Barattoonniifi maatiin barattootaa bu’aa qormaataa ilaaluuf dararamaa jiru.
Barattoonni Itoophiyaa kan qoraman yeroo qormaataa qofa osoo hin taane qormaata sana caalaa bu’aa isaanii ilaaluufi ramaddii biyyaa baruudha. Dhimmi kun waggaa waggaan gaafatamus surreeffamni hin argamne.
Taateen kun miira barataa waggaa hedduu carraaqeefi miira maatii barattoota giddu gala kan hin taasifannedha. Qaamni dhimmi ilaallatu daba dhaloota irratti raawwatamu akkanaa sakatta’uun dirqama saaxiluu qaba.
Bu’aa qormaata ilaallachuuf maatiifi barattoonni kan rakkachaa jiran sababa dhaabbati marsaariiticha hoogganu akkaataa mootummaan bajata ramadeen hin dalagneefidha. Mootummaan serveriif bajata barbaachisa akka ramadu beekamaadha , haa ta’uyyuu malee maallaqa rakasaan serverii dadhaba kireessuun yeroofi miira maatii akkasumas barattoota miidhuun fudhatama hin qabaatu.
Mootummaan dhaabbata kana irratti qorannoo barbaachisaa taassisuun tarkaanfii fudhachuu qaba. Yeroo mara sababa Serverii dadhabaan kireeffameef barattoonniifi maatiin barattoota dararamaa kan oolan yommuu ta’u, sirnaan dalaguu diduu serverii rakashaaf barattoonni bu’aa isaanii ilaallachuuf qormaata sana caalaa cannaqamu.
Qaamni gochaa malaammaltummaa akkanaa raawwatu qoratamuun sirreeffamni barbaachisaan taassifamuu qaba.
Itoophiyaan addunyaa waliin adeemuuf malammaltummaan gama maraan adeemsifamu dhaabbachuu qaba. Serverii dadhabaa kireessuun sababa bajati mootummaan ramade hanqateef ta’uufi rakkoo malaammaltummaa dhaabbata tajaajila kana kennaa jiruu ta’uun qoratamuu qaba.
Gamanumaan barattootaafi maatii barattootaaf bu’aa gaarii kan hawwinu yommuu ta’u, odeeffannoowwan jiran hordofuun kan isiniin geenyu ni ta’a.
Karaawwan Bu’aa qormaata kutaa 12ffaa ilaallatan kan armaan gadiiti
⬇️ ⬇️ ⬇️ ⬇️ ⬇️
1. Marsaariitii፡ https://result.eaes.et
2. teelegiraama፡ https://t.me/EAESbot
3. Ergaa gabaabaa (SMS)፡ 6284
⌛️ @oromiastudentcenter
@oromiastudentcenter

Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
😍11❤3😘3🥰1
Connection deebi'ee Jira.
Firii Qormaata kutaa 12ffaa - Namoonni hin ilaallatin jirtanii fi Connection isin rakkise qofti:
Qubee Sirrii Maqaa jalqabaa fi Admission No. bot armaan gadiitiin nuuf erguu dandeessu!🙏
👍 👍 👍 👍 👍 👍 👍
⬇️ ⬇️ ⬇️ ⬇️ ⬇️ ⬇️
👍 Yommuu ergitan maqaan keessan jalqabaa qubee sirriin fi Admission No. keessan sirrii ta'uu mirkaneessaa! 👇 👇
✍️ @getpostbot
@getpostbot
Firii Qormaata kutaa 12ffaa - Namoonni hin ilaallatin jirtanii fi Connection isin rakkise qofti:
Qubee Sirrii Maqaa jalqabaa fi Admission No. bot armaan gadiitiin nuuf erguu dandeessu!
@getpostbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤10😍3🥰1
Manni barumsaa Ifa Boruu Dodolaa qormaata marsaa jalqabaaf kenneen barattoota guutuutti dabarsuu irra darbee akka biyyaatti qabxii Olaanaa bara kaaa galmeessee danda’eera.
