Muaz Mohamed Official Tg
273 subscribers
232 photos
56 videos
2 files
196 links
Videolee Barsiisaa,Booharsaa akkasuma da3waalee gara garaa argachuuf argachuuf Channel keenya 🌻join🌻 godhaa !
Download Telegram
#Galatoma_NUUN_Studio😊

maatii #HALAL_CONCERT😊

MAHER AHMED😍
#Galatoma_NUUN_Studio😊

maatii #HALAL_CONCERT😊

FAHMI MUUSSAA😍
#Galatoma_NUUN_Studio😊

maatii #HALAL_CONCERT😊

ABDUSELAM MOHAMM3D😍
#Galatoma_NUUN_Studio😊

maatii #HALAL_CONCERT😊

ANAS MOHAMMED😍
#Galatoma_NUUN_Studio😊

maatii #HALAL_CONCERT😊

SALAH MOHAMMED😍
#Galatoma_NUUN_Studio😊

maatii #HALAL_CONCERT😊
😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
#Galatoma_NUUN_Studio😊

maatii #HALAL_CONCERT😊

😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
#Galatoma_NUUN_Studio😊

maatii #HALAL_CONCERT😊

😘😍😘😍😘😍😘😍😘😍😘
#Galatoma_NUUN_Studio😊

maatii #HALAL_CONCERT😊

AHMED ADAM 😍
#Galatoma_NUUN_Studio😊

maatii #HALAL_CONCERT😊

FOWZAN ABDALLAH😍
#Galatoma_NUUN_Studio😊

maatii #HALAL_CONCERT😊

Shekh kheenya khabaajama fi jalaatama❀️

SHEKH ABDUREZAQ😍😍😍
Dargaggoo akkanaa Nuuf haa Baay'isu !!

Dargaggeeysi Bareedaan khun #RI'AZ_SHAAFII (ykn) #ABDUL_AZIZ_SHAAFII jedhama Nama amantii isaatiif Quuqama Addaa qabuudha akkanaa jedhe

Namnii Gariin islaamummaa tana hulaa itti cufe akka waan masjiida qofaa keessatti gaggeeffamtu Fakkessaa !!

πŸ“ΈSuuraan #HALAL_CONCERT irraa


#Galatoma_NUUN_Studio😊

maatii #HALAL_CONCERT😊
#Galatoma_NUUN_Studio😊

maatii #HALAL_CONCERT😊

😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
#Galatoma_NUUN_Studio😊

maatii #HALAL_CONCERT😊

EYMAN MOHAMMED😍
#Galatoma_NUUN_Studio😊

maatii #HALAL_CONCERT😊

FAHMI MUUSSAA😍
#Galatoma_NUUN_Studio😊

maatii #HALAL_CONCERT😊
❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️
#Galatoma_NUUN_Studio😊

maatii #HALAL_CONCERT😊

😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘
#Innaa_lillaahi_wa_innaa_illeeyhi_raajiuun😒😒😭😭

#Duuti😭ulamaa'ii barana walumatti dhaabbatte itti aanaan #imaama_Masjiida_Anwaar #shekh_husseen guyyaa har'aa balaa #konkolaataatiin🚌lubbuun isaanii dabarte

#Rabbii_rahmata isaaniif haa godhu #subhaannallaah baayyee natti ulfaate #masjiid_Anwar nama tokichaa ummaanni keessaahuu Dargaggooni jalaatu dhabne😭😭😭

JOINπŸ‘‡πŸ‘Œ

🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
#SEENAA_QAARUUN
πŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•Š
#KUTAA_4FFAA.....
🧨🌹🧨🌹🧨🌹🧨🌹🧨
Inshaa allaah bakkan itti dhaabe irraa

Ψ§Μ…Μ…Ω„Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Μ…Μ…Ψ³Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Μ…Μ…Ω„Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ψ§Ω… Μ…Μ…ΨΉΜ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Μ…Μ…Ω„Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…ΩŠΩƒΩ… ΩˆΨ±Μ…Μ…Ψ­Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Μ…Μ…Ω…Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ψ© Ψ§Μ…Μ…Ω„Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Μ…Μ…Ω„Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω‡ Μ…Μ…ΨͺΜ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Μ…Μ…ΨΉΜ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ψ§Μ…Μ…Ω„Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω‰ ΩˆΜ…Μ…Ψ¨Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ψ±ΩƒΨ§Μ…Μ…ΨͺΜ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω‡
🌹Boodaa eega mucattiin sun qaaruuniin soba isaa ifa baaftee booda...

