Forwarded from MAHER AHMEDβ Official via @like
Gaafii tana irrattii hirmadha jzkeyranπ΄
Baatii Ramadaanaa Keessa...?
πHulaan jannataa ni banamti
πHulaan azaabaa ni cufamti
πΉSheeyxaanni ni hidhama
πHunduu deebiidha
Baatii Ramadaanaa Keessa...?
πHulaan jannataa ni banamti
πHulaan azaabaa ni cufamti
πΉSheeyxaanni ni hidhama
πHunduu deebiidha
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official via @like
Salaanni munaafiqoota irratti Ulfaatu salaata Kami ?
πIshaa'ii
πZuhurii
πAsrii
πSubhii
βοΈMaghriib
πIshaa'ii
πZuhurii
πAsrii
πSubhii
βοΈMaghriib
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official
Walgahii gumii dhimma islaamaa Akkuma dhorkametti jira.
Warra hayyoota keenya. Ulamoota Biyyattiin qabdu xiqqeessu Rabbiin firouna xiqqeesse Jara ha xiqqeessu.
MAHER ZAIN β Official
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
Warra hayyoota keenya. Ulamoota Biyyattiin qabdu xiqqeessu Rabbiin firouna xiqqeesse Jara ha xiqqeessu.
MAHER ZAIN β Official
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official
ααα
α αα°α΅πππ
So funny ππππ
So funny ππππ
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official
HIJAABNII miidhagina faaya dubarttii islaamaati
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official via @like
α₯αα₯α αα«α α¨αααα γαα΅γα α₯αα³α½α α αα±α΅ #α¨α±α
γπα°παπαπγ
γπα°παπαπγ
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official via @like
Namni Salaamtaa Guutuu Namaan Je.e Sawaaba Meeqa Qaba ?
π΄Kudhan (1O)
π·Digdama (2O)
πAfurtama (4O)
π₯Soddoma (3O)
π΄Kudhan (1O)
π·Digdama (2O)
πAfurtama (4O)
π₯Soddoma (3O)
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official
#SEENAA_QAARUUN.....
ππππππππ
#KUTAA 3FFAA..
π§¨πΉπ§¨πΉπΉπ§¨πΉπ§¨
Hayyama rabbiitiin kutaa 3ffaa qabadhee dhihaadheera
Μ Μ Ψ¨Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Μ Μ Ψ³Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ω Ψ§Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ω Ψ§Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ψ±Μ Μ ΨΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Μ Μ Ω Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ω Ψ§Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ψ±Μ Μ ΨΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΩ
Ψ§Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Μ Μ Ψ³Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ψ§Ω Μ Μ ΨΉΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΩΩ ΩΨ±Μ Μ ΨΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Μ Μ Ω Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ψ© Ψ§Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ω Μ Μ ΨͺΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Μ Μ ΨΉΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ψ§Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ω ΩΜ Μ Ψ¨Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ψ±ΩΨ§Μ Μ ΨͺΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ω
Bakka qaraa itti dhaabnne irraa eegalla...
π§¨ππ§¨ππ§¨ππ§¨ππ§¨
πΉ eega qaaruun mucatti sanaaf warqii xaasaa tokko ergeefi booda inttalli sun ragaa sobaa ykn akka nabi Muussaa maqaa xureessituuf qopheeffamttee boodaa...Akkas jedhaniin....
πΉ guyyaa akkasii dhufttee ragaa sobaa kana nuuf baata eega jedhaniin booda qaaruun kun dallanssuun Rabbii guddaa isarra haa jiraatuu gara nabi Muusaatti dhufee.... guyyaan baallama isaanii sun dhihaateen boodaa.
πgubbaan nama nabi Muussaa jaalaatuu fakkaatee jaalala nabi Muusaa afaaniin mullifateenabi Muusaatti dhufee akkas jedheen...
π§¨yaa Muusaa bar uummanni kee akka ati da'awaa itti gootee gaariitti isaan ajejjuuf walitti qabamanii si eegaa jiranii kottu gara isaanii deemnaa jedheen qaaruuniin kun.....
πΉnabi muusaan nageenyi rabbii isaan irra haa jiraatu gara uummataatti gad bahanii akkas jedhan...
π§¨dhagahaa yaa ilmaan namaadhaa...hattuu irraa harka murra. amantaan keenya shiftaa waa namaa saamu harka isaa irraa muruutti nu ajejaa.
π ammoo nama zinaa godhu yoo shabaaba nama fuudhee hin jirre tahe ni tumamaa akkasitti hukmmii rabbiitiin haddii irra dhaabna
πΉyoo nama fuudhee tahee zinaa godhu argine haga inni du'utti dhakaadhaan cafaqnaa jedhanii da'awaa isaanii eegalan...
π§¨Qaaruuniin Abaaramaan kun taa'ee dhaggeeffataa jira .
πqaaruun....