Qabxiin barattoota keenyaa suuraan armaan olitti kaawwameera.
Maatii, Barsiisotaafi ummata maraan baga gammaddan jenneerra!
Karaawwan Bu’aa qormaata kutaa 12ffaa ilaallatan kan armaan gadiiti
⬇️ ⬇️ ⬇️ ⬇️ ⬇️ ⬇️
1. Marsaariitii፡ https://result.eaes.et
2. teelegiraama፡ https://t.me/EAESbot
3. Ergaa gabaabaa (SMS)፡ 6284
⌛️ @oromiastudentcenter
@oromiastudentcenter
Qabxiin barattoota keenyaa suuraan armaan olitti kaawwameera.
Maatii, Barsiisotaafi ummata maraan baga gammaddan jenneerra!
Karaawwan Bu’aa qormaata kutaa 12ffaa ilaallatan kan armaan gadiiti
1. Marsaariitii፡ https://result.eaes.et
2. teelegiraama፡ https://t.me/EAESbot
3. Ergaa gabaabaa (SMS)፡ 6284
@oromiastudentcenter
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤6🥰2👍1
Qabxii Ol'aanaa
Sadarkaa biyya teenyaatti qabxii ol'aanaa gosa barnootaa Saayinsii Hawaasaan eenyutu galmeesse?
Mana barumsa Boordiingii Ambootti kan barate barataa Caalaa Garramaa Ejjetaa qormaata seensa dhaabbilee barnootaa olaanoo bara 2017 saayinsii hawaasaa irraa qabxii akka biyyaatti olaanaa 562/600 galmeesseera.
Goota barnootaa, Fakkeenya dhalootaa maqaa Oromiyaafi biyyaas waamsise.
Karaawwan Bu’aa qormaata kutaa 12ffaa ilaallatan kan armaan gadiiti
⬇️ ⬇️ ⬇️ ⬇️ ⬇️
1. Marsaariitii፡ https://result.eaes.et
2. Teelegiraama፡ https://t.me/EAESbot

👍7❤6🥰1
Dubaraan Qabxii olaanaa kan galmeesse eenyu?
Bara kana dubaraan qabxii olaanaan kan galmaa’ee Mana barumsaa Ifa Boruu Dodolaa irraa Barattuu Gennet Margaa Gishuun 579 fiduun yommuu ta’u ministeerri Barnootaa maqaa ishee waamuu baatuyyuu seenaa dalagdeetti.
⌛️ @oromiastudentcenter
@oromiastudentcenter
Bara kana dubaraan qabxii olaanaan kan galmaa’ee Mana barumsaa Ifa Boruu Dodolaa irraa Barattuu Gennet Margaa Gishuun 579 fiduun yommuu ta’u ministeerri Barnootaa maqaa ishee waamuu baatuyyuu seenaa dalagdeetti.
@oromiastudentcenter
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤14👍6👏5🥰2
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍7😍3🥰2💯1
Ijoollen keenya carraa kanattis fayyyadamuu yaalaa
Tolaa Bariisoo Gadaa 💠
https://docs.google.com/forms/d/e/1FAIpQLSfnbljy9j-I6MtYAfGmnEv9ihBcOT_imbSTsJVAQ2dtTgtv4Q/viewform?usp=send_form

👍5🥰2😘2
Student Registration Form: Study in the U.S.A. College Fair September 2025 | EducationUSA Ethiopia
EducationUSA is a U.S. Department of State network of over 430 international student advising centers in more than 175 countries and territories. The network promotes U.S. higher education to students around the world by offering accurate, comprehensive, and current information about the full range of opportunities to study at accredited postsecondary institutions in the United States.
EducationUSA is sponsored by the U.S. Department of State with funding provided by the U.S. Government. EducationUSA is your official source on U.S. higher education.
EducationUSA is not a scholarship provider, but invites accredited U.S. postsecondary institutions to share the academic and financial aid opportunities they offer to students on their campuses.
