Forwarded from MAHER AHMEDβ Official
#Galatoma_NUUN_Studioπ
maatii #HALAL_CONCERTπ
Shekh kheenya khabaajama fi jalaatamaβ€οΈ
SHEKH ABDUREZAQπππ

Dargaggoo akkanaa Nuuf haa Baay'isu !!
Dargaggeeysi Bareedaan khun #RI'AZ_SHAAFII (ykn) #ABDUL_AZIZ_SHAAFII jedhama Nama amantii isaatiif Quuqama Addaa qabuudha akkanaa jedhe
Namnii Gariin islaamummaa tana hulaa itti cufe akka waan masjiida qofaa keessatti gaggeeffamtu Fakkessaa !!
πΈSuuraan #HALAL_CONCERT irraa

β€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈ

#Innaa_lillaahi_wa_innaa_illeeyhi_raajiuunπ’π’ππ
#Duutiπulamaa'ii barana walumatti dhaabbatte itti aanaan #imaama_Masjiida_Anwaar #shekh_husseen guyyaa har'aa balaa #konkolaataatiinπlubbuun isaanii dabarte
#Rabbii_rahmata isaaniif haa godhu #subhaannallaah baayyee natti ulfaate #masjiid_Anwar nama tokichaa ummaanni keessaahuu Dargaggooni jalaatu dhabneπππ
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ

#SEENAA_QAARUUN
πππππππ
#KUTAA_4FFAA.....
π§¨πΉπ§¨πΉπ§¨πΉπ§¨πΉπ§¨
Inshaa allaah bakkan itti dhaabe irraa
Ψ§Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Μ Μ Ψ³Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ψ§Ω Μ Μ ΨΉΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΩΩ ΩΨ±Μ Μ ΨΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Μ Μ Ω Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ψ© Ψ§Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ω Μ Μ ΨͺΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Μ Μ ΨΉΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ψ§Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ω ΩΜ Μ Ψ¨Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ψ±ΩΨ§Μ Μ ΨͺΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ω
πΉBoodaa eega mucattiin sun qaaruuniin soba isaa ifa baaftee booda...
πΉNabi muusaan nageenyi Rabbi isaan irra haa jiraatuu gammachuudhaan sujuuda rabbiif bu'an
ΩΨ―Μ Μ ΨΉΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ψ§ Ψ§Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ω Μ Μ ΨΉΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ω Μ Μ Ω Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ω Μ Μ ΨΈΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Μ Μ Ω Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ω
πΉ nabi muusaan eega ragaan qulqqulluun Rabbiin irraa isaaniif dhufee booda. miidhaa kan qaaruun isaan jecha hamaan isaan miidhee irratti Rabbiin kadhatan.....yaa Rabbi jedhanii qalbii cabduun rabbiin kadhatan
πΉRabbiin guddate gara muusaatti wahayyii ykn beeksisa godhe... yaa muusaa miidhamuu kee argee jira. akka uummanni kee jecha hamaa ykn cubbuu guddaa sirra kaa'anis beekee jira. ani ammoo sakkaba isaan sirraa kaayaan irraa si qulqqulleesseen jira ..
πΉyaa muusaa dachii waan feetetti ajejadhu dachiin kun ajaja kee siif dhageessii jedheen Rabbiin.
πΉ Ergasi nabi muusaadhaaf birmmachuun rabbiin biraa dhufteef.
πΉErgasi nabi muusaan akka qaaruunii fi jela deemttota isaa dachiin ykn laftti ittiin citu. akka uummanni jallaan kun qawumii isaa keessatti umrii hin dheeranne rabbiin kadhatan
πErgasii rabbiin kadhaa nabi muusaa yeroma sanatti dhaga'eef
πΉOsoo oolchee hin bulchin .. qaaruun wal ga'ii guyyaa sanaa nagaadhaan gara mana ofiitti galus; bor ammoo maaltu isa muudachuuf deema ? Walumaan haa laallu
πΉguyyaa wal-ga'ii sanatti aanu (Borumta) qaaruun akkuma aadaa isaa sanatti uummata isaatti huccuu boonaa huffatee mataa isaa filatee (tottolfate)
πΉkaadimtoota ykn boodii gaarddota isaa lakkoofssaan gara kumaatti dhihaatan waliin
πΉhuccuuwwan isaanii haalaan babbareechifatanii warqee fi hariira callaan bareedanii....uummata gaabbisiisanii nabi muusaa jelaa deebisuuf
πgaangee isaanii fi fardoolee isaanii yaabbatanii qaaruuniin waliin ka'an
πΉqaaruun ammoo dura isaanii gaangee faayaan guutamte Yaabbatee isaan dura deema jarri ammoo..Dudduubaa qaaruun babbareedanii deemu
πΉinumaa qaaruun huccuu bareedaa gubbaan darbbatatee gateettii ykn ceekuu isaarra buufatee boonaa dhedheerataa deema...
πΉnamoonni moggaa qaaruun jiran qaaruuniin ilaalaanii...
πgariin namootaa akkas jedhu warreen qabeenya isaatiin dagaman aboo qaaruunii kanaaf jiruun numa taatee ahii qaarunii fi waan gaariitu jira
πAbbaa qabeenyaati jireenya rabbiin isumaaf laaffise abbaa qooda guddaati qaaruun saahiba qooda guddaati jedhanii qabeenya qaaruun kanaaf quba nyaatu jarreen akkas jedhan kun warreen hiyyeeyyii waa takka hin qabneedha qaaruun kaayyoon isaa silumayyuu uummata qalbii cabssuu waan taheef
πΉErgasii uummanni gaggaariin akkas jedhanii gorsan yaa ilmaan namaa qabeenya qaaruun kanaan hin dagaminaa faaya ykn baldhina jireenya duuniyaa kanaaf quba hin nyaatinaa.Rabbiin abbaa fedhetti ballisee abbaa fedhetti dhiphisaa rabbiin rahamata siniif haa godhuu kennaa rabbiin namaaf kennutu caala waan ta'eef qabeenya qaaruun kanaan hin dagamina jedhaniin.....
ππππππππ
Ergasii qaaruun kanatti maalttu arggame????
#Kutaa_5ffaa ykn Kutaa xumuraa kana Keessaa waa hedduttuu jiraa
nu Faanaa bu'aa...
π§¨ππ§¨ππ§¨ππ§¨ππ§¨
MAHER ZAIN β Official
Nashiidaa daΨΉwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana π΄join π΄ godhaa jzk kheyran
@Maherzain123
https://t.me/Maherzain123

