Muaz Mohamed Official Tg
273 subscribers
232 photos
56 videos
2 files
196 links
Videolee Barsiisaa,Booharsaa akkasuma da3waalee gara garaa argachuuf argachuuf Channel keenya 🌻join🌻 godhaa !
Download Telegram
αŠ₯αŠ•α‹°α‹šαˆ… α‹‹αŒ‹ αŠ¨ααˆ‹ αˆˆαˆα‰³αˆ³α‹΅αŒαˆ… αŠ₯αŠ“α‰΅ αŠ αˆ΅α‰² α‹¨αˆ†αŠ ነገር α‰ αˆ‹α‰΅πŸ˜”πŸ˜”β™₯
αˆ¨αŒ…αˆ αŠ₯α‹΅αˆœπŸ™!!?

JOINπŸ‘‡πŸ‘Œ

🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
Watch "Nama Hamttuu sitti Dalagee Toltuu itti Dalagii !!!" on YouTube
https://youtu.be/JsUJ512OF-U
Jaalalti❀️Gowwaa nama gooti.
Ta Rasuulaa❀️garuu (saw) #Goota Nama gooti.

#Ψ£Ψ­Ψ¨Ωƒ_ΩŠΨ§Ψ±Ψ³ΩˆΩ„_Ψ§Ω„Ω„Ω‡...


JOINπŸ‘‡πŸ‘Œ

🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official via @like
πŸ˜‚Feta😁belubatπŸ˜„wedoche😍

Sew nesh wey gerami yeslk prank πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ€£πŸ€£πŸ€£πŸ€£πŸ€£ twedutalachihu 😍😍

JOINπŸ‘‡πŸ‘Œ

🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
Imimmaan😭nama miidhamee, bishaan🌊sitti hin fakkaatin. Gaafa tokko (Beenzila) tahee ibiddaπŸ”₯sitti qabsiisuuf taa'a!

Duniyatti qalbii tee tasgabbii dhoorga, Aakiratti qabrii tee JahannamiiπŸ”₯fi gaabbiin guutuuf taa'a!

-Lafa hin baddu Wallaahi!😭

JOINπŸ‘‡πŸ‘Œ

🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Reeffa obboloota Keenyaa Ilaalaa Kunoo bifa kanaan bakkatti Rashanaman.
Yaman sana'aa!
Uffee

Nama gaddisiisa!
Rabbiin rahmata isaanif ha godhu.
Ummata Oromoo hundaaf rabbiin Jajjabina haa kennuuf jenna
πŸ₯ΊπŸ₯ΊπŸ₯ΊπŸ˜πŸ₯ΊπŸ₯ΊπŸ₯ΊπŸ₯ΊπŸ₯Ί


JOINπŸ‘‡πŸ‘Œ

🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official via @like
πŸ˜”πŸ˜” α‹­α‰…αˆ­α‰³πŸ˜”πŸ˜”

αŠ₯αŠ” αˆ¨αˆ˜α‹³αŠ• αŠ¨αˆ˜α‹΅αˆ¨αˆ± α‰ αŠα‰΅ α‹­α‰…αˆ­α‰³ αˆˆαˆ˜αŒ α‹¨α‰… 1αŠ› αˆ˜αˆ†αŠ• αŠ₯αˆαˆαŒ‹αˆˆαˆ
ፑ
ፑ
α‹­α‰…αˆ­α‰³ α‰ αˆ›α‹ˆα‰…αˆ αˆ†αŠ α‰£αˆˆαˆ›α‹ˆα‰… α‹«αˆ΅α‰€α‹¨αˆαŠ©αŠ α‰½αˆ
α‹­α‰…αˆ­α‰³ α‰ αˆ›α‹ˆα‰…αˆ αˆ†αŠ α‰£αˆˆαˆ›α‹ˆα‰… α‹«αˆ›αˆαŠ α‰½αˆ
α‹­α‰…αˆ­α‰³ α‰ αŠ” αˆαŠ­αŠ•α‹«α‰΅ α‰΅αŠ•αˆ½αˆ α‰₯α‰ΆαŠ• α‹«αŠ“α‹°α‹΅αŠ©αŠ α‰Ή