Join us on Saturday, September 20th, 2025 to meet with admissions representatives from universities and colleges in the U.S.A. This event is free for students and open to all potential undergraduate and graduate students from Ethiopia.
TIME
Ethiopian Time (EAT)
9:00 am - 3:00 pm
Venue: International Community School (ICS): Mauritania St., Karl Square, Addis Ababa.
Please complete the following registration form to confirm your attendance. Contact the EducationUSA Ethiopia Team <addisababa@educationusa.org> if you have questions about this fair.

❤7🥰3👍2
Jaallatamoo barattootaa,
Baay'een keessan bu'aa qormaata keessani erga agartanii booda akka artaniifi naatan naan beeka. Akkasitti isinitti dhaga’amuun waanuma jiruudha. Qormaata tokkotti milka'uu dhabuun egeree keessan hin ibsu—kunis tarkaanfii tokko malee daandii du’aa miti.
Qormaanni tokko dandeettii kee guutuu isaa hin ibsuu yaadadhu. Namoonni addunyaa kanarra milkaa’an hedduun milka'uu isaaniin dura kufaatii hedduun isaan mudateera. Wanti barbaachisaafi beekuu qabdan kufaatii osoo hintaane, akkamitti isa booda akka kaataniidha.
Kana yeroo fudhadhuu xiinxalitii hubadhu. Akkas jedhii of gaafadhu: yeroo itti aanutti wantoota akkamiin fooyyeffachuu dandaʼa? Yeroo itti aanutti akkamittan haala addaan qophaaʼuu dandaʼa? Rakkoolee bara kana isin mudatan hubachuun milkaaʼina keessan fulduraaf tarkaanfii isa jalqabaati.
Akkasumas, daandiin milkaa'ina ilma namaa yunivarsiitiin qofa akka hin taane beekaa. Karaaleefi filannoo hedduun jiru. Isaan keessaa murasni: leenjii ogummaa, kolleejjii teeknikaa, koorsii onlaayinii fi sagantaalee ogummaa irratti hundaa’anfadha. Dandeettiifi ogummaa qarshii argamsiisaan kanneen akka: IT, qonnaa, makaaniksii, Surveeyingii, Ijarsaa, aartii, hojii herregaa, komputeeraa, Afaan Hiikuu, Tuurizimii, garaphiksii, saxaxaa, 3D, ykn daldalaa barachuun hojii hiika qabuufi carraa abbbaa qabeenyaa ta'uu illee fiduu danda’u.
Ammas abjuun keessan yunivarsiitii seenuun digiirii barachuu yoo ta'e kun isa xumura miti. Qormaata itti aanuuf xiyyeeffannoofi kutannoon qophaa'aa. Karoora qo’annoo uumaa, garee qo’annootti makamaa akkasumas gaaffilee qormaata darbanii shaakalaa. Barattoonni hedduun qophii naamusa qabuun yaalii isaanii isa lammaffaan dabanii iddoo guddaa ga'an.
Itti fufuun, barnoota bira darbuun of irratti invasti godhaa. Dandeettii lallaafaa, geggeessummaa, walqunnamtii, fi dandeettii rakkoo furuu horadhaa. Hojii Tola ooltummaa, kilaboota keessatti hirmaadhaa yookiin pirojektoota xixiqqoo jalqabaa. Muuxannoowwan kun nama cimaa, dandamataafi ofitti amanamummaa qabu akka taatuuf sigargaaru.
Hunda caalaa yaada gaarii qabaadhaa; cichaafi dandamataa ta'aa. Jireenyi warra kufanii, dafanii ka'anii dafani baranii walitti fufinsaan badhaasti. Hiriyyootaafi maatii si deggeran waliin of marsi, galma qabatamaa taʼe baafadhu, gonkumaa abdii hin kutatin. Carraan scholarship, leenjiifi guddina hojii jiran barbaadaati tarkaanfii fudhadhaa. Waaqayyooniis kadhadhaa!
