Bรฎฤพรฃฤพ,,,Bx,,,ฤhรขลลรซฤผ,,๐๐๐๐:
๐ถ #ูู_ุชุนุฑู_ู ุง_ูู_ุจุงุจ_ุงูุฑูุงู ุ!
#ุญูุฏููุซ_ุงูููููู โ๐ทโ
โซ๏ธุนู ุณูู ุจู ุณุนุฏ ุงูุณุงุนุฏู - ุฑุถู ุงููู ุนููุ ูุงู:
๐ #ูุงู_ุงููุจู ๏ทบ :
๐๐ธ๐ ๐น๐๐ธ๐
๏ปฟ" ุฅูููู ููู ุงููุฌููููุฉู ุจูุงุจุงู ููููุงูู ูููู ุงูุฑูููููุงููุ ููุฏูุฎููู ู ููููู ุงูุตููุงุฆูู ูููู ููููู ู ุงููููููุงู ูุฉูุ ููุง ููุฏูุฎููู ู ูุนูููู ู ุฃูุญูุฏู ุบูููุฑูููู ู.
๐Janata keessa hulaalee jira hulaa san kheessaa takka hulaa Warraa soomane qoftin seenu ykn baabu rayyaan ja'amtu
Guyyaa Qiyaama isi ni seenan warrii soomana qabu qofa seena isaani wajjiin namni takkalleenu hin seenu
ููููุงูู ุฃููููู ุงูุตููุงุฆูู ูููู ุ
Mee Warrii soomanee???
ููููุฏูุฎูููููู ู ูููููุ ููุฅูุฐูุง ุฏูุฎููู ุขุฎูุฑูููู ูุ ุฃูุบููููู ููููู ู ููุฏูุฎููู ู ููููู ุฃูุญูุฏู "
Ni seenan hulaa warra soomana san hogguma isaanirra kha irraa booda seene hulaan Tun cufamti eegas booda namni takkaleenu hin seenu jachuudha
โRabbiin warraa soomana kana dhaqqabattee akkasitti soomanee hulaa baabu rayyanirra yaamamu nuhaa taasisu ...Aammiiiiiin
๐ ู ุชูู ุนููู [ุฎ(1797)ุ ู (1152)]

Channel Muaz Mohamed arra banamee jira waan taheef Join godhaa maatii keenya tahaa ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ @MuazMohamedofficial
@Muazmohamedofficial
@Muazmohamedofficial
@Muazmohamedofficial
@Muazmohamedofficial
Kana tahu beeytaa ??
๐ท Muaz Mohamed Irraa....
1.โถ Irra Caaltuu yeroo ?
2. โถ irra Caaltuu guyyaa ?
3.โถ Irra Caaltuu Guyyaa ?
4. โถ Irra Caaltuu Sunnaa ?
5. โถ Irra Caaltuu Dalagaalee ?
6. โถ Irra Caaltuu Soomanaa.?
7. โถ Irra Caalaan Namaa ?
โฌ Deebii โฌ
1. Tan Kheeyrii irratti dabarsitu
2. Guyyaa Jummataa
3. Halkan leeylatul qadrii
4. Salaata Halkanii
5. salaata yeroo isaarratti salaatuu
6. Soomana Ramadaanaa
7. Ergamaa Rabbii ( S.a.w )
Maal Eeydaree Guyyaanis Jummataa Salawaata buusi gaa
๐ป๐ป๐ป๐ปSallallahu Aleyhi wasallam๐ป๐ป๐ป๐ป
Barumsaa gara garaa Argachuuf ammass liinkii armaan gadii kana tuqi Join ๐godhi๐ waa hedduu barta
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐

