Muaz Mohamed Official Tg
273 subscribers
232 photos
56 videos
2 files
196 links
Videolee Barsiisaa,Booharsaa akkasuma da3waalee gara garaa argachuuf argachuuf Channel keenya ๐ŸŒปjoin๐ŸŒป godhaa !
Download Telegram
Rakkoo๐Ÿ’†โ€โ™‚hirribaa ๐Ÿ›Œsi dhoorkitee
Mataa gad si cabsitee๐Ÿคฆโ€โ™‚
Keessaa kee si madeeysitee San
RABBIIN๐Ÿ™ammumatti sihaa furu.
โฅโฅ#Lubbuu_Tiyyaaf

โฅโฅWanti Si darbe Siif hin uumamne, Wanti siif uumame Immoo Si hin darbu....""

ู…ุง ูุงุชูƒูŽ ู„ู… ูŠูุฎู„ู‚ ู„ูƒ ุŒ
ูˆู…ุง ุฎูู„ูู‚ ู„ูƒ ู„ู† ูŠููˆุชูƒ.

[[]] YOO SI FAYYADE SHARE [[]]
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Maherzain123
๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท
Yaa Rabbi warra soomannii fi
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
du'aa'iin teessan qeebalamte
๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
jettuun irraa nu taasisi
๐Ÿคฒ๐Ÿป ๐Ÿคฒ๐Ÿป ๐Ÿคฒ๐Ÿป ๐Ÿคฒ๐Ÿป ๐Ÿคฒ๐Ÿป๐Ÿคฒ๐Ÿป ๐Ÿคฒ๐Ÿป๐Ÿคฒ๐Ÿป ๐Ÿคฒ๐Ÿป๐Ÿคฒ๐Ÿป

๐Ÿคฒ๐Ÿป๐Ÿ™AMIIN YA ALLAAH๐Ÿ™๐Ÿคฒ๐Ÿป

Join๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘Œ
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Watch "// QOPHIILEE IIDAA // #Daawwadhaa" on YouTube
https://youtu.be/kV1aXYx537Q
maya
<unknown>
๐Ÿ•‹๐Ÿ•‹๐Ÿ•‹๐Ÿ•‹๐Ÿ•‹๐Ÿ•‹๐Ÿ•‹๐Ÿ•‹
EID MUBAREK NESHID
๐ŸŽ‡๐ŸŽ†๐ŸŒ ๐ŸŒ„๐ŸŒ…๐ŸŽ†๐ŸŽ‡๐ŸŽ†
BY #AKRAMAL AROOSII
๐Ÿ•‹๐Ÿ•‹๐Ÿ•‹๐Ÿ•‹๐Ÿ•‹๐Ÿ•‹๐Ÿ•‹๐Ÿ•‹๐Ÿ•‹
Join๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘Œ
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
๐Ÿ’Jaarsaaf ๐Ÿ‘ซjaartii๐Ÿ’‘ gaarii!โ˜‚
---------------------------------------------------
Jiruun ilma namaa adeemsa hedduu keessa dabartee wantoota garaagaraa hedduu keessaa dabartee gara dargaggummaa yoo geessuu carraa namuu itti aansuuf yaadu Fuudhaafi heeruma.

Namni dhiiraa yeroo ammaa dubartii filatuuf karaan isaaf salphate waan jiruuf salphumatti argachuu danda'a.

Haa ta'uu malee takkitti Jiruu tee gammachuu bashaqii raahaa fi gaggaarii kolfaafi Jaalalaa wajjiin dabarsitu argachuuf meeshaan ammayyaa waan uumamte natti hin fakkaattu hin uumamtus.

Kanaafuu yaa dhiira islaamaa yogguu toora interneetii gubbaatti ol baatu Rabbiin sodaadhu.

Dubartoota kijibaafi cubbuudhaan guuttanii itti taphattanii yeroo fuudhaaf deemtan immoo ishii biraa tan nagayaa tan biraa barbaaduun kun gaarii hin ta'u.

Maaliif yoo jettan Isinis obboleettii waan qabdaniif namni itti taphachuun hin oolu.
Ilmaan keessanis akkasuma.

Yaa dubartoota Muslimaa isinis ustaniituma nama argitanii wajjiin hin baxraaninaa tokkicha Jiruu teessan hayaata gaarii wajjiin jiraattan barbaaddadhaa!

Innis jaarsa gaarii jedhamu sani!

Jaarsi gaariin imala jiruutiif barbaachisaadha!

Jaarsi gaariin Hundee ilmaan keetiitiif barbaachisaadha!

Jaarsi gaariin gammachii maatii keetiitiif barbaachisaadha!

Jaarsi gaariin jannatallee sii wajjiin seenee Jiruu gaarii wajjiin jiraattan.
-------------------------------

Yaa Dubartoota islaamaa!

Dubartii gaarii tauudhaaf carraaqaa, tattaaffadhaa!

Dubartii gaariin haadhaa ilmaan gaariiti!

""" Oomishtuu maatii gaariiti!
Bareechituu Qe'eetii
Ollaan wajjiin walitti nama hiiti
Fira maxxanfatti!
Jaarsa gammachiifti!
Iimaana jaarsaatiif murteessituudha!

