Amboo fi Dodolaan bara kana injifannoon goolaban.
Qormaata kutaa 12ffaa bara kanaa qabxii olaanaa galmeessuun Dodolaafi Amboo Oromiyaa waamsisaniiru.
Bifuma kanaanis:
Mana barnootaa Ifa Boruu Dodolaa Dhiiraan qabxii 591 saayinsii Uumamaan tokkoffaa.
Mana Barbootaa Boordiingii Amboo Dhiiraan 562 Saayinsii uumamaan galmaa’eera.
⌛️ @oromiastudentcenter

Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍8❤4🥰3
Qormaati yoom gadhiifama?
Qormaati kan gadhiifamu guyya boru guyyaa haga sa’aa 6:00 tti ta’uu ministeerri barnootaa beeksiseera.
⌛️ @oromiastudentcenter
⌛️ @oromiastudentcenter
Qormaati kan gadhiifamu guyya boru guyyaa haga sa’aa 6:00 tti ta’uu ministeerri barnootaa beeksiseera.
⌛️ @oromiastudentcenter
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍9❤4😘2
#Kutaa 12
Qabxii Ol'aanaa
Sadarkaa biyya keenyaatti qabxii ol'aanaa 591 dhibbarraa kan galmeeyse barataa Khaalid Bashiir naannoo Oromiyaa mana barumsa Ifa boruu dodolaa irraa.
Goota barnootaa, Fakkeenya dhalootaa maqaa Oromiyaafi biyyaas waamsise.
➡️ Qormaati kan gadhiifamu guyyaa har'aa haga sa’aa 6:00 tti ta’uu ministeerri barnootaa beeksiseera.
⌛️ @oromiastudentcenter
⌛️ @oromiastudentcenter
Qabxii Ol'aanaa
Sadarkaa biyya keenyaatti qabxii ol'aanaa 591 dhibbarraa kan galmeeyse barataa Khaalid Bashiir naannoo Oromiyaa mana barumsa Ifa boruu dodolaa irraa.
Goota barnootaa, Fakkeenya dhalootaa maqaa Oromiyaafi biyyaas waamsise.
⌛️ @oromiastudentcenter
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
😘9❤4🥰4😍1
Darbee darbee connection rakkisaa Waan jiruuf Obsaan nu eegaa! 🙏
☑️ Barattoota maqaa fi Admission no. Sirrii ergan hundaaf ilaalee nan ergaaf!
Hanga sanatti Isinis Yaalaa!
⬇️ ⬇️ ⬇️ ⬇️ ⬇️ ⬇️
1. Marsariitii፡ https://result.eaes.et
2. Telegiraama፡ https://t.me/EAESbot
3. Ergaa gabaabaa (SMS)፡ 6284
⌛️ @oromiastudentcenter
@oromiastudentcenter
Hanga sanatti Isinis Yaalaa!
1. Marsariitii፡ https://result.eaes.et
2. Telegiraama፡ https://t.me/EAESbot
3. Ergaa gabaabaa (SMS)፡ 6284
@oromiastudentcenter
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍9🥰2😘2❤1
Ministeerri barnootaa bu’aan qormaata kutaa 12ffaa gadhiifamuu ibsee turuun ni yaadatama.
Barattoonni bu’aa yeroo ilaallattanitti rakkinni serverii jiraachuu mala sababa ta’eef obsaa fi tasgabbiin yaalaa!
Karaawwan qabatamoo ministeerri barnootaa ifoomse kan armaan gadii yommuu ta’u, jijjiiruun fayyadamaa!
Barattoota maraaf carraa gaarii hawwa.
Karaawwan Bu’aa qormaata kutaa 12ffaa ilaallatan kan armaan gadiiti
1. Marsaariitii፡ https://result.eaes.et
2. teelegiraama፡ https://t.me/EAESbot
3. Ergaa gabaabaa (SMS)፡ 6284
@oromiastudentcenter
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
😘7❤2😍2
Barattoonniifi maatiin barattootaa bu’aa qormaataa ilaaluuf dararamaa jiru.