🌹Nabi muusaan nageenyi Rabbi isaan irra haa jiraatuu gammachuudhaan sujuuda rabbiif bu'an
ΩˆΨ―Μ…Μ…ΨΉΜ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ψ§ Ψ§Μ…Μ…Ω„Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Μ…Μ…Ω„Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω‡ Μ…Μ…ΨΉΜ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Μ…Μ…Ω„Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω‰ Μ…Μ…Ω…Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω† Μ…Μ…ΨΈΜ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Μ…Μ…Ω„Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Μ…Μ…Ω…Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω€Μ…Μ…Ω‡
🌹 nabi muusaan eega ragaan qulqqulluun Rabbiin irraa isaaniif dhufee booda. miidhaa kan qaaruun isaan jecha hamaan isaan miidhee irratti Rabbiin kadhatan.....yaa Rabbi jedhanii qalbii cabduun rabbiin kadhatan

🌹Rabbiin guddate gara muusaatti wahayyii ykn beeksisa godhe... yaa muusaa miidhamuu kee argee jira. akka uummanni kee jecha hamaa ykn cubbuu guddaa sirra kaa'anis beekee jira. ani ammoo sakkaba isaan sirraa kaayaan irraa si qulqqulleesseen jira ..

🌹yaa muusaa dachii waan feetetti ajejadhu dachiin kun ajaja kee siif dhageessii jedheen Rabbiin.

🌹 Ergasi nabi muusaadhaaf birmmachuun rabbiin biraa dhufteef.
🌹Ergasi nabi muusaan akka qaaruunii fi jela deemttota isaa dachiin ykn laftti ittiin citu. akka uummanni jallaan kun qawumii isaa keessatti umrii hin dheeranne rabbiin kadhatan

πŸ•ŠErgasii rabbiin kadhaa nabi muusaa yeroma sanatti dhaga'eef

🌹Osoo oolchee hin bulchin .. qaaruun wal ga'ii guyyaa sanaa nagaadhaan gara mana ofiitti galus; bor ammoo maaltu isa muudachuuf deema ? Walumaan haa laallu

🌹guyyaa wal-ga'ii sanatti aanu (Borumta) qaaruun akkuma aadaa isaa sanatti uummata isaatti huccuu boonaa huffatee mataa isaa filatee (tottolfate)

🌹kaadimtoota ykn boodii gaarddota isaa lakkoofssaan gara kumaatti dhihaatan waliin

🌹huccuuwwan isaanii haalaan babbareechifatanii warqee fi hariira callaan bareedanii....uummata gaabbisiisanii nabi muusaa jelaa deebisuuf
πŸ•Šgaangee isaanii fi fardoolee isaanii yaabbatanii qaaruuniin waliin ka'an

🌹qaaruun ammoo dura isaanii gaangee faayaan guutamte Yaabbatee isaan dura deema jarri ammoo..Dudduubaa qaaruun babbareedanii deemu

🌹inumaa qaaruun huccuu bareedaa gubbaan darbbatatee gateettii ykn ceekuu isaarra buufatee boonaa dhedheerataa deema...

🌹namoonni moggaa qaaruun jiran qaaruuniin ilaalaanii...

πŸ•Šgariin namootaa akkas jedhu warreen qabeenya isaatiin dagaman aboo qaaruunii kanaaf jiruun numa taatee ahii qaarunii fi waan gaariitu jira
πŸ•ŠAbbaa qabeenyaati jireenya rabbiin isumaaf laaffise abbaa qooda guddaati qaaruun saahiba qooda guddaati jedhanii qabeenya qaaruun kanaaf quba nyaatu jarreen akkas jedhan kun warreen hiyyeeyyii waa takka hin qabneedha qaaruun kaayyoon isaa silumayyuu uummata qalbii cabssuu waan taheef

🌹Ergasii uummanni gaggaariin akkas jedhanii gorsan yaa ilmaan namaa qabeenya qaaruun kanaan hin dagaminaa faaya ykn baldhina jireenya duuniyaa kanaaf quba hin nyaatinaa.Rabbiin abbaa fedhetti ballisee abbaa fedhetti dhiphisaa rabbiin rahamata siniif haa godhuu kennaa rabbiin namaaf kennutu caala waan ta'eef qabeenya qaaruun kanaan hin dagamina jedhaniin.....
πŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•Š
Ergasii qaaruun kanatti maalttu arggame????

#Kutaa_5ffaa ykn Kutaa xumuraa kana Keessaa waa hedduttuu jiraa
nu Faanaa bu'aa...
πŸ§¨πŸ•ŠπŸ§¨πŸ•ŠπŸ§¨πŸ•ŠπŸ§¨πŸ•ŠπŸ§¨


MAHER ZAIN ☞ Official
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa jzk kheyran

@Maherzain123
https://t.me/Maherzain123