Telegram
MAHER AHMEDβ Official
Nashiidaa daΨΉwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kanaπ΄joinπ΄ godhaa jzk kheyran
@Maherzain123
https://youtube.com/@maherahmedo?si=3DHEnmyT9SBpcCPd
@Maherzain123
https://youtube.com/@maherahmedo?si=3DHEnmyT9SBpcCPd
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official
ππEdaa shamarranπ§gaafa jiran dhiisii gaafa du'anuuπ’ irratti fuudhamuu hin jaallatan....π‘
πππππππππππ
πYoo jaallatan abbaa manaa ofii akkasitti tahuu qaba πππππ
πQissaa kana dubbisee hedduu isaa na ajaaibssiiseπ³πsinillee kottaa irraas baradhaa xiqqoos seeqqadhaa π
πshamarreeπ§takkattu turee..Hedduu abbaaπ³ββmanaa ishee jaallattiβ€οΈwaanuma taatuuf dhabddee teessee mala baasuttiπ€seentte gaaf tokko abbaaπ³ββmanaa ishee waliin osoo teessuu akkas jetteen
Imimmaanπija ishee lamaanirraa lolaasaa....
Yaa abbaaπ³ββmanaa koo jaallatamaaβ€οΈyoo ani du'eπ’ hagam tokka teessa osoo warraπ§lammataa narrattin fuudhin jetteen
πAbbaanπ³ββmanaas jecha ishee akkas jechuun deebiseef haga hawwaalli kee biyyeen isaa goggogutti warraπ³ββlammaffaa hin fuudhu jedheen sirratti
πHaatiπ§manaa isaa jecha kanatti gammaddeeπkanarratti waadaa naaf seenttaa ? Jetteen
πAbbaanπ³ββmanaa seequuπ bareedaa tokko seeqeetuπeee habiibttiiππkanarratti akka gaariittin waadaa siif seena jedheen
πErgasii jarri kanarratti waadaa waliif seenanii osoo baatii lama hin guutin qadarri rabbii isheetti dhuftee duute.π
ππππππππππ
πAbbaanπ³ββmanaa ishees waadaa Sana bakkaan gahuuf jedhee guyyaa hunddayyuu qabriin ishee moofa'uuf moofa'uu dhabuu isaa dhaqee dhaqeetu laala guyyaa hunddayyuu osoo deemee deemee laaluu waggaa tokko guutuu jaarttiπ§malee taa'ee
β£β£β£β£β£β£β£β£β£β£β£
πGuyyaa inni dhaqee laaluu hundaa qabriin isii haarawa..
πMaal raajummaan na qabatte kun jedhee guyyaa tokko akka tasaa galggala irra qabrii ishee ammas laaluuf deeme
πβ£πβ£πβ£πβ£πβ£π
πjaarssiπ³ββkun obboleessaπ±ββ jaartiiπ§isaa qabrii jaarttiiπ§ isaa biratti argeeπ
ππMaal asii gootaa jedhee gaafate
Obboleessiπ±ββjaarttiiπ§isaas akkas jechuun deebiseef dhaamssa obboleettiiπ§tiyyaa bakkaan gahaafii jiraa jedheen.
akkas jettee natti himatte qabrii koo guyyaa lama lamaan naaf jiisi naaf haaromssi naan jettee jedheen
πππππππππππ
Abbaan manaa ajaaibamee edaa qabriin goguu hin dinne obboleessatuπ±ββbiyyee itti guuraa oole jedhe ππ€£π€£
(β£β£β£β£β£β£β£β£β£β£
Hamttuun shamarraniiπ§osoo jiranus ta'ee du'aattis kayidiin isaanii guddaadha irratti fuudhamuu hin jaallataniiπ₯Ίπ‘ masaanuu jibbu...π‘Yaa Rabbii..
Ijollee isinillee akka irrattii hin fuunekaa yoo isiin akkanatti isin jaalatte...πππππ