Barattoonni Itoophiyaa kan qoraman yeroo qormaataa qofa osoo hin taane qormaata sana caalaa bu’aa isaanii ilaaluufi ramaddii biyyaa baruudha. Dhimmi kun waggaa waggaan gaafatamus surreeffamni hin argamne.
Taateen kun miira barataa waggaa hedduu carraaqeefi miira maatii barattoota giddu gala kan hin taasifannedha. Qaamni dhimmi ilaallatu daba dhaloota irratti raawwatamu akkanaa sakatta’uun dirqama saaxiluu qaba.
Bu’aa qormaata ilaallachuuf maatiifi barattoonni kan rakkachaa jiran sababa dhaabbati marsaariiticha hoogganu akkaataa mootummaan bajata ramadeen hin dalagneefidha. Mootummaan serveriif bajata barbaachisa akka ramadu beekamaadha , haa ta’uyyuu malee maallaqa rakasaan serverii dadhaba kireessuun yeroofi miira maatii akkasumas barattoota miidhuun fudhatama hin qabaatu.
Mootummaan dhaabbata kana irratti qorannoo barbaachisaa taassisuun tarkaanfii fudhachuu qaba. Yeroo mara sababa Serverii dadhabaan kireeffameef barattoonniifi maatiin barattoota dararamaa kan oolan yommuu ta’u, sirnaan dalaguu diduu serverii rakashaaf barattoonni bu’aa isaanii ilaallachuuf qormaata sana caalaa cannaqamu.
Qaamni gochaa malaammaltummaa akkanaa raawwatu qoratamuun sirreeffamni barbaachisaan taassifamuu qaba.
Itoophiyaan addunyaa waliin adeemuuf malammaltummaan gama maraan adeemsifamu dhaabbachuu qaba. Serverii dadhabaa kireessuun sababa bajati mootummaan ramade hanqateef ta’uufi rakkoo malaammaltummaa dhaabbata tajaajila kana kennaa jiruu ta’uun qoratamuu qaba.
Gamanumaan barattootaafi maatii barattootaaf bu’aa gaarii kan hawwinu yommuu ta’u, odeeffannoowwan jiran hordofuun kan isiniin geenyu ni ta’a.
Karaawwan Bu’aa qormaata kutaa 12ffaa ilaallatan kan armaan gadiiti
⬇️ ⬇️ ⬇️ ⬇️ ⬇️

😍11❤3😘3🥰1
Connection deebi'ee Jira.
Firii Qormaata kutaa 12ffaa - Namoonni hin ilaallatin jirtanii fi Connection isin rakkise qofti:
Qubee Sirrii Maqaa jalqabaa fi Admission No. bot armaan gadiitiin nuuf erguu dandeessu!🙏
👍 👍 👍 👍 👍 👍 👍
⬇️ ⬇️ ⬇️ ⬇️ ⬇️ ⬇️
👍 Yommuu ergitan maqaan keessan jalqabaa qubee sirriin fi Admission No. keessan sirrii ta'uu mirkaneessaa! 👇 👇
✍️ @getpostbot
@getpostbot
Firii Qormaata kutaa 12ffaa - Namoonni hin ilaallatin jirtanii fi Connection isin rakkise qofti:
Qubee Sirrii Maqaa jalqabaa fi Admission No. bot armaan gadiitiin nuuf erguu dandeessu!
@getpostbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤10😍3🥰1
Manni barumsaa Ifa Boruu Dodolaa qormaata marsaa jalqabaaf kenneen barattoota guutuutti dabarsuu irra darbee akka biyyaatti qabxii Olaanaa bara kaaa galmeessee danda’eera.
Qabxiin barattoota keenyaa suuraan armaan olitti kaawwameera.
Maatii, Barsiisotaafi ummata maraan baga gammaddan jenneerra!
Karaawwan Bu’aa qormaata kutaa 12ffaa ilaallatan kan armaan gadiiti
⬇️ ⬇️ ⬇️ ⬇️ ⬇️ ⬇️
1. Marsaariitii፡ https://result.eaes.et
2. teelegiraama፡ https://t.me/EAESbot
3. Ergaa gabaabaa (SMS)፡ 6284
⌛️ @oromiastudentcenter
@oromiastudentcenter
Qabxiin barattoota keenyaa suuraan armaan olitti kaawwameera.
