Muaz Mohamed Official Tg
273 subscribers
232 photos
56 videos
2 files
196 links
Videolee Barsiisaa,Booharsaa akkasuma da3waalee gara garaa argachuuf argachuuf Channel keenya ๐ŸŒปjoin๐ŸŒป godhaa !
Download Telegram
Channel photo updated
Nuraddin bin Aliyyii:
*โ€ขโ•โ•เผปโ—‰โ€ขโ€ข๏ทฝโ€ขโ€ขโ—‰เผบโ•โ•

๐Ÿ‘‹๐Ÿผ *ุงู„ุณู„ุงู… ุนู„ูŠูƒู… ูˆุฑุญู…ุฉ ุงู„ู„ู‡* ๐Ÿ‘‹๐Ÿผ

โ€ฆ Waa Sadiโ€ฆ

Nama sadi kabaji
๐Ÿ‘ณโ€โ™‚Barsiisaa
๐Ÿ’ŽHaadhaa fi abbaa kee
๐Ÿง‘โ€๐ŸฆฏManguddoo
Waa sadi irraa fagaadhu
๐Ÿ“Œtuffachuu
๐Ÿ“ŒGowwoomsuu
๐Ÿ“ŒLiqii heddumeessuu
Waa sadi tiyfadhu
๐Ÿ‘…Arraba kee
๐Ÿ˜ดAarii kee
๐Ÿค—Fedhii kee
Waa sadi irraa of eegi
๐Ÿ“ŒDalagaa fokkottuu
๐Ÿ“ŒNama hamachuu
๐Ÿ“ŒHinaafuu
Waa sadi dabalachuuf/guddifachuuf bololi
๐Ÿ“ŒBeekumsa
๐Ÿ“ŒAmala gaarii
๐Ÿ“ŒSodaa Rabbii
Waa sadi qulqulleeyfadhu
๐Ÿ“ŒUffata
๐Ÿ“ŒQaama
๐Ÿ“ŒHaasawa
Waa sadi yaadadhu
๐Ÿ“ŒDu'a
๐Ÿ“ŒYatiima
๐Ÿ“ŒGorsa

SUBSCRIBE NOW๐Ÿ”˜
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โ˜˜๐ŸŒธโ˜˜๐ŸŒธโ˜˜๐ŸŒธโ˜˜
@Muazmohamedofficial
โ˜˜๐ŸŒธโ˜˜๐ŸŒธโ˜˜๐ŸŒธโ˜˜
Bรฎฤพรฃฤพ,,,Bx,,,ฤhรขล„ล„รซฤผ,,๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐ŸŽ’:
๐Ÿ”ถ #ู‡ู„_ุชุนุฑู_ู…ุง_ู‡ูˆ_ุจุงุจ_ุงู„ุฑูŠุงู† ุŸ!

#ุญู€ุฏูŠู€ุซ_ุงู„ู€ูŠู€ูˆู… โ˜˜๐ŸŒทโ˜˜

โ–ซ๏ธุนู† ุณู‡ู„ ุจู† ุณุนุฏ ุงู„ุณุงุนุฏูŠ - ุฑุถูŠ ุงู„ู„ู‡ ุนู†ู‡ุŒ ู‚ุงู„:

๐Ÿ“ #ู‚ุงู„_ุงู„ู†ุจูŠ ๏ทบ :

