InterLink Alpha
1.55K subscribers
329 photos
29 videos
7 files
310 links
➥Your Face. Your Identity. Your World. Stay

👉You Get All In Once

$ITL, $ITLG Holder

Telegram Group

https://t.me/dare_Interlinklabs

Twitter Page

https://x.com/dare_tube

CEO: @daretube
Download Telegram
#kutaa_12ffaa

Barattoonni saayinsii uumamaa 11.4% bara kana darbaniiru saayinsiin hawaasaa kan darban 5.3% , Akka biyyaatti 8.4% 50% ol fiduun darbaniiru.

Wail gala barattoonni 48,929 darbaniiru.
🥰62👍1😘1
#Kutaa_12ffaa

Naannoon Oromiyaa bara kana fooyyaa'insa guddaa agarsiise jira jedhan ministeerri barnootaa Prof Birhaanuu Naggaa.

Naannoon Oromiyaa barattoota 14600 ol dabarsuun kan bara darbee 4000 oliin akka caaluus ibse.
6😍2🥰1😘1
#kutaa_12ffaa

Qabxii olaanaan bara kanaa

saayinsii uumamaa

591/600 Dodolaa Ifa Boruu irraa

579/600 finfinnee Bisraata Gabriel
8🥰3😍2
#kutaa_12ffaa

Qabxii olaanaan bara kanaa

saayinsii uumamaa

Dhiira 591/600 Dodolaa Ifa Boruu irraa

Dubara 579/600 finfinnee Bisraata Gabriel

Saayinsii Hawaasaa

Dhiiraa 562 Ambo Bording irraa
Shamara 548 Seent Jooseef irraa
👍81🥰1
#kutaa_12ffaa

Bara kana manni barnootaa 1,249 barataa tokkollee dabarsuu hin dandeenye.
9😍3😘2
Ministeera barnootaa

Ministeerri Barnootaa akka beeksiseetti, barattoonni bara 2017 A.L.I. Caamsaa keessa Qormaata Kutaa 12ffaa fudhatan keeysaa 48,929 yookaan 16.6% bu’aa darbiinsaa argachuu isaanii ibseera.

Dhiira: 30,451 (9.9%)
Dubartii: 18,478 (6.7%)
👍9😍3👏2
Amboo fi Dodolaan bara kana injifannoon goolaban.

Qormaata kutaa 12ffaa bara kanaa qabxii olaanaa galmeessuun Dodolaafi Amboo Oromiyaa waamsisaniiru.

Bifuma kanaanis:

Mana barnootaa Ifa Boruu Dodolaa Dhiiraan qabxii 591 saayinsii Uumamaan tokkoffaa.

Mana Barbootaa Boordiingii Amboo Dhiiraan 562 Saayinsii uumamaan galmaa’eera.

⌛️ @oromiastudentcenter
⌛️ @oromiastudentcenter
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍84🥰3
Qormaati yoom gadhiifama?

Qormaati kan gadhiifamu guyya boru guyyaa haga sa’aa 6:00 tti ta’uu ministeerri barnootaa beeksiseera.

⌛️ @oromiastudentcenter
⌛️ @oromiastudentcenter
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍94😘2
#Kutaa 12

Qabxii Ol'aanaa

Sadarkaa biyya keenyaatti qabxii ol'aanaa 591 dhibbarraa kan galmeeyse barataa Khaalid Bashiir naannoo Oromiyaa mana barumsa Ifa boruu dodolaa irraa.

Goota barnootaa, Fakkeenya dhalootaa maqaa Oromiyaafi biyyaas waamsise.

➡️Qormaati kan gadhiifamu guyyaa har'aa haga sa’aa 6:00 tti ta’uu ministeerri barnootaa beeksiseera.

⌛️ @oromiastudentcenter
⌛️ @oromiastudentcenter
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
😘94🥰4😍1
Darbee darbee connection rakkisaa Waan jiruuf Obsaan nu eegaa! 🙏

☑️ Barattoota maqaa fi Admission no. Sirrii ergan hundaaf ilaalee nan ergaaf!

Hanga sanatti Isinis Yaalaa!
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
1. Marsariitii፡ https://result.eaes.et
2. Telegiraama፡ https://t.me/EAESbot
3. Ergaa gabaabaa (SMS)፡ 6284

⌛️ @oromiastudentcenter
      @oromiastudentcenter
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍9🥰2😘21
👍👍👍👍👍👍👍

Ministeerri barnootaa bu’aan qormaata kutaa 12ffaa gadhiifamuu ibsee turuun ni yaadatama.

Barattoonni bu’aa yeroo ilaallattanitti rakkinni serverii jiraachuu mala sababa ta’eef obsaa fi tasgabbiin yaalaa!

Karaawwan qabatamoo ministeerri barnootaa ifoomse kan armaan gadii yommuu ta’u, jijjiiruun fayyadamaa!

Barattoota maraaf carraa gaarii hawwa.

Karaawwan Bu’aa qormaata kutaa 12ffaa ilaallatan kan armaan gadiiti
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
1. Marsaariitii፡ https://result.eaes.et
2. teelegiraama፡ https://t.me/EAESbot
3.  Ergaa gabaabaa (SMS)፡  6284

⌛️ @oromiastudentcenter
      @oromiastudentcenter
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
😘72😍2
Barattoonniifi maatiin barattootaa bu’aa qormaataa ilaaluuf dararamaa jiru.