Forwarded from MAHER AHMEDโ Official
SEENAA WARRA TOOWBATEE
Gurbaa Banii Israa'iil
Ibnu Qudaamaatu qissaa kana odeeysa
zamana Nabi Muusaa kessa (A.S) Banii Israa'ilitti abaar
guddaatu itti bu'e,umanni irratti walitti qabamee โyaa kan
Rabbiin dubbisu,akka Rabbiin kee nuuf roobu nuu kadhauโ
ja'an,isaa wajji gama dirree takkatti bahan rooba
kadhachuuf,nama kuma torbaatam turan,fuuldura isaa
dhaabbatanii karachutti seenan,haala rifeensi faaggaa, dhukkee
beelaa fii dheebuu qabaniin kadhatan,Nabi Muusaa (A.S)
dhaabbattee kadhachutti seene โyaa ilaahii (yaa gabbaramaa
kiyya) rooba kee nu'obaasi,rahmata kee nurratti facaasi,ilmoo
hootuun,beeyladaa afaan hin beeynee,manguddoo salaattuun
ja'ii rahmata nuuf godhi,samiin duumeeysa iraa qulqulluu
tahuu malee waa hin idaane,aduuniis oowwa isii idaate,Nabi
Muusaa (A.S) โyaa Ilaahii nuobaasiโ je'e
Rabbiin nije'e โakkamittiin isin obaasa haala isin kessa amata
afurtam guutuu diliin harbii nattii godhaa jiru jiruu,ummata
kessatti lallabi isin jidduu haabahu,sababaa isaani rooba
dhoorgamtanโ
Nabi Muusaan (A.S) lallabeeti โyaa gabricha dilii dalagu,kan
amata afurtam guutuu dilii Rabbitti dalagaa ture nujidduu
bahi,sababaa keetiin rooba dhoorgamneโ je'e
gabrichi dilaawaan mirgaa fii bita laale,namni tokkolleen hin
baahe,namni Muusaan ja'u isa tahuu beeke,
nafsee isaa kessatti โyaa uumaa dila kana kessaa ani achi
bahe,ummata banii israa'iil jidduuttiin qaanyawa,yoo isaan
jidduu taa'e ammoo sababaa kiyyaan rooba dhoorgamanโ je'ee
qalbiin isaa cabxee,imimmaan dhangalaasee,mataa isaa
huccuu isaa kessa kaayee,haala hojii dalagaa tureen
sheenawee jiruun โyaa Rabbi yaa gooftaa kiyya amata afurtam
guutuu dilii sitti dalagaatiin turee nasattartee natursiiftee,am
ma ammoo haala qaalii kee godheen sitti deebi'ee
(toowbadhe)โje'ee Rabbii isattii iyyate,
jacha isaa waahin fixannee duumeeysi adiin takka isaan
marsiteeti akka afaan qarbattatti roomeef,
Muusaan ajaa'ibee,โyaa Rabbi bar namni tokkolleen nujidduu
hin baaneeโ je'e,
Rabbiin nije'e โyaa Muusaa kan sababaa isaatiin rooba
dhoorgamtaniitu sababaa isaatiin obaafamtanโ
Muusaan โyaa Rabbi gabricha qaalii kee godhee deebi'e kana
nagarsiisiโ je'e
Rabbiin nije'e โyaa Muusaa isaa dilii natti daluuhuu isa hin
qaanyeesinee,isaa natti deebi'een qaanyeessaa?
#Join ๐๐ godhun nu hordofa jzkeyran ๐
@Maherzain123

#Akka_Malee_Garaa_Nama_Nyaata_Wallahi ....
๐ Abbaan Ilmaanii kun Afaaniin hin dubbatu nis hin dhagahu Subhaan Allaah ๐ญ
Akka Malee garaa Na Nyaate waan taheef isiniif qooduuf dirqam.
Abbaan Ilmaan

Nuraddin bin Aliyyii:
{ุจุณู ููู ุงูุฑุญู ุงู ุงูุฑุญูู }
( Obbaleeyyan kiyya kan islaamaa watoota 7 lubbuu teenya haa barsiisnuu )
โ dhukkubsataa gaafachuu
โ janaajaa gaggeessuu
โ Nama haxxifate alhamdu lillaah jedheen yarhamukkallah jechuu
โ qooda kee (gara )kee sirreessuu
โ yeroo hunda qaama miidhameef (cunqurfameef ) tumsuu
โ yaamicha afeerraa owwaachuu
โ yeroo hunda nagaya dhiyeessuu
@MuazmohamedOfficial