Fuuldurri kee amma iyyuu ifa akka taʼe yaadadhu. Bu'aan qormaataa kun seenaa kee keessaa boqonnaa isa tokkoofaati malee kitaaba guutuu miti. Irraa baradhaa guddadhaa, gara fuulduraatti tarkaanfachuu itti fufaa. Addunyaan kennaa, ogummaa, dandeettiifi kutannoo kee eegaa jirti.
Dhumaatti, Amala badaa- suusii, Qumaraa, Beetingiifi shiishaa kan kana fakkaatan irraa ofeegaa.
Abdiifi jajjabinaan, .
Dr. #Qannoo_Taliilaa

❤10🥰3😍2😘1
#Seenaa garaa nama nyaatu fi oduu aagaa qabna! Qubee Electronics mucayyoo qaxalee akka biyyaatti qabxii olaanaa 579 galmeessifteef kennaa qaba!
Barattuu Gannat Margaa Gishuu dhalattuu Magaalaa Hasaasaa yoo taatu bara kana qormaata kutaa 12ffaa biyaalessaa qabxii olaanaa biyyattii galmeessifteetti. Gannat achuma mana barumsa sadarkaa 1ffaa Hasaasatti baratte. Booddeerra carraa Mana Barumsaa Ifa Boruu Dodolaa ishee seensisu argatte.
Namoonni ollaashee jiran haala mijataa hin taane keessatti akka guddatte ragaa bahu. Haati Gannat mana baaburaa (Hoofcoo) hojii midhaan daakuu hojjettee abbaa malee kophaashee guddifatte. Gannat garuu, haadha rakkoo keessatti ishee guddifte hin qaanessine. Qabxii olaanaa akka biyyaatti 579 galmeessite. Kun gama saala dubaraan qabxii olaanaa saayinsii uumamaan bara kana galmaa'eedha.
Gannat haala rakkisaa keessatti guddattus, qabxii olaanaa mana barumsaa, harmee fi biyyashee galmeessifteetti. Hiriyaankoo abbaan Qubee Electronics seenaa kana ergan itti himeen booda, “Mucaa qaxaleen kun kan nama tokkoo (kan haadhashee) qofa miti. Intala biyyaati. Kanaaf gaafa Yuunivarsiitii seentu harka qullaa deemuu hin qabdu. LAPTOP bareedaa tokko nan arjoomaaf. Yeroo barbaadde dhuftee haa fudhattu” jechuun waadaa galeera. Qubee electronics yookan dargaggoo Caalaa Kaffalaa Warra Cuubataa nuuf galateeffadha. Ilmi biyyaa kana!
Kanaan wal qabsiisee dhaamsa laman qaba.
1. Mucaan kun intala biyyaati. Kanaafuu, haala jireenya haadhashee hubannoo keessa galchuun Gannat fi haadhashee cina dhaabachuun jaalala itti haa agarsiifnu. Haa jajjabeessinu.
2. Ministerri barnootaa qabxii Gannat Margaaf beekamtii (credit) osoo hin kenniin darbuun isaa ni yaadatama. Kun hunda keenya gaddisiiseera. Haamilee barattuu, maatii, mana barumsichaa fi barattoota kamiifuu gaarii akka hin taane beekamaadha.
Beekamtii/Credit kennuun, mucaan kun kallattii addaa addaan akka 'scholar' argattuuf fayyaduu danda'a. Kana malees namni dadhabee firii argatetti gaafa beekamtii argatee badhaafamu, dhaloota isa duubaa dhufuufis haamileedha.
Kanaafuu, erga komii keenya miidiyaa hawaasummaa irratti dhiyeeffanneen booda miidiyaaleerraa kan hafe ministeerichi karaa 'facebook' isaa ifatti wanti inni dubbate hin jiru. Dogoggora uumeef ifatti ibsa barbaachisa. Ifatti 'credit' kennuu qaba jedheen amana.