Barattoonni Itoophiyaa kan qoraman yeroo qormaataa qofa osoo hin taane qormaata sana caalaa bu’aa isaanii ilaaluufi ramaddii biyyaa baruudha. Dhimmi kun waggaa waggaan gaafatamus surreeffamni hin argamne.

Taateen kun miira barataa waggaa hedduu carraaqeefi miira maatii barattoota giddu gala kan hin taasifannedha. Qaamni dhimmi ilaallatu daba dhaloota irratti raawwatamu akkanaa sakatta’uun dirqama saaxiluu qaba.

Bu’aa qormaata ilaallachuuf maatiifi barattoonni kan rakkachaa jiran sababa dhaabbati marsaariiticha hoogganu akkaataa mootummaan bajata ramadeen hin dalagneefidha. Mootummaan serveriif bajata barbaachisa akka ramadu beekamaadha , haa ta’uyyuu malee maallaqa rakasaan serverii dadhaba kireessuun yeroofi miira maatii akkasumas barattoota miidhuun fudhatama hin qabaatu.

Mootummaan dhaabbata kana irratti qorannoo barbaachisaa taassisuun tarkaanfii fudhachuu qaba. Yeroo mara sababa Serverii dadhabaan kireeffameef barattoonniifi maatiin barattoota dararamaa kan oolan yommuu ta’u, sirnaan dalaguu diduu serverii rakashaaf barattoonni bu’aa isaanii ilaallachuuf qormaata sana caalaa cannaqamu.

Qaamni gochaa malaammaltummaa akkanaa raawwatu qoratamuun sirreeffamni barbaachisaan taassifamuu qaba.

Itoophiyaan addunyaa waliin adeemuuf malammaltummaan gama maraan adeemsifamu dhaabbachuu qaba. Serverii dadhabaa kireessuun sababa bajati mootummaan ramade hanqateef ta’uufi rakkoo malaammaltummaa dhaabbata tajaajila kana kennaa jiruu ta’uun qoratamuu qaba.

Gamanumaan barattootaafi maatii barattootaaf bu’aa gaarii kan hawwinu yommuu ta’u, odeeffannoowwan jiran hordofuun kan isiniin geenyu ni ta’a.

Karaawwan Bu’aa qormaata kutaa 12ffaa ilaallatan kan armaan gadiiti
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
1. Marsaariitii፡ https://result.eaes.et
2. teelegiraama፡ https://t.me/EAESbot
3. Ergaa gabaabaa (SMS)፡ 6284

⌛️ @oromiastudentcenter
      @oromiastudentcenter
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
😍113😘3🥰1
Connection deebi'ee Jira.

Firii Qormaata kutaa 12ffaa - Namoonni hin ilaallatin jirtanii fi Connection isin rakkise qofti:


Qubee Sirrii Maqaa jalqabaa fi Admission No. bot armaan gadiitiin nuuf erguu dandeessu!🙏

👍👍👍👍👍👍👍

   ⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️

👍Yommuu ergitan maqaan keessan jalqabaa qubee sirriin fi Admission No. keessan sirrii ta'uu mirkaneessaa! 👇👇

✍️ @getpostbot
       @getpostbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
10😍3🥰1
Manni barumsaa Ifa Boruu Dodolaa qormaata marsaa jalqabaaf kenneen barattoota guutuutti dabarsuu irra darbee akka biyyaatti qabxii Olaanaa bara kaaa galmeessee danda’eera.

Qabxiin barattoota keenyaa suuraan armaan olitti kaawwameera.

Maatii, Barsiisotaafi ummata maraan baga gammaddan jenneerra!

Karaawwan Bu’aa qormaata kutaa 12ffaa ilaallatan kan armaan gadiiti
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
1. Marsaariitii፡ https://result.eaes.et
2. teelegiraama፡ https://t.me/EAESbot
3. Ergaa gabaabaa (SMS)፡ 6284

⌛️ @oromiastudentcenter
      @oromiastudentcenter
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
6🥰2👍1
Qabxii Ol'aanaa

Sadarkaa biyya teenyaatti qabxii ol'aanaa gosa barnootaa Saayinsii Hawaasaan eenyutu galmeesse?

Mana barumsa Boordiingii Ambootti kan barate barataa Caalaa Garramaa Ejjetaa qormaata seensa dhaabbilee barnootaa olaanoo bara 2017 saayinsii hawaasaa irraa qabxii akka biyyaatti olaanaa 562/600 galmeesseera.

Goota barnootaa, Fakkeenya dhalootaa maqaa Oromiyaafi biyyaas waamsise.

Karaawwan Bu’aa qormaata kutaa 12ffaa ilaallatan kan armaan gadiiti
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
1. Marsaariitii፡ https://result.eaes.et
2. Teelegiraama፡ https://t.me/EAESbot
3. Ergaa gabaabaa (SMS)፡ 6284

⌛️ @oromiastudentcenter
      @oromiastudentcenter
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍76🥰1
Dubaraan Qabxii olaanaa kan galmeesse eenyu?

Bara kana dubaraan qabxii olaanaan kan galmaa’ee Mana barumsaa Ifa Boruu Dodolaa irraa Barattuu Gennet Margaa Gishuun 579 fiduun yommuu ta’u ministeerri Barnootaa maqaa ishee waamuu baatuyyuu seenaa dalagdeetti.

⌛️ @oromiastudentcenter
      @oromiastudentcenter
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
14👍6👏5🥰2