Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷
Yaa Rabbi warra soomannii fi
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
du'aa'iin teessan qeebalamte
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
jettuun irraa nu taasisi
🤲🏻 🤲🏻 🤲🏻 🤲🏻 🤲🏻🤲🏻 🤲🏻🤲🏻 🤲🏻🤲🏻
🤲🏻🙏AMIIN YA ALLAAH🙏🤲🏻
Join👇👌
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Yaa Rabbi warra soomannii fi
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
du'aa'iin teessan qeebalamte
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
jettuun irraa nu taasisi
🤲🏻 🤲🏻 🤲🏻 🤲🏻 🤲🏻🤲🏻 🤲🏻🤲🏻 🤲🏻🤲🏻
🤲🏻🙏AMIIN YA ALLAAH🙏🤲🏻
Join👇👌
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
maya
<unknown>
🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋
EID MUBAREK NESHID
🎇🎆🌠🌄🌅🎆🎇🎆
BY #AKRAMAL AROOSII
🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋
Join👇👌
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
EID MUBAREK NESHID
🎇🎆🌠🌄🌅🎆🎇🎆
BY #AKRAMAL AROOSII
🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋
Join👇👌
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Watch "// DIRAMA EIDAA 💥 Afaan Oromoo 💥 // Short Islamic Film by Oromic Must Watch //" on YouTube
https://youtu.be/to_iE-qbMiQ
https://youtu.be/to_iE-qbMiQ
YouTube
// DIRAMA EIDAA 💥 Afaan Oromoo 💥 // Short Islamic Film by Oromic Must Watch //
Diraamaa kana Download gootanii YouTube biraa irratti maxxansuunhin tahu
liinkii isaa Share godhaa godhaa wal biraan gahaa wal jajjabeeysuun aadaa teenya
Gamanumaan warreen channel keenyaaf haaraya taatan #Subscribe gootanii nu hordofuu hin dagatinaa…

Forwarded from Muaz Mohamed Official Tg

💏Jaarsaaf 👫jaartii💑 gaarii!☂
---------------------------------------------------
Jiruun ilma namaa adeemsa hedduu keessa dabartee wantoota garaagaraa hedduu keessaa dabartee gara dargaggummaa yoo geessuu carraa namuu itti aansuuf yaadu Fuudhaafi heeruma.
Namni dhiiraa yeroo ammaa dubartii filatuuf karaan isaaf salphate waan jiruuf salphumatti argachuu danda'a.
Haa ta'uu malee takkitti Jiruu tee gammachuu bashaqii raahaa fi gaggaarii kolfaafi Jaalalaa wajjiin dabarsitu argachuuf meeshaan ammayyaa waan uumamte natti hin fakkaattu hin uumamtus.
Kanaafuu yaa dhiira islaamaa yogguu toora interneetii gubbaatti ol baatu Rabbiin sodaadhu.
Dubartoota kijibaafi cubbuudhaan guuttanii itti taphattanii yeroo fuudhaaf deemtan immoo ishii biraa tan nagayaa tan biraa barbaaduun kun gaarii hin ta'u.
Maaliif yoo jettan Isinis obboleettii waan qabdaniif namni itti taphachuun hin oolu.
Ilmaan keessanis akkasuma.
Yaa dubartoota Muslimaa isinis ustaniituma nama argitanii wajjiin hin baxraaninaa tokkicha Jiruu teessan hayaata gaarii wajjiin jiraattan barbaaddadhaa!
Innis jaarsa gaarii jedhamu sani!
Jaarsi gaariin imala jiruutiif barbaachisaadha!
Jaarsi gaariin Hundee ilmaan keetiitiif barbaachisaadha!
Jaarsi gaariin gammachii maatii keetiitiif barbaachisaadha!
Jaarsi gaariin jannatallee sii wajjiin seenee Jiruu gaarii wajjiin jiraattan.
-------------------------------
Yaa Dubartoota islaamaa!
Dubartii gaarii tauudhaaf carraaqaa, tattaaffadhaa!
Dubartii gaariin haadhaa ilmaan gaariiti!
""" Oomishtuu maatii gaariiti!
Bareechituu Qe'eetii
Ollaan wajjiin walitti nama hiiti
Fira maxxanfatti!
Jaarsa gammachiifti!
Iimaana jaarsaatiif murteessituudha!
Yaa Rabbi dubartoota Muslimaa guutuufa jaarsa gaarii kenniif!
Yaa Rabbi Dargaggoo muslimaatiif jaarsa gaarii kenniif
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
MAHER ZAIN ☞ Official
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa jzk kheyran
@Maherzain123
https://t.me/Maherzain123