Xumurarratti, namoonni mucaa kanaa fi haadhashee cinaa dhaabachuu feetan, wal isin qunnamsiifna. Ulfaadhaa! Via Kanenus

❤8🥰4😍3
🔹 Common Airlines Interview Questions (with Sample Answers)
1. Tell me about yourself.
• Answer:
“My name is [Name]. I have a background in hospitality and customer service, and I enjoy interacting with people from different cultures. I am disciplined, adaptable, and passionate about aviation. I believe I can contribute to creating a safe and positive passenger experience.”
⸻
2. Why do you want to work for our airline?
• Answer:
“I admire your airline’s reputation for excellent service and safety. Working with your team would give me the chance to use my communication and customer service skills while growing in a global and professional environment.”
⸻
3. What qualities make a good airline staff member?
• Answer:
“Professional appearance, patience, strong communication skills, cultural sensitivity, teamwork, and the ability to stay calm under pressure.”
⸻
4. How would you handle a difficult passenger?
• Answer:
“I would remain calm and polite, listen carefully to the passenger’s concern, and try to resolve the issue with empathy and professionalism. If needed, I would escalate the matter to a senior colleague while ensuring the situation doesn’t disturb other passengers.”
⸻
5. How do you handle stress in challenging situations?
• Answer:
“I stay calm, focus on the problem, and break it into smaller steps. In customer service, I believe patience and clear communication are key to solving stressful situations.”
⸻
6. How would you deal with cultural differences among passengers?
• Answer:
“I would show respect, avoid making assumptions, and communicate politely. Understanding cultural sensitivity is very important in an international airline environment.”
⸻
7. What do you know about our airline?
• Answer:
“Your airline is recognized as a leader in customer service and global connectivity. I also read about your recent achievements in [safety / awards / new routes], which reflects your commitment to excellence.”
⸻
8. Why should we hire you?
• Answer:
“I am passionate about customer service, I adapt quickly, and I bring energy and professionalism to my work. I am confident that my communication skills and positive attitude make me a good fit for your airline.”
⸻
9. Describe a time you worked in a team.
• Answer:
“During my previous job, we had to organize a large event with limited time. I collaborated with my colleagues, divided responsibilities, and communicated clearly. The event was successful, and it taught me the importance of teamwork and time management.”
⸻
10. Are you willing to work in shifts and travel frequently?
• Answer:
“Yes, I understand the nature of the airline industry requires flexibility. I am willing to work in shifts, travel, and adapt to changing schedules.”
⸻
11. What will you do if there is a medical emergency on board?
• Answer:
“I would stay calm, inform the senior crew, follow safety protocols, and assist as required. If trained in first aid, I would apply it until medical help is available.”
⸻
12. How do you ensure safety and security on board?
• Answer:
“By strictly following airline safety protocols, keeping alert at all times, and reporting anything unusual immediately to the supervisor or captain.”
⸻
13. How do you handle criticism or feedback?
• Answer:
“I see feedback as a chance to improve. I listen carefully, accept it positively, and apply the suggestions to perform better in the future.”
⸻
14. What languages do you speak?
• Answer:
“I speak [English + other languages]. I believe this will help me communicate effectively with international passengers and make them feel comfortable.”
⸻
15. Do you have any questions for us?
• Answer:
“Yes, I’d like to know more about the training program for new staff and the career growth opportunities within your airline.”

❤8👍2🥰1
Barattoota bara barnootaa 2017 Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa darban hundaaf;
Barattoonni bara barnootaa 2017 Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa darbanii fi yunivarsiitiiwwan mootummaa Ministeera Barnootaa jala jiran keessatti bu’uura baasii qoodamuun (iskoolaarshiipii) barachuuf fedhii qaban filannoo yuunivarsiitii fi muimmee isaanii karaa bakka bu’oota mana barumsaa isaanii hanga Fulbaana 14, 2018tti sirreessuu ni danda’u.
Hubachiisa:
1. Yuunivarsiitiin Siivil Sarvisii Itiyoophiyaa bara barnootaa 2018 irraa eegalee barattoota damee barnootaa adda addaatiin akka fudhatu isin beeksifna.