α‹¨αˆα‰³α‰αŠαŠ•αˆ α‹¨αˆ›α‰³α‰αŠαŠ•αˆ αˆαˆ‹α‰½αˆαŠ•αˆ α‹­αˆ„αŠ• α…αˆα‹ α‹«αŠα‰ α‰£α‰½αˆ α‰ αˆ™αˆ‰ αŠ¨α‹š α‰ αŠα‰΅ α‹«αˆ¨αŠ©α‰΅αŠ• α‹°αŒαˆœ αˆ‹αˆ‹α‹°αˆ­αŒˆα‹‰ αŠ¨αˆα‰€ α‹­α‰…αˆ­ Awfu αŠ₯αŠ•α‹΅α‰΅αˆ‰αŠ αŠ₯αŒ α‹­α‰ƒα‰½αˆαŠ αˆˆαˆ αˆαˆ‹α‰½αˆαŠ• α‰ αˆα‰£α‰Ή α‹­α‰…αˆ­ αˆ³α‰΅αˆ‰ αŠ₯αŠ•α‹³α‰³αˆα‰
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official via @like
αˆ¨αˆ˜α‹·αŠ• α†αˆ™ ኒፍጣሩ α‰°αˆ«α‹Šα‹ α‰°αˆ…αŒα‹± α‹’α‹± α‹¨αŠ“αˆα‰€α‹ αˆ›αŠα‹β“

αŠ“αα‰†αŠ›αˆ 😍 αŠ αˆαŠ“αˆα‰€αŠαˆπŸ˜”
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official via @like
πŸ’–πŸ’–πŸ’–πŸ’–πŸ’–πŸ’–πŸ’–πŸ’–
αŠ’αˆ‹αˆ‚πŸ‘Œ
Nashiida Aruuza Haaraya #Mahir_fi_Abdusalam saahiba isaani Aruusticha #Fahmiif Baasan sa'a muraasa booda #Fenan_Tube irratti nu eegadha isinin janna. #Share #Like godhun nu cinaa kach ja'a
Yaa Raabii..Haajaa teennaa cufaa siin gayannee atiii nuuf awwadhumee..Harkaa keennaa kan maasetan bade kana nun laalini YAA RABBII YAA ALLAAH
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

JOINπŸ‘‡πŸ‘Œ

🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official via @like
Muka waanni boochisu😭mukuma qottoπŸͺ“jiru kana
Oromoo waanni boochisu...............? Isinummaan itti guuta😒
Galatoomi Obboleessaa kheenya Dirqama sirra jiruu baate sagaale nuf taate
Ψ¬Ψ²Ψ§Ωƒ Ψ§Ω„Ω„Ω‡ ΨΉΩ†Ψ§ Ψ¬ΩŠΨ±Ψ§πŸ™
Yaa Rabbii Obbolleyyaan kheenya kan wallootif birmadhu😒😒😒


JOINπŸ‘‡πŸ‘Œ

🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
#SEENAA_QAARUUN .....
πŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•ŠπŸ•Š
#Kutaa_1ffaa...
🧨🧨🧨🧨🧨🧨🧨🧨
Ψ¨Ψ³Ω… Ψ§Ω„Ω„Ω‡ Ψ§Ω„Ψ±Ψ­Ω…Ω† Ψ§Ω„Ψ±Ψ­ΩŠΩ… Ψ§Ω„Ψ­Ω…Ψ― Ω„Ω„Ω‡ Ψ±Ψ¨ Ψ§Ω„ΨΉΨ§Ω„Ω…ΩŠΩ† ΩˆΨ§Ω„Ψ΅Ω„Ψ§Ψ© ΩˆΨ§Ω„Ψ³Ω„Ψ§Ω… ΨΉΩ„ΩŠΩ‡ ΩˆΨ’Ω„Ω‡ ΩˆΨ΅Ψ­Ψ¨Ω‡ Ψ§Ψ¬Ω…ΨΉΩŠΩ†
🌹Qissaa ykn seenaa nama qabeenya isaatiin boonee ykn jallatee daangaa darbe laalla Innis seenaa qaaruniiii....
🌹🧨🌹🧨🌹🧨🌹🧨
Qaaruun eenyu?