๐Ÿƒ๐ŸŒธ๐Ÿƒ ๐ŸŒน๐Ÿƒ๐ŸŒธ๐Ÿƒ

๏ปฟ" ุฅูู†ู‘ูŽ ูููŠ ุงู„ู’ุฌูŽู†ู‘ูŽุฉู ุจูŽุงุจุงู‹ ูŠูู‚ูŽุงู„ู ู„ูŽู‡ู ุงู„ุฑู‘ูŽูŠู‘ูŽุงู†ูุŒ ูŠูŽุฏู’ุฎูู„ู ู…ูู†ู’ู‡ู ุงู„ุตู‘ูŽุงุฆูู…ููˆู†ูŽ ูŠูŽูˆู’ู…ูŽ ุงู„ู’ู‚ููŠูŽุงู…ูŽุฉูุŒ ู„ูŽุง ูŠูŽุฏู’ุฎูู„ู ู…ูŽุนูŽู‡ูู…ู’ ุฃูŽุญูŽุฏูŒ ุบูŽูŠู’ุฑูู‡ูู…ู’.
๐Ÿ‘‰Janata keessa hulaalee jira hulaa san kheessaa takka hulaa Warraa soomane qoftin seenu ykn baabu rayyaan ja'amtu
Guyyaa Qiyaama isi ni seenan warrii soomana qabu qofa seena isaani wajjiin namni takkalleenu hin seenu
ูŠูู‚ูŽุงู„ู ุฃูŽูŠู’ู†ูŽ ุงู„ุตู‘ูŽุงุฆูู…ููˆู†ูŽ ุŸ
Mee Warrii soomanee???

ููŽูŠูŽุฏู’ุฎูู„ููˆู†ูŽ ู…ูู†ู’ู‡ูุŒ ููŽุฅูุฐูŽุง ุฏูŽุฎูŽู„ูŽ ุขุฎูุฑูู‡ูู…ู’ุŒ ุฃูุบู’ู„ูู‚ูŽ ููŽู„ูŽู…ู’ ูŠูŽุฏู’ุฎูู„ู’ ู…ูู†ู’ู‡ู ุฃูŽุญูŽุฏูŒ "
Ni seenan hulaa warra soomana san hogguma isaanirra kha irraa booda seene hulaan Tun cufamti eegas booda namni takkaleenu hin seenu jachuudha

โ˜žRabbiin warraa soomana kana dhaqqabattee akkasitti soomanee hulaa baabu rayyanirra yaamamu nuhaa taasisu ...Aammiiiiiin

๐Ÿ“” ู…ุชูู‚ ุนู„ูŠู‡ [ุฎ(1797)ุŒ ู…(1152)]

๐Ÿƒ๐ŸŒธ๐Ÿƒ ๐ŸŒน๐Ÿƒ๐ŸŒธ๐Ÿƒ
Channel Muaz Mohamed arra banamee jira waan taheef Join godhaa maatii keenya tahaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ @MuazMohamedofficial
@Muazmohamedofficial
@Muazmohamedofficial
Kana tahu beeytaa ??

๐ŸŒท Muaz Mohamed Irraa....

1.โ–ถ Irra Caaltuu yeroo ?
2. โ–ถ irra Caaltuu guyyaa ?
3.โ–ถ Irra Caaltuu Guyyaa ?
4. โ–ถ Irra Caaltuu Sunnaa ?
5. โ–ถ Irra Caaltuu Dalagaalee ?
6. โ–ถ Irra Caaltuu Soomanaa.?
7. โ–ถ Irra Caalaan Namaa ?

โฌ‡ Deebii โฌ‡

1. Tan Kheeyrii irratti dabarsitu
2. Guyyaa Jummataa
3. Halkan leeylatul qadrii
4. Salaata Halkanii
5. salaata yeroo isaarratti salaatuu
6. Soomana Ramadaanaa
7. Ergamaa Rabbii ( S.a.w )

Maal Eeydaree Guyyaanis Jummataa Salawaata buusi gaa

๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒปSallallahu Aleyhi wasallam๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป

Barumsaa gara garaa Argachuuf ammass liinkii armaan gadii kana tuqi Join ๐Ÿ‘‹godhi๐Ÿ‘‹ waa hedduu barta
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Muazmohamedofficial
@Muazmohamedofficial
@Muazmohamedofficial
SEENAA WARRA TOOWBATEE
Gurbaa Banii Israa'iil
Ibnu Qudaamaatu qissaa kana odeeysa
zamana Nabi Muusaa kessa (A.S) Banii Israa'ilitti abaar
guddaatu itti bu'e,umanni irratti walitti qabamee โ€œyaa kan
Rabbiin dubbisu,akka Rabbiin kee nuuf roobu nuu kadhauโ€
ja'an,isaa wajji gama dirree takkatti bahan rooba
kadhachuuf,nama kuma torbaatam turan,fuuldura isaa
dhaabbatanii karachutti seenan,haala rifeensi faaggaa, dhukkee
beelaa fii dheebuu qabaniin kadhatan,Nabi Muusaa (A.S)
dhaabbattee kadhachutti seene โ€œyaa ilaahii (yaa gabbaramaa
kiyya) rooba kee nu'obaasi,rahmata kee nurratti facaasi,ilmoo
hootuun,beeyladaa afaan hin beeynee,manguddoo salaattuun
ja'ii rahmata nuuf godhi,samiin duumeeysa iraa qulqulluu
tahuu malee waa hin idaane,aduuniis oowwa isii idaate,Nabi
Muusaa (A.S) โ€œyaa Ilaahii nuobaasiโ€ je'e
Rabbiin nije'e โ€œakkamittiin isin obaasa haala isin kessa amata
afurtam guutuu diliin harbii nattii godhaa jiru jiruu,ummata
kessatti lallabi isin jidduu haabahu,sababaa isaani rooba
dhoorgamtanโ€
Nabi Muusaan (A.S) lallabeeti โ€œyaa gabricha dilii dalagu,kan
amata afurtam guutuu dilii Rabbitti dalagaa ture nujidduu
bahi,sababaa keetiin rooba dhoorgamneโ€ je'e
gabrichi dilaawaan mirgaa fii bita laale,namni tokkolleen hin
baahe,namni Muusaan ja'u isa tahuu beeke,
nafsee isaa kessatti โ€œyaa uumaa dila kana kessaa ani achi
bahe,ummata banii israa'iil jidduuttiin qaanyawa,yoo isaan
jidduu taa'e ammoo sababaa kiyyaan rooba dhoorgamanโ€ je'ee
qalbiin isaa cabxee,imimmaan dhangalaasee,mataa isaa
huccuu isaa kessa kaayee,haala hojii dalagaa tureen
sheenawee jiruun โ€œyaa Rabbi yaa gooftaa kiyya amata afurtam
guutuu dilii sitti dalagaatiin turee nasattartee natursiiftee,am
ma ammoo haala qaalii kee godheen sitti deebi'ee
(toowbadhe)โ€je'ee Rabbii isattii iyyate,
jacha isaa waahin fixannee duumeeysi adiin takka isaan
marsiteeti akka afaan qarbattatti roomeef,
Muusaan ajaa'ibee,โ€yaa Rabbi bar namni tokkolleen nujidduu
hin baaneeโ€ je'e,
Rabbiin nije'e โ€œyaa Muusaa kan sababaa isaatiin rooba
dhoorgamtaniitu sababaa isaatiin obaafamtanโ€
Muusaan โ€œyaa Rabbi gabricha qaalii kee godhee deebi'e kana
nagarsiisiโ€ je'e
Rabbiin nije'e โ€œyaa Muusaa isaa dilii natti daluuhuu isa hin
qaanyeesinee,isaa natti deebi'een qaanyeessaa?


#Join ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘Œ godhun nu hordofa jzkeyran ๐Ÿ’

@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
#Akka_Malee_Garaa_Nama_Nyaata_Wallahi ....

๐Ÿ‘‰ Abbaan Ilmaanii kun Afaaniin hin dubbatu nis hin dhagahu Subhaan Allaah ๐Ÿ˜ญ

Akka Malee garaa Na Nyaate waan taheef isiniif qooduuf dirqam.

Abbaan Ilmaan
Nuraddin bin Aliyyii:
{ุจุณู… ู„ู„ู‡ ุงู„ุฑุญู…ุงู† ุงู„ุฑุญูŠู…}
( Obbaleeyyan kiyya kan islaamaa watoota 7 lubbuu teenya haa barsiisnuu )

โˆš dhukkubsataa gaafachuu
โˆš janaajaa gaggeessuu
โˆš Nama haxxifate alhamdu lillaah jedheen yarhamukkallah jechuu
โˆš qooda kee (gara )kee sirreessuu
โˆš yeroo hunda qaama miidhameef (cunqurfameef ) tumsuu
โˆš yaamicha afeerraa owwaachuu
โˆš yeroo hunda nagaya dhiyeessuu

@MuazmohamedOfficial
Video Nashiidaa tana daawwadhaa achumaan channel keenya kana subscribe godhaa !

https://youtu.be/N6yYP09Ap-w