Yaa Rabbi dubartoota Muslimaa guutuufa jaarsa gaarii kenniif!

Yaa Rabbi Dargaggoo muslimaatiif jaarsa gaarii kenniif
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
MAHER ZAIN โ˜ž Official
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa jzk kheyran

@Maherzain123
https://t.me/Maherzain123
Iida Shawwaalaa !!!

Waan Ajaa'ibaa Biyya teenya keessatti namoonni gariin Shawwaala Guyyaa Torbaa Akka waan Iidaa tti Ayyaaneeffatan !!

Rabbiin Keenya Subhaanahuu Waa ta'aalaa ummata Muslimaa tiif Iida 2 Qofa godhe.

1. Iida fixrii (Kan soomana boodaa) fii
2. Iida Ad'haa (Kan guyyaa Arafaa Boodaa) ti.

Nuti akka muslimaatti Guyyaa lameen kana malee guyyaa Ayyaaneeffannu hin qabnu !!

Ulamaa'iin islaamaa Iida shawwaalaa ja'anii Ayyaaneeffachuun Bid'aa (Waan haarawa Ergamaan Rabbii (S.A.W) karaa hin godhin kan Amantii keessatti uumame) jechuu irratti waliif galanii jiran !!

Tanaafuu guyyaa kana Ayyaaneeffachuu irraa fagaachuu qabna.

Yaa Rabbii bid'aa irraa nu fageessii

Karaa jaalallee keenya Ergamaa Rabbii (S.A.W) irraa nu kaayi

SHARE waliif godhaatii Bid'aa tanarraa Wal baqachiisaa ... jzk Abu Huzeyiifa

Join๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘Œ
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ
๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ
#Hoggaa_du'u #ilmi_namaa ruuhiin isaa moggaa isaa teetti wayta dhiqanii๐Ÿ’ง๐Ÿ’ฆfi wayta kafanan hoggaa awwaalame ruuhiin isaa ni deebiti gara qaama isaatti ni dammaqa๐Ÿ˜ณakka arguuf dukkana๐ŸŒ’qabrii isaa keessatti olka'uu yaala marraa hedduu garuu mataan isaa ni ciinqama๐Ÿฅบlahdii qabrii isaa keessatti yeroo san akka du'e uf beeke

... Ni dhufa munkirii fi nakiir malaa'ikaa lama ka wakkalaman azaaba๐Ÿ”ฅqabriitiin isa gaafatan rabbii isaatii fi diinii isaarraa ... yookaa milkaahuu yookaa kasaaruu

Eegasii ni deema gara bootaa "al barzakh" jedhamtu : achitti maskootii๐Ÿšชlamatu jira takka๐Ÿšช jannatatti achi dheeratti ta lammatas jahannam irra achi dheeratti๐Ÿšชilmi namaa achitti hafa achi taa'ee guyyaa hisaabaa eega / qiyaamaa akka deemuuf yookaa gara jannataa๐Ÿ’ง yookaa gara azaabaa๐Ÿ”ฅ ... Yaa rabbi khaatimaa gaarii Yaa rabbi

Ammas hoggaa dhufu firri isaa isa ziyaaruuf๐Ÿคqabrii isaa keessatti malaa'ikaa tokkotu jira gara isaa deemee isaan jedha : abaluun ilma๐Ÿ™‡โ€โ™‚kee ykn obboleessa๐Ÿ‘ฑโ€โ™‚kee ..... itti xumuri dhufaa jira si ziyaaruuf๐Ÿค, ruuhiin isaa hoggaa kana olbaati moggaa qabrii isaarratti nama gara isii dhufu eeydi inni ni dhagaya waan isiin isaan jettu ...

Ergaan kun isin sodaachisu๐Ÿฅบmala yookaa isin muufachiisuu๐Ÿ˜ก
Garuu ni jaaladheโค๏ธakka yaadachiisu๐Ÿค”lubbuu tiyyaa fi isinis yaadachiisuu๐Ÿค”du'aan๐Ÿ˜ญhaa towbannuu๐Ÿคฒdilii teenyarraa

Yaa rabbi ani araarama si gaafadha gara kee towbaa deebi'as ๐Ÿคฒ๐Ÿ™โ˜๏ธ
Yaa rabbi nu razzaqi khaatimaa gaarii๐Ÿคฒ
Yaa rabbi ....
Dubbisa Yoo geessite Yaa rabbi najaa nubaasi azaaba๐Ÿ”ฅqabrii irraa jedhi .

๐Ÿฆ‹Share๐Ÿฆ‹godhi akka fayyadamuuf namni biraa ajriitu siif jira namni keyrii irratti nama qajeelchu akkuma nama dalageeti. ๐Ÿคฒโค
ุงู„ู„ู‡ู… ุงุฑุฒู‚ู†ุง ุญุณู† ุงู„ุฎุงุชู…ู‡
Yaa rabbi nu razzaqi khaatimaa bareedduu
๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ
Amiin amiiin yaa rabbaal alaamiin
๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ

#Join ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘Œ godhun nu hordofa jzkeyran ๐Ÿ’

@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Watch "โ— JAARTII 4 FUUDHUU || Bashannana Halaal Daawwadhaa !" on YouTube
https://youtu.be/IkpmqLOINUk