Muaz Mohamed Official Tg
273 subscribers
232 photos
56 videos
2 files
196 links
Videolee Barsiisaa,Booharsaa akkasuma da3waalee gara garaa argachuuf argachuuf Channel keenya ๐ŸŒปjoin๐ŸŒป godhaa !
Download Telegram
HIJAABNII miidhagina faaya dubarttii islaamaati

JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘Œ

๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
Forwarded from MAHER AHMEDโ˜ž Official via @like
แŒฅแแŒฅแŠ“ แ‰†แˆซแŒญ แ‹จแˆ†แАแ‹แŠ• ใ€Šแˆžแ‰ตใ€‹แŠ แ‰ฅแ‹แ‰ณแ‰ฝแˆ แŠ แ‹แˆฑแ‰ต #แˆจแˆฑแˆ
ใ€Š๐Ÿ’œแˆฐ๐Ÿ’œแ‹๐Ÿ’œแ‹ˆ๐Ÿ’œใ€‹
Forwarded from MAHER AHMEDโ˜ž Official via @like
Namni Salaamtaa Guutuu Namaan Je.e Sawaaba Meeqa Qaba ?

๐ŸŒดKudhan (1O)

๐ŸŒทDigdama (2O)

๐Ÿ’Afurtama (4O)

๐Ÿฅ€Soddoma (3O)
#SEENAA_QAARUUN.....
๐Ÿ•Š๐Ÿ•Š๐Ÿ•Š๐Ÿ•Š๐Ÿ•Š๐Ÿ•Š๐Ÿ•Š๐Ÿ•Š
#KUTAA 3FFAA..
๐Ÿงจ๐ŸŒน๐Ÿงจ๐ŸŒน๐ŸŒน๐Ÿงจ๐ŸŒน๐Ÿงจ

Hayyama rabbiitiin kutaa 3ffaa qabadhee dhihaadheera
ฬ…ฬ…ุจฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ฬ…ฬ…ุณฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ู… ุงฬ…ฬ…ู„ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ฬ…ฬ…ู„ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ู‡ ุงฬ…ฬ…ู„ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ุฑฬ…ฬ…ุญฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ฬ…ฬ…ู…ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ู† ุงฬ…ฬ…ู„ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ุฑฬ…ฬ…ุญฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ูŠู…
ุงฬ…ฬ…ู„ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ฬ…ฬ…ุณฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ฬ…ฬ…ู„ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ุงู… ฬ…ฬ…ุนฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ฬ…ฬ…ู„ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ูŠูƒู… ูˆุฑฬ…ฬ…ุญฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ฬ…ฬ…ู…ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ุฉ ุงฬ…ฬ…ู„ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ฬ…ฬ…ู„ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ู‡ ฬ…ฬ…ุชฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ฬ…ฬ…ุนฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ุงฬ…ฬ…ู„ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ู‰ ูˆฬ…ฬ…ุจฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ุฑูƒุงฬ…ฬ…ุชฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ู‡
Bakka qaraa itti dhaabnne irraa eegalla...
๐Ÿงจ๐Ÿ•Š๐Ÿงจ๐Ÿ•Š๐Ÿงจ๐Ÿ•Š๐Ÿงจ๐Ÿ•Š๐Ÿงจ
๐ŸŒน eega qaaruun mucatti sanaaf warqii xaasaa tokko ergeefi booda inttalli sun ragaa sobaa ykn akka nabi Muussaa maqaa xureessituuf qopheeffamttee boodaa...Akkas jedhaniin....
๐ŸŒน guyyaa akkasii dhufttee ragaa sobaa kana nuuf baata eega jedhaniin booda qaaruun kun dallanssuun Rabbii guddaa isarra haa jiraatuu gara nabi Muusaatti dhufee.... guyyaan baallama isaanii sun dhihaateen boodaa.
๐Ÿ•Šgubbaan nama nabi Muussaa jaalaatuu fakkaatee jaalala nabi Muusaa afaaniin mullifateenabi Muusaatti dhufee akkas jedheen...

๐Ÿงจyaa Muusaa bar uummanni kee akka ati da'awaa itti gootee gaariitti isaan ajejjuuf walitti qabamanii si eegaa jiranii kottu gara isaanii deemnaa jedheen qaaruuniin kun.....