Video Nashiidaa tana daawwadhaa achumaan channel keenya kana subscribe godhaa !
https://youtu.be/N6yYP09Ap-w
https://youtu.be/N6yYP09Ap-w
Forwarded from SALAH MOHAMMED
Watch "Best Nashed " Yetim Oromic Cover By Salah & Robsan" on YouTube
https://youtu.be/HTg2v8Akn_M
https://youtu.be/HTg2v8Akn_M
YouTube
Best Nashed " Yetim Oromic Cover By Salah & Robsan
Channel kana #subscriber Godhuudhaan Maatii keenya Tahaa Galatoomaa !
Forwarded from BUTTON MAKER
@keyralumma @ibnu_sururโ๏ธ
๐AMALOOTA GAGGAARII (Aklaaqa) Ergamaa rabbii (S.A.W) keessaa muraasa;
โ๏ธErgamaan rabbii (S.A.W)irra arjaa namaati.
โ๏ธAmmas Amala qabeessa.
โ๏ธAmalaa fi uumaanis irra bareedaa namaati.
โ๏ธIrra laafaa harkaati,Irra urgaaโaa hafuuraati.
~maatii isaa wajjiinis irra bareedaa namaati.
~Irra goota namaati.
~Irra beekaa namaati gara rabbiitis.
~Irra sodaataa namaati rabbii isaas.
โ๏ธErgamaan rabbii takkaa lubbuu isaatiif dallanee hin beeku,gadoos/gumaa bahatee hin beeku!.
Yoo daangaan rabbii diigamte qofa dallana.
โ๏ธIrra uf gadi qabaa namaati,maatii isaatiifis haajaa fixa,namoota lallafoofis akkaan uf gadi qaba.
~Irra obsa qabeessa namaati.
~Irra saalfataa namaati(Idaayyaa gola jirtu irra).
โ๏ธHadiyyaa malee Sadaqaa namaa hin nyaatu.
~Dhibamaa ni gaafata.
~Gara laafutti nama ajaja.
~Akkasuma irra waliif dabrutttis nama ajaja.
~Haasawa fokkataa fi jecha badaallee namaan hin jedhu.
~Yoo badii irratti dalagan badiidhaan namaa hin deebisu,irra namaaf dabra.
~Ammas garaa baldhata.
โ๏ธUffataa fi nyaata keessattis uf hin dhaadu.
~Waan argate nyaata,waan argate dhuga.
~Beelarraa dhakaa garaa isaa irratti hidhataa ture.
~Rabbiin furtuu/qulfii kaaznaa dachee tanaa guutuu kenneefii,fudhachuu didee aakiraa filate.

Forwarded from Anas mohammedโOfficial
Walaloo nashiidaa yatiim tan jattu
Mu'aaz &Hamzaa
Yaa akhii yaa ukhti yatim haa yaadannu
Waan qabnu hundan cina haa dhaabbannu
Duniyaaf aakhiraa akka milkooynuu
Rabbii keenya bira mindaa haa kaayannu
Yoonifi barbaadde milkii ganda lamaa
Gargaarii fiqabi me olmaan yatiimaa
Tahuu feenaan ollaa nabiyyi aalamaa
M.M amiin caalaa ilmaan namaa
Yatiim kan gargaare laalee rakkoo saatii
Milkiidha arkata duniyaa tanattii
Ammaas ollaa kooti bar jannatattii
Je'eeti dubbata ergaman rabbiitii
Yaa harmee yaa abbaa rakkame yatiimni
Garaan saani beela qullaadha qaamnini
Mana hin qaban ammaas ala jiraatanii
Waan qabduun laali baasi rakkoo saanii
Akka carraa taate isaan kan rakkate
Teetis tahuu malte yoo dubbin siif galte
Ilaalu hin feetu ilmaan ke rakkatee
Mee ufirra qabii laali waan isaan mudatee
Barreessaan :Hamdi abdujabar :
@hbbi11

