Forwarded from MAHER AHMEDβ Official
α₯αα°αα
αα α¨αα ααα³α³α΅αα
α₯αα΅ α α΅α² α¨αα ααα α αα΅ππβ₯
α¨α α α₯α΅απ!!?
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
α¨α α α₯α΅απ!!?
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official
Watch "Nama Hamttuu sitti Dalagee Toltuu itti Dalagii !!!" on YouTube
https://youtu.be/JsUJ512OF-U
https://youtu.be/JsUJ512OF-U
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official
Jaalaltiβ€οΈGowwaa nama gooti.
Ta Rasuulaaβ€οΈgaruu (saw) #Goota Nama gooti.
#Ψ£ΨΨ¨Ω_ΩΨ§Ψ±Ψ³ΩΩ_Ψ§ΩΩΩ...
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
Ta Rasuulaaβ€οΈgaruu (saw) #Goota Nama gooti.
#Ψ£ΨΨ¨Ω_ΩΨ§Ψ±Ψ³ΩΩ_Ψ§ΩΩΩ...
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official via @like
πFetaπbelubatπwedocheπ
Sew nesh wey gerami yeslk prank πππ€£π€£π€£π€£π€£ twedutalachihu ππ
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
Sew nesh wey gerami yeslk prank πππ€£π€£π€£π€£π€£ twedutalachihu ππ
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official
Watch "Aruuza munshid Fahmii Nashiidaa Ajaa'iba Habiibti isaatif Baase π" on YouTube
https://youtu.be/MHpcOwDn8mk
https://youtu.be/MHpcOwDn8mk
YouTube
Aruuza munshid Fahmii Nashiidaa Ajaa'iba Habiibti isaatif Baase π
Vidiyoolee Akkana fi kankana fakkatanDaleeyine isinif qopheessuf You Tube keenyaa subscribe godhun nu jajjabbessa
Like. Share. Subscribeπ godhun nu cinaa dhaabbadha
Like. Share. Subscribeπ godhun nu cinaa dhaabbadha
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official
Imimmaanπnama miidhamee, bishaanπsitti hin fakkaatin. Gaafa tokko (Beenzila) tahee ibiddaπ₯sitti qabsiisuuf taa'a!
Duniyatti qalbii tee tasgabbii dhoorga, Aakiratti qabrii tee Jahannamiiπ₯fi gaabbiin guutuuf taa'a!
-Lafa hin baddu Wallaahi!π
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
Duniyatti qalbii tee tasgabbii dhoorga, Aakiratti qabrii tee Jahannamiiπ₯fi gaabbiin guutuuf taa'a!
-Lafa hin baddu Wallaahi!π
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Reeffa obboloota Keenyaa Ilaalaa Kunoo bifa kanaan bakkatti Rashanaman.
Yaman sana'aa!
Uffee
Nama gaddisiisa!
Rabbiin rahmata isaanif ha godhu.
Ummata Oromoo hundaaf rabbiin Jajjabina haa kennuuf jenna
π₯Ίπ₯Ίπ₯Ίππ₯Ίπ₯Ίπ₯Ίπ₯Ίπ₯Ί
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
Yaman sana'aa!
Uffee
Nama gaddisiisa!
Rabbiin rahmata isaanif ha godhu.
