Forwarded from MAHER AHMEDβ Official via @like
Gaafii tana irrattii hirmaadha jzkeyranπ΄
Haati manaa Ergamaa Rabbii (saw) Tan Erga Ishiin duutellee Ergamaan Rabbii Ishii Yaadatee dhaadu Tami ?
π₯Khadiijaa
β½οΈAa'ishaa
π±zeynabaa
πDeebiin hin jiru

Forwarded from MAHER AHMEDβ Official
#SEENAA_QAARUUN...
ππππππ
#kutaa_2ffaa...
π§¨πΉπ§¨πΉπ§¨πΉπ§¨πΉπ§¨
fedha rabbiitiin bakka kaleessa itti dhaabe irraa itti fufuuf barreessuu eegale inshaa allaah isinillee dubbisttanii waa irraa akka hubattan abdiin qaba
π§¨πΉπ§¨πΉπ§¨πΉπ§¨πΉπ§¨
Eega warreen sheekotaa isatti da'awaa godhaniin booda jarris akka qaaruun gorsa isaanii hin fudhanne irraa hubatan
π§¨qaaruun yeroo jarri lakkii yaa qaaruun qabeenya keetiin hin boonin jedhanii isaa gorsan inni gorsa isaanii gurrattuu qicatuu hin feene .
π§¨qaarun itti fakkaatee qabeenya kana beekumssa isaatiin Waan arggate ykn fedhuma isaatiin waan qabeenyi kun itti jigde fa'aa seha.
inumaayyu qaruun akka yaada isaatti rabbiin waan na jaallatuuf qabeenya lakkoofssa hin qabne kana naaf kenne seha. warreen kaan ammoo hin jaallatu kanaaf itti dhiphise seha
π§¨akkas jechuunis ni dubbatama gaafa nabi Muusaa irratti waajibummaan zakaa buufamttu zakaa jechuun qulqqulina qabeenya keetii jechuudha. qabeenyi kee yoo waajiba zakaa gahe haqa rabbii keessaa baasttee qabeenya kee xahaarratta ykn halaal godhatta jechuudha. gaafa kitaaba nabi Muusaa keessatti dirqama godhamu warreen nabiyyummaa muusaatti amanan akkasuma rabbiin tokkichoomsan
𧨠waan nabi muusaan kitaaba San keessatti dirqama isaanirratti godhame eega isaanitti himeen booda sheekkotiin sunis waan baratan San qaaruunitti himuuf dhaqaniitu yaa qaaruun haalli akkasii kun gaarii mitii hin booniniitii qabeenya rabbiin siif kenne kanarraas kennadhu jedhaniin
𧨠ammas nabi muusaan qaaruuniin akkas jedheen aayata rabbiitiin isa gorsaa rabbiin sodaadhu jedhaniin haqa Rabbiin isa irraa qabus itti himuun haqni rabbiin sirraa qabu sun
π§¨diinaara kuma tokko irraa diinaara tokko zakaaf kennadhu
jedhaniin....
πΉqaaruun waan inni yaade laalaa.... waan nabi muusaan tarttiibaan itti himu kana zakaa irraa haalaan jabeessee...
π§¨Isa lubbuun isaa kun baddee waan hamtuu yaadee. muusaan qabeenya koo narraa qooddachuu heda jedhee..itti fakkaate... nabi muusaattis kafaree waan nabi muusaan ittiin ergame hunddattuu kafare muusaan ofiif walitti qabatuuf deema jedhee....
πΉqaaruun taa'ee mala baasuu eegale
πAmma mala ajaaibaa qopheefatee akka isaatti..
πNamoota isatti siqan ykn boodii gaardi isaa hunda waamee. akkasuma namoota isa jala deeman hunda yaamee
π§¨wal-ga'ii keessaa ol-ka'ee qaaruun akkas jechuun dubbachuu eegale muusaan waa hedduutti isin ajejaa jira qabeenya keessan keessaa zakaa baasaa akkasuma rabbiin qofa gabbaraa mukaaf citaa takkallee hin waammatinaa jechuun qabeenya keessan walitti qabachuuf deemaa akkamitti ajeja isaa fudhattan ? isaanin jedhee.
