Muaz Mohamed Official Tg
273 subscribers
232 photos
56 videos
2 files
196 links
Videolee Barsiisaa,Booharsaa akkasuma da3waalee gara garaa argachuuf argachuuf Channel keenya 🌻join🌻 godhaa !
Download Telegram
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official via @like
Don.t forget to smile😊🥰
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
Waan gammachuu😊te siraa demsisaa hundaa lakkisi #live free walabumaan jiraadhu🥰❤️

#Leave everything that takes away your happiness😊# Live freely🥰
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official via @like
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
اللهم صّلِ وسَلّمْ عَلۓِ نَبِيْنَامُحَمد❤️
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
إنا لله وإنا إليه راجعون
Mucaa kana Nami Dagatuu hin jiruu Biyya Saudi Arabiya wogga heddu mana yaala turee Haati isaas wolin Mana Yaala turte
Wogga 3dura Mottummaan Ethiopia 🇪🇹 bakka isin jirtu deeme laale akka biyaa galan godhee Ilmi isii woga 6ti Siree🛌🛏 Mana Yaala cisuu jaalqabe wogga 21ti Gama Akhiraa deeme😭subhannallah

Yaa obsa😢Hadhaa Sana Yaa obsa😢Maati Sana Garuu Lubbuun😭 guyyaa Rabbii jedhe inuma baha😭
Wogga 21fi ilma isi dhukkubsachisa turtus Du'aa irra oolchu hin dandeenye😭

Rabbiin obsa ha kennuf 😢😢

Rabbii Rahmataa ha godhuuf 😭🤲
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official via @like
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Nashiidaa ambiyaa🎤🎹

Masha allah bakkan isin ha gahu 🥰🥰
Forwarded from Bisharo Abdi official
𝐁𝐮𝐫𝐡𝐚𝐧 𝐂𝐨𝐧𝐜𝐞𝐫𝐭 𝐌𝐚𝐫𝐬𝐚𝐚 2𝐟𝐟𝐚𝐚

𝐀𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐦𝐮 𝐀𝐥𝐞𝐞𝐲𝐤𝐮𝐦 𝐖𝐚𝐫𝐚𝐡𝐦𝐚𝐭𝐮𝐥𝐥𝐚𝐡𝐢 𝐖𝐚𝐛𝐚𝐫𝐚𝐤𝐚𝐚𝐭𝐮𝐡 Akkam Jirtan Jiraattoota Magaala Baabbileefi Nannawa Isii Jiraattan Hundi Kheeysanu
Insha allah boru ganama sa'aa 2:00tti wal arkaan teenya mana qophessaa/Mazagaja ha tahu Kheeysumman addaatis ni jirti

Sagantaale adda adda heddutu achiratti dhihaata
Fkn Gorsa,Nashiidale garagaraa Akkasuma Walaloo fi Diraamafa heddudha hamma hafe dheeyne waliin laalla🙂

Namni Tikeeta seensa barbaade Lakkofsa khana qunnama #0975776288

Join👇
@Suhye_bi
@Suhye_bi
Forwarded from Bisharo Abdi official
1k Galatooma
Ammas deema subscribe godhaa😌
👇
https://youtu.be/uAhnQpKr1VQ
Forwarded from Bisharo Abdi official
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Hijaabii Neshid
Coming Soon
Channela YouTube 𝐁𝐮𝐫𝐡𝐚𝐧 𝐓𝐮𝐛𝐞 Iratti eeggadha


Follow👇
tiktok.com/@bisharo_abdii