Muaz Mohamed Official Tg
273 subscribers
232 photos
56 videos
2 files
196 links
Videolee Barsiisaa,Booharsaa akkasuma da3waalee gara garaa argachuuf argachuuf Channel keenya 🌻join🌻 godhaa !
Download Telegram
Watch "● JAARTII 4 FUUDHUU || Bashannana Halaal Daawwadhaa !" on YouTube
https://youtu.be/IkpmqLOINUk
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
🍃እናት ማለት ሁሉ ነገር ናት ቃላት የለኝም እማ እኛን ያሰገኘችን ውድ ሰጦታ ይሄ አይገባትም
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
ብታጠፋኳ ለርሷ ኡፍፍፍፍፍ የሚባለው ቃል አይገባትም እሷ ውድ ነች ያረህማን ሰጦታ እማ🍃 ምን ይሰማችሁ ይሆን?? ያአላህ🍃
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
ሶስት አይነት ሰዎችን አክብር
አሊሞችን ( የእውቀት ባለቤቶችን)
#ቤተሰብህን
አዛዉንቶች
😭😭😭😭😭😭😭😭😭
ልብ ይነካል እዚህ ዘመን ላይ ደርሰናል እንግዲህ
😭😭😭😭😭😭
:¨·.·¨: ❀
·.

┄┄┉┉✽̶»̶̥🌹🌹»̶̥✽̶┉┉┄┄

Join 😭👇
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
Ani si barbaaduukoof gaabbeera. Gaafan waa'eekee yaadu🤔nan jeeqama😞. Akkuma nama kaanii se'een sitti dhiyaadhe🤝, ati garuu nama biraadha. Bagayyuu utuun si bira hin ga'iin waa'ee bare. Namootni waa'ee natti himaniiru🗣. Irraa fagaadhu naan jedhanii. Har'aa booddee wal hin beeknu . nan dubbisiin , sin dubbisuu . Siin jette dhukkubni #novel_corona_virus hhhhhh . Atis nama barbaaddeef ergiitii naasisi ! Naasisuu gaarii hhhhh !!
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
MAHER ZAIN ☞ Official
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa jzk kheyran

@Maherzain123
https://t.me/Maherzain123
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
🎤NEW 🎵NASHID🎵 (🎵RAHIMA🎵)

rahima fiqqabaa jabeessaa namuutuu.
haqni isaanii jabaa laaffisuun hin taatuu.
rahima fiqqabaa jabeessaa namuutuu.
haqni isaanii jabaa laaffisuun hin taatuu.

📝KEEYYATA 1℉℉aa
1.yaa nama if yaamtu an islaama jettee.
2.haqa rahimummaa maa akka laaffistee.
3.laaffisuun hin taatu dubbiin isaani cimaa.
4.beekhi anaa mitii (Rasuulaa) nuuf hima.

📝KEEYYATA 2℉℉aa
1.Rahima maxxansuun faayidaan isiidhaa.
2.osooniifi beeynee Wallaahi gammachudha.
3.rizqiin nuuf ballattii ajriiniis dachaadha.
4.Milkii addunyaati ammaas aakhiraadhaa.

📝KEEYYATA 3℉℉aa
1.saniifuu yaa akhii Rahima jabeessii.
2.gammachu isaa hoggu me wajjin dabarsii.
3.yooniifi rakkates furmaata as baasiif.
4.si cinaadhaan jira je'ii mee jajjabeessii.

📝KEEYYATA 4℉℉AA
1.khan Rahima mure badde jiruun isaatii.
2.Rahmata Rabbirraa fagaatee jiraatii.
3.Addunyaa qofaa mii ammaas aakhirattii.
4.jannata Rabbiitiis seenuu si dhoorkitii.

📝KEEYYATA 5℉℉aa
1.Gaarii tahuus hamaa rahimni rahimaa.
2.Gaariidhaan deebisi si yaadanis hamaa.
3.Rahima hin murin abadan goonkumaa.
4.khan si mureehu bar maxxansun dirqama.

📝KEEYYATA 6℉℉aa
1.Akhlaaqa itti toli hin jibbin rahima.
2.haqa isaanii Eegi khun sirratti dirqamaa.
3.Aakhiraa milkaahuuf jabeessaa rahima.
4.Rabbiinuu bar akkaan jabbeessee haqa rahima.