Telegram
MAHER AHMED☞ Official
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana🌴join🌴 godhaa jzk kheyran
@Maherzain123
https://youtube.com/@maherahmedo?si=3DHEnmyT9SBpcCPd
@Maherzain123
https://youtube.com/@maherahmedo?si=3DHEnmyT9SBpcCPd
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
Iida Shawwaalaa !!!
Waan Ajaa'ibaa Biyya teenya keessatti namoonni gariin Shawwaala Guyyaa Torbaa Akka waan Iidaa tti Ayyaaneeffatan !!
Rabbiin Keenya Subhaanahuu Waa ta'aalaa ummata Muslimaa tiif Iida 2 Qofa godhe.
1. Iida fixrii (Kan soomana boodaa) fii
2. Iida Ad'haa (Kan guyyaa Arafaa Boodaa) ti.
Nuti akka muslimaatti Guyyaa lameen kana malee guyyaa Ayyaaneeffannu hin qabnu !!
Ulamaa'iin islaamaa Iida shawwaalaa ja'anii Ayyaaneeffachuun Bid'aa (Waan haarawa Ergamaan Rabbii (S.A.W) karaa hin godhin kan Amantii keessatti uumame) jechuu irratti waliif galanii jiran !!
Tanaafuu guyyaa kana Ayyaaneeffachuu irraa fagaachuu qabna.
Yaa Rabbii bid'aa irraa nu fageessii
Karaa jaalallee keenya Ergamaa Rabbii (S.A.W) irraa nu kaayi
SHARE waliif godhaatii Bid'aa tanarraa Wal baqachiisaa ... jzk Abu Huzeyiifa

😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
#Hoggaa_du'u #ilmi_namaa ruuhiin isaa moggaa isaa teetti wayta dhiqanii💧💦fi wayta kafanan hoggaa awwaalame ruuhiin isaa ni deebiti gara qaama isaatti ni dammaqa😳akka arguuf dukkana🌒qabrii isaa keessatti olka'uu yaala marraa hedduu garuu mataan isaa ni ciinqama🥺lahdii qabrii isaa keessatti yeroo san akka du'e uf beeke
... Ni dhufa munkirii fi nakiir malaa'ikaa lama ka wakkalaman azaaba🔥qabriitiin isa gaafatan rabbii isaatii fi diinii isaarraa ... yookaa milkaahuu yookaa kasaaruu
Eegasii ni deema gara bootaa "al barzakh" jedhamtu : achitti maskootii🚪lamatu jira takka🚪 jannatatti achi dheeratti ta lammatas jahannam irra achi dheeratti🚪ilmi namaa achitti hafa achi taa'ee guyyaa hisaabaa eega / qiyaamaa akka deemuuf yookaa gara jannataa💧 yookaa gara azaabaa🔥 ... Yaa rabbi khaatimaa gaarii Yaa rabbi
Ammas hoggaa dhufu firri isaa isa ziyaaruuf🤝qabrii isaa keessatti malaa'ikaa tokkotu jira gara isaa deemee isaan jedha : abaluun ilma🙇♂kee ykn obboleessa👱♂kee ..... itti xumuri dhufaa jira si ziyaaruuf🤝, ruuhiin isaa hoggaa kana olbaati moggaa qabrii isaarratti nama gara isii dhufu eeydi inni ni dhagaya waan isiin isaan jettu ...
Ergaan kun isin sodaachisu🥺mala yookaa isin muufachiisuu😡
Garuu ni jaaladhe❤️akka yaadachiisu🤔lubbuu tiyyaa fi isinis yaadachiisuu🤔du'aan😭haa towbannuu🤲dilii teenyarraa
Yaa rabbi ani araarama si gaafadha gara kee towbaa deebi'as 🤲🙏☝️
Yaa rabbi nu razzaqi khaatimaa gaarii🤲
Yaa rabbi ....
Dubbisa Yoo geessite Yaa rabbi najaa nubaasi azaaba🔥qabrii irraa jedhi .
🦋Share🦋godhi akka fayyadamuuf namni biraa ajriitu siif jira namni keyrii irratti nama qajeelchu akkuma nama dalageeti. 🤲❤
اللهم ارزقنا حسن الخاتمه
Yaa rabbi nu razzaqi khaatimaa bareedduu
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
Amiin amiiin yaa rabbaal alaamiin
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
#Join 👇👌 godhun nu hordofa jzkeyran 💐