πinni sobee amma qabeenya keessan isinirraa fudhachuuf deema jechuun. deddeebisee haasawuu eegale.Eegasii jechi qaaruun kun uummata Sana dhugaa itti fakkaatee ee qaaruun dhugaa keetii
π§¨waan feetetti nu ajejuu danddeessa si jela deemnaa jedhaniin qaaruunin
π§¨wanni ani itti isin ajejuu barbaadu..intalaa takkattu tan haalaan bareeddutu jirtti dhaqaa isii naa fidaa jedheen.
π§¨isheedhaaf maallaqa hedduu kennaafii akkas jedhaanii muusaan zinaa natti godhuu fedhaa jira jettee haa dubbattuu jedhaanii jedheen ...
π§¨hamttuu isaan nabi muusaatti yaadan irraa Rabbiin tikfamnna.boodaa ergamtoonni qaaruun gara mucayyoo San deemanii warqii xaasaa tokko guutanii kan kuta kutaa warqee xaasaa ykn qalasa tokko guutanii geessaniif .Ergasii mucayyoodhaan akkas jedhaniin qaaruun akka atti ragaa sobaa baatuuf qabeenya guddaa kana siif kenne.Akka atii dhaqxee muusaan zinaa natti godhe jettee. uummata dura dhaabattee ragaa baata qabeenyi amms siif dabalama jedhaniin......
Kutaa 3ffaan itti fufa inshaa allaah hayyama rabbiitiin
π§¨πΉπ§¨πΉπ§¨πΉπ§¨πΉπ§¨
MAHER ZAIN β Official
Nashiidaa daΨΉwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana π΄join π΄ godhaa jzk kheyran
@Maherzain123
https://t.me/Maherzain123

Telegram
MAHER AHMEDβ Official
Nashiidaa daΨΉwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kanaπ΄joinπ΄ godhaa jzk kheyran
@Maherzain123
https://youtube.com/@maherahmedo?si=3DHEnmyT9SBpcCPd
@Maherzain123
https://youtube.com/@maherahmedo?si=3DHEnmyT9SBpcCPd
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official via @like
α¨α±αγα°ααγα¨αα΅αΆα»αΈα αα΅α₯ αααα« α₯αα α¨αα α©α΅ ααα αα α ?
π€α°αα³α₯
πα¨α΅α
β€οΈα£α’α»
παααα₯
π€α°αα³α₯
πα¨α΅α
β€οΈα£α’α»
παααα₯
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official via @like
Gaafii tana irratti hirmaadha jzkπ΄
Suuraa Qur'aanaa keessa yoo isii qara'an (#jallataa "Al-masiih Al-dajjaal") irraa nama tiksitu suuraa kami ?
β€οΈMariyam
π€Al-hajj
πAl-kahfi
πAl-fathi
Suuraa Qur'aanaa keessa yoo isii qara'an (#jallataa "Al-masiih Al-dajjaal") irraa nama tiksitu suuraa kami ?
β€οΈMariyam
π€Al-hajj
πAl-kahfi
πAl-fathi
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official via @like
Gaafii tana irrattii hirmadha jzkeyranπ΄
Baatii Ramadaanaa Keessa...?
πHulaan jannataa ni banamti
πHulaan azaabaa ni cufamti
πΉSheeyxaanni ni hidhama
πHunduu deebiidha
Baatii Ramadaanaa Keessa...?
πHulaan jannataa ni banamti
πHulaan azaabaa ni cufamti
πΉSheeyxaanni ni hidhama
πHunduu deebiidha
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official via @like
Salaanni munaafiqoota irratti Ulfaatu salaata Kami ?
πIshaa'ii
πZuhurii
πAsrii
πSubhii
βοΈMaghriib
πIshaa'ii
πZuhurii
πAsrii
πSubhii
βοΈMaghriib
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official
Walgahii gumii dhimma islaamaa Akkuma dhorkametti jira.