๐ŸŒนnabi muusaan nageenyi rabbii isaan irra haa jiraatu gara uummataatti gad bahanii akkas jedhan...
๐Ÿงจdhagahaa yaa ilmaan namaadhaa...hattuu irraa harka murra. amantaan keenya shiftaa waa namaa saamu harka isaa irraa muruutti nu ajejaa.
๐Ÿ•Š ammoo nama zinaa godhu yoo shabaaba nama fuudhee hin jirre tahe ni tumamaa akkasitti hukmmii rabbiitiin haddii irra dhaabna
๐ŸŒนyoo nama fuudhee tahee zinaa godhu argine haga inni du'utti dhakaadhaan cafaqnaa jedhanii da'awaa isaanii eegalan...
๐ŸงจQaaruuniin Abaaramaan kun taa'ee dhaggeeffataa jira .

๐Ÿ•Šqaaruun....
Akkas jedheen ..yaa Muusaa yoo ati zinaa goote hoo akkam si goona? Jedheen
๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก
๐Ÿ˜ญnabi muusaan rifatanii aboo Sherrii ati natti yaadde kana irraa rabbiitti sirraa maganffadhaa an salphina akkasii dalaguu dhiisiitii ittiyyuu hin dhihaadhu jedhaniin nabii muussaan..

๐ŸŒนBoodaa qaaruunin jallaan kun akkas jedhe... yaa Muusaa ilmaan israa'il akkas siin jedhaa jiru ati inttaloo sarbataa jedhamttutti zinaa gootee jirta kunoo mucayyoonis ragaa sirratti bahuuf as jirttii akkamitti an zinaa hin godhu jetta jedheen... qaaruun jallaan kun...

๐ŸงจErgasii nabi muusaan Intala Sana naaf waamaa jedhaniin
๐Ÿ•Š Ergasii Intala Sana fidanii dhufan..... nabi muusaan inttaloo sanaan akkas jedhan

๐ŸŒนYaa mucayyoo rabbii bahara dachii keessaa dhoosee baaseen.. ammas kitaaba tawuraat buuseen kakadhu dhugaa dubbadhu an dhuguman
akka qaaruun jedhu kana zinaa sitti godhee jedheen??...ุŒ

๐ŸŒนErgasii Rabbiin soba nabi muusaa irra kaa'amaa jiru kana dirreetti baasuuf jecha inttaloon sun toowbattee lakkii nabi muusaan zinaa natti hin goonee sobanii akks jedhi naan jedhanii jettee ragaa baate.

๐Ÿงจyaa nabi Muusaa bar qaaruuntu gubboo naaf kennee akka Ani gubboo sanaan ragaa sobaa sirratti bahuuf as na fidee akka ati zinaa natti goote jedhee cubbuu sirra kaa'uuf na fidanii jetteen...kan kana hundda dalage qaaruuni jetteen...

๐ŸŒนAjab dubbiin rabbii nama ajaaiba ragaa Muusaa irratti bahuu dhayxee jaruma irratti Ragaa baate

ุŒ ฬ…ฬ…ูฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ฬ…ฬ…ุณฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ฬ…ฬ…ุฌฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ุฏ ฬ…ฬ…ู…ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ูˆฬ…ฬ…ุณฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ู‰ ฬ…ฬ…ุนฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ฬ…ฬ…ู„ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ูŠู‡ ุงฬ…ฬ…ู„ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ฬ…ฬ…ุณฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ฬ…ฬ…ู„ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ู€ฬ…ฬ…ุงู…

๐ŸงจErgasii nabi muussaan gammachuudhaan rabbiif sujuudan eega sujuudanii ka'aniin booda.....
๐ŸŒน๐Ÿงจ๐ŸŒน๐Ÿงจ๐ŸŒน๐Ÿงจ๐ŸŒน๐Ÿงจ๐ŸŒน
Kutaa 4ffaan itti fufa inshaa Allaah obssaan na eeggadhaa
๐Ÿ•Š๐Ÿ•Š๐Ÿ•Š๐Ÿ•Š๐Ÿ•Š๐Ÿ•Š๐Ÿ•Š๐Ÿ•Š๐Ÿ•Š


