Muaz Mohamed Official Tg
273 subscribers
232 photos
56 videos
2 files
196 links
Videolee Barsiisaa,Booharsaa akkasuma da3waalee gara garaa argachuuf argachuuf Channel keenya 🌻join🌻 godhaa !
Download Telegram
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
Khuno linki khanaratti nuuf ergaa jzkeyran 😘
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👉 @MAHERHILWA 👈
👉 @MAHERHILWA 👈
👉 @MAHERHILWA 👈
👆👆👆👆👆👆👆👆👆
Forwarded from Bishaara (Bïšhü Hãpïpti)
Rabbiin erga Nabiyyii isaatiif  Nuuhiin, Ibraahiim, Is-haaq, Ya’aquub,
Daawud, Suleymaan, Ayyuub, Yuusuf, Muusaa, Haaruun, Zakariyyaa,
Yahyaa, Iisaa, Ilyaas, Ismaa’iil, Alyasa’i, Yuunusiifi Luuxiin dubbatee
ni jedhe:
أُولَٰئِكَ الَّذِينَ هَدَى اللَّهُ ۖ فَبِهُدَاهُمُ اقْتَدِهْ ۗ قُلْ لَا أَسْأَلُكُمْ عَلَيْهِ أَجْرًا ۖ إِنْ هُوَ إِلَّا ذِكْرَىٰ لِلْعَالَمِينَ

“Isaan warra Rabbiin qajeelcheedha. Qajeelfama isaanii hordofi.”
(Al-An’aam: 90).
Amantiin nabiyyootaa bu’uura irratti waliif gala. Dameelee garii
keessatti wal dhaba; garuu hundaa miti. Dameeleen ni jijjiirama.
Bu’uurri immoo hin jijjiiramu. Rabbiin Banii Israa’iliif Muusaafi Iisaa
ergeera. Injiil isa Iisaa irratti buufameen garii waan Tawraat isa Muusaa
irratti buufame keessa jiruu shaare. Iisaan ummata isaatiin ni jedhe:
وَمُصَدِّقًا لِمَا بَيْنَ يَدَيَّ مِنَ التَّوْرَاةِ وَلِأُحِلَّ لَكُمْ بَعْضَ الَّذِي حُرِّمَ عَلَيْكُمْ ۚ وَجِئْتُكُمْ بِآيَةٍ مِنْ رَبِّكُمْ فَاتَّقُوا اللَّهَ وَأَطِيعُونِ

“WAAN NA DURA TURE TAWRAATIIN KANAN DHUGOOMSU TA’EE GARII WANTOOTA
DHORGAA ISIN IRRATTI TAASIFAMANII HALAALA ISINIIF TAASISUUF JECHAN RAGAA
Gooftaa keessan irraa ta’een isinitti dhufe. Rabbiin sodaadhaatii
anaaf ajajamaa.” (Aali Imraan: 50).
@Groupkhadiijaa
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official via @like
Recording 13.wav
3.2 MB
🎙Muaz Mohamed
From Dire Dawa🗣

@Maherzain123
Obsa Ilma Afran Qallo:
#Eeyyan_Wallaahi

•Hayyichi salafa keenyaa Ibraahim An-Nakha'iin (Rahimahullaahu) akkana jedhe;''
Fuudhi hiyyummaa hin sodaatinii ! Rabbiin yeroo isiin mana isii jirtu hiruuf suni,yeroo isiin mana kee dhuftellee siif isiillee hiruu danda'aa ''

📚Maddi: تاريخ ابن محرز . 105

Hanga Ardiif samiin addaan fagaattu;Rahmaan isiniif rakkoollee addaan haa fageessu _

By Qilleensi Nasrii Bubbise
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
🤝As😍wr😍wb🤝

insha allah ahbaabii jallowan❤️ khiya akkam naf jirtan ngya khessani insha allah warreen hanga arraa challenge sagalee🗣nuf erga turtan baay'ee galaatoma🙏ulfaadha issinin jecha insha allah dorgoomi itti anturatti halaa addattin dorgomi🕋QUR'ANA🕋waan taheef insha allah hangaasu if qopheessa nu eega 🦋share🦋 waliif godha jzkeyran
🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴

Warren yaada qabdan Yo jirattan kharaa linki Kanan nu qunnamuu ni dandesan👇👇👇👇
👇👇👇👇👇👇👇👇
@MAHERHILWA
@MAHERHILWA
@MAHERHILWA
👆👆👆👆👆👆👆👆