Watch "● JAARTII 4 FUUDHUU || Bashannana Halaal Daawwadhaa !" on YouTube
https://youtu.be/IkpmqLOINUk
https://youtu.be/IkpmqLOINUk
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
🍃እናት ማለት ሁሉ ነገር ናት ቃላት የለኝም እማ እኛን ያሰገኘችን ውድ ሰጦታ ይሄ አይገባትም
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
ብታጠፋኳ ለርሷ ኡፍፍፍፍፍ የሚባለው ቃል አይገባትም እሷ ውድ ነች ያረህማን ሰጦታ እማ🍃 ምን ይሰማችሁ ይሆን?? ያአላህ🍃
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
ሶስት አይነት ሰዎችን አክብር
✔አሊሞችን ( የእውቀት ባለቤቶችን)
✔#ቤተሰብህን
✔አዛዉንቶች
😭😭😭😭😭😭😭😭😭
ልብ ይነካል እዚህ ዘመን ላይ ደርሰናል እንግዲህ
😭😭😭😭😭😭
:¨·.·¨: ❀
·.
┄┄┉┉✽̶»̶̥🌹✿🌹»̶̥✽̶┉┉┄┄
Join 😭👇

Watch "DUBARTII LIVE WARAABDU || Anaa fi Obboleeytii tiyya 😘" on YouTube
https://youtu.be/UU6DLHgW9Wc
https://youtu.be/UU6DLHgW9Wc
YouTube
DUBARTII LIVE WARAABDU || Anaa fi Obboleeytii tiyya 😘
Warreen channel keenyaf haarawa taatan Videoleen keenya akka Saffisaan Isin bira Gahuuf Channel keenya
Forwarded from Deleted Account
📌📌📌📌📌📌📌📌👇
CHANALOTA ARMAAN GADII KANNEN JOIN GODHUUN HORDOFTOOTA KEENYA TAHAA
GALMAA'UUF @Bishuhapiptii🙏
CHANALOTA ARMAAN GADII KANNEN JOIN GODHUUN HORDOFTOOTA KEENYA TAHAA
GALMAA'UUF @Bishuhapiptii🙏
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
Ani si barbaaduukoof gaabbeera. Gaafan waa'eekee yaadu🤔nan jeeqama😞. Akkuma nama kaanii se'een sitti dhiyaadhe🤝, ati garuu nama biraadha. Bagayyuu utuun si bira hin ga'iin waa'ee bare. Namootni waa'ee natti himaniiru🗣. Irraa fagaadhu naan jedhanii. Har'aa booddee wal hin beeknu . nan dubbisiin , sin dubbisuu . Siin jette dhukkubni #novel_corona_virus hhhhhh . Atis nama barbaaddeef ergiitii naasisi ! Naasisuu gaarii hhhhh !!
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
MAHER ZAIN ☞ Official
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa jzk kheyran
@Maherzain123
https://t.me/Maherzain123
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
MAHER ZAIN ☞ Official
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa jzk kheyran
@Maherzain123
https://t.me/Maherzain123
Telegram
MAHER AHMED☞ Official
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana🌴join🌴 godhaa jzk kheyran
@Maherzain123
https://youtube.com/@maherahmedo?si=3DHEnmyT9SBpcCPd
@Maherzain123
https://youtube.com/@maherahmedo?si=3DHEnmyT9SBpcCPd
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
🎤NEW 🎵NASHID🎵 (🎵RAHIMA🎵)
rahima fiqqabaa jabeessaa namuutuu.
haqni isaanii jabaa laaffisuun hin taatuu.