Forwarded from Islam is peace โค
BARNOOTA SEENAA NABIYYII ๏ทบ
Kutaa 1ffaa
Qophii Ustaz Jafar Bayan
Siiraa Maaliif baranna?
1- Nabiyyitti ๏ทบ hidhachuuf Siiraa baruun dirqama.
Nabiyyii Sallallaahu Aleeyhi Wasallam itti hidhatanii guututti hordofuuf Siiraa Isaa qulqulluu beekhuun dirqama.
2- Karaan Nabiyyii keenyaa Sallallaahu Aleeyhi Wasallam mizaana dalagaa hundaati, karaa Isaa beekhuun siiraa Isaa baruun malee hin taatu.
Sufiyaan bin Uyeynaa Akki jeโe: Rasuulli Sallallaahu Aleeyhi Wasallam Miizaana dalagaa hundaati. Dalagaan hundi tan isaatiin wal cinaa qabamtee laalamti, dalagaa Isaa tan qunnamte haqa, tan faalleeysite Baaxila.
3- Siiraa Nabiyyii Sallallaahu Aleeyhi Wasallam baruun Kitaaba Rabbii (Qurโaana) hubachuuf nu gargaara. Jiruun Isaa hundi Qurโaana dalagaarra olchuudha. Inni Qurโaana lafarra deemu.
Haati Muโmintootaa Aaโishaan haalaa fii Amala Ergamaa Rabbii Sallallaahu Aleeyhi Wasallam irra gaafatamtee akki jette: โHaalaa fii Amalli Isaa Qurโaanaโ Muslimtu gabaase.
4- Siiraa Barachuun Jaalala Nabiyyii Sallallaahu Aleeyhi Wasallam qalbiitti nama guutti. Iimaanni Jaalala Isaatiin malee hin guuttamu.
Rasuulli Sallallaahu Aleeyhi Wasallam akkana jeโe: โTokkoon kheeysan hin amanne hanga ani Haadhaa fii Abbaa Isaa, Ilmaan Isaa fii Nama hundarra Isa biratti jaalatamaa tahutti.โ Bukhaarii fii Muslim
5- Siiraa Nabiyyii Sallallaahu Aleeyhi Wasallam baruun akka Iimaanni keenya dabaluu fii Jabaatu godha.
6- Seenaa Nabiyyii Sallallaahu Aleeyhi Wasallam Keeysa barnoonni Aqiidaa, beekkumsi Shariโaa, Beekkumsi Faraaโidaa fii Ibaadaatis hundi ni jira. Seenaa isaa hoggaa barre Shariโaa Islaamaa guutuu barre.
7- Siiraa Nabiyyi Sallallaahu Aleeyhi Wasallam Baruun akkaataa beekkumsaan gama Islaamaa nama itti yaamuu qabnu nu barsiisa.
8- Seenaan Nabiyyii Sallallaahu Aleeyhi Wasallam Mallattoo Nabiyyummaa Isaa irraahi, Mallattoo dhugaan Nabiyyummaa Isaa ibsitu. Siiraan Nabi Muhammad Sallallaahu Aleeyhi Wasallam Isa dhugoomsuu fii Isatti amanuuf sababaa taati.
--------
Share haa goonu kheeyrii
โJoinโ
โฏโโ โ โฟโโฅ๏ธโโฟโ โ โโฏ
https://t.me/joinchat/AAAAAEl3hGJVQ6E9aXlp3g

Telegram
Islam is peace โค
~Dubartiin salaata shanan salaattee
~Baatii Ramadaanaa soomantee
~Qaama ufii haraama irraa tiyifate
~Abbaa manaa ishetifi ajajamate, guyyaa qiyaamaa " Balbala jannataa tan barbaaddeen senti jedhan,
~Yaa rabii wara sana irra nuu godhi โ๏ธ
~Baatii Ramadaanaa soomantee
~Qaama ufii haraama irraa tiyifate
~Abbaa manaa ishetifi ajajamate, guyyaa qiyaamaa " Balbala jannataa tan barbaaddeen senti jedhan,
~Yaa rabii wara sana irra nuu godhi โ๏ธ
Forwarded from SALAH MOHAMMED
Watch "YAA QUDDUUS | yaa salaam video clip Trailer by SALAH MOHAMMED" on YouTube
https://youtu.be/F1Cbz4h6TjA
https://youtu.be/F1Cbz4h6TjA
YouTube
YAA QUDDUUS | yaa salaam video clip Trailer by SALAH MOHAMMED
Guutuun video yeroo dhihotti channel kheenya #subscribe godhuun nu eegadhaa Like share godhuu wal biraan nuuf gahaa galatoomaa
Follow me on
YouTube : https://www.youtube.com/channel/UCdHp-ORGkelz_dwvK7iZxow
Facebook: https://www.facebook.com/profileโฆ

Forwarded from Deleted Account
SEENAA SAHAABOTA GAGGAARII DUBBISUUF CHAANAALOTA KANA
#JOIN GOCHUUN HORDOFI JZKEYRAN ๐ด๐ด๐ด ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