Ummata Oromoo hundaaf rabbiin Jajjabina haa kennuuf jenna
π₯Ίπ₯Ίπ₯Ίππ₯Ίπ₯Ίπ₯Ίπ₯Ίπ₯Ί
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official via @like
ππ αα
αα³ππ
α₯α α¨αα³α α¨αα΅α¨α± α αα΅ αα αα³ ααα α¨α 1α ααα α₯ααααα
α‘
α‘
αα αα³ α ααα α αα α£αααα α«α΅αα¨αα©α α½α
αα αα³ α ααα α αα α£αααα α«ααα α½α
αα αα³ α α αααα«α΅ α΅αα½α α₯αΆα α«αα°α΅α©α αΉ
α¨αα³αααα α¨αα³αααα ααα½ααα ααα α αα α«αα α£α½α α αα α¨α α αα΅ α«α¨α©α΅α α°αα ααα°ααα α¨αα€ αα α Awfu α₯αα΅α΅αα α₯α ααα½αα αα ααα½αα α αα£αΉ αα α α³α΅α α₯αα³α³αα

α¨αα·α αα α’αα£α© α°α«αα α°α
αα± αα± α¨αααα αααβ
ααααα π α ααααααπ
ααααα π α ααααααπ
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official
Nashiida Aruuza Haaraya #Mahir_fi_Abdusalam saahiba isaani Aruusticha #Fahmiif Baasan sa'a muraasa booda #Fenan_Tube irratti nu eegadha isinin janna. #Share #Like godhun nu cinaa kach ja'a
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official
Watch "#New_Weeding_Nashiida_2021 #By_Maher_&_Abdusalaam Nashiida Aruuza Haarawa 2013π" on YouTube
https://youtu.be/2Yog4p26LB8
https://youtu.be/2Yog4p26LB8
YouTube
#New_Weeding_Nashiida_2021 #By_Maher_&_Abdusalaam Nashiida Aruuza Haarawa 2013π
Nashiidaa fi Diraama Addaa addaa akkasuma gorsoota fi Seenaalee garagaraa Arkachuf channels kheenya #Subscribe godhun nu cinaa dhaqabadha
Subscribe. Like. Share
Subscribe. Like. Share
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official
Yaa Raabii..Haajaa teennaa cufaa siin gayannee atiii nuuf awwadhumee..Harkaa keennaa kan maasetan bade kana nun laalini YAA RABBII YAA ALLAAH
ππππππππππ
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
ππππππππππ
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official via @like
Muka waanni boochisuπmukuma qottoπͺjiru kana
Oromoo waanni boochisu...............? Isinummaan itti guutaπ’
Oromoo waanni boochisu...............? Isinummaan itti guutaπ’
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official
Galatoomi Obboleessaa kheenya Dirqama sirra jiruu baate sagaale nuf taate
Ψ¬Ψ²Ψ§Ω Ψ§ΩΩΩ ΨΉΩΨ§ Ψ¬ΩΨ±Ψ§π
Yaa Rabbii Obbolleyyaan kheenya kan wallootif birmadhuπ’π’π’
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
Ψ¬Ψ²Ψ§Ω Ψ§ΩΩΩ ΨΉΩΨ§ Ψ¬ΩΨ±Ψ§π
Yaa Rabbii Obbolleyyaan kheenya kan wallootif birmadhuπ’π’π’
JOINππ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
πΌ @Maherzain123 πΌ
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official
#SEENAA_QAARUUN .....
πππππππ
#Kutaa_1ffaa...
π§¨π§¨π§¨π§¨π§¨π§¨π§¨π§¨
Ψ¨Ψ³Ω Ψ§ΩΩΩ Ψ§ΩΨ±ΨΩ Ω Ψ§ΩΨ±ΨΩΩ Ψ§ΩΨΩ Ψ― ΩΩΩ Ψ±Ψ¨ Ψ§ΩΨΉΨ§ΩΩ ΩΩ ΩΨ§ΩΨ΅ΩΨ§Ψ© ΩΨ§ΩΨ³ΩΨ§Ω ΨΉΩΩΩ ΩΨ’ΩΩ ΩΨ΅ΨΨ¨Ω Ψ§Ψ¬Ω ΨΉΩΩ
πΉQissaa ykn seenaa nama qabeenya isaatiin boonee ykn jallatee daangaa darbe laalla Innis seenaa qaaruniiii....
πΉπ§¨πΉπ§¨πΉπ§¨πΉπ§¨
Qaaruun eenyu?
π§¨qaarun banii israa'il irraayyi inni akka seenaan tokko tokko dubbatutti inni ilma adeera ykn wasiila nabi muusaati
π§¨qaaruun kanaa Rabbiin qabeenya guddaa kenneef haalaan jiruu isaa balliseef
π§¨inumaayyuu qabeenyi isaa heddummaatee
π§¨hanga sanduqa(Kaaznaa) maallaqa isaa bakka kaa'u dhabu gahutti..
π§¨saanduqnni maallaqa isaa qabeenya isaatiin Ciinqamtee dhiphatte waan isii keessa jiru qabachuuu dadhabdee
𧨠qabeenyi isaa Goonkumaa hin lakkaa'u haguma isaatuu hin beeku..