MAHER ZAIN โ˜ž Official
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa jzk kheyran

@Maherzain123
https://t.me/Maherzain123
As wr wb jaallowwaan khiya channel you tube #eid_abduselam jala senatti na dorgomsisa #MAHER AHMED jechun sagale naf taha jzkeyran๐ŸŒด๐Ÿ˜๐Ÿ˜
Forwarded from MAHER AHMEDโ˜ž Official via @like
๐ŸŒ™แ‹ญแ‰…แˆญแ‰ณ๐ŸŒ™

JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘Œ

๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
Watch "Irraa waliif Dabruu haa qabannuu Subscribe godhun nu jajjabbeessa" on YouTube
https://youtu.be/P3ZhP5TNMO0
Forwarded from MAHER AHMED
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Dhamsaa dhifamaa khana dhaheyfadha jzkeyran


Rabbiin (sw) nama naf jechaa irra nama dabre anis dilii isaa irran dabraf je.e ๐Ÿ˜ข


#Dhifamaa_naf_godhaa_dutii_dagu_heddumati ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ™


JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘Œ

๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
Forwarded from MAHER AHMEDโ˜ž Official via @like
Dr Zakir Naik Eessatti dhalate ?


HINDII๐ŸŒน

SAUDI ARABIA๐ŸŒป

AMERIKAA๐ŸŒด

MALEEAHIYAA๐Ÿ˜Š
http://thevoicechanger.com
Voice changer with effects (http://thevoicechanger.com)
Maneh endatilugn ine remadan negn ๐Ÿ˜ข

JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘Œ

๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
โค๏ธWERQE_SEMAYโค๏ธ

JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘Œ

๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
Forwarded from MAHER AHMEDโ˜ž Official via @like
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Yaa rahmanu khiyya ati na jalaadhuโค๏ธ


JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘Œ

๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
Halal Concert
BaatiiRamadaanaa Sababeeffachuun Sagantaa Addaa taateeQophooytee isiinEegaa jirti Irraa hinhafiina Hundi kessan Afeerramtanii jirtan
Guyyaa Alhadaa 3/08/2013Sa.aa 2:30Iddoo Ethioxaliyan
Iddoo #Ticket #Halal_Concert๐ŸŽค Irraa Argattan #Laga_Harree_Ziqeey_cafe O928767507 #Ashawaa fi iddoo birarraa argachuuf๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

O9369O141O

O962423315

#Isiin_hin_dabrin_Halal_Concert๐ŸŽค


JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘Œ

๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
Warren Guyyaa Arran tana #HALAL_CONCERT irratti nuf Arkamtan Hundi khessannu baay'ee tokko nuf Galatoma Jzkeyran Ulfaadha

ISIIN JALAALANโค๏ธ

JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘Œ

๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
HALAL_CONCERT irrattii jallowwaanโค๏ธkhiyya wajjin๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜
๐Ÿ•‹#RAMADAN_KERIM๐Ÿ•‹
๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜

Baga Rabbiin (SA) baati khabaajamtu baati araarama๐Ÿ™ baati qur.ani๐Ÿ“–kheeysa buufamen isiin gahe ahbaabii๐Ÿ˜

๐Ÿ•‹โ˜ช๏ธโ—RAMADAN๐ŸŒ™ KAREEM๐Ÿ•‹
โค๏ธโค๏ธโค๏ธfour you and family๐Ÿ˜†โ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธ๐Ÿ˜Œ

๐ŸŒ™โญุฑู…ุถุงู† ูƒุฑูŠู… ูƒู„ ุนุงู… ูˆุงู†ุชู… ุจุฎูŠุฑ ๐Ÿ•Œ๐Ÿ•Œ
๐Ÿ•‹โ˜ช๏ธโ—RAMADAN๐ŸŒ™ KAREEM๐Ÿ•‹

๐ŸŒ™โญุฑู…ุถุงู† ูƒุฑูŠู… ูƒู„ ุนุงู… ูˆุงู†ุชู… ุจุฎูŠุฑ ๐Ÿ•Œ๐Ÿ•Œ
JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘Œ

๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ
๐ŸŽผ @Maherzain123 ๐ŸŽผ