BY AL-ISTIQAMA DAعWA GROUP
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
Khuno linki khanaratti nuuf ergaa jzkeyran 😘
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👉 @MAHERHILWA 👈
👉 @MAHERHILWA 👈
👉 @MAHERHILWA 👈
👆👆👆👆👆👆👆👆👆
Forwarded from Bishaara (Bïšhü Hãpïpti)
Rabbiin erga Nabiyyii isaatiif  Nuuhiin, Ibraahiim, Is-haaq, Ya’aquub,
Daawud, Suleymaan, Ayyuub, Yuusuf, Muusaa, Haaruun, Zakariyyaa,
Yahyaa, Iisaa, Ilyaas, Ismaa’iil, Alyasa’i, Yuunusiifi Luuxiin dubbatee
ni jedhe:
أُولَٰئِكَ الَّذِينَ هَدَى اللَّهُ ۖ فَبِهُدَاهُمُ اقْتَدِهْ ۗ قُلْ لَا أَسْأَلُكُمْ عَلَيْهِ أَجْرًا ۖ إِنْ هُوَ إِلَّا ذِكْرَىٰ لِلْعَالَمِينَ

“Isaan warra Rabbiin qajeelcheedha. Qajeelfama isaanii hordofi.”
(Al-An’aam: 90).
Amantiin nabiyyootaa bu’uura irratti waliif gala. Dameelee garii
keessatti wal dhaba; garuu hundaa miti. Dameeleen ni jijjiirama.
Bu’uurri immoo hin jijjiiramu. Rabbiin Banii Israa’iliif Muusaafi Iisaa
ergeera. Injiil isa Iisaa irratti buufameen garii waan Tawraat isa Muusaa
irratti buufame keessa jiruu shaare. Iisaan ummata isaatiin ni jedhe:
وَمُصَدِّقًا لِمَا بَيْنَ يَدَيَّ مِنَ التَّوْرَاةِ وَلِأُحِلَّ لَكُمْ بَعْضَ الَّذِي حُرِّمَ عَلَيْكُمْ ۚ وَجِئْتُكُمْ بِآيَةٍ مِنْ رَبِّكُمْ فَاتَّقُوا اللَّهَ وَأَطِيعُونِ

“WAAN NA DURA TURE TAWRAATIIN KANAN DHUGOOMSU TA’EE GARII WANTOOTA
DHORGAA ISIN IRRATTI TAASIFAMANII HALAALA ISINIIF TAASISUUF JECHAN RAGAA
Gooftaa keessan irraa ta’een isinitti dhufe. Rabbiin sodaadhaatii
anaaf ajajamaa.” (Aali Imraan: 50).
@Groupkhadiijaa
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official via @like
Recording 13.wav
3.2 MB
🎙Muaz Mohamed
From Dire Dawa🗣

@Maherzain123
Obsa Ilma Afran Qallo:
#Eeyyan_Wallaahi

•Hayyichi salafa keenyaa Ibraahim An-Nakha'iin (Rahimahullaahu) akkana jedhe;''
Fuudhi hiyyummaa hin sodaatinii ! Rabbiin yeroo isiin mana isii jirtu hiruuf suni,yeroo isiin mana kee dhuftellee siif isiillee hiruu danda'aa ''

📚Maddi: تاريخ ابن محرز . 105

Hanga Ardiif samiin addaan fagaattu;Rahmaan isiniif rakkoollee addaan haa fageessu _

By Qilleensi Nasrii Bubbise
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
🤝As😍wr😍wb🤝

insha allah ahbaabii jallowan❤️ khiya akkam naf jirtan ngya khessani insha allah warreen hanga arraa challenge sagalee🗣nuf erga turtan baay'ee galaatoma🙏ulfaadha issinin jecha insha allah dorgoomi itti anturatti halaa addattin dorgomi🕋QUR'ANA🕋waan taheef insha allah hangaasu if qopheessa nu eega 🦋share🦋 waliif godha jzkeyran
🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴

Warren yaada qabdan Yo jirattan kharaa linki Kanan nu qunnamuu ni dandesan👇👇👇👇
👇👇👇👇👇👇👇👇
@MAHERHILWA
@MAHERHILWA
@MAHERHILWA
👆👆👆👆👆👆👆👆



Join👇👌
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
❤️ አሰላሙ አለየኩም ወራህመቱላሂ ወበረካቱ ❤️

ውዶቼ እስከ አሁን ሰዐት🕕ድረስ በውስጥ መስመር እየላካቹልን የነበራቹ ወንድም እህቶቻችን ከልብእናመሰግናለን🙏ጀዛ ከላሁ ከይረን።

በቅርቡ ኢንሻ አላህ በአይነቱ ለየት ባለ መልኩ🕋የቁርዐን🕋ውድድር ይዘንላቹ ሰለምንቀርብ የመወዳደሪያ ሰዐት ሲደርስ በዚው ቻናል የምናሳውቃቹ ስለ ሚሆን እስከዛ ድረስ ለቻናሉ አዲስ ከሆናቹ አስተያየት መስጠት እዳረሱ።

👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👉 @MAHERHILWA 👈
👉 @MAHERHILWA 👈
👉 @MAHERHILWA 👈
👆👆👆👆👆👆👆👆👆



Join👇👌
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
😍😍😍😍😍😍😍
ሰሉ አለ ነብይ ሰ.ዐ.ወ
🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴
sallu alaa nabbi (s.a.w)

በነቢያችን ላይ ሰለዋት አውርዱ!
🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱
Nabbiyyii khenyarati salawata buusa jzk 🍃🌹🍃🌹🍃🌹🍃🌹🍃🌹🍃🌹🍃🌹🍃

(S❤️❤️❤️A❤️❤️❤️W❤️❤️❤️)

Join👇👌
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123