Warra hayyoota keenya. Ulamoota Biyyattiin qabdu xiqqeessu Rabbiin firouna xiqqeesse Jara ha xiqqeessu.
MAHER ZAIN β Official
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
Warra hayyoota keenya. Ulamoota Biyyattiin qabdu xiqqeessu Rabbiin firouna xiqqeesse Jara ha xiqqeessu.
MAHER ZAIN β Official
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official
ααα
α αα°α΅πππ
So funny ππππ
So funny ππππ
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official
HIJAABNII miidhagina faaya dubarttii islaamaati
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official via @like
α₯αα₯α αα«α α¨αααα γαα΅γα α₯αα³α½α α αα±α΅ #α¨α±α
γπα°παπαπγ
γπα°παπαπγ
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official via @like
Namni Salaamtaa Guutuu Namaan Je.e Sawaaba Meeqa Qaba ?
π΄Kudhan (1O)
π·Digdama (2O)
πAfurtama (4O)
π₯Soddoma (3O)
π΄Kudhan (1O)
π·Digdama (2O)
πAfurtama (4O)
π₯Soddoma (3O)
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official
#SEENAA_QAARUUN.....
ππππππππ
#KUTAA 3FFAA..
π§¨πΉπ§¨πΉπΉπ§¨πΉπ§¨
Hayyama rabbiitiin kutaa 3ffaa qabadhee dhihaadheera
Μ Μ Ψ¨Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Μ Μ Ψ³Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ω Ψ§Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ω Ψ§Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ψ±Μ Μ ΨΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Μ Μ Ω Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ω Ψ§Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ψ±Μ Μ ΨΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΩ
Ψ§Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Μ Μ Ψ³Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ψ§Ω Μ Μ ΨΉΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΩΩ ΩΨ±Μ Μ ΨΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Μ Μ Ω Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ψ© Ψ§Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ω Μ Μ ΨͺΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Μ Μ ΨΉΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ψ§Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ω ΩΜ Μ Ψ¨Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ψ±ΩΨ§Μ Μ ΨͺΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ω
Bakka qaraa itti dhaabnne irraa eegalla...
π§¨ππ§¨ππ§¨ππ§¨ππ§¨
πΉ eega qaaruun mucatti sanaaf warqii xaasaa tokko ergeefi booda inttalli sun ragaa sobaa ykn akka nabi Muussaa maqaa xureessituuf qopheeffamttee boodaa...Akkas jedhaniin....
πΉ guyyaa akkasii dhufttee ragaa sobaa kana nuuf baata eega jedhaniin booda qaaruun kun dallanssuun Rabbii guddaa isarra haa jiraatuu gara nabi Muusaatti dhufee.... guyyaan baallama isaanii sun dhihaateen boodaa.
πgubbaan nama nabi Muussaa jaalaatuu fakkaatee jaalala nabi Muusaa afaaniin mullifateenabi Muusaatti dhufee akkas jedheen...
π§¨yaa Muusaa bar uummanni kee akka ati da'awaa itti gootee gaariitti isaan ajejjuuf walitti qabamanii si eegaa jiranii kottu gara isaanii deemnaa jedheen qaaruuniin kun.....
πΉnabi muusaan nageenyi rabbii isaan irra haa jiraatu gara uummataatti gad bahanii akkas jedhan...
π§¨dhagahaa yaa ilmaan namaadhaa...hattuu irraa harka murra. amantaan keenya shiftaa waa namaa saamu harka isaa irraa muruutti nu ajejaa.
π ammoo nama zinaa godhu yoo shabaaba nama fuudhee hin jirre tahe ni tumamaa akkasitti hukmmii rabbiitiin haddii irra dhaabna
πΉyoo nama fuudhee tahee zinaa godhu argine haga inni du'utti dhakaadhaan cafaqnaa jedhanii da'awaa isaanii eegalan...
π§¨Qaaruuniin Abaaramaan kun taa'ee dhaggeeffataa jira .
πqaaruun....