🧨qaarun banii israa'il irraayyi inni akka seenaan tokko tokko dubbatutti inni ilma adeera ykn wasiila nabi muusaati

🧨qaaruun kanaa Rabbiin qabeenya guddaa kenneef haalaan jiruu isaa balliseef

🧨inumaayyuu qabeenyi isaa heddummaatee

🧨hanga sanduqa(Kaaznaa) maallaqa isaa bakka kaa'u dhabu gahutti..
🧨saanduqnni maallaqa isaa qabeenya isaatiin Ciinqamtee dhiphatte waan isii keessa jiru qabachuuu dadhabdee

🧨 qabeenyi isaa Goonkumaa hin lakkaa'u haguma isaatuu hin beeku..
🧨inumaayyuu furtuu....
πŸ—πŸ”‘πŸ”qulfii magaazina qabeenya isaa namoonni Gurguddaan... akka ulamaa'onni tafsiira suuratul qasas keessatti jedhanitti qulfii ykn furtuu magaazina isaa namoota jajjaboo 40 ykn gaangee afurttamattuu ni ulfaata. danda'anii hin baatan..

🧨 hubadhu wanni kun furtuu ykn qulfii magaazina isaa qofaa..
🧨qaaruun kun zamana isaa Sana keessatti jireenya gaarii wahii jiraataa ture

🧨Qaaruun huccuu boonaaf tolu kan ittiin kooran uffatu malee...uummatatti gadin bahu

🧨huccuu qaalii ajaaibaa kan qalbii namaa hawattu uffatee namootatti gad-baha..
🧨 ammas qaaruun yeroo wal-ga'iin faatii jiru uffannaa babbareedaan..
of babbareechee boonaa (kooraa) gara uummataa deemaa.

🧨qaaruun fooqii gurgguddaa keessa malee hin taa'u...
🧨akkasumas waan gaggaarii lubbuun isaa jaallattu ofiin jaallata.. qaaruun gabroota hedduu of kaddamssiisa

🧨Qaaruun jireenya duuniyaa dhumttuu kanaan boona akka waan duuniyaa kana irraa hin duuneetti ilma namaa hunda ofii gaditti laala.
🧨haa ta'u malee qaaruun kun qabeenya isaa guddaa kanarratti rabbiin faarsee ykn yaadatee hin beeku inni nama faaruu ykn Galata rabbii hin beeynedha

🧨qaaruun kun:-
Qabeenya isaa guddaa saniin dhaadata.waan Rabbiin isaaf kenne kanaaf uummata isaatti boona..
🧨 inuma sadarkaa namaatti of hin laalu.. malaayikaa of godhuu fedha....
🧨ammas qabeenya hedduu kan Rabbiin isaaf kenne .. garaa garaa.faayolee adda addaa kanniiniin...
🧨 gabroottan Rabbii harka qalleeyyii ta'an irratti of jejaa...
🧨boodaa ummannii haala isaa kana jibbanii..
πŸ•ŠErgasii sheekkonni warreen rabbitti amanan qaaruun kana ofitti waamanii isa gorssan.
🧨yaa qaaruun dhiis haalli akkasii kun gaarii mitii dachii rabbii balloo kana keessatti waan fokkataa dalagddee dachii hin balleessiniiti ammas boona isaa kana faa irraa isaa dhorkan

🧨 waan rabbiin siif kenne kana irraas warreen waa hin qabnneef laadhu kennadhu jedhaniin.
🧨Rabbiin warreen boonanii fi kooran mara isaaniituu hin jaallatuu akkuma rabbiin qabeenya gaarii kana siif kennetti atis ilmma namaatiif gaarii ooli jedhanin

🧨garuu qaaruunin deebiin isaa waan yaachisaadha..deebii fokkisaa deebiseef deebii nama boonaa ta'ee akkas jedheetu deebiseef ani qabeenya kana kanin arggachuu dandda'e tola Rabbii osoo hin taane qabeenyuma kanatu anaaf malti anatu dalagatee argate akkaataa waa ittiin dalaganin beeka kanaaf qabeenyi koo akkasitti wal horttee guddattee jedheen...

🧨Seenaan qaaruun kun seenaa dheeraa waan ta'eef kutaa 2ffaan fedha rabbiitiin itti fufa isini ammoo dubbisuu hin hifatinaa inshaa allaah asirraa kaaseen barreessa....
:::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::
#kutaa 2ffaan itti fufaa...
🧨🌹🧨🌹🧨🌹🧨🌹🧨


MAHER ZAIN ☞ Official
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa jzk kheyran

@Maherzain123
https://t.me/Maherzain123
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official via @like
Gaaffii taana irratti hirmadhaa jzk🌴

Jiini keessa jiru kun jia. Maali ?

🍎Sha3abaan

πŸ‡Ramadaana

πŸ₯­rajaba

πŸ†shawwaal