π§¨inumaayyuu furtuu....
πππqulfii magaazina qabeenya isaa namoonni Gurguddaan... akka ulamaa'onni tafsiira suuratul qasas keessatti jedhanitti qulfii ykn furtuu magaazina isaa namoota jajjaboo 40 ykn gaangee afurttamattuu ni ulfaata. danda'anii hin baatan..
𧨠hubadhu wanni kun furtuu ykn qulfii magaazina isaa qofaa..
π§¨qaaruun kun zamana isaa Sana keessatti jireenya gaarii wahii jiraataa ture
π§¨Qaaruun huccuu boonaaf tolu kan ittiin kooran uffatu malee...uummatatti gadin bahu
π§¨huccuu qaalii ajaaibaa kan qalbii namaa hawattu uffatee namootatti gad-baha..
𧨠ammas qaaruun yeroo wal-ga'iin faatii jiru uffannaa babbareedaan..
of babbareechee boonaa (kooraa) gara uummataa deemaa.
π§¨qaaruun fooqii gurgguddaa keessa malee hin taa'u...
π§¨akkasumas waan gaggaarii lubbuun isaa jaallattu ofiin jaallata.. qaaruun gabroota hedduu of kaddamssiisa
π§¨Qaaruun jireenya duuniyaa dhumttuu kanaan boona akka waan duuniyaa kana irraa hin duuneetti ilma namaa hunda ofii gaditti laala.
π§¨haa ta'u malee qaaruun kun qabeenya isaa guddaa kanarratti rabbiin faarsee ykn yaadatee hin beeku inni nama faaruu ykn Galata rabbii hin beeynedha
π§¨qaaruun kun:-
Qabeenya isaa guddaa saniin dhaadata.waan Rabbiin isaaf kenne kanaaf uummata isaatti boona..
𧨠inuma sadarkaa namaatti of hin laalu.. malaayikaa of godhuu fedha....
π§¨ammas qabeenya hedduu kan Rabbiin isaaf kenne .. garaa garaa.faayolee adda addaa kanniiniin...
𧨠gabroottan Rabbii harka qalleeyyii ta'an irratti of jejaa...
π§¨boodaa ummannii haala isaa kana jibbanii..
πErgasii sheekkonni warreen rabbitti amanan qaaruun kana ofitti waamanii isa gorssan.
π§¨yaa qaaruun dhiis haalli akkasii kun gaarii mitii dachii rabbii balloo kana keessatti waan fokkataa dalagddee dachii hin balleessiniiti ammas boona isaa kana faa irraa isaa dhorkan
𧨠waan rabbiin siif kenne kana irraas warreen waa hin qabnneef laadhu kennadhu jedhaniin.
π§¨Rabbiin warreen boonanii fi kooran mara isaaniituu hin jaallatuu akkuma rabbiin qabeenya gaarii kana siif kennetti atis ilmma namaatiif gaarii ooli jedhanin
π§¨garuu qaaruunin deebiin isaa waan yaachisaadha..deebii fokkisaa deebiseef deebii nama boonaa ta'ee akkas jedheetu deebiseef ani qabeenya kana kanin arggachuu dandda'e tola Rabbii osoo hin taane qabeenyuma kanatu anaaf malti anatu dalagatee argate akkaataa waa ittiin dalaganin beeka kanaaf qabeenyi koo akkasitti wal horttee guddattee jedheen...
π§¨Seenaan qaaruun kun seenaa dheeraa waan ta'eef kutaa 2ffaan fedha rabbiitiin itti fufa isini ammoo dubbisuu hin hifatinaa inshaa allaah asirraa kaaseen barreessa....
:::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::
#kutaa 2ffaan itti fufaa...
π§¨πΉπ§¨πΉπ§¨πΉπ§¨πΉπ§¨
MAHER ZAIN β Official
Nashiidaa daΨΉwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana π΄join π΄ godhaa jzk kheyran
@Maherzain123
https://t.me/Maherzain123

Telegram
MAHER AHMEDβ Official
Nashiidaa daΨΉwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kanaπ΄joinπ΄ godhaa jzk kheyran
@Maherzain123
https://youtube.com/@maherahmedo?si=3DHEnmyT9SBpcCPd