📝KEEYYATA 1℉℉aa
1.yaa nama if yaamtu an islaama jettee.
2.haqa rahimummaa maa akka laaffistee.
3.laaffisuun hin taatu dubbiin isaani cimaa.
4.beekhi anaa mitii (Rasuulaa) nuuf hima.
📝KEEYYATA 2℉℉aa
1.Rahima maxxansuun faayidaan isiidhaa.
2.osooniifi beeynee Wallaahi gammachudha.
3.rizqiin nuuf ballattii ajriiniis dachaadha.
4.Milkii addunyaati ammaas aakhiraadhaa.
📝KEEYYATA 3℉℉aa
1.saniifuu yaa akhii Rahima jabeessii.
2.gammachu isaa hoggu me wajjin dabarsii.
3.yooniifi rakkates furmaata as baasiif.
4.si cinaadhaan jira je'ii mee jajjabeessii.
📝KEEYYATA 4℉℉AA
1.khan Rahima mure badde jiruun isaatii.
2.Rahmata Rabbirraa fagaatee jiraatii.
3.Addunyaa qofaa mii ammaas aakhirattii.
4.jannata Rabbiitiis seenuu si dhoorkitii.
📝KEEYYATA 5℉℉aa
1.Gaarii tahuus hamaa rahimni rahimaa.
2.Gaariidhaan deebisi si yaadanis hamaa.
3.Rahima hin murin abadan goonkumaa.
4.khan si mureehu bar maxxansun dirqama.
📝KEEYYATA 6℉℉aa
1.Akhlaaqa itti toli hin jibbin rahima.
2.haqa isaanii Eegi khun sirratti dirqamaa.
3.Aakhiraa milkaahuuf jabeessaa rahima.
4.Rabbiinuu bar akkaan jabbeessee haqa rahima.
BY AL-ISTIQAMA DAعWA GROUP

Khuno linki khanaratti nuuf ergaa jzkeyran ☘😘
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👉 @MAHERHILWA 👈
👉 @MAHERHILWA 👈
👉 @MAHERHILWA 👈
👆👆👆👆👆👆👆👆👆
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👉 @MAHERHILWA 👈
👉 @MAHERHILWA 👈
👉 @MAHERHILWA 👈
👆👆👆👆👆👆👆👆👆
Forwarded from 🌹hope promition🌹
⚫️CHANEL KIYYA KANA IRRA
WAN BARBADDE HIN DHABDU
☑️ JOIN JOIN ☑️
WAN BARBADDE HIN DHABDU
☑️ JOIN JOIN ☑️
Watch "DUBARTII BUTUUN ( RAPE ) GUDEEDUUN HAA HAA DHAABBATU ‼ || Maatii Milkiitiin" on YouTube
https://youtu.be/kPmQAwJnlRc
https://youtu.be/kPmQAwJnlRc
YouTube
DUBARTII BUTUUN ( RAPE ) GUDEEDUUN HAA HAA DHAABBATU ‼ || Maatii Milkiitiin
Videoleen keenya akka saffisaan isin dhaqqabduuf Channel keenya #Subscribe godhaa Galatoomaa !