Akkas jedheen ..yaa Muusaa yoo ati zinaa goote hoo akkam si goona? Jedheen
π‘π‘π‘π‘π‘π‘π‘π‘
πnabi muusaan rifatanii aboo Sherrii ati natti yaadde kana irraa rabbiitti sirraa maganffadhaa an salphina akkasii dalaguu dhiisiitii ittiyyuu hin dhihaadhu jedhaniin nabii muussaan..
πΉBoodaa qaaruunin jallaan kun akkas jedhe... yaa Muusaa ilmaan israa'il akkas siin jedhaa jiru ati inttaloo sarbataa jedhamttutti zinaa gootee jirta kunoo mucayyoonis ragaa sirratti bahuuf as jirttii akkamitti an zinaa hin godhu jetta jedheen... qaaruun jallaan kun...
π§¨Ergasii nabi muusaan Intala Sana naaf waamaa jedhaniin
π Ergasii Intala Sana fidanii dhufan..... nabi muusaan inttaloo sanaan akkas jedhan
πΉYaa mucayyoo rabbii bahara dachii keessaa dhoosee baaseen.. ammas kitaaba tawuraat buuseen kakadhu dhugaa dubbadhu an dhuguman
akka qaaruun jedhu kana zinaa sitti godhee jedheen??...Ψ
πΉErgasii Rabbiin soba nabi muusaa irra kaa'amaa jiru kana dirreetti baasuuf jecha inttaloon sun toowbattee lakkii nabi muusaan zinaa natti hin goonee sobanii akks jedhi naan jedhanii jettee ragaa baate.
π§¨yaa nabi Muusaa bar qaaruuntu gubboo naaf kennee akka Ani gubboo sanaan ragaa sobaa sirratti bahuuf as na fidee akka ati zinaa natti goote jedhee cubbuu sirra kaa'uuf na fidanii jetteen...kan kana hundda dalage qaaruuni jetteen...
πΉAjab dubbiin rabbii nama ajaaiba ragaa Muusaa irratti bahuu dhayxee jaruma irratti Ragaa baate
Ψ Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Μ Μ Ψ³Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Μ Μ Ψ¬Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ψ― Μ Μ Ω Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ψ³Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ω Μ Μ ΨΉΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΩ Ψ§Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Μ Μ Ψ³Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Μ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ ΩΜ Μ Ψ§Ω
π§¨Ergasii nabi muussaan gammachuudhaan rabbiif sujuudan eega sujuudanii ka'aniin booda.....
πΉπ§¨πΉπ§¨πΉπ§¨πΉπ§¨πΉ
Kutaa 4ffaan itti fufa inshaa Allaah obssaan na eeggadhaa
πππππππππ

As wr wb jaallowwaan khiya channel you tube #eid_abduselam jala senatti na dorgomsisa #MAHER AHMED jechun sagale naf taha jzkeyranπ΄ππ
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official via @like
παα
αα³π
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official
Watch "Irraa waliif Dabruu haa qabannuu Subscribe godhun nu jajjabbeessa" on YouTube
https://youtu.be/P3ZhP5TNMO0
https://youtu.be/P3ZhP5TNMO0
Forwarded from MAHER AHMED
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Dhamsaa dhifamaa khana dhaheyfadha jzkeyran
Rabbiin (sw) nama naf jechaa irra nama dabre anis dilii isaa irran dabraf je.e π’
#Dhifamaa_naf_godhaa_dutii_dagu_heddumati ππ
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
Rabbiin (sw) nama naf jechaa irra nama dabre anis dilii isaa irran dabraf je.e π’
#Dhifamaa_naf_godhaa_dutii_dagu_heddumati ππ
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official via @like
Dr Zakir Naik Eessatti dhalate ?
HINDIIπΉ
SAUDI ARABIAπ»
AMERIKAAπ΄
MALEEAHIYAAπ
HINDIIπΉ
SAUDI ARABIAπ»
AMERIKAAπ΄
MALEEAHIYAAπ
http://thevoicechanger.com
Voice changer with effects (http://thevoicechanger.com)
Maneh endatilugn ine remadan negn π’
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