Muaz Mohamed Official Tg
273 subscribers
232 photos
56 videos
2 files
196 links
Videolee Barsiisaa,Booharsaa akkasuma da3waalee gara garaa argachuuf argachuuf Channel keenya 🌻join🌻 godhaa !
Download Telegram
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
Watch "immotional sound by #Maher_Zain" on YouTube
https://youtu.be/ZlID-Uzf7Pw
Forwarded from Bisharo Abdi official
Ni duuta Qabrii Seenta Achi kheeysatti Qixaaxa adda addatu si mudata

Achi kheeysatti Qixaaxa Jala Najaa bahuu yo barbadde akka ifin feetu oso hin taane akka rabbin khee sin jaalate irratti jiraadhu fadhii lubbu teeti qabi!

Join_share
@Suhye_bi
@Suhye_bi
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official via @like
"Gaafii taana iratti hirmaadha jzkeyran🌴


"Namnii Yeroo Duraatiif Nabi Muhammad (صل الله عليه والسلم) harma🤱isaan hoosifte eenyuu ?

❤️(A)Haliimatu _ Assa.aadiyyaa
💙(B)Suweeybatu_ Al_aslamiyyaa
🖤(C)Haalatu_binti_wuheybi

#Iratti_hirmadha_jzkeyran 🌴
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
#Zanbiin(Cubbuun) Woggaa(Amata)1Tokko Akka Siif Dhiifamu yoo Barbaaddee.

#soommana_sunnaa kana soommani !👇👇👇👇
$Sunana_Ibnu_Maajah Kitaaba 7 Hadiisa #1810 Abbaa Qataadaa Irraa Akka Odeeffametti Ergamaan #Allah ﷺ Akkana Jedhan "Soommana Guyyaa #Aashuura'a soommanuun #Rabbiin_Zanbii(Dilii) Woggaa Dabree akka naaf Dhiisuun Rabbiin Irratti Herreegadha"

عن ﺃَﺑِﻲ ﻗَﺘَﺎﺩَﺓَ، ﻗَﺎﻝَ ﻗَﺎﻝَ ﺭَﺳُﻮﻝُ ﺍﻟﻠَّﻪِ ـ ﺻﻠﻰ ﺍﻟﻠﻪ ﻋﻠﻴﻪ ﻭﺳﻠﻢ ـ “ ﺻِﻴَﺎﻡُ ﻳَﻮْﻡِ ﻋَﺎﺷُﻮﺭَﺍﺀَ ﺇِﻧِّﻲ ﺃَﺣْﺘَﺴِﺐُ ﻋَﻠَﻰ ﺍﻟﻠَّﻪِ ﺃَﻥْ ﻳُﻜَﻔِّﺮَ ﺍﻟﺴَّﻨَﺔَ ﺍﻟَّﺘِﻲ ﻗَﺒْﻠَﻪ"

#Jii'ni_Muharram Guyyaa Kibxataa fi Roobii Dhufu Kana #Soommanuun Ajrii Guddaa Waan Qabuuf #Soommanuu Akka Hin Daganne. Hiriyyoota Keessaniifis #Share🌴Godhaa. Plss #Rabbiin_Kheyrii_Guddoo Tana Nuuf Haa Laaffisu. Aamiiiiin! Jzkeyran😍🌴

https://telegram.me/Maherzain123
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
Dogoggora😢namaarrratti #abbaa_murtii🤨hin ta'in( itti murteessuf hin jarjarin.)
Dogoggora😢kheetirrattis ammoo #abukaattoo taatee hin dhaabbatin.🤨🤨🤨


JOIN👇👌

🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official via @like
ረሱል(صل الله عليه والسلم) በሚእራጅ ምሽት የተሰጡት ስጦታ ምንድን ነው ?

1.ሐጅ 🕋
2.ሰላት🕌
3.ዘካ!🍚
4.ፆም🍉
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
ኢናሊላሂ ወኢና ኢለይሂ ራጂኡን
ሙንሺድ ሙሀመድ አወል ሳላህ ወደ አኸራ ሄዷል
አላህ ማረፍያውን ጀነተል ፍርዶውስ ያድርግልህ ማሜዋ
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
Anas m/d #Seena Tana irraa maal Barata ?
https://youtu.be/1RvERn4gKe0
Forwarded from Bisharo Abdi official
Ati Nama Dhugaan Jachi Nama Hin Jijjirre taanan Namni Si jijjiruf Yaalu Hin Jiru Tan Nama itti Dhiisi of tahi

@Suhye_bi
@Suhye_bi
Forwarded from Bisharo Abdi official
Wan Hojjachu Barbaddu Takka Oso Hin Hojjatin Dura Afanin Hin Dubbatin Hojjadhu Hojii San Warra Si Tuffatanitti Agarsiisi

Join_Share
@Suhye_bi
@Suhye_bi
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
Gaafan an #daa'imaa,👶 akkana jaetin abbaa🧔‍♂ kiyyatti hime "abba🧔‍♂nuti ni tujjaarra ammas mana🏢guddaa ni qabaanna " jaen San booda Innis akkas Nan ja'e "ilma👶kiyya kun hin danda'amu "
Har'a waanin isaan ja'e San nin qaba, garuu abbaa🧔‍♂kiyya hin qabu.😢


#Christiano_Ronaldo⚽️


JOIN👇👌

🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