraa dubbisaa! Subscribe gochuudhaan post keenya guyyaa guyyaadhaan argattu!⬇️⬇️⬇️

https://gaggeessummaa.com/kitaabilee-5-jireenya-keessatti
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
12🔥1🥰1😘1
Who is active ?
👍5🥰3😍2
InterLink Alpha
Who is active ?
✌️Galgala Saatii 3ti Giveaway qophaa'a✌️
5👍3🎉1
"Yoo abdii hin kutanne, ammallee carraa of harkaa qabda. Abdii kutachuun jalqaba kufaatiiti."

"Kaleessa dhaabbata namaa keessa hojjechuuf jedheen carraa dhabe, har’a dhaabbata mataa koo kan akka addunyaatti beekamaa ta’e ‘
Alibaba.com’ gaggeessa.
Jechoota Jack Ma muraasa:

1. "Raawwattee abdii hin kutin. Har’i ulfaataadha. Bor immoo daran hammaata. Iftaan garuu ifa aduutu siif ba’a."


2. "Wanti ati qabaachuu qabdu inni guddaan OBSA."


3. "Nuti raawwannee maallaqa hin dhabne. Kan dhabne namoota abjuu qabanii fi abjuu isaaniif du’anidha malee…"



Jijjiiramni Sirriin Keessaa Eegala!
Jijjiiramni waan namni dhuunfaan tokko yookaan qaamni biraan wayii namaaf hiixatu yookaan namaaf bocu osoo hin taane, ifaajaa fi fedhii ofiitiin kan namaa argamudha. Garuu, jijjiiramni inni sirriin isa keessaa eegaludha.

Jireenya kee keessatti namoota mul’ata kee deeggaranii si waliin fuula duratti deeman adda baafattee beekuun ogummaadha!


For info : https://t.me/daretube
10
How to boost Your Ambassador Credit Score ( ACS ) InterLink Day 39 ✌️

https://youtu.be/Euaw2Gu_uBk?si=fWNZIXUfaUlWFAyV


Like and Comment ✌️
7
Batch 10n Har'a jalqaba.✌️


➥Qarshii galchuun hin barbachisu.🙏

💫We have 20+ new ambassadors to train. Also, if you want, the door is open for you too.


🌍 Official Call to Become an InterLink Ambassador

🫳 This opportunity is open to everyone who has passion and commitment to work.

Requirements

You must have a Twitter account.
You should be able to post at least 3 times per day on Twitter.
  (Don’t worry — I’ll give you the daily post content.)
You must be active on Telegram.

🫳 If you complete all these tasks consistently for 7 days, you can become an InterLink Ambassador.

💰 Benefits


You’ll receive 7 days of training directly from me.

If you’re interested, send me the following details 👇

1️⃣ Your full name
2️⃣ Your phone number
3️⃣ Your Telegram username
4️⃣ Your X (Twitter) profile link
5️⃣ Your Telegram channel link (if you have one)

📩 Send all details to:
@daretubeNBO

⚡️ Important Notes

Everything is 100% Free – No investment required.

Official InterLink Group:

🫳🫳🫳🫳
@daretube

.
🫳Application kana buufadhaati mining hojjadhaa.

🫳1000 ITLG namoota jalqabaaf kenna.

https://play.google.com/store/apps/details?id=org.ai.interlinklabs.interlinkId

Referal Code:
8968068

🫳Yoo isin rakkise.

Kanaan na dubbisuu dandeessu.

https://t.me/daretube/3118
https://t.me/daretube/3118

Hub
1. Kun google company faana partner ta'eera.
2. Chatgpt illee gaafachuu dandeessu. Oddeeffannoo bareedda isiinif kena.
4
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
🫳Leenjiin Ambassador Jalqabeera.

🫳Namoota InterLink jalqabdaan qofafiidha.

➥Haaraa yoo taatan Application kana buusun, erga Verified taatanii, Formichaa guutuun jalqabuu dandeessu.

https://play.google.com/store/apps/details?id=org.ai.interlinklabs.interlinkId

Invitation Code: 8968068

➥Formii guutuun isin hin fayyadu, Hojjatan malee...

🫳Namoota Ambassador ta'uuf fedha qabdan Qoftii Join godhaati jalqabaa.
➥Guyyaa dhumaa kan batch 10 har'a.

🫳Oddeeffannoo Dabalataaf: @daretube
2
InterLink Alpha
Video
#interlink #ITLG

👉Interlink
jedhama.

🔊Ani Akka Ambassador Interlinkitti Hojjachaan jira
.

➡️
Gabaabumati, video keessa hundu jira, Robot ta'uu dhiisu keessan verified gootu, achin mine godhuudha.

🟩Hubachisaa InterLink kun Google fi Sumsang, Toshiba fi kkf kan deggaramee fi verified ta'e jira garuu namoota million 3 Visa kenuuf qophii isaa xumureera.
😀Hojiin isaa saatii afur afurrin all tokko seenuudha.
😀hirriyoota keessan yoo affeertan immoo Ambassador Interlink taatu Dollar fi
$ITLG token argatu.
😀Verified ta'uun dirqaama sana ta'uu baanan Robotidha jedhee fudhaata.
😀Kanaaf ammuma jalqabaa, hojjadha of jijjiiraa.
➥Spinin waan dhufuuf of keessa hanga dollar 100 ti qaba carraan kin isin jala hin darbin
.

