Muaz Mohamed Official Tg
273 subscribers
232 photos
56 videos
2 files
196 links
Videolee Barsiisaa,Booharsaa akkasuma da3waalee gara garaa argachuuf argachuuf Channel keenya 🌻join🌻 godhaa !
Download Telegram
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
Watch "seenaa ajiabaa kana ferhan Mohammed hassed rakkoo kessa jira" on YouTube
https://youtu.be/wLCVWQGy4a4
Forwarded from Bisharo Abdi official
Namni Gaarin tokko hanguma haqarra jiru khabaja qaba Namni hamaan tokkos hammuma haqa dabsuun khabaja dhaba

@Suhye_bi
@Suhye_bi
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
#Oduu_Gammachiisaa😊
#Share...

(AS😊WR😊WB)

Jiraatota magaalaa DIRRE DAWA maraaf..
#JAMA'AAN_SIRRUL_ISLAAM🥰 Qophii addaa tan akkan nama hawwatu isiniif dhiheessudhaf Qophii isii xummurteeti jirtim sagaantaaleen Qophii tana kessatti Qophoyte kessaa

1GORSAA SHEIKOTA👳
2 MOTIVATION🎤
3 BAACOO😂
4 WALALOO📝
5 NASHIIDAA HARAAYA🎵

Idoon..Galmaa #ETHIO_XALIYAN
#Sa.aa 2:OO ti
#Guyyaan_Alhadaa 25/11/2013
#Gatiin_seensa_3O_qofaa😍

#Ticketa_argachuuf👇
0973203081
0932189804
0925247194

nu qunnamuu ni dandessan isiin hin dabrin

#Share...🌴
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
#Galaanni🌊if Duuba hin debi'u.

Atillen akka #galaanaatti🌊jiradhu Waan dabre irraanfadhuti Waan fuula duraatti xiyyeefadhu!!!

#Yeroo_hunda_gaarii_yaadi😊

RIVERS NEVER GO REVERSE

so try to Live Like a RIVER. Forget PAST &Focus on FUTURE...... Always be Positive.....!!
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
Watch "immotional sound by #Maher_Zain" on YouTube
https://youtu.be/ZlID-Uzf7Pw
Forwarded from Bisharo Abdi official
Ni duuta Qabrii Seenta Achi kheeysatti Qixaaxa adda addatu si mudata

Achi kheeysatti Qixaaxa Jala Najaa bahuu yo barbadde akka ifin feetu oso hin taane akka rabbin khee sin jaalate irratti jiraadhu fadhii lubbu teeti qabi!

Join_share
@Suhye_bi
@Suhye_bi
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official via @like
"Gaafii taana iratti hirmaadha jzkeyran🌴


"Namnii Yeroo Duraatiif Nabi Muhammad (صل الله عليه والسلم) harma🤱isaan hoosifte eenyuu ?

❤️(A)Haliimatu _ Assa.aadiyyaa
💙(B)Suweeybatu_ Al_aslamiyyaa
🖤(C)Haalatu_binti_wuheybi

#Iratti_hirmadha_jzkeyran 🌴
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
#Zanbiin(Cubbuun) Woggaa(Amata)1Tokko Akka Siif Dhiifamu yoo Barbaaddee.

#soommana_sunnaa kana soommani !👇👇👇👇
$Sunana_Ibnu_Maajah Kitaaba 7 Hadiisa #1810 Abbaa Qataadaa Irraa Akka Odeeffametti Ergamaan #Allah ﷺ Akkana Jedhan "Soommana Guyyaa #Aashuura'a soommanuun #Rabbiin_Zanbii(Dilii) Woggaa Dabree akka naaf Dhiisuun Rabbiin Irratti Herreegadha"

عن ﺃَﺑِﻲ ﻗَﺘَﺎﺩَﺓَ، ﻗَﺎﻝَ ﻗَﺎﻝَ ﺭَﺳُﻮﻝُ ﺍﻟﻠَّﻪِ ـ ﺻﻠﻰ ﺍﻟﻠﻪ ﻋﻠﻴﻪ ﻭﺳﻠﻢ ـ “ ﺻِﻴَﺎﻡُ ﻳَﻮْﻡِ ﻋَﺎﺷُﻮﺭَﺍﺀَ ﺇِﻧِّﻲ ﺃَﺣْﺘَﺴِﺐُ ﻋَﻠَﻰ ﺍﻟﻠَّﻪِ ﺃَﻥْ ﻳُﻜَﻔِّﺮَ ﺍﻟﺴَّﻨَﺔَ ﺍﻟَّﺘِﻲ ﻗَﺒْﻠَﻪ"

#Jii'ni_Muharram Guyyaa Kibxataa fi Roobii Dhufu Kana #Soommanuun Ajrii Guddaa Waan Qabuuf #Soommanuu Akka Hin Daganne. Hiriyyoota Keessaniifis #Share🌴Godhaa. Plss #Rabbiin_Kheyrii_Guddoo Tana Nuuf Haa Laaffisu. Aamiiiiin! Jzkeyran😍🌴

https://telegram.me/Maherzain123
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
Dogoggora😢namaarrratti #abbaa_murtii🤨hin ta'in( itti murteessuf hin jarjarin.)
Dogoggora😢kheetirrattis ammoo #abukaattoo taatee hin dhaabbatin.🤨🤨🤨


JOIN👇👌

🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official via @like
ረሱል(صل الله عليه والسلم) በሚእራጅ ምሽት የተሰጡት ስጦታ ምንድን ነው ?

1.ሐጅ 🕋
2.ሰላት🕌
3.ዘካ!🍚
4.ፆም🍉
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
ኢናሊላሂ ወኢና ኢለይሂ ራጂኡን
ሙንሺድ ሙሀመድ አወል ሳላህ ወደ አኸራ ሄዷል
አላህ ማረፍያውን ጀነተል ፍርዶውስ ያድርግልህ ማሜዋ
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
Anas m/d #Seena Tana irraa maal Barata ?
https://youtu.be/1RvERn4gKe0
Forwarded from Bisharo Abdi official
Ati Nama Dhugaan Jachi Nama Hin Jijjirre taanan Namni Si jijjiruf Yaalu Hin Jiru Tan Nama itti Dhiisi of tahi

@Suhye_bi
@Suhye_bi
Forwarded from Bisharo Abdi official
Wan Hojjachu Barbaddu Takka Oso Hin Hojjatin Dura Afanin Hin Dubbatin Hojjadhu Hojii San Warra Si Tuffatanitti Agarsiisi

Join_Share
@Suhye_bi
@Suhye_bi