2. ASTU fi AASTU filannoo keessaa hin galan
Ministeera Barnootaa
@oromiastudentcenter
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤9😘3👍2😍1
#Waamicha
#Yuunivarsiitii_Debaarq
Yuunivarsiitiin Debaarq barattoota waggaa 4ffaa barnoota Eeybifamoo (regular) kan ta’an bara barnootaa 2018 (semester) tokkoffaa guyyaa galmee isaanii Fulbaana 22 fi 23/2018 A.L.I akka tahe tahe beeksisee jira.
Galmeen adabbii waliin Fulbaana 26/2018 A.L.I akka ta’u ibsameera; barnootniis Fulbaana 26/2018 A.L.I ni jalqaba jedhameera.
Suura 3 (sadii) kan baay’inni isaa 3×4 fi lakkoofsa TIN (Tax Identification Number) gatii hirmaannaa kaffaluuf akka barbaachisu ibsameera.
Barattoonni waamichi isiniif hin godhamun yeroo dhihoo keessatti beeksisa biraatiin waamichi kan isiniif taasifamu tahuu hubattanii hangasittuu obsaan akka eegdan Yuunivarsiitiin beeysisee jira.

❤9🥰3😘2
Ministeerri Barnootaa waggoota ittaananitti ramaddii barattootaa nidhaaba.
Fulbaana 30/2018 Ministeerri Barnootaa waggoota ittaananitti ramaddii barattootaa akka dhaabu Ministirri Barnootaa Pirofeesar Biraanuu Naggaa beeksisan.
Ministeerri Barnootaa yunivarsitiiwwan mootummaa waliin har’a sirna mallatteessuun gochoota ijoo bara barnootaa 2018 kan mallatteesse yoo ta'u, Ministirri Barnootaa Pirofeesar Biraanuu Naggaa kallattii hojii cimaa kaa'aniiru.
Wayita kana Pirofeesar Biraanuun akka ibsanitti; waggoota ittaananitti Ministeerri Barnootaa ramaddii barattootaa kan dhaabu yoo ta’u, barattoonni qabxii darbiinsaa galmeessan yunivarsiitiiwwaniifi damee barnootaa barbaadanitti akka iyyatan taasifama.
Barnoonni yunivarsiitii akka kanaan duraa Ministeera Barnootaatiin kan ramadamu otoo hintaane, filannoo barattootaan ta'a jedhaniiru.
Brattoonni yunivarsiitii itti baratan yeroo filatan sababaawaa ta’uun yunivarsitii kamitti damee barnootaa fooyya'aa, beekumsaafi carraa hojii gaarii argachuu danda’a jechuu filachuu akka qaban hubachiisaniiru.

❤8👍4🥰2👏1
Website keenya seenun guutummaatti ni argattu! Subscribe yommuu gootan immoo post keenya akkuma gadhiifameen isin bira gaha! Galatoomaa
https://gaggeessummaa.com/gorsa-6-kufaatiin-erga-mudatee-booda/
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍6❤2🥰2😘2
Milkaa’inni namoota adda addaatiif hiika adda addaa qaba. Kitaabileen tokko tokko garuu karaa ifa ta’e gara galma ga’iinsaatti geessu dhiyeessuun qormaata yeroo irratti moo'icha argamsiisaniiru. Kallattiileen shanan kun akkaataa itti galma, hariiroo fi guddina dhuunfaa kee itti dhiyaattu jijjiiruu danda’an kaartaa daandii adda ta’e ni kennu. Kitaabni tokkoon tokkoon isaa falaasama addaa qorannoo waggoota dheeraa fi hojiirra oolmaa addunyaa dhugaatiin deeggaramee dhiyeessa. Guutummaatti website keenyarraa dubbisaa! Subscribe gochuudhaan post keenya guyyaa guyyaadhaan argattu!
https://gaggeessummaa.com/kitaabilee-5-jireenya-keessatti
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤12🔥1🥰1😘1