Maatii, Barsiisotaafi ummata maraan baga gammaddan jenneerra!
Karaawwan Bu’aa qormaata kutaa 12ffaa ilaallatan kan armaan gadiiti
1. Marsaariitii፡ https://result.eaes.et
2. teelegiraama፡ https://t.me/EAESbot
3. Ergaa gabaabaa (SMS)፡ 6284
@oromiastudentcenter
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤6🥰2👍1
Qabxii Ol'aanaa
Sadarkaa biyya teenyaatti qabxii ol'aanaa gosa barnootaa Saayinsii Hawaasaan eenyutu galmeesse?
Mana barumsa Boordiingii Ambootti kan barate barataa Caalaa Garramaa Ejjetaa qormaata seensa dhaabbilee barnootaa olaanoo bara 2017 saayinsii hawaasaa irraa qabxii akka biyyaatti olaanaa 562/600 galmeesseera.
Goota barnootaa, Fakkeenya dhalootaa maqaa Oromiyaafi biyyaas waamsise.
Karaawwan Bu’aa qormaata kutaa 12ffaa ilaallatan kan armaan gadiiti
⬇️ ⬇️ ⬇️ ⬇️ ⬇️
1. Marsaariitii፡ https://result.eaes.et
2. Teelegiraama፡ https://t.me/EAESbot

👍7❤6🥰1
Dubaraan Qabxii olaanaa kan galmeesse eenyu?
Bara kana dubaraan qabxii olaanaan kan galmaa’ee Mana barumsaa Ifa Boruu Dodolaa irraa Barattuu Gennet Margaa Gishuun 579 fiduun yommuu ta’u ministeerri Barnootaa maqaa ishee waamuu baatuyyuu seenaa dalagdeetti.
⌛️ @oromiastudentcenter
@oromiastudentcenter
Bara kana dubaraan qabxii olaanaan kan galmaa’ee Mana barumsaa Ifa Boruu Dodolaa irraa Barattuu Gennet Margaa Gishuun 579 fiduun yommuu ta’u ministeerri Barnootaa maqaa ishee waamuu baatuyyuu seenaa dalagdeetti.
@oromiastudentcenter
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤14👍6👏5🥰2
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍7😍3🥰2💯1
Ijoollen keenya carraa kanattis fayyyadamuu yaalaa
Tolaa Bariisoo Gadaa 💠
https://docs.google.com/forms/d/e/1FAIpQLSfnbljy9j-I6MtYAfGmnEv9ihBcOT_imbSTsJVAQ2dtTgtv4Q/viewform?usp=send_form

👍5🥰2😘2
Student Registration Form: Study in the U.S.A. College Fair September 2025 | EducationUSA Ethiopia
EducationUSA is a U.S. Department of State network of over 430 international student advising centers in more than 175 countries and territories. The network promotes U.S. higher education to students around the world by offering accurate, comprehensive, and current information about the full range of opportunities to study at accredited postsecondary institutions in the United States.
EducationUSA is sponsored by the U.S. Department of State with funding provided by the U.S. Government. EducationUSA is your official source on U.S. higher education.
EducationUSA is not a scholarship provider, but invites accredited U.S. postsecondary institutions to share the academic and financial aid opportunities they offer to students on their campuses.
Join us on Saturday, September 20th, 2025 to meet with admissions representatives from universities and colleges in the U.S.A. This event is free for students and open to all potential undergraduate and graduate students from Ethiopia.
TIME
Ethiopian Time (EAT)
9:00 am - 3:00 pm
Venue: International Community School (ICS): Mauritania St., Karl Square, Addis Ababa.
Please complete the following registration form to confirm your attendance. Contact the EducationUSA Ethiopia Team <addisababa@educationusa.org> if you have questions about this fair.