Abbaa ulamaa'i #sheekh_Adam_Tuulaa Umrii isaanii #RABBIIN nuuf haa dheereessu.π€²π€²π€²
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official via @like
#HAALLI_GAARIINπ#AMALA_AMBIYOOTA_RABBII_TAHUU_BEEKHII_HAALA_GAARIIN_JIRAADHUU.ππ₯°πΉβοΈ
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official via @like
Anaaf somante, anaf salaate, sirraa jaaladhe, dilii teetis siif Araarame!β Rabbii siin haa ja'u π€²
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official
Yaa Oromoo tiyya nama jiruufi jireenya kee kessaatti akka qoree qumuxxoti sii waranuu hunda Rabbii sirraa haa qabuu.π€²π€²π€²π€²π€²π€²π€²π€²π€²π€²π€²π€²π€²π€²π€²
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official via @like
πERGAA SHEEYXAANNIπΉπΏ HIDHAMEE NAMNI HUNDI JAALALAANππ₯°NARRAA MARAATEππππ
maliifi sa hhhhπ€£ππππ€ͺ
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official via @like
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Ye sew sew gaceπ΄ββππππππ€ͺ
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official
α°α α ααα’! ο·Ί ππ α°α α ααα’! ο·Ί ππ α°α α ααα’! ο·Ί ππ α°α α ααα’! ο·Ί ππ α°α α ααα’! ο·Ί ππ α°α α ααα’! ο·Ί ππ α°α α ααα’! ο·Ί ππ α°α α ααα’! ο·Ί ππ α°α α ααα’! ο·Ί ππα°α α ααα’! ο·Ί ππα°α α ααα’! ο·Ί ππα°α α ααα’! ο·Ί ππα°α α ααα’! ο·Ί ππ α°α α ααα’! ο·Ί ππα°α α ααα’! ο·Ί ππ α°α α ααα’! ο·Ί ππ α°α α ααα’! ο·Ί ππα°α α ααα’! ο·Ί ππα°α α ααα’! ο·Ί ππα°α α ααα’! ο·Ί ππα°α α ααα’! ο·Ί ππα°α α ααα’! ο·Ί ππα°α α ααα’! ο·Ί ππα°α α ααα’! ο·Ί ππα°α α ααα’! ο·Ί ππα°α α ααα’! ο·Ί ππα°α α ααα’! ο·Ί ππα°α α ααα’! ο·Ί ππα°α α ααα’! ο·Ί ππα°α α ααα’! ο·Ί ππα°α α ααα’! ο·Ί ππα°α α ααα’! ο·Ί ππα°α α ααα’! ο·Ί ππα°α α ααα’! ο·Ί ππα°α α ααα’! ο·Ί ππα°α α ααα’! ο·Ί ππα°α α ααα’! ο·Ί ππ
πβ€οΈπβ€οΈπβ€οΈπβ€οΈπβ€οΈ
ααΌα α»αα α₯αα΅α΅αααα α α±αα£α ααα¨α«α£α ααα«α α ααα½ α α΅αα«αα°α α₯αα΅α΅αα‘ αα΅α¨α αα»α αα απα£αα ααα αα α ααα’οΈ
.
#α αα£αα°αααααα£#α₯ααααα£#α₯ααααα£#αα³ α₯αα αα’
π€α₯α₯αα³α α°α α αα‘π
ππππππππ
π¦π¦π¦π¦Join usπ¦π¦π¦π¦
https://telegram.me/Maherzain123

MAHER ZAINβ Official
Nashiidaa daΨΉwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kanaπ΄joinπ΄ godhaa jzk kheyran
@Maherzain123
https://youtube.com/@maherahmedo?si=3DHEnmyT9SBpcCPd
@Maherzain123
https://youtube.com/@maherahmedo?si=3DHEnmyT9SBpcCPd
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official via @like
YAA RABBII SIMALEE BILAASHπ
β€
β€
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official
Ee ifin bekaa akka #diliinπ’tiyyaa hedduu garuu immo #Diliiπ’tiyyarra RahmataaβοΈkeetitu bal'aadha yaa Ghafuurβ€οΈ
Naman icitti keessa ko itti himuu hin qabuu Yaa RabbiiiβοΈsi malee sitti himuu badhulle ati na keessaattii gartaβ€οΈβ€οΈ
#Niiyyaa tenyaa hundaa isituu
nuuf guutii atii yaa mowlanaβ€οΈ
π€²π€²π€²π€²π€²π€²π€²π€²π€²π€²π€²π€²π€²π€²