Akkas jedheen ..yaa Muusaa yoo ati zinaa goote hoo akkam si goona? Jedheen
π‘π‘π‘π‘π‘π‘π‘π‘
πnabi muusaan rifatanii aboo Sherrii ati natti yaadde kana irraa rabbiitti sirraa maganffadhaa an salphina akkasii dalaguu dhiisiitii ittiyyuu hin dhihaadhu jedhaniin nabii muussaan..
πΉBoodaa qaaruunin jallaan kun akkas jedhe... yaa Muusaa ilmaan israa'il akkas siin jedhaa jiru ati inttaloo sarbataa jedhamttutti zinaa gootee jirta kunoo mucayyoonis ragaa sirratti bahuuf as jirttii akkamitti an zinaa hin godhu jetta jedheen... qaaruun jallaan kun...
π§¨Ergasii nabi muusaan Intala Sana naaf waamaa jedhaniin
π Ergasii Intala Sana fidanii dhufan..... nabi muusaan inttaloo sanaan akkas jedhan
πΉYaa mucayyoo rabbii bahara dachii keessaa dhoosee baaseen.. ammas kitaaba tawuraat buuseen kakadhu dhugaa dubbadhu an dhuguman
akka qaaruun jedhu kana zinaa sitti godhee jedheen??...Ψ
πΉErgasii Rabbiin soba nabi muusaa irra kaa'amaa jiru kana dirreetti baasuuf jecha inttaloon sun toowbattee lakkii nabi muusaan zinaa natti hin goonee sobanii akks jedhi naan jedhanii jettee ragaa baate.
π§¨yaa nabi Muusaa bar qaaruuntu gubboo naaf kennee akka Ani gubboo sanaan ragaa sobaa sirratti bahuuf as na fidee akka ati zinaa natti goote jedhee cubbuu sirra kaa'uuf na fidanii jetteen...kan kana hundda dalage qaaruuni jetteen...
πΉAjab dubbiin rabbii nama ajaaiba ragaa Muusaa irratti bahuu dhayxee jaruma irratti Ragaa baate
Ψ Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Μ Μ Ψ³Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Μ Μ Ψ¬Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ψ― Μ Μ Ω Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ψ³Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ω Μ Μ ΨΉΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΩ Ψ§Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Μ Μ Ψ³Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ψ§Ω
π§¨Ergasii nabi muussaan gammachuudhaan rabbiif sujuudan eega sujuudanii ka'aniin booda.....
πΉπ§¨πΉπ§¨πΉπ§¨πΉπ§¨πΉ
Kutaa 4ffaan itti fufa inshaa Allaah obssaan na eeggadhaa
πππππππππ
MAHER ZAIN β Official
Nashiidaa daΨΉwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana π΄join π΄ godhaa jzk kheyran
@Maherzain123
https://t.me/Maherzain123

Telegram
MAHER AHMEDβ Official
Nashiidaa daΨΉwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kanaπ΄joinπ΄ godhaa jzk kheyran
@Maherzain123
https://youtube.com/@maherahmedo?si=3DHEnmyT9SBpcCPd
@Maherzain123
https://youtube.com/@maherahmedo?si=3DHEnmyT9SBpcCPd
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official
As wr wb jaallowwaan khiya channel you tube #eid_abduselam jala senatti na dorgomsisa #MAHER AHMED jechun sagale naf taha jzkeyranπ΄ππ
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official via @like
παα
αα³π
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official
Watch "Irraa waliif Dabruu haa qabannuu Subscribe godhun nu jajjabbeessa" on YouTube
https://youtu.be/P3ZhP5TNMO0
https://youtu.be/P3ZhP5TNMO0
Forwarded from MAHER AHMED
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Dhamsaa dhifamaa khana dhaheyfadha jzkeyran
Rabbiin (sw) nama naf jechaa irra nama dabre anis dilii isaa irran dabraf je.e π’
#Dhifamaa_naf_godhaa_dutii_dagu_heddumati ππ
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
Rabbiin (sw) nama naf jechaa irra nama dabre anis dilii isaa irran dabraf je.e π’
#Dhifamaa_naf_godhaa_dutii_dagu_heddumati ππ
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official via @like
Dr Zakir Naik Eessatti dhalate ?
HINDIIπΉ
SAUDI ARABIAπ»
AMERIKAAπ΄
MALEEAHIYAAπ
HINDIIπΉ
SAUDI ARABIAπ»
AMERIKAAπ΄
MALEEAHIYAAπ
http://thevoicechanger.com
Voice changer with effects (http://thevoicechanger.com)
Maneh endatilugn ine remadan negn π’
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official
β€οΈWERQE_SEMAYβ€οΈ
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official via @like
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Yaa rahmanu khiyya ati na jalaadhuβ€οΈ
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official
Iddoo #Ticket #Halal_Concertπ€ Irraa Argattan #Laga_Harree_Ziqeey_cafe O928767507 #Ashawaa fi iddoo birarraa argachuufπππ
O9369O141O
O962423315
#Isiin_hin_dabrin_Halal_Concertπ€
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
O9369O141O
O962423315
#Isiin_hin_dabrin_Halal_Concertπ€
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