Join👇👌
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
❤️ አሰላሙ አለየኩም ወራህመቱላሂ ወበረካቱ ❤️

ውዶቼ እስከ አሁን ሰዐት🕕ድረስ በውስጥ መስመር እየላካቹልን የነበራቹ ወንድም እህቶቻችን ከልብእናመሰግናለን🙏ጀዛ ከላሁ ከይረን።

በቅርቡ ኢንሻ አላህ በአይነቱ ለየት ባለ መልኩ🕋የቁርዐን🕋ውድድር ይዘንላቹ ሰለምንቀርብ የመወዳደሪያ ሰዐት ሲደርስ በዚው ቻናል የምናሳውቃቹ ስለ ሚሆን እስከዛ ድረስ ለቻናሉ አዲስ ከሆናቹ አስተያየት መስጠት እዳረሱ።

👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👉 @MAHERHILWA 👈
👉 @MAHERHILWA 👈
👉 @MAHERHILWA 👈
👆👆👆👆👆👆👆👆👆



Join👇👌
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
😍😍😍😍😍😍😍
ሰሉ አለ ነብይ ሰ.ዐ.ወ
🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴
sallu alaa nabbi (s.a.w)

በነቢያችን ላይ ሰለዋት አውርዱ!
🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱
Nabbiyyii khenyarati salawata buusa jzk 🍃🌹🍃🌹🍃🌹🍃🌹🍃🌹🍃🌹🍃🌹🍃

(S❤️❤️❤️A❤️❤️❤️W❤️❤️❤️)

Join👇👌
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
😍AS😍WR😍WB😍

🗣Ashama harka fune🤝 khabajamtota hordoftota channel👉(MAHER ZAIN)👈

❤️Jallowwan❤️khiya akKam naf j:rtan nagya khessani insha allah akkuma bekkamuti dorgomi 🕋QURANA🕋ni eggala jenne bellama issinif sene tureinsha allahguyya arra kana galme✏️wan egale jiruf jecha akka✏️galmoftan✏️issinin jena ahbaabi jallota❤️khiya😘qaqalifi gagari🥰

warren galme📝barabadanif
linki asii gaddi👇👇👇👇👇👇kana tuqudhan akka galmoftan📝 issin beksifna🗣Jzkeyran🌴

👇👇👇👇👇👇👇👇
👉@MAHERHILWA👈
👉@MAHERHILWA👈
👉@MAHERHILWA👈
👆👆👆👆👆👆👆👆


#Join👇👌godhun maati kenyaa taha jzkeyran

💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐
🌹😘😘😘😘😘😘😘😘😘🥰
🌹🥰👉👇👇👇👇👇👇 👈😍
🌹🥰👉 @Maherzain123 👈😍
🌹🥰👉 @Maherzain123 👈😍
🌹🥰👉 @Maherzain123 👈😍
🌹🥰👆👆👆👆👆👆👆 👆😍
🌹🥰😘😍🥰😍😘😍🥰😘😍
🦋🦋🦋🦋🦋🦋🦋🦋🦋🦋🦋
❤️ አሰላሙ አለየኩም ወራህመቱላሂ ወበረካቱ ❤️

ውዶቼ ባለፈው ሳምንት በዚው ቻናላችን 🕋የቁርዐን🕋 ውድድር እንደ ምንጀምር ነግረናቹ ነበር ከአሁን ሰዐት በዋላ ምዝገባውን የምንጀምር ሲሆን መመዝገብ የምትፈልጉ ከታች ባለው ሊንክ መመዝገብ ትችላላቹ ።
🙏ጀዛ ከላሁ ከይረን።


👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👉 @MAHERHILWA 👈
👉 @MAHERHILWA 👈
👉 @MAHERHILWA 👈
👆👆👆👆👆👆👆👆👆



Join👇👌
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
🤏 Insha Allah Yeroo Dhihotti
Forwarded from Bishaara (Hafsu Ib)
♤Dhaamsa♤
👉Obbaleyyan islaamaa jaalala nama argachuf jettani waan rabbiin isinirraa jibbu hin hojjatina

Yoo ilmi nama si jaalate rahman si jibbe khasaaraadha!
Garu yoo ilmi namaa si jibbe inni si jaalate milkiidha😊

@Groupkhadiijaa
@Groupkhadiijaa