➥Jalqabuuf step kana hordoffaa

1. Download app

👉 
Download


2. Sign up and create your interlink ID and password
3. verify your face
4. Claim 
$ITLG at Interlink  App.
5. Verify Email and
Click Referral.

Submit Code: 8968068

& Claim 1000  $ITLGTokens.

⭐️ Rakkoo isin mudateef 


👉 @daretube

.
5
InterLink Alpha
#interlink #ITLG 👉Interlink jedhama. 🔊Ani Akka Ambassador Interlinkitti Hojjachaan jira. ➡️ Gabaabumati, video keessa hundu jira, Robot ta'uu dhiisu keessan verified gootu, achin mine godhuudha. 🟩Hubachisaa InterLink kun Google fi Sumsang, Toshiba fi kkf…
Kun barattootaf Baayyee barbaachisaadha.✌️


Addunyaa Digital fi Crypto Currency maal akka ta'e barachaa deemu.✌️

Isin jala hin darbin carraan kun

https://interlinklabs.ai/8968068
https://interlinklabs.ai/8968068

Website kanarra

1. Application download fi Official Telegramicha Join gochuu dandeessu.
2
Yeroo bal'aa Qabduu jalqabuuf Seenaa amma app kana download godhadhaati mine jalqabaa✌️

https://play.google.com/store/apps/details?id=org.ai.interlinklabs.interlinkId

Verified ta'a. ✌️
Yoo fixan na dubbisaa
@daretube

Kessattuu barattootaaf ✌️
3
Good Morning InterLinkers?
         _________
                \ (•◡•) /
                   \ — /
                    ——
                    |     |
   October  |_   |_  31
          | ̄ ̄ ̄ ̄ ̄ ̄ ̄ ̄|
               My $ITL ➥🧕  😂
          |________|
⚡️Kun Dollar 5.93 isiniif kena. Jalqabuu keessan duwwaadhaan.✌️


Jalqabuu Yoo barbaaddan Link jalaa kanaan seentuu.
https://i.mec.me/?c=qtcvy56s


💫Verified ta'uu akka hin daganne.✌️

Yoo isiniif hin gallee akkamitti gurgurachuu akka dandeessan illee video kana keessa jira.

https://youtu.be/QIP9Jg94uUQ
https://youtu.be/QIP9Jg94uUQ
2
JECHOOTA MIMMIIDHAGOO
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
【1】. Namni utuu kitaaba dubbisuu danda'uu kitaaba hin dubbifne, nama dubbisuu hin dandeenyerra hin caalu.
【2】. Namoonni hedduun hamma maqaa isaanii hin ga'an. Maqaa isaaniitu isaan caala.
【3】. Milkaa'inni wanta namoonni hin argin arguu danda'uudha.
【4】. Dandeettii / ga'uumsa keessa kee jiru qofaan dorgomi!
【5】. Beekumsa qaban irratti hundaa'ee namoota gosa 4 tu jira. Isaaniis:
1. Nama hin beekne , akka hin beekne, kan hin beekne.
2. Nama hin beekne, akka hin beekne, kan beeku.
3. Nama beeku, akka beeku kan hin beekne.
4. Nama beeku, akka beeku kan beeku.

【6】. Yeroo hubachuu ilaalchisee namoota gosa 3 tu jira.
➊. Har'a keessa ta'anii kaleessaaf warra jiraatan.
➋. Har'a keessa ta'anii boriif warra jiraatan.
➌. Har'a warra jiraatan.

【7】. Kaleessi dabreera, bor hin dhalanne, yeroon qabnu har'a qofa.
【8】. Eessa akka jirtu beekuu caalaa eenyu akka taate beekuutu si fayyada.
【9】. Diinni milkaa'inaa inni guddaan milkaa'ina mataa isaati.
【10】. Rakkinni namoota baay'ee humna dhabuu utuu hin ta'in akka humna qaban wallaaluudha.
【11】. Eenyuyyuu qofaa isaa jiraatee kan fiixaan baafate hin jiru.
【12】. Namni baay'ees si miidha baay'ees si fayyada.
【13】. Bilchinaaf karaan qaxxaamuraa hin jiru.
【14】. Milkaa'inni 99% kufaatiidha.
【15】. Yaalii dadhabi malee yaaluu hin dadhabin!
【16】. Carraatti utuu hin ta'in hojiitti amani!
4👍2🔥1
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
What is interlink ?


Gabaabumati, video keessa hundu jira, Robot ta'uu dhiisu keessan verified gootu, achin mine godhuudha.
Hubachisaa InterLink kun Google fi Amazonin kan deggaramee fi yeroo amma namoota million 2.5 verified ta'e jira garuu namoota million 3 Visa kenuuf qophii isaa xumureera.

Hojii isaa saatii afur afurrin all tokko seenuudha.
hirriyoota keessan yoo affeertan immoo Ambassador Interlink taatu Dollar fi
$ITLG token argatu.
Verified ta'uun dirqaama sana ta'uu baanan Robotidha jedhee fudhaata.
Kanaaf ammuma jalqabaa, hojjadha of jijjiiraa.

To start interlink 

1. Download the app

https://play.google.com/store/apps/details?id=org.ai.interlinklabs.interlinkId
 
2. Sign up and create your interlink ID and password
3. verify your face
4. Claim 
$ITLG at Interlink  App.
5. Verify Email and
Click Referral.

Submit Code: 8968068

& Claim 1000  $ITLGTokens.

Wanta isin rakkiseef :


      @daretubeNBO

Qarshii baayyee irraa argattu yoo jabaatanii hojjatan
👍1