❤7🥰3👍2
Jaallatamoo barattootaa,
Baay'een keessan bu'aa qormaata keessani erga agartanii booda akka artaniifi naatan naan beeka. Akkasitti isinitti dhaga’amuun waanuma jiruudha. Qormaata tokkotti milka'uu dhabuun egeree keessan hin ibsu—kunis tarkaanfii tokko malee daandii du’aa miti.
Qormaanni tokko dandeettii kee guutuu isaa hin ibsuu yaadadhu. Namoonni addunyaa kanarra milkaa’an hedduun milka'uu isaaniin dura kufaatii hedduun isaan mudateera. Wanti barbaachisaafi beekuu qabdan kufaatii osoo hintaane, akkamitti isa booda akka kaataniidha.
Kana yeroo fudhadhuu xiinxalitii hubadhu. Akkas jedhii of gaafadhu: yeroo itti aanutti wantoota akkamiin fooyyeffachuu dandaʼa? Yeroo itti aanutti akkamittan haala addaan qophaaʼuu dandaʼa? Rakkoolee bara kana isin mudatan hubachuun milkaaʼina keessan fulduraaf tarkaanfii isa jalqabaati.
Akkasumas, daandiin milkaa'ina ilma namaa yunivarsiitiin qofa akka hin taane beekaa. Karaaleefi filannoo hedduun jiru. Isaan keessaa murasni: leenjii ogummaa, kolleejjii teeknikaa, koorsii onlaayinii fi sagantaalee ogummaa irratti hundaa’anfadha. Dandeettiifi ogummaa qarshii argamsiisaan kanneen akka: IT, qonnaa, makaaniksii, Surveeyingii, Ijarsaa, aartii, hojii herregaa, komputeeraa, Afaan Hiikuu, Tuurizimii, garaphiksii, saxaxaa, 3D, ykn daldalaa barachuun hojii hiika qabuufi carraa abbbaa qabeenyaa ta'uu illee fiduu danda’u.
Ammas abjuun keessan yunivarsiitii seenuun digiirii barachuu yoo ta'e kun isa xumura miti. Qormaata itti aanuuf xiyyeeffannoofi kutannoon qophaa'aa. Karoora qo’annoo uumaa, garee qo’annootti makamaa akkasumas gaaffilee qormaata darbanii shaakalaa. Barattoonni hedduun qophii naamusa qabuun yaalii isaanii isa lammaffaan dabanii iddoo guddaa ga'an.
Itti fufuun, barnoota bira darbuun of irratti invasti godhaa. Dandeettii lallaafaa, geggeessummaa, walqunnamtii, fi dandeettii rakkoo furuu horadhaa. Hojii Tola ooltummaa, kilaboota keessatti hirmaadhaa yookiin pirojektoota xixiqqoo jalqabaa. Muuxannoowwan kun nama cimaa, dandamataafi ofitti amanamummaa qabu akka taatuuf sigargaaru.
Hunda caalaa yaada gaarii qabaadhaa; cichaafi dandamataa ta'aa. Jireenyi warra kufanii, dafanii ka'anii dafani baranii walitti fufinsaan badhaasti. Hiriyyootaafi maatii si deggeran waliin of marsi, galma qabatamaa taʼe baafadhu, gonkumaa abdii hin kutatin. Carraan scholarship, leenjiifi guddina hojii jiran barbaadaati tarkaanfii fudhadhaa. Waaqayyooniis kadhadhaa!
Fuuldurri kee amma iyyuu ifa akka taʼe yaadadhu. Bu'aan qormaataa kun seenaa kee keessaa boqonnaa isa tokkoofaati malee kitaaba guutuu miti. Irraa baradhaa guddadhaa, gara fuulduraatti tarkaanfachuu itti fufaa. Addunyaan kennaa, ogummaa, dandeettiifi kutannoo kee eegaa jirti.
Dhumaatti, Amala badaa- suusii, Qumaraa, Beetingiifi shiishaa kan kana fakkaatan irraa ofeegaa.
Abdiifi jajjabinaan, .
Dr. #Qannoo_Taliilaa

❤10